Тёмный

Ijoolleema koo adaraa/Faar.Yohaannis Lammii - Iyyaafannoo 

MO'AA TV
Подписаться 204 тыс.
Просмотров 47 тыс.
50% 1

#SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
SAGANTAA KEENYA YEROO HUNDA ARGACHUUF FUULAA FACEBOOK KEYNAA LAYIIK GODHAA. 👇👇👇
/ moaatv
CHAANALLII KEYNAA YUUTUBII SAABISKIRAYIB GOCHUUN SAGANTAALLEE KEYNAA YERROO HUNDAA BAKKAA HUNDAATTII HORDOFUU DANDEETAAN. 👇👇👇
/ @moaatv479
Copyright ©2020: Mo'aa TV
Note: unauthorized use, distribution and re-upload of this content is strictly prohibited

Опубликовано:

 

3 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 297   
@misganaadugna5472
@misganaadugna5472 3 месяца назад
Obboloota koo Itoophiyaa,Oromiyaa jirtaniif Jalqabarratti Tv.Mo'aa fi hojjettonnisaa hunduu Ulfaadhaa, hojii gooftaan isin keessatti jalqabeef haa ulfaatu, gooftaan ayyaana isaan isin haa gaggeessu. Itti aansuun Far. Yohannis lammii Yeroo gaddaaf gammachuu keessatti faarfannaa waaqayyo isaanitti kenneen rakkina baayyee dabarsine, akkasitti media kanaan wal argu koof baayyeen gammadee gooftaaf galanni haa tahu. Amantoonni fi dhaabbileen; Far.yohannis nama waaqayyo ijolleesaa kan haadha hin qabne haa gargaarru. Eebbifama Ulfaadhaa.
@BonsituDemera
@BonsituDemera 20 дней назад
Haadhi manaa isaanii in boqotaanii moo ayii😢😢😢
@BonsituDemera
@BonsituDemera 20 дней назад
Haadhi manaa isaanii in boqotaanii moo ayii😢😢😢
@BonsituDemera
@BonsituDemera 20 дней назад
Lakkofsa isaanii naa qabamuu dide silkii
@muluu0503
@muluu0503 16 дней назад
Anille amanta biraadha garuu seenaan farfataa kanaa fi faarfannan saa hedduu laphee na cabsee galatoomi obbesakoo waanan jedhu hin qabu waaqayyoo si'a eebbisuu❤❤❤❤❤❤❤
@bonsadessalegn8815
@bonsadessalegn8815 3 месяца назад
Faarfataa Yohaannis Lammii baga jiraatte.Ijoollummaa keenya faarfannaakee kanaan jajjabaachaa turre.Eebbifami ❤❤❤❤❤
@kebederegassa4399
@kebederegassa4399 3 месяца назад
Amerikaa/ USA irraa,Omg amanuu dadhabe!!!! Am very excited and Happy, Moa TV ulfadhaa.Obboleessa keenya Yonnis lammii maloo nuf barbaadaa jedhe barresseen ture,Deebi isaa atattamaan argachukooof dhugamatti hedduu gamadeera.Amantii kana kanaan fudhadhe sababa farfannaa Lammiitin fi dhugaabahumsasaa ti yoo jedhe soba miti.Baga nagaan nuf mudhatte Yonii.Hedduu nama gadisiisa Gadda manakee qaqqabeef Yoniikoo
@alemugamshu7084
@alemugamshu7084 2 месяца назад
Eebbiami, Doolara wayiis itti darbadhu
@BoNTushibbiruwO
