Тёмный

"Jaartiin tiyya ilmaan dhaltee furdatte" - Dhaddacha 35ffaa Lakkofsa Galmee 72 

Nuuralhudaa
Подписаться 203 тыс.
Просмотров 7 тыс.
50% 1

Radio Nuuralhudaa Gargaaruuf buymeacoffee.c...
Baankii biyyaa irratti erguuf
Lakkofsa herrega baankii 1000649659908
Maqaa: Edris Aburo and Mohammedawol
Iyyannoo 1ffaa
Lakkofsa Galmee 72
Akkam jirtan qopheessitoota Raadiyoo Nuuralhudaa qophii dhaddacha Jaalalaa. Qophii bareedduu addunyaafi aakhiratti nu fayyaddu tana nuuf qopheessuu keessaniif guddoo isin galatoomfanna. Rabbiin isinirraa haa jaalatu jechaaa gama iyyannoo tiyyaatti ceha. Maqaan kiyya L.H’n jedhama. Waggaa 4 dura intala bareedduu takka laalladhee fuudhe. intalti tun akkuma bifa isii haalaafi amalas bareedaa qabdi. Waan na gammachiisu malee, waan na dallansiisu takkallee dalaydee hin beeytu. Tola Rabbii guddaatiin amma ilmaann 3 argannee jireenya gammachuu jiraachutti jirra. Garuu qalbii tiyya tanaatu ziqii dhabee na rakkutti jira. Jaartiin tiyya lakkuma ilmoo dhalaa deemtuun jijjiirama dhufte. Bareedinni isii kan akka urjii halaalaa mullatu sun irraa harca’e. fuulli isii adiin golgolaawee gurraachomee jira. Miidhaginni isii kan gaafa duraa na hawate sun arraan tana bakka hin jiru. Inumaa amma nama biroo fakkaattiihu. Duuba aniis ilma namaati, qalbiin tiyya waan gaggaarii arguu barbaaddi. Miidhagina jaartii tiyyaa tan gaafa duraa san dhabnaan, bitaafi mirga lallaaluu eegalte. Gama birootii wanti natti irrate tokkolleen hin jiru. Gama firaashaafi nyaataafi dhugaatiitiinis gammachuuu guddoo qaba. Garuu qalbiin tiyya ala lallaaluu eegaltee jirti. Isiinis akka gaafa duraa if babbareechuu hin heddummeeysitu. Yoon ka’ee jaartii biroo fuudha jedhe, bultii gammachuu tanaatu narraa boorawa. Jaalala isiin naaf qabdu tanaatu dhabama. Mee furmaanni kiyya maali, waan qalbii tiyya gad naaf qabu akka naaf dhaamtan kabajaan isin gaafadha. Murtii abbaa murtii obsaanin eeggadha. Galatoomaa.
Copyright Notice:
Reuploading any of our videos or content to another RU-vid channel or platform without our explicit consent is a violation of our copyright. We do not tolerate such actions.
We actively monitor for unauthorised use of our content. If we discover that our content has been reuploaded without permission, we reserve the right to take appropriate legal action, including reporting the infringement to RU-vid and requesting the removal of the unauthorised content.

Опубликовано:

 

