Тёмный

Hiriyaa Kee Waliin Akka Maleeti Addaan Baatee jirtaa 

Suad Muktar Official
Подписаться 35 тыс.
Просмотров 3 тыс.
50% 1

Hiriyaa Kee Waliin Akka Maleeti Addaan Baatee jirtaa?
ashamaa akkam jirtuu hundumti keessan nagaa keessanii Viidiyooo haaraan walitti deebinee jirra...
Akkamitti waan yaadde galmaan gahuu dandeessa?
Ati waan yaadde takka galmaan gahuuf:
1) ati of amansiisuu qabda.
2) waan of amansiiste san karaa hojiitti jijjiiruu
3) waan yaadde san rabbii keetiin gargaarsifattee galmaan gahuu dandeessa.
part one • Jaarsa koo guddoon jib...
roras tube • Dubartii Cimtuu Tattaa...
RU-vid Channel keenya Subscribe gochuun maatii ta'uu hin dagatinaa
1znDuYu1onA
roras tube • Dubartii Cimtuu Tattaa...
RU-vid Channel keenya Subscribe gochuun maatii ta'uu hin dagatinaa
suad muktar,afaan oromoo,shhaakkisoo awol,rorastube,motivation,oromomusic,maaltu jira,gadaa hamdaa,yoosan geetahun,vision entertainment

Опубликовано:

 