@BoNTushibbiruwO 16 дней назад
😭 Ameeen Ameeen Ameeen Ebbifami nama waqaayyoo dachani ❤😍🥰💘🌼🌻🌼🌼🌻🌼🌻🌼🌼🌻🌼🌻🌼🌻🌼🌻🌼🌻🌼🌻🌼🌻🌼💐🫶
@anenekena2477
@anenekena2477 10 дней назад
Waaqayyoo gaariidhaa ayyannii isaa booqonnaa namaf kennaa waaqayyoo inni ayyannaa isiniif kennee haa kaabajamuu. Jabaadhaa ammas waaqayyoo ayyaannaa isaattii isiinaa haa gargaruu ebbifamaa
@yesusgooftadhaa
@yesusgooftadhaa 16 дней назад
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebifamaa ebifamaa ebifamaa ebifamaa ebifamaa dachaa gooftaanii barafii jirenyaa keessanii haa ebisu ebifamaa ebifamaa ebifamaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉😢😢😢😢
@gomessagurmessa9415
@gomessagurmessa9415 2 месяца назад
Kallati ittin isan argachuu dandeenyuu nuf ka'aa Wanin Danda'u Amma humnakoo Da'ima sani nan ergafi pls Nama kana Farfana sanitin dhagefacha guddadhee Argachuufilee Barbadan turee😢😢😢😢
@kibechimdi9489
@kibechimdi9489 18 дней назад
Ameen Ameen Ameen 🙏 kanuma caala waqaayoo sihaa jajaabeesu Oboleesa koo ❤❤❤❤😢😢😢😢😢
@HanaaHanaa-j1i
@HanaaHanaa-j1i 18 дней назад
Ameeeen Ameeeen. Waaqayyoo ayyanaasaa sinifaabayisuu jajkabesadhaa yesus dhugaa😭🙌🙌🙌🙌🙌🙌❤❤❤❤❤
@AlemShilima
@AlemShilima 17 дней назад
Ameeeeeeeeeeeeeeeeeen waaqayyo sin ebbisuu dachaa ebifamaaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@diniyasa.lalisa8185
@diniyasa.lalisa8185 3 месяца назад
Nama Waaqayyoo, anii baay'ee jalladhuu Goftaan isiin haa ebbiisu. Ijjoollummakotii 1992 E.C. kaasee hangaa ammaatti kan hin quuffamnefi hin nuffamnedha. ... Anoo Waanhaaraan sii argiisisaa. Waan atii hinbeeknellen siin barsiisa.... ..... .... Mucaakoo lafa yaaddeen siin gaha..... Ebbiiffamera. ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉❤❤❤
@EBISATESFAYE-bx2im
@EBISATESFAYE-bx2im 16 дней назад
Jabaadhu innati argite abdiinkee iyyesuus dhufaa jira...warri dandeessan gargaara gatiinkeessan guddaadha.
@FdfFfg-h9j
@FdfFfg-h9j 13 дней назад
Seenaa garaa namaa nyaatuu ebbiifamii namaa waqayyoo waqayyoo dhumaa kee haa bareechuu
@Devastudio-sd2cb
@Devastudio-sd2cb 20 дней назад
Mo'a TV Waaqayyoo issn haa Ebbisuu
@BikilaRegassa
@BikilaRegassa 22 дня назад
Maaloo Albeema isaa nuuf gadhiisi faarfanbaakee ijoollumaakootti dhageefachaan guddadhe keesumaa .....kiraarakoo isa jedhu❤❤🎉
@bikila9066
@bikila9066 3 месяца назад
Boo'ichaafin dhaggeeffachuu dadhabe🥲🥲 please Amantoonni nama gatii guddaa baase kana bira haa dhaabannu.
