Тёмный

jaalala dhugaa kan siif qabu mallato kana qaba 

Jaalala info
Подписаться 19 тыс.
Просмотров 107 тыс.
50% 1

#ethiopianmusic #oromomusic #Ethiopian
#Aadaa keenya
#ethiopianmusic
#oromomusic
##Ethiopian
#Funny #Oromo Ethiopian Oromo Music 2021 (Official Video)
#isionentertainment2020
#visionentertainment2020
#EthiopianMusic #OromoMusic #Like #Comment #Africa #Africatribe #Topten #Afrobeat #Africaunite #Breaking #Challenge #Tailent #Diyhow #Tiktok #Music #oromomusic #Vision #superbowl54 #superbowl2023what a men want in a Relations.
#Dr.Abiy
#Hacaalu hundessa
#jawar mohammed
#Oromo

Опубликовано:

 

7 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 202   
@uaeme7388
@uaeme7388 2 года назад
Alahamadulilaha Alahamadulilaha Alahamadulilaha yaa rabbi koo wollaahii Abba man kiyaa kana hundaa ni qaba bayees naa kabajaa rabbi ummurii isaa naf haa dheresuu (♥️H♥️)kiyaa
@misraabintiiabaas8573
@misraabintiiabaas8573 2 года назад
Mashaa Allah umrii waaliin dheradhaa
@dartuutagnuu4668
@dartuutagnuu4668 Год назад
​@@misraabintiiabaas8573the mixer is ❤❤❤❤☺️☺️☺️☺️
@Hewi430
@Hewi430 6 месяцев назад
Yaa rabbii Galata Kee jaalaleen koo isaa kana hundaa naaf godhaa galatoomi atis obboleessa keenya
@mhratmhrat2201
@mhratmhrat2201 3 года назад
Ani yeroo abbaan warraa koo hojiidha galuu milaa dhiqaafi namnii ollaadha dhuffee ati warraa durii keessaa haftee nanaan jete wanti ati dubattuu kana ♥ hundaa abbaan warraa koo naa rawataa galata waqayyoo bay'ee naa yaada
@user-my3lr5xf9y
@user-my3lr5xf9y 6 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤Sin jaladhaa ba yye garuu nuf jiraadhu wan ajaibaa
@shibirmuhammad1646
@shibirmuhammad1646 2 года назад
Allahamdullilah rabbii ko galanii haa gahuu wly abban mana ko hedduun na jalataa heddu na kabbaja aniis akkasumaa amalotaa armaan olii ibsamee kaneen hundaa nin qaba❤️❤️❤️❤️❤️❤️💯💋
@siffaanarsiti2671
@siffaanarsiti2671 2 года назад
😭😭♥️💔💔♥️♥️♥️♥️
@user-zh4ss2jd1f
@user-zh4ss2jd1f Месяц назад
Bay'ee nattii toltaa gorsii kee Bay'ee namaa barsisaa❤❤❤❤❤❤❤❤
@lizamohammed1911
@lizamohammed1911 2 года назад
Rabin Aba mana Akana nuf ha kenu 😍😍
@kabanikabane1259
@kabanikabane1259 21 день назад
Galatoomii guddaa qaalii kenyaa anii j kiyyaa in araa baayee yoonii gorsee naafii in dhagaa,uu jechaa koo lakkofsaa kee naafii kennii mee kessaanii sii dubbisaa😢🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
@Qananii12345
@Qananii12345 26 дней назад
Rakkoo baay,ee qabnaa dhiisaa mee kan dhiraa dubbatamee hin dhumuu garuu rabbiin kan kana hundaa rawwatuu namaf ha kennuu😢
@ormtittijimmaa1073
@ormtittijimmaa1073 2 года назад
Yaro amma birrif qof Nama jalatuu 😢
@mrindia2422
@mrindia2422 2 года назад
𝐤𝐤𝐤𝐤𝐤𝐤𝐤𝐤𝐤𝐤 𝐝𝐡𝐮𝐠𝐀 𝐤𝐞𝐞𝐭𝐢𝐢
@saraa-zy1vc
@saraa-zy1vc Год назад
hunda mitii lubuyee😥😥😥😥🥰🥰🥰🥰🥰
@fffggdfg9843
@fffggdfg9843 Год назад
Dhugaa keeti birridhaf jalata
