Тёмный

Jaalallenkee hamma yaadan jeeqamutti akka sijaalatu gochuuf amala kana qofa qabaachu siif gahaadha! 

Jaalala info
Подписаться 19 тыс.
Просмотров 10 тыс.
50% 1

#gutu #Afrobeat #ethiopianmusic
#Afrobeat #ethiopianmusic #oromomusic
Aadaa keenya
#ethiopianmusic
#oromomusic
##Ethiopian
#Funny #Oromo Ethiopian Oromo Music (Official Video)
#isionentertainment
#visionentertainment
#EthiopianMusic #OromoMusic #Like #Comment #Africa #Africatribe #Topten #Afrobeat #Africaunite #Breaking #Challenge #Tailent #Diyhow #Tiktok #Music #oromomusic #Vision #superbowl54 #superbowl2023what a men want in a Relations.
#Dr.Abiy
#Hacaalu hundessa
#jawar mohammed
farfanna afaan oromo
#galaana garomsa
#gutu abera
#Yosan Getahun
#Lencho Gemechu
#solomonalemuofficial
#dr nafyad
Transcript
#tigriniamusic #elatv #amharicmusic
New Ethiopian Music 2023 | Ethiopian Music 2023 | Oromo Music
Ethiopian Oromo Music 2023

Опубликовано:

 

7 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 95   
@Ummuuuzefaa
@Ummuuuzefaa 10 месяцев назад
Jabaadhuu sanyii offii Mee jaallaala fagenyaa nuf himii
@shaleelhashem6695
@shaleelhashem6695 10 месяцев назад
Wwwww Jabadhuu Qalii Namaa 🙏🤲👍
@fartunaayub2904
@fartunaayub2904 10 месяцев назад
Dhugaa keeti gorsa gaariidha galatoomi ❤❤❤❤❤ nuf jiradhuu waan ofii
@BirhaneTasfaaye-kt3qe
@BirhaneTasfaaye-kt3qe 10 месяцев назад
Dhifama wajin j koo bayen jaladhaa hinis sijaladhaa jedhaa garumoo aman dawalufitii nayegaa dawalee yeroo hundaa maf hin dawaltuu jedhaa jechisaa kun naf galuu didee jibafimoo malif aman dawalutii naegaa gafii kanaa naf debisii Dhifama wajin 🥺❤❤❤
@user-rd9iq6rv9p
@user-rd9iq6rv9p 10 месяцев назад
Maa barsiiste ati😮 Inni haa bilbiluu yeroo inni online irraa bade qofa bilbiliif😊❤
@user-pt9zr5lt5v
@user-pt9zr5lt5v 10 месяцев назад
Itti hin dawalin hanga barbadee ha turuu ati olini iraa bahii guyyaa baya'ee turu iratti debi'ii yo san si yadaa hasaha ittii hin bayi'isiin
@Haanichoo
@Haanichoo 10 месяцев назад
Anileen akkasumatii naa dhiibee walahii Amaa gaaruu ofiraa dhisee itii bilbiluu osoma jaladhuu obsee dhisee dhiisii ittin bilbilin yo sii jalatee inu oson sii hin bilbilin hin olu
@BirhaneTasfaaye-kt3qe
@BirhaneTasfaaye-kt3qe 10 месяцев назад
@@Haanichoo dhugaa jetee anis ofiraa dhisufanii bayee gafii natii tayee dhugaa
@vipvip-ee3lo
@vipvip-ee3lo 10 месяцев назад
Jabadhu gorsaa garii🙏
@mkyu4266
@mkyu4266 10 месяцев назад
❤❤💯💯✔️👌
@missjamila8646
@missjamila8646 10 месяцев назад
Gariidhaa nufiiii jiraadhuuu
@abarash1236
@abarash1236 8 месяцев назад