@bekanreshid1405
@bekanreshid1405 17 дней назад
Hojjattoota Tv Mo'aa barri jireenyaa keessan haa ebbifamu eebbifamaa. Waaqayyo karaa keessan namoota baay'ee gargaaraa jira.🥰🥰🥰 Ulfaadhaa🙏🙏❤❤🥰🥰
@GadiseeDhaqabaa
@GadiseeDhaqabaa 20 дней назад
Uuuuuffffeee ulfdhuu abaa garii yesus Koo 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 ebifamaa dhugaa
@MuhammadaliMariam
@MuhammadaliMariam 12 дней назад
Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeen ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@Dani-mk1qy
@Dani-mk1qy 2 месяца назад
Abshirii waaqayyoo warra kanafii kara qabaa atii jabadhuu ayyanii waaqayyoo siif ijoolee kee jirachiisa wan goodhuu hundafii beekadhaa waaqayyoo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@ShitooBaacaaBaacaa
@ShitooBaacaaBaacaa 19 дней назад
Nagariite Rakkinaa ko giddiraa naaraa Qolatee ishee harka dinaa huqaate buriqitu ko naafii gabisteeta Erigaati Qawa ko cuqalate laalisee Arigee jireenyi ko marte kanii naajalate siituu naafi bareeche bulitoo ko Karasa waqayyoo cufeera misirachi gadii hini debiyuu waanii toritore baduu fi jedhe biyya garibumaa kesaa hini ta uu Abbaa mula'ata nagodheraa misirachoooo lasaa nanahee hini salaphanee.isaa waaliin demee luubbuu kotii wabii naafii taa,ee Hojii kee hini laalee akka Tolaati naa lakayi isaa waqayyoo naafi godhe bira hini Gahu lakayee Yoo maalii godhee gamachisaa galateeffanna Yoo maalii godhee gamachisaa galateefadhee dhisaa.😢
@FanoseDameKuma
@FanoseDameKuma 16 дней назад
Hundumaa duraan duurse qopheessitoota daganta kana galatomo farfataa yohaanni lammi nama dhugaa fi eebbifamaa ayyanni daachaan isinif yaa baayyatu ❤❤❤❤❤
@nooranoorw7608
@nooranoorw7608 20 дней назад
Ameeeeeen baga waqayooo sin garareee🎉🎉🎉🎉🎉
@AlemuBula
@AlemuBula 18 дней назад
Waaqayyoo isiin ha eebbisu
@tsionzinabu7198
@tsionzinabu7198 3 месяца назад
Far yohannis lammi ijoolluma kooti kaase farfaanna isaa fi dhugaa ba'umsa isa dhageffachaan ture bayyee bayyyeeee si jalladha waqayyoo umuri dheeraafi fayyaa sif ha laatuuuuuu
@tinsaehailu-vr3cr
@tinsaehailu-vr3cr 20 дней назад
😢uuuuuuufffffee iyesus ebbifama ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@SanyiiMootii-qm8pb
@SanyiiMootii-qm8pb 3 месяца назад
Woow nama waaqayyoo sin arguu koof gammachuun koo guddaadha dhugaa batii keessaan bara 2003 afaan keessan irraa dhagahee yadaa kiyyaati essa jiruun jedhaan turee hardhaa naf guyyaa Addati Ebbifama maqaa waaqayyoo TV mo'aa
@gutemaadeba
@gutemaadeba 3 месяца назад
Nama ogummaa fi ayyaanni waaqayyoo baay'ateef faar. Yohaannis lammii eebbifami. Ijoolleekeef immoo waaqayyo jira.🎉🎉🎉🙏🏼
@BilisumaOromiyaa12
@BilisumaOromiyaa12 18 дней назад
Waqaayoo isin haa ebiisuu ❤❤❤❤
@WocheDesta-i1t
@WocheDesta-i1t 18 дней назад
AMEEEEEN yeso are 🇰🇪🇪🇹🌹🌹👍👍
@KortuTeshome
@KortuTeshome 3 дня назад
Bayye namat tola ebbifama
@chalabelay8346
@chalabelay8346 3 месяца назад
maloo nama kana haa gargaruu
@FatimaFatima-v4n
@FatimaFatima-v4n 16 дней назад
ebbifamaa waqayyo issinhaebbisuu tv mo'a tajajiltootaa durikanaa nuaggarsisuukessanif ituumaa fuffamaloo
@AsteerShaamuluu
@AsteerShaamuluu 2 месяца назад
Dhugaa dubachuufi uuuuuuuffff baay'ee seenaa ulfaatadha waaqayyoo isini wajin haata'u abbaa keenyaa😢😢
@Grandas7358
@Grandas7358 3 месяца назад
Eebifamaa galatoomaa warri MOA Tv. Faarfataa Yohaanis Lammii dhiyeessuu keessaniif
@TigistiAdisu
@TigistiAdisu 16 дней назад
Waqayyooo berkessaan ahebisuu
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 3 месяца назад
Ayyiiii hadhokoo want waaqayyoo godhu hunduu gaariidha Waaqayyoo gaariidha Jabbadhuu ❤😢
@IyobIyob-tp5bw
@IyobIyob-tp5bw 3 месяца назад
Uffeee Kara namni waaqayyoo irraaa adeemuu Silas karichii dhiphaadhaa❤❤
@ComCeill-u5t
@ComCeill-u5t 3 месяца назад
Waawwaaa jabbaa nama waaqayyoo jabbaadhu maqaan waaqayyoo ginbii jaabbaadha qajeelonii isatti baqatanii oluu jeedha
@MitikuGudina-og4pf
@MitikuGudina-og4pf 3 месяца назад
Baay'ee,namaa gaadisi dhugaa dubaachuf, waaqayyoo Gooftaan jajjaabiin sif keennu.