@uaed-fx8xr
@uaed-fx8xr 2 месяца назад
J kiyya calise na dhageefata ani immo na tufate jedha ammas matifi firoottan isa nati hasifsiisas biratti homa jaalala fa,a nati dubbata ani garu hin salfadha dhuguman jaalala re❤❤❤❤❤
@misgaaneefayyeera9410
@misgaaneefayyeera9410 22 дня назад
Dhugaa kan akkuma atii jetee kanadhaa❤❤ galaami brokoo
@goohoo3954
@goohoo3954 3 года назад
😭😭😭💔Esaa jiraa gaa 😭in jiruu Namii akasii
@badhaatuukadir6771
@badhaatuukadir6771 2 года назад
Jira garuu akkaa carraa argataa
@elsayzemecha2697
@elsayzemecha2697 Год назад
Wayeeeee galatoomii Dhugaa qaba nama Akkas naaf ta'uu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@hababaayealamaayyoo
@hababaayealamaayyoo Год назад
ani amma kaarati base gatu gahera j ko wanti ati jetu kun tokkoyu irra hin argine😂😢
@hababaayealamaayyoo
@hababaayealamaayyoo 5 месяцев назад
@@Xelementgaming13 yerosa ega male akka gatu ifa jira😄😄
@user-ej2uj7kn4u
@user-ej2uj7kn4u 5 месяцев назад
Kun dhugaadh amma brother❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-tf1pu2cg2c
@user-tf1pu2cg2c 7 месяцев назад
Jalaalahdugaa
@user-es5cj7is8b
@user-es5cj7is8b 6 месяцев назад
❤❤❤❤❤ yaa Rabbii Abba mana kaa akanaa nuu kenn
@user-hw7ov1sw5h
@user-hw7ov1sw5h 6 месяцев назад
Yadaa gariidha galatmii
@shaleelhashem6695
@shaleelhashem6695 2 года назад
Waqayoo Nama Akan Nuuf Yaa Bayisuu 🙏🙏🙏🤲🤲🙇‍♀️🙇‍♀️🤲🙇‍♀️⛪️💒
@Fantuulamma
@Fantuulamma Месяц назад
Waa hubaadheera asirraa
@AishaaYusuf
@AishaaYusuf 9 месяцев назад
Waan baredhaa ❤❤ jabadhaa
@MahderLishan
@MahderLishan 4 месяца назад
Masha allah gorsa baredadha
@dhalootaqube4465
@dhalootaqube4465 Год назад
Dhiirri si'aan keenyaa Onneensa maallaqa barree malee jaalala hin barree
@mucaayesuus4916
@mucaayesuus4916 Год назад
Ebbifamii sanyii koo barinotaa garii qabaa👍👍👍👍👍
@lelloo2023-fz9mb
@lelloo2023-fz9mb 8 месяцев назад
Dhugaa jetee
@almaalma7227
@almaalma7227 Месяц назад
❤❤❤❤❤❤❤❤ dhugaa keetii
@user-xf3gg1wh1t
@user-xf3gg1wh1t 6 месяцев назад
Kiyaa tokkoo kessa you hin jiruu garuu afaan natii hin badiuu😢
@AlfiaAbubakar
@AlfiaAbubakar Месяц назад
😂 Likkii Sher Alfiya
@etenshdabawajira5427
@etenshdabawajira5427 2 года назад
Yadaa keessaanif galaatoomaa gaaruu dhiirti akkaasii essaa jira miti
@faantuuinjiguu9182
@faantuuinjiguu9182 2 года назад
Kotuu mati naaf ta'i
@unikh9837
@unikh9837 2 года назад
😂😂😂
@sofitube4470
@sofitube4470 3 года назад
Bayee namatii tolaa galatomii Jabadhuu❤❤❤❤💜💜💜💜🙏👍👍👍👍👌👌👌
@Jesus-is-good867
@Jesus-is-good867 8 месяцев назад
Kana caala hubannaa argadhu ❤❤❤❤❤
@masaratamirat1927
@masaratamirat1927 2 года назад
Dhuga keetiii uuufff jalale koo hih huqatee gaalatomii
@SameeraKw
@SameeraKw 4 месяца назад
Galtomii 🎉🎉❤❤
@user-vp6uk2sy9t
@user-vp6uk2sy9t 5 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@AdamHamza-bx7yk
@AdamHamza-bx7yk 4 месяца назад
❤❤❤❤