You right Thank you
@Haanichoo
@Haanichoo 10 месяцев назад
Well come bro🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
@cellcell8403
@cellcell8403 9 месяцев назад
Gorsaa bayy.ee.garidhaa ebbifamii💕💕💕
@anshaagetahun3412
@anshaagetahun3412 10 месяцев назад
❤❤❤❤🎉🎉
@jgyvhhvtfv6791
@jgyvhhvtfv6791 10 месяцев назад
Wow jabadhu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@keennakaayyooapp-mg8tq
@keennakaayyooapp-mg8tq 10 месяцев назад
Dhugaa kee jetee❤❤❤❤❤❤
@medinaamedinaa3135
@medinaamedinaa3135 10 месяцев назад
Dhugaa keti bro ❤❤
@medinaamedinaa3135
@medinaamedinaa3135 10 месяцев назад
❤❤
@BirhaneTasfaaye-kt3qe
@BirhaneTasfaaye-kt3qe 10 месяцев назад
Gorsikee bayee baredaa jajabadhuu itii fufii❤❤❤❤❤
@user-rd9iq6rv9p
@user-rd9iq6rv9p 10 месяцев назад
Galatomii ❤
@burtee69
@burtee69 10 месяцев назад
Dhugaa keetii gorsii kee garidhaa anii herumee da'iimaa tokoo wal irraa qamna isumaa birraan dhufee birrin hojeedhus isumatiin ergaa turee amma galuu ergaan ka'eetii walii galaa hin jiruu bay'ee wal lolaa mal naa gorsitaa mee warii comment mee yadda kessan
@offitaiijiiiradhu
@offitaiijiiiradhu 2 месяца назад
Wow jabadhu senyii ko❤❤❤❤❤❤
@fantofanto5737
@fantofanto5737 3 месяца назад
Ameen bagaa naagaan dhuftaan❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Nuruu❤❤❤
@user-iz9sl9vo2v
@user-iz9sl9vo2v 8 месяцев назад
Wow jaabadhuu qalii namaa gorskee baaredhaa
@keyrattube9249
@keyrattube9249 10 месяцев назад
gorsaa bareeda
@sabbontuoromouae4358
@sabbontuoromouae4358 8 месяцев назад
Gorsii Kee bayee bareedaa heedduu galatoomi bro thank you ❤❤❤
@user-pg8ni9wf9d
@user-pg8ni9wf9d 10 месяцев назад
Gorsi ke baredadha ❤❤
@keyrattube9249
@keyrattube9249 10 месяцев назад
Dhuga keeti galatomii
@AsterAster-np7jv
@AsterAster-np7jv 9 месяцев назад
Jabadhuu gorasaa garidhaa 👂👈
@tatinew2073
@tatinew2073 10 месяцев назад
Jabaa kenya jabadhu gorosaa bayyee garidha galatomi🙏
@FateKasa
@FateKasa 10 месяцев назад
Yess nuf jiradhu🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@user-st5ij9fz4i
@user-st5ij9fz4i 10 месяцев назад
Bayyee namatti tola dhugaa rabbi ❤❤❤❤
@user-eo6wc1yr2u
@user-eo6wc1yr2u 4 месяца назад
Dhuugaa jetee ebiifamii nof jiraadhuu 👍👍👍👍👍👍👍👍👍♥️♥️♥️♥️♥️♥️💝💝💝💝💝💝💝🥰🥰🥰🥰🥰
@Kamady-my4sq
@Kamady-my4sq 3 месяца назад
Dhugaa jetee biroo koo jabadhuu nama akka kee qabachuu keenyaatii gammachuu.guddatuu natii dhagahamaa keessatuu warii akka koo biyaa alla jirtaniifii barnotaa bayyee namatii toluu obboleessaa keenyaan nufii darbuu itii gammadeen jiraa sinis bayyee akka gammadan abdiin qaba nufi jiradhuu