@GamaneYesuus
@GamaneYesuus 2 месяца назад
Waaqayyoo inii Wan hundumaa keessa dabarsee asiin siin gahee ebbifamuu amalee ayyanichii dachaan siniif haa dabalamuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@BilisumaOromiyaa12
@BilisumaOromiyaa12 18 дней назад
Waqayoo sii haa ebbiisuu❤❤
@BilisumaOromiyaa12
@BilisumaOromiyaa12 18 дней назад
Waqayoo sii haa ebbiisuu❤❤
@MsRaisa-je7vk
@MsRaisa-je7vk 2 месяца назад
Far/yohaanis farfannaa kana irraan bayeen baradhe ❤❤Omma mitti karaafi kallatii hundumatii garaa hayyessan kan ta'ee waqayyoo ijjoollee kessanif jira nuti ilee Amma hunma kenyaa si bukee ayyanisafi oggumman isaa kana callatti isinif ha kenamu🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
@hanaahanaa6193
@hanaahanaa6193 3 месяца назад
Uuuuu ffffeeeeee❤❤Amneee Amneee Amneee Amneee Amneee Amneee Amneee Amneee Amneee Amneee Amneee Amneee Amneee Amneee Ebbifamaaa
@MotiraEgata
@MotiraEgata 18 дней назад
Baga jiraatte, Sijaallannaa❤
@KasahunWolda
@KasahunWolda 2 месяца назад
Yoonii koo jabaadhu ilmi waaqayyo yesuus kiristoos sigargaaraa ani sagalee si keessaa maddu yoomiyyuu quufuu hin dandeenyee nama eebbaaf waamamu ta'i lubbuu ko
@biliseefeyisaa121
@biliseefeyisaa121 18 дней назад
Ameeeeen ameeeeeen ebifamaa
@janatjana658
@janatjana658 2 месяца назад
Waqayo baraa keesaa haa ebbisuu ebbifamii TV mo,aa qoqeesstoni TV mo,aa akksumas farfta yonnssi lammi barakee haa ebbifamii jabadhuu ayyani waqayo dacha dachaa sifi haa bay,tuu 🤲🤲🤲♥️♥️
@winnermedia95
@winnermedia95 3 месяца назад
Gaaffiikoo yeroo dheeraafi keessaanis eeruu isiniif kennaa tureen yeroo dheeraa booda naaf deebistaniittu galatoomaa!!
@bekandebeleta2947
@bekandebeleta2947 2 месяца назад
Yoo dandeessan farfannaa durii kana irra deebi'ee nuuf haa hojjetu plc nuuf jajjabeessaa
@birhanutolasa7062
@birhanutolasa7062 3 месяца назад
Wow, Yonii, baga jiraattee
@SaharaTaye
@SaharaTaye 3 месяца назад
Harkiikee kunusee naa baata Enyuutu naa jalatti jiiskaa bubee fi qilleensaa siituu Abboomaa Rakkaataf summaa firriisaa carraa naa gaa'eetti miilkaa'ee an sii fiilaachuu kootti hin gaabuu ati naa duuchiitee qawwaa koo isaa namni ilaalee darbuu❤❤❤❤❤❤❤ Ani farfanna kana dhegeefacaa gudhaadhee ammumaallee farfannaa kana of harkaa qaba farfataa Yohaaniis baay'ee baay'ee jaladhaa nama waaqayyoo gooftaan bara fi jireenyaa kee haa Eebbisuu Ebbiifamii dhugaa ba'umsaa keettis baay'ee fayyeera Ebbiifamii waaqayyoo sii haa Eebbisuu 👏👏👏👏👏👏👏👏
@KeneaBirhanu-c2g
@KeneaBirhanu-c2g 3 месяца назад
Ati nama cimaa nama biroof akka taatuuf Waaqayyo lafarra si tursedha! Egaa Biyyi lafaa kun waanuma akkasii baattee jirti, Jabaadhu harka hin laatiin!..... Waaqayyo jira!!