@user-jf7wu3oo2q
@user-jf7wu3oo2q 6 месяцев назад
As.wr.wb❤❤❤
@user-qx9wk9dn2j
@user-qx9wk9dn2j 9 месяцев назад
Waaqaayoo naamaa akaan nuuf haa Laatuu
@arsiiti755
@arsiiti755 Год назад
Allahmdulilah Rabbii kanumaa Akkasii naafi keenne💔😢🙏
@asnaqechtasamayoutube4357
@asnaqechtasamayoutube4357 5 месяцев назад
ani gafi qabaa abaa mana qabaa ture garuu gara gari bane turee daima taka qabnaa erga adani bane hogaa kudhani daimiti to hogaa 11 tate jirti garuu hogani dhiraa biraa jalachufi barbade dhirota saniti bayee dhekamaa kuni ho jalala mo akamii
@user-qx9wk9dn2j
@user-qx9wk9dn2j 9 месяцев назад
❤❤❤❤Gaalatomaa Oboleesaa keenyaa❤❤❤❤❤❤
@fasika7102
@fasika7102 2 года назад
Wow bayy'ee namti tollaa eebbifaami
@NasmaWadi-qd3iw
@NasmaWadi-qd3iw 3 месяца назад
❤❤❤❤❤sahh
@boontuuarsii2334
@boontuuarsii2334 2 года назад
Galaatomi sanyii barumsaa gariidha 🥰🥰🥰🥰🥰👍👍👍👍👍👍
@user-ju2yh8fe2j
@user-ju2yh8fe2j 9 месяцев назад
Bayyee gaarii dha
@werkymohti806
@werkymohti806 3 года назад
Bay' ee garidha dhugadha dhiri hudii tokoo motii
@saeadatfaris
@saeadatfaris 6 месяцев назад
Ani hoo jarsa hin qabu enu j kiya kani fudura😢
@user-fu2ev2uq1f
@user-fu2ev2uq1f 2 месяца назад
Gallaatomi yani kee namati tollaa garu dhiri akanati yadu hin jiru
@tayitutube6246
@tayitutube6246 2 года назад
☑️☑️💞 Galatoomii yaada nu qoodeef
@Waganetube
@Waganetube 2 года назад
Tayitu koo maatii naaf ta.ii mee ❤
@elsaelsa3901
@elsaelsa3901 2 года назад
Galatomii dr dhugaa jetee
@quickshow3706
@quickshow3706 Год назад
Woow
@qobbowood2937
@qobbowood2937 2 года назад
Mati naf tahi Ani sif tahera subscribe sif godhera atis naf godhi
@HdhahhaBsbsbs
@HdhahhaBsbsbs 27 дней назад
Ani J koo Ethiopia hin fudhe biyaa onlineran wolbare. Muca tokoo maati wolbarsifne amala hin qabu😢 hamas Kan biratin wol. bare ilmoo. Lama qaba nadhoskee il utu maati wol hin barsisin mana Bina biri ergiinan jenee 😢😢 nandiidee. Utun ta u ijoolee qabachusaa dhageehe bilokee 😢😢 WA e jalalaa dhisen ta a ture hama garu mucaa toko namnii woliti. Nufidee Wan atii dubatatu kana hundaayu niqaba Kan rabii hin beeknu😮
@tigst9501
@tigst9501 Год назад
Woww bayee namatii tolaa guddaa ebbifamii jabadhuu
@Qananii12345
@Qananii12345 26 дней назад
Wly j ko kana hundumaa keessaa hin qabuu malii mallii isaa ya firaa ko😢😂😂😂
@kenoabdi7076
@kenoabdi7076 Год назад
Best idea
@fahadahmed9329
@fahadahmed9329 2 года назад
Dhugadhaawq♥️♥️♥️💯
@AishaaYusuf
@AishaaYusuf 9 месяцев назад
😍😍😍😍
@tarikeayala7223
@tarikeayala7223 3 года назад
Galatomi, yaada, gaariidha❤️💚❤️
@buzunashdadhi4143
@buzunashdadhi4143 2 года назад
Barsiisaa kenaa kaan araa maale kan boruuu bekuun rakkisadhaa kaan booru raabituu bekaa hangaa umurii isaa gutuu namni tokkoo naa jalaata jedhanii baruun rakkisadhaa
@user-cx9tl2vm1s
@user-cx9tl2vm1s 9 месяцев назад
Dhiirii inaafuu hoo jaalalaa namaf qabaa!! Laata??