15 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 41   
@mohammedhassen2766
@mohammedhassen2766 9 месяцев назад
Wlhy dhugaa keettii 🎉🎉🎉
@habiiba1759
@habiiba1759 9 месяцев назад
Galatoomi Suad kenyaa gorsa kee hedduu itti tayyadameen jira nalee fayyadaa jira Rabbiin umurii kee nuf haa dheeressuu ❤❤❤❤❤❤❤ garuu gafii lama qaba tokko kiyyaa tokko siifii Kan kee irran jaalqabda. Atii yeroo bayee Ashama Ashama jette/ jechuun video kee banta yoo salamata jette umataa islamaa naga gafatee umataa biras jette nagaa gaafate maal rakkoo qaba Dhifamaa wojiin yeroo kee ira secndi 20 ykn 30 caala hin fudhatuu kanafuu Amantii keetii ni saalfata mo yeroo kee qusataa 😢 Gara gafii kootii yeroon darbuu yaadnii kee hedduu natii tola garuu anii jijjiramuuf kanas qabee kanas qabee garuu hangaa ammatii milka,uu hin dandeenye anii minda ethiyophaa kuma 18/20 nyadhaa garuu baraka qabuu narkaa buluu mee akkamitti qusachuu dandaha 😭😭😭
@GadseAbara
@GadseAbara 9 месяцев назад
Nuuf jiraadhu jabduu keenya ❤
@kuzetube6043
@kuzetube6043 9 месяцев назад
Dhuga kee jete galatomi dhuga nama meqa of bira dhabne kan jiranu umurii ha dheresu kan du'uani Rabbin Rahamata ha godhufi😢😢❤❤
@MuraadOro32
@MuraadOro32 6 месяцев назад
Dhugaa ati nama jabaadha ulfadhu ❤
@AbduramanMuhammad-bw6jx
@AbduramanMuhammad-bw6jx 2 месяца назад
❤ ifayye ardha gammachu baredun sirra barbada vedio baredu naaf ergii
@fofofofa5632
@fofofofa5632 9 месяцев назад
Heduu gaalaatoomii waan Rabbii fedhe male hin ta'uu
@KedirBeshir4470
@KedirBeshir4470 9 месяцев назад
Gorsa Jireenyaa namaatif murteessituu dha, Anu waan akka keessa jira Amma sa'a kana keessa bahe. Dr Suad Mukter❤❤❤❤
@MuazAbdi-gn1sg
@MuazAbdi-gn1sg 9 месяцев назад
As wr wb yoo jatee egaaltuu yaroo tee keesaa rabbii barkaa si kaayaa yaroo qabduu taantuu si dheerataa ati rabbi si milkeesaa as wr wb❤
@DachaasIslamic
@DachaasIslamic 9 месяцев назад
Guddaa ..galatommi(thankyou)
@SumayyaSumayya-f4p
@SumayyaSumayya-f4p Месяц назад
Wly dhugaa kesani ❤❤❤❤❤
@TOFEORO399
@TOFEORO399 9 месяцев назад
Well come 🎉🎉🎉my coach
@hawaakadir5932
@hawaakadir5932 9 месяцев назад
Thanks so much ❤❤❤
@LelloMuhammad
@LelloMuhammad 9 месяцев назад
My Lovee qali ofii❤
@jabirebrahim3610
@jabirebrahim3610 9 месяцев назад
Gorsa yeroo hundaati Galatoomi 🙏
@kttube1
@kttube1 7 месяцев назад
Dhugaa keeti
@MuazAbdi-gn1sg
@MuazAbdi-gn1sg 9 месяцев назад
Suda 🙏 AS WR WB hin dagaatiin yaroo sagaantaa bantuu dhifaamaa garuu❤
@shittoteressa2303
@shittoteressa2303 7 месяцев назад
❤❤❤❤❤
@user-km3qu9vg9s
@user-km3qu9vg9s 9 месяцев назад
Galatomi jabdu teenna❤
@QeerroSaba
@QeerroSaba 8 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@RammeeManMuyadin
@RammeeManMuyadin 9 месяцев назад
Dhugaa keeti sis
@IeencooTube
@IeencooTube 6 месяцев назад
dhugaa sister to qallii barnota kee bayyeen itii fayyadamee wly
@HalimaaAbdii-up6xk
@HalimaaAbdii-up6xk 7 месяцев назад
Galatomiii ❤❤❤❤❤❤❤
@obsinetiiseenaa1779
@obsinetiiseenaa1779 6 месяцев назад
Eeeee wollah 😭😭😭😭
@jituuintalaaarsiilixaashas9956
@jituuintalaaarsiilixaashas9956 9 месяцев назад
Anaa dhufuu mamii 💺🥛
@makiyamakiya5608
@makiyamakiya5608 9 месяцев назад
😭😭😭😭☝️
@moisse5646
@moisse5646 9 месяцев назад
Akkam suad, Jirtuu
@MuazAbdi-gn1sg
@MuazAbdi-gn1sg 9 месяцев назад
As wr wb suda hogaa egaltuu as wr wb yoo jatee egaaltee hoo dhifaamaa garu siraa bektii miti ok
@nesrumerdi
@nesrumerdi 9 месяцев назад
Well come 😊
@useradmnn2608
@useradmnn2608 9 месяцев назад
Dhugaa kee anna wottii akkana naa Qunnamee jirraa
@halimatamam8606
@halimatamam8606 9 месяцев назад
❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@makiyamakiya5608
@makiyamakiya5608 9 месяцев назад
Ws wr wb
@Kjgggy
@Kjgggy 9 месяцев назад
Meee kesaniii naa dubisiii
@bbwingsblack7872
@bbwingsblack7872 9 месяцев назад
gallatomi, JABADHUU
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 9 месяцев назад
But hubadhu diigamuu mallaszenawii hiriyyaan mootii hojiifi Ummata isaa kan Fayyaa dhibeerratti barsiisuu kanaaf dhibeen fayyaan wal lolu Qophiidha gurriis Eegumsaa gzxNa'imaa Umar aswrwb zulus nyaataanis celebrates Nelson Mandela dhalootaa equality of justice
@SHKHamzaa.
@SHKHamzaa. 6 месяцев назад
Salamtaa.islama.jai.bismillah.ja.i.akkabiraa.hSoynikee.da.abacalaa
@habiiba1759
@habiiba1759 9 месяцев назад
Galatoomi Suad kenyaa gorsa kee hedduu itti tayyadameen jira nalee fayyadaa jira Rabbiin umurii kee nuf haa dheeressuu ❤❤❤❤❤❤❤ garuu gafii lama qaba tokko kiyyaa tokko siifii Kan kee irran jaalqabda. Atii yeroo bayee Ashama Ashama jette/ jechuun video kee banta yoo salamata jette umataa islamaa naga gafatee umataa biras jette nagaa gaafate maal rakkoo qaba Dhifamaa wojiin yeroo kee ira secndi 20 ykn 30 caala hin fudhatuu kanafuu Amantii keetii ni saalfata mo yeroo kee qusataa 😢 Gara gafii kootii yeroon darbuu yaadnii kee hedduu natii tola garuu anii jijjiramuuf kanas qabee kanas qabee garuu hangaa ammatii milka,uu hin dandeenye anii minda ethiyophaa kuma 18/20 nyadhaa garuu baraka qabuu narkaa buluu mee akkamitti qusachuu dandaha 😭😭😭
@FetashTure
@FetashTure 9 месяцев назад
❤❤❤❤❤
@mememe6957Daraa
@mememe6957Daraa 9 месяцев назад
❤❤❤❤❤
@LelloMuhammad
@LelloMuhammad 9 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤
@useradmnn2608
@useradmnn2608 9 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤
Далее
Jireenyii qalawee maaltu maala?😔😔
20:05
Просмотров 3,6 тыс.
Добрая весть 😂
00:21
Просмотров 229 тыс.
Osoo  waggaa 30 hin guunne maal gochuu qabda !
18:52
Просмотров 29 тыс.
Akkamitti waan yaadde galmaan gahuu dandeessa?
17:59
SUAD MUKTAR 17-08- 2019
50:37
Просмотров 11 тыс.
ATI KAMI?  (poor)(Rich)
14:26
Просмотров 6 тыс.
LERLAWRI FULL MOVIE EN VE R'U (Release a ni ta!)
9:39
Anii yoo Aaree nin booyaa😭😭😭
11:31
Просмотров 4 тыс.