@olidirirsa9624
@olidirirsa9624 3 месяца назад
Waaqayyo bara keessan haa eebbisu, ulfaadhaa!!, Faarfataa fi faarfannaa ijoollummaakoo ani yaadadhuu fi jaaladhun arge.
@tewodrosdegefa8760
@tewodrosdegefa8760 3 месяца назад
Dhugaaf taanaan ani Far.Yohaannis eessatti badr jedhee gaafachaan ture.Baay'een gammade!!!❤❤❤
@tugeterefe
@tugeterefe 3 месяца назад
Waaqayyoo isiin haa eebbisu ayyaanis am mallee isiin biraa hin haafi
@AyantuAyantu-e5p
@AyantuAyantu-e5p 2 месяца назад
Uuuuffee waqaayyoo gargaaradha dhugaa waqaayyoo isiin haa eebbiissuu eebbifaamaa eebbifaamaa gooftaan gooftaa isiin haa eebbiissuu eebbifaamaa ❤❤❤❤❤
@sarahhatagag4857
@sarahhatagag4857 3 месяца назад
Uuuuuufeee ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ebifamaa ebifamaa ebifamaa ebifamaa baga jirteeni farta Yohanisi
@TesfuMuleta
@TesfuMuleta 3 месяца назад
Baga lubbuun jiraatte .faarfannaa keetiin hedduun ebbifamera.ammallee gooftaan siyaa eebbisu
@meskeremmeskerem9048
@meskeremmeskerem9048 3 месяца назад
Kadhanna baraa dheeraadhaaf 😭😭😭😭😭😭😭❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Uuuuuuuuiiffffffffff Ameeeen ameeeee Gooftaan yesus baraaf jireenyaa keessan Haa eebbisuu eebbifamaa Iddoo isiniif qophaa 'ee yerusaaleem haaraa isiinif ha ta'u dhumnnii baraa keessanii ❤❤❤😭😭😭😭😭😭😭
@abyya2271
@abyya2271 3 месяца назад
Farfannaa isaanii ijjolumaadhaa qabee ittin guddaadhee waqqayyoo jiraa inni beekaadhaa ijjoolee keessaanif waqqayyoo jiraa midiyyaa mo.aa ebbifamaa dhugaa baayee osoon bo.uu dhagefadhee❤
@BurteTakale
@BurteTakale 3 месяца назад
Ameen waqayyoo koo bara keessan haa eebbisuu . Kana caalatti ayyaannii siiniif haa baayatuu.
@SaraZarihun
@SaraZarihun 2 месяца назад
Uuuuuuf nuuf jiradhuu ijoluma ko qabee farfankee nakesa hin baduu bayyeen jaladha ebiiffaammmiii
@waaqayyoogudadhamalo6475
@waaqayyoogudadhamalo6475 3 месяца назад
Wow wow Ebbifamaa dachadhan Ayyannii waaqayyoo siif haa bayyatuu ❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏
@WasanuArjo
@WasanuArjo 2 месяца назад
Ufffeee kaa yaaa gooftaa kooo
@derejeatomsa121t
@derejeatomsa121t 16 дней назад
Waw eebbifami ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@GetahunIrandufa-m4e
@GetahunIrandufa-m4e Месяц назад
Wow Faarfataa Yohaannis Lammii Qorumsa Isin muudate hunda dandamattanii Baga har'a geessan! Bara 19 Saddeettamootaa jalqabee Baay'ee Kanan dhaggeeffadhu dha. Umurii Maatosaalaa isiniif haa Kennu! Warra Mo'aaf yaadni ani qabu Iyyaafannoo Keessaniin F/taa Misgaanaa Tolawaaq eessa Akka jiru nuuf iyyaafadhaa! Eebbifamaa!
