Тёмный

Jima Geleta & Hawi Hailu (Chaltu) Gundoo Booree New Oromo Music 2020 (Official Video) 

O Bokkuu Tube
Подписаться 23 тыс.
Просмотров 