@ragebekele3216
@ragebekele3216 10 месяцев назад
Jabadhu garuu wanatani sin dubbadhu qaba uttuun sin argee baayyee jalaadha
@obsitusaanyihaacee
@obsitusaanyihaacee 8 месяцев назад
Yes 👍👍👍
@AdreeAdree-gp9ep
@AdreeAdree-gp9ep 14 дней назад
Wawu wawu jabaadhu qaalii koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@foziyaEbrahim-jw8ye
@foziyaEbrahim-jw8ye 10 месяцев назад
Jalaala fagenyaa haalaa kaamin kununsuu dandama
@SalmaZubsidi
@SalmaZubsidi 9 месяцев назад
Jalali fagenyaan hin dagefamu jalalan yon batan dhaganu hin ulfatu jalalan yo deman karaan hin fagatu anis garu halaluma tae jalachut jira wallahi nu hundafu rabbin nuf ha lafisu inshaalah
@muleetaddasaa
@muleetaddasaa 4 месяца назад
Wowwwww Ebifamii obolesaa kenyaa gorsaa garidhaa jabadhuu❤❤
@misgaaneefayyeera9410
@misgaaneefayyeera9410 21 день назад
Jabaadhuu gorsii kee bayee gariidhaa dhugaa❤❤❤
@tawakaltualalhaa1824
@tawakaltualalhaa1824 10 месяцев назад
Well come baga nagan dhuftee 👏❤️❤️
@user-ne6ok5ii4r
@user-ne6ok5ii4r 9 месяцев назад
galatomii❤❤❤❤❤❤
@user-ui4yj5ms1i
@user-ui4yj5ms1i 6 месяцев назад
Jalaleen koo akkamitti natti deb'uu danda'aa
@user-ui4yj5ms1i
@user-ui4yj5ms1i 6 месяцев назад
❤❤❤🎉
@ziiriiyaniidarasoo7303
@ziiriiyaniidarasoo7303 9 месяцев назад
dhuGa 🎉
@aishaa683
@aishaa683 6 месяцев назад
Jzk gltm wly dhuga keti jabaa ko jabadhuu amasi rabbin bekumasa kee sif hadabaluu Inishalla allah ❤❤❤❤❤❤❤❤
@buzebekene5929
@buzebekene5929 3 месяца назад
Yes 🥰
@sumayafiqiri
@sumayafiqiri 2 месяца назад
Dhugaa keetii 🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
@user-ne6ok5ii4r
@user-ne6ok5ii4r 9 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@BireeeKing
@BireeeKing 7 месяцев назад
Gariidha
@Zahra24-tn8vh
@Zahra24-tn8vh 3 месяца назад
Jabadhu🎉🎉
@Safia-uh2bc
@Safia-uh2bc 3 месяца назад
Galtomii wah danuu sira baradhee
@SifanShawa-gq8pz
@SifanShawa-gq8pz 3 месяца назад
Galatomi qallii nama ❤❤❤❤❤❤
@user-ny4sp1vi1l
@user-ny4sp1vi1l 9 месяцев назад
Wooow
@user-fs3vo5np4d
@user-fs3vo5np4d 8 месяцев назад
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️👍👍💞
@user-ns1nj5uz7h
@user-ns1nj5uz7h 3 месяца назад
Dhugaa jettee jabaadhuu barnootaa bareedaa
@BadiriBakkalcho
@BadiriBakkalcho 21 день назад
Jaabadhu ❤❤❤
@ayantugetachew8431
@ayantugetachew8431 Месяц назад
Bayyee galatoomi ati nama beekadhaa
@user-qo3lb4gx7o
@user-qo3lb4gx7o 7 месяцев назад
Gorsii kee bayyee garidhaa itti fufii, garuu kan dhiraa malee kan dhalahoo hinjiru??? Osoo issa irratis nuf qodde bayyee nutti tolaa jabadhuu!!!!