@derejeatomsa121t
@derejeatomsa121t 16 дней назад
Waw eebbifami ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@derartudufera3596
@derartudufera3596 3 месяца назад
mo'aa waaqayyoo isin haa eebbisu far.Yohaannis waaqayyo bara kee haa eebbisu!
@rundasegebeyehu979
@rundasegebeyehu979 3 месяца назад
Jira yesuus hin sodaatiin! Gorsa fi barumsa cimaa sirraa argadhe!
@LeeliTh-uh9hl
@LeeliTh-uh9hl 2 месяца назад
Dhugaa imimma qabbachu dhadhabee waqaayyoo baraa jireenyaa keessan haa Eebbiau
@BurkaDinagde
@BurkaDinagde 3 месяца назад
Moo'aa Tv waaqayyo guddan isiin haa eebbisu Nama jaallatama fi kabajamaa far. Yohaanis Lammi waan mul'itaniif Nama waaqayyo jabadha gatiin keessan waaqayyoon biratti guddadha hojii waaqayyo itti fufaa seexana garaa gubaa
@Merii-j5x
@Merii-j5x 3 месяца назад
Uuuufffffee waaqayyoo gariidha jabaadha😭😭😭😭Ebbiiffamaa waaqayyoo issin haa ebbisuu❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏 TV moo'a waaqayyoo issin haa ebbisuu ❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏
@BalayineshDereje
@BalayineshDereje 3 месяца назад
Uffeeeeeeeee 😢😢😢waqqayyoo ogumaa Addaa sinii kenneraa dhugaa farfataa kenyaa tv mo'aa bayyeen jaladhaa Dhebuu kenyaa namottaa akkasii barbaduun waqqayyoo jiraa Har'aas boruus jabadhaa❤
@HabteMegesha
@HabteMegesha 2 месяца назад
Dhugaadha hojiinkeessan baayyee garaa nama ciibsa waaqayyo isin haa eebbifamu hojetoota moaa maraa
@LidiyaSaketa
@LidiyaSaketa 3 месяца назад
Uuuuufff Waaqayyo baraaf jireenya keessan haa eebbisu faarfannaa keessan hundisaa baayyee namatti tola dhugaa .jabaadhaa hoomaa miti biyyi lafaa kan keenya miti kanaaf nuuf hin taatu .mana olii qabna kan keenya kan tahe achittimmoo in boqonna biyyichi kan keenya waan taheef.
@bonsadessalegn8815
@bonsadessalegn8815 3 месяца назад
Wayyoo Yooniikoo Waaqayyo beekaadha.Daddabalee ayyaanasaa siif haabaay'isu
@Deebiimidea8470
@Deebiimidea8470 3 месяца назад
Wowo Wowo jadhaa ayyaanni waaqayyoo gooftaa hamalee kan calati siniif yaa guddatuu ijoolee keessaanifis waaqayyoo yaddaa garii qabaa ammaa sin yaddaanini oltii❤
@BURTKANGURMESA
@BURTKANGURMESA 3 месяца назад
Waaqayyo Barra keessani haa ebisuu ebifama nama waaqayyo ❤❤❤❤❤❤❤
@BiiftuuSMedia
@BiiftuuSMedia 3 месяца назад
Ulfinichi si eegaa jira.
@AbaboOljira
@AbaboOljira 2 месяца назад
Wow wow Yohe koo baga jiratee hadoko i’m so happy to see you ❤
@samuelimaanaa2936
@samuelimaanaa2936 19 дней назад
God bless you 🙏
@FekedeAbera-ip2il
@FekedeAbera-ip2il 3 месяца назад
Wawo wawo!! Farfanna yohanis Lamii farsa bara ijolumako waggaa 26 ara kaseta Isa bitadhe dhagefacha turedha farfanna jirenyamo ara bu' uresef dhadannoo ko gudda Laga onna irati ittin dhadacha turedha Egan nama kanas tae farfanna Isa argachufi on-line irra jalqabe wanting search hin godhin hin jiru Garu argachu hin dandenye ara Garu isas tae farfanna Isa dhagae argu koti kesiko baye gammade bayyeen boqodhe isin wara kana qotan bira gahun asi nubaftan waqayyoo waqarraa dabale dadabale isin ha ebisu baye gamadera dhuga
@mengistudebele5702
@mengistudebele5702 3 месяца назад
Faarfataa, Yohannis Lammii , Mucummaa kootiin jalqabee faarfannaa isaanii dhageeffachaa guddane, har'a immoo karaa TV,Mo'aa argukoof baay'een gammada,waaqayyo isin haa eebbisu, waaqayyoo si waliin haa ta'u,dhimma ijjolleekeef waaqayyo jira.