@shawayebiranu3672
@shawayebiranu3672 2 года назад
Dhirii ulgaa kaanaa hudaa gutuu jiramoo 😱barumsaa gudaa qabaa ebifamii
@biblestudy1953
@biblestudy1953 Год назад
wow
@chaltuuethiopiayoutube8388
@chaltuuethiopiayoutube8388 2 года назад
Jabadhu iti fuufi ❤❤❤👍
@asthar222uaqasthar2
@asthar222uaqasthar2 3 года назад
Wwww gudasaa galatomi saanyi koo
@user-vd7zr6gx2d
@user-vd7zr6gx2d 6 месяцев назад
Dhiri nama jalatu tokko woliqunamti dhafi dada
@ALMAZBullo
@ALMAZBullo Месяц назад
❤❤❤❤❤❤❤❤
@farhanfaisal1980
@farhanfaisal1980 3 года назад
Isin jalladha jabadhaa ishii
@faantuuinjiguu9182
@faantuuinjiguu9182 2 года назад
Kotuu mee subconsc naaf godhii
@getanehayalew6610
@getanehayalew6610 2 года назад
Dhugadha Sanyii Galatomi
@zdiyyewalaganaqamte3639
@zdiyyewalaganaqamte3639 3 года назад
Nuu jiradhu lubbu Kenya
@jaafarqanoo6795
@jaafarqanoo6795 3 года назад
Saah
@SuqraMaxamed
@SuqraMaxamed Месяц назад
❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@senaytdereba7525
@senaytdereba7525 2 года назад
Waqaayoo abaa Namaa kan nufii yaakenuu bayyee namatii tolaa yanii kee
@hundaadandaaaawaaqayyoon7285
@hundaadandaaaawaaqayyoon7285 3 года назад
Bayee namatii tolaa barumsii kee jabadhuu jabako🙏
@Waganetube
@Waganetube 2 года назад
Maatii naaf ta.ii mee ❤
@abcabc5289
@abcabc5289 2 года назад
dhugaa keti galatomii 🥰🥰🥰🌹🙏
@indiyazaakirhinboyain9807
@indiyazaakirhinboyain9807 3 года назад
Galatoma Dr kenya
@Tsahayi
@Tsahayi Месяц назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-eo1of7tp7i
@user-eo1of7tp7i 6 месяцев назад
@obsinankamal-lb3bl
@obsinankamal-lb3bl Год назад
😍😍😍
@indiyazaakirhinboyain9807
@indiyazaakirhinboyain9807 3 года назад
Kankoo Bayyee Huqatee Jirra Naa Yadaa Jechudha
@konjokonjo8613
@konjokonjo8613 3 года назад
😀😀
@hundaadandaaaawaaqayyoon7285
@hundaadandaaaawaaqayyoon7285 3 года назад
🤣🤣
@faantuuinjiguu9182
@faantuuinjiguu9182 2 года назад
Kkkkkkkkkkkk
@chaltukebede1938
@chaltukebede1938 2 года назад
😁😂
@sifand9363
@sifand9363 2 года назад
Kkkkkk 🤣🤣🤣🤣
@Asnayoutube
@Asnayoutube 2 года назад
Ani maatii siifi taaee ra kootuu maatii nafi taaii atisi jaabadhu
@ayuniitube2191
@ayuniitube2191 3 года назад
Jabadhuu ❤💚💚❤
@hassanalhammadi8735
@hassanalhammadi8735 3 года назад
Dhugadhaa
@dinkebeyene-jl4jm
@dinkebeyene-jl4jm 6 месяцев назад
❤️❤️❤️❤️❤️👏👏👏👏👏👍👍
@alemayehugezahegn1172
@alemayehugezahegn1172 2 года назад
jabadhuu hadhakoo
@derartumohammed4503
@derartumohammed4503 2 года назад
Uuuf kiya mara hin qaba alhmdulilahi
@DerajeMelkaa
@DerajeMelkaa Год назад
Galatomii ❤❤❤❤❤❤❤❤ obboleesa koo
@SaaliTmaam-im4fm
@SaaliTmaam-im4fm 11 месяцев назад
Kiyyaa wan jettana hundan hunmaa ni qaba dhugaa
@meron4095
@meron4095 Год назад
Na gorsa jireenya gara fuldura nan has.a yeroo bay.een maati isan akkan wal baru na tasisa kuni hoo mee na hima jalala dhugati moo akkam
@derartukenha1064
@derartukenha1064 3 года назад
😍😍😍😍😍💯❤
@NaciimoXaashi
@NaciimoXaashi 2 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@ibrahimabdii8483
@ibrahimabdii8483 3 года назад
Dhgaa ketii aniis ergaa jalallee tooo jaladhee kiloo koo irratee
@chaltukebede1938
@chaltukebede1938 2 года назад
Galata kee waqaa thank you bro
@Waganetube
@Waganetube 2 года назад
Chaltu koo maatii naaf ta.ii mee
@obsaabdella3347
@obsaabdella3347 3 года назад
Shamarran hoo mallattoo akkamii agarsiisti
@chaltuchaltu9118
@chaltuchaltu9118 2 года назад
Wayi duniya kanara jira really
@sarbooshananjillee7014
@sarbooshananjillee7014 2 года назад
Hadii nubatee kabaja xikomawaya
@user-hq8wt3ub1h
@user-hq8wt3ub1h 4 месяца назад
❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@algetotefese9666
@algetotefese9666 2 года назад
wawwwwww❤❤❤❤❤❤
@saalihaaibraahim5164
@saalihaaibraahim5164 2 года назад
Dhugaadha
@waarofii549
@waarofii549 2 года назад
Galtomaa Dr kenyaa
@Girma-ow2mx
@Girma-ow2mx Год назад
Bet adiy
Далее
Yeroo Jaalala
23:11
Просмотров 132 тыс.
Butch REACT to Creative way to fix damaged tile!
00:46
Viidiyoo saal-qunnamtii ilaaluun miidhaa akkamii qaba
11:27