@yesusguda2145
@yesusguda2145 4 месяца назад
Galatoomii ❤
@DestaTefari
@DestaTefari 2 месяца назад
Galatoomi❤❤❤❤❤
@AsterAster-np7jv
@AsterAster-np7jv 9 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤❤
@Kamady-my4sq
@Kamady-my4sq 3 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Safia-uh2bc
@Safia-uh2bc 3 месяца назад
Aniii kanaa jedhuu qanii Sala dubara akamitii dhipistaa
@misraamisraa4655
@misraamisraa4655 4 месяца назад
💞💞💞💞💞💞💞🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰😍😍😍😍😍👌
@Safia-uh2bc
@Safia-uh2bc 3 месяца назад
Anii kanani jedhuu dhirii tokoo yoo sihii
@user-pi4cw4uw4r
@user-pi4cw4uw4r 4 месяца назад
gorsii kee baayee namati tolaa ani herumeen jiraa wagaa 5 waalin ture mucaa tokko qabna ani biyya ormaan jiraa dura baayee waaljalana ama garuu baayee qayarama jiraa wan adda adda irratii dhaga,an jiraa ani har,as bayyeen jaladhaa mucaan koos isumaa waalin jiraa please maalna gorsitaa
@ZenuZenet
@ZenuZenet 4 месяца назад
baye bayee gallatomii hadhoo koo naf jirradhuu bayee namatii tolla gorsa farii naf taee ullfadhu umurii dhera naf jirradhuu hadhoo koo 💯💯💯💞💔❤️‍🩹❤️‍🩹❤️‍🩹❤️‍🩹❣️🎉🎉🎉🎉
@ZenuZenet
@ZenuZenet 4 месяца назад
baye natii toollee Ra ulfadhuu hadhoo koo waqayoo siia ebiissii
@LensaWaktole
@LensaWaktole 8 дней назад
❤❤💕✅️
@tsehaybejiga617
@tsehaybejiga617 10 месяцев назад
Sagale tana jechun malli ?
@user-fu3xx9oi3n
@user-fu3xx9oi3n 10 месяцев назад
Gaafii kana naaf deebisii mee jalaala keessaati birrii naaf ergitu malee si dhisaa jedhu mee maalii jete
@simbookooiyyeesus1379
@simbookooiyyeesus1379 10 месяцев назад
Aniyuu siifaan debisaa habibte Jalali birrin hin maadalamuu jalalii jalalan male Kanaf inni amma birrii siin jedhuu kun ergituule sii dhisuun isaa hin oluu kanaf atii Birrii kee hin ergiin yoo sii dhise kan waqayyoo siif kenne Esaayuu hin dhaquu Kanaf shamaraan keenyaa dhiraa birrii siinin jedhuuti birrii kessaan hin ergina please please please 😢😢❤
@hhi4562
@hhi4562 10 месяцев назад
Anuu biraa naa gafatee dhogadhee batii shanii turee debiee
@simbookooiyyeesus1379
@simbookooiyyeesus1379 10 месяцев назад
@@hhi4562👍👍👍👍👍👍❤❤❤❤❤❤❣❣❣❣❣
@fhff1903
@fhff1903 10 месяцев назад
Muka nyadhu jedhinii dhira birii dematu balagedha
@simbookooiyyeesus1379
@simbookooiyyeesus1379 10 месяцев назад
@@fhff1903 ❣❣❣❣👍👍❤
@lollyl1889
@lollyl1889 10 месяцев назад
❤❤❤
@Safia-uh2bc
@Safia-uh2bc 3 месяца назад
Galtomii wah danuu sira baradhee
@user-bv6yr1qx4b
@user-bv6yr1qx4b 8 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@AliAli-zc7vu
@AliAli-zc7vu 10 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤
@user-nb1od8bd5z
@user-nb1od8bd5z 10 месяцев назад
❤❤❤❤
@tsehaybejiga617
@tsehaybejiga617 10 месяцев назад
❤❤❤❤❤
@Mwka-f9l
@Mwka-f9l 29 дней назад
@BiraneLabata
@BiraneLabata Месяц назад
❤❤❤
@SalamSalam-rw9rr
@SalamSalam-rw9rr 7 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤
Далее
Mil’uu qorannoo
1:04:36
Просмотров 8 тыс.
Нарвался на сотрудника ФСБ⚡️
01:00
Wal-qunnamtii saalaa yeroo ulfaa yoom dhorkama?
8:17
Просмотров 382 тыс.
Gaaffi dhiirotatti hin tolle
9:38
Просмотров 19 тыс.
Durbi tokko Durbummaan yoo ulfoofte akkam godhu?
9:15