@SarahBose-km4cn
@SarahBose-km4cn 2 месяца назад
Uuufffee ameeeen ameeeen eeebbifamii ayyaanni ammayyuu sif haa baayyatu
@Warkina-sc8cz
@Warkina-sc8cz 3 месяца назад
Baay'ee Waaqayyoo galgala keessan haa bareechu eebbifamaa
@hawwiifufaa2680
@hawwiifufaa2680 2 месяца назад
Uuuuffffffeeeeyyyyyy waaqayyoo barafi jireenyaa keessan guutuu haa ebbisuu ebbifamaa
@meseretamenu9005
@meseretamenu9005 3 месяца назад
Naafis Naaf Duuchitee Qawwaa Ko Isa Namni Laalee Darbu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Amansman251
@Amansman251 2 месяца назад
#waaqayyo bara keessaan hafe eebba ayyaana isaa keessa isin haa dhoksu abbaa koo##
@ChalaBekele-wj6pg
@ChalaBekele-wj6pg 3 месяца назад
Waaqni Uumaan ijoollee keef Baajeta Olii haa Ramaduu
@Sunayna-c9o
@Sunayna-c9o 3 месяца назад
Farfana kana heedduu jalladha garuu nama farfatee hin beektuu farfanna kana yeroon amanee dhagefaachaa gudadhee Ameeeeeeen Ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeen Ameeeeeeen 🤲🙏🙏🥰🤲🙏🙏🥰🥰🥰🥰🥰
@Waaqayyoogariidha-v3z
@Waaqayyoogariidha-v3z 3 месяца назад
Uuuuuuuuffffeeeeeeee Waaqayyoo hamma dhumatti cimsse jabbesse isiin haa dhabuu Ebbifamaa 🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@logoschristianchurch
@logoschristianchurch 3 месяца назад
❤❤❤❤❤ uuuuuffff Maalo faarfanna isaanii hundumaa you tube irraatti nuuf gadi lakkisaa hadaraa❤❤❤❤❤❤
@Atina450-gv3vc
@Atina450-gv3vc 3 месяца назад
Ameen Ameen Ameen Ameen waqqayyoo siin haa ebbisuu ebbifamaa
@waktolaabera
@waktolaabera 3 месяца назад
Waaqayyoo si haa eebbisu nama Waaqayyoo, gatiin keessan Waaqayyoo bira jira. jabaadhaa. Warri Mo'aa TV guddaa galatoomaa, kanuma caalaa namoota akkasii nuuf barbaadaa
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 3 месяца назад
Uuuffeeee baay'een itti eebifamee dhuga bahumsa keessanittii Far. Yonii 😢😢 darbii nuf jiradhuu hadhokoo
@kefyalewfikiru8479
@kefyalewfikiru8479 19 дней назад
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉nama jaalatamaa
@DibisaDereje
@DibisaDereje 2 месяца назад
Waaqayyoo isaan ha ebbisu . Baay,ee garaa nama Nyaata
@Eeaatt911
@Eeaatt911 3 месяца назад
Wow John - eebbifamii! Hubannaa Waaqayyo isin keessa kaa'ee fi ilaalchi tarkaanfataa jireenya maatii irratti Goftaan isinii kenne fakkeneenyummaa guddaa qaba! Hin dhiisuu anoo - isa jettanii farfattanimoo jiraattaniittu!
@DanielFekadu-z6h
@DanielFekadu-z6h 2 месяца назад
Inni har'aan sii gahee borifis jira jabadhuu
Далее
TRENDNI BOMBASI💣🔥 LADA
00:28
Просмотров 497 тыс.
Обменялись песнями с POLI
00:18
Просмотров 535 тыс.
"Maaloo Ijoollee koof aannan bitaa!" - Tumsa Mo'aa
56:34