29 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 70   
@mahadiimohammedofficial
@mahadiimohammedofficial 2 дня назад
❤❤❤ Maashaa Allah jabaadha ❤❤ mee namni Akka kiyyaatti Qophii dhaddacha jaalalaa hirdoftan Like godhaa ❤ video tana Anaatu dura Like godhe
@GamachuMahamadmussa-gw4kg
@GamachuMahamadmussa-gw4kg 2 дня назад
Maasha Allah galatoomaa rabbiin isinirraa haa jaalatuu.❤❤❤❤❤
@ShaabiyaAbdella
@ShaabiyaAbdella 2 дня назад
Ws wr wb Mashallah
@aishatubu5805
@aishatubu5805 2 дня назад
Mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa ❤❤
@abdumoosa4974
@abdumoosa4974 2 дня назад
Mashallh Mashallh Mashallh ❤❤❤
@Ayaanorotuub
@Ayaanorotuub 2 дня назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@LeylaMohamad-p8c
@LeylaMohamad-p8c 2 дня назад
As wr wb qophii keessaan akkaam akkaa namatii toluu jechaa jedhee isii ibsuu dhabee Nural hudaa ❤❤❤❤❤❤ Jaaza kallah keyiran
@SamiraaShanqo
@SamiraaShanqo 2 дня назад
Maashaallaa namani akka kiyaa sagata dhadachaa jalalaa jalatani layiki tiqaa ❤❤🎉 obolesaa kenyaa rabi qofaa kaa hin jijiramane hati tee duraa hedu baredi amaa garu dulati atisi akasumaa rabi sii haa qajelachu wly gafi hamile namaa cabasu kuni 😭😭😭❤
@محمدالوادعي-ه8و
@محمدالوادعي-ه8و День назад
Dhugaadha wallahi rabbin nuha qajelchuu baredinni yoom namarratti aftii yerodhaafiho ergisa rbbitiho yeroon isa genyaan ingalaa❤❤❤❤🎉🎉🎉
@obee5944
@obee5944 2 дня назад
❤❤❤
@makiama9561
@makiama9561 2 дня назад
❤❤❤
@ShukriMusxafa
@ShukriMusxafa 2 дня назад
Mashaa Allah mashaa Allah ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@hemzamama4626
@hemzamama4626 2 дня назад
Fidaaka abi wa ummi yaa rasulallaha Sallallahu aleeyhi wassallaam
@AbdulbaasixHuseen-jz3fj
@AbdulbaasixHuseen-jz3fj 2 дня назад
جزاكم الله خيرا على ما قدمتم لنا❤❤❤❤❤
@misraabdnmajid523
@misraabdnmajid523 2 дня назад
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@UmarSabaa-k2z
@UmarSabaa-k2z 2 дня назад
Mashaa rabbiin isiin irraa ha jalatuu 😊
@musxafaaliyii6967
@musxafaaliyii6967 2 дня назад
Wl wr wb ♥️ 🤝
@husseinmohammed3834
@husseinmohammed3834 2 дня назад
Masha alha jabdha❤❤❤
@Burtelove1
@Burtelove1 2 дня назад
Wl wr wb bagaa nagan dhuftanii mee akaa isin araganuu nuf mijesamee
@allahwakiljeylan6962
@allahwakiljeylan6962 2 дня назад
❤❤🎉🎉🎉❤❤
@mahammadibraahimmummee-mg2yz
@mahammadibraahimmummee-mg2yz 2 дня назад
❤❤❤❤❤❤❤
@Mohammadinaliyi
@Mohammadinaliyi 2 дня назад
❤❤❤❤
@AyanAyan-pb7dy
@AyanAyan-pb7dy 2 дня назад
Mashallh Mashallh 💕
@Rasisa-m6b
@Rasisa-m6b День назад
Waleykum samaalm warahamtullahi wabaraktuhu mashallah rabbin isinira hajalatu
@MahamadIbrahimdawwe
@MahamadIbrahimdawwe 2 дня назад
اسلام عليكم ورحمة الله وبركاته ماشاء الله تبارك الله فجزاكم الله ❤❤❤❤
@Muusseeshow1
@Muusseeshow1 2 дня назад
❤❤❤❤jabaadhaa
@محمدالوادعي-ه8و
@محمدالوادعي-ه8و День назад
Wl wr wb Mashahallah mashahallah fayyyaa qabadha yomoo umuridherinaa wajjin❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@MameBaale
@MameBaale 16 часов назад
As wr wb mashaa Allaah Rabbi isiin irraa haa jalatu galani keessaan janatuu firdoos haa Tau❤❤❤❤❤❤❤❤ ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@jamilahasan-hg6yl
@jamilahasan-hg6yl 4 часа назад
❤❤ waleykum sallaam waarahmattullaah waabarakattuuhu Maaashaaaa Allaaaha Maaashaaaa Allaaaha umriinuudheereessii yaa rabbii waleykum sallaam waarahmattullaah waabarakattuuhu ❤❤
@AanaaMohammed-zd4hb
@AanaaMohammed-zd4hb 2 дня назад
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@sabirinaBintiIslaama
@sabirinaBintiIslaama 2 дня назад
❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@abduselam2758
@abduselam2758 День назад
Aboo ati jaarti fuute ilmo 3 dhalte ta bira hawita. Nuti haga ama takiti sanuu hin fuune dheebuun dubartii nu ajjeefte. 😅Aboo mekapii bitiifi of bareechi jaiin.
@Sadeah-x1x
@Sadeah-x1x День назад
wantii akka duriiti ta'uu hin jiruu rabbii tokkocha malee ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@الحمداللهعلىنعمةالإسلام-ه3ج
Waleykuumsalaam Warahamatullhii Wabarakatahuu mashallha Rabbin isinirra hjalatuu jabadha 🎉❤
@RukiyaMohamad
@RukiyaMohamad День назад
Mashaa Allah mashaa Allah
@marwa4015
@marwa4015 День назад
Mashallaa Mashallaa tabarkallaa tabarkallaa baga
@sudiibulchaa3560
@sudiibulchaa3560 21 час назад
Mashalaa tabarakalaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤ jalalaa akanaa jabachudhaa ❤❤❤❤
@Suusiyye
@Suusiyye 2 дня назад
Ajiib itti himee uf qaqqabii hin jedhuuni ree jaalalan suuta ,kan bareedinna ilmi nama ni jijjirama inni akka gaafa isiin itti heerumtee jira ammaa !!??
@MariamAbu-dj9uw
@MariamAbu-dj9uw 2 дня назад
MAshaallaa MAshaallaa MAshaallaa ❤❤❤❤❤❤
@BaleRobe-bu1wj
@BaleRobe-bu1wj 2 дня назад
Maashaa Allah ❤ Gorsa bareedaa dha. Jazaakumullaahu keyran
@FamiAhmed-uq5bx
@FamiAhmed-uq5bx 22 часа назад
❤❤❤❤ Nuuralhudaa❤❤🎉🎉🎉
@AsHa-s7m
@AsHa-s7m 2 дня назад
❤❤❤❤❤❤🎉🎉 mashallaa tabara kalaa
@AbdirezakHassan-jc2do
@AbdirezakHassan-jc2do День назад
Mashaallaah Mashaallaah
@qashiitibadiyatube6389
@qashiitibadiyatube6389 День назад
mashallh tabarakallh raabbiin isiirahajalatu
@RuhiiToo
@RuhiiToo 2 дня назад
Maashaa allaah
@AbdusalaamAhmed-l8w
@AbdusalaamAhmed-l8w 2 дня назад
❤❤❤❤❤akkanuma jiruni gadda duniyaa
@MarufAmir-ke4el
@MarufAmir-ke4el День назад
Gabbinnii bareeda maal qaba abbo
@AsdggKhan
@AsdggKhan 2 дня назад
Maashaallaah nuuf jiraadhaa
@ademdesta
@ademdesta День назад
Nuuf jiraadha ♥️♥️🎉
@makiamakia-hz5nx
@makiamakia-hz5nx День назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@SamiraSamra-p9i
@SamiraSamra-p9i День назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@عينواول
@عينواول 2 дня назад
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
@Marifaanuru
@Marifaanuru 2 дня назад
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@wardayusuf7557
@wardayusuf7557 16 часов назад
❤❤❤❤
@HopefulEspresso-oi7ue
@HopefulEspresso-oi7ue День назад
❤❤❤❤❤❤❤
@JafarJafar-u4w
@JafarJafar-u4w 2 дня назад
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@Yasmin-s2t6b
@Yasmin-s2t6b 2 дня назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@DastuMohamed-p1j
@DastuMohamed-p1j День назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@KaalidHuseen-pj6jc
@KaalidHuseen-pj6jc 23 часа назад
A,w,w,Ummata Islaamaa Chanala kiyya kan kaalid Huseen Yaasin jedhu Sabsicribe Godhaa Nagargaaraa
@RuhiiToo
@RuhiiToo 2 дня назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@misraabdnmajid523
@misraabdnmajid523 2 дня назад
❤❤❤❤❤🎉🎉
@qashiitibadiyatube6389
@qashiitibadiyatube6389 День назад
Innii hoo
@uae7483
@uae7483 2 дня назад
❤❤❤❤❤
@Asharaq4242
@Asharaq4242 2 дня назад
❤❤❤❤❤❤❤
@Amiinaa7092
@Amiinaa7092 День назад
❤❤❤❤
@NaifKiyya
@NaifKiyya 2 дня назад
❤❤❤❤❤❤
@hindagatinmuktaar
@hindagatinmuktaar 2 дня назад
❤❤❤❤❤❤❤
@AhmadHassan-t6k
@AhmadHassan-t6k 2 дня назад
❤❤❤❤❤
Далее
Halkan Suuta Jennee Walitti Dabarra
21:48
Просмотров 8 тыс.
🦊🎀
00:16
Просмотров 235 тыс.
Artist Obboo Tufa Yookan Aliisho
22:21
Просмотров 3,1 тыс.
Haadha Ulfeesseen Intala Jaalladhe
16:22
Просмотров 10 тыс.
"Waan hundi yeroo qaba" Siinboonee Hangaasaa
19:45
Просмотров 37 тыс.
RNH 884, September 26, 2024 Jaarmaya Bultii
19:30
Просмотров 7 тыс.
Gaaffiif Deebii Warraf Abbamana
15:31
Просмотров 52 тыс.
Sadan Isaanii Takkaatti Ana Gammachiisani
17:36
Просмотров 2,8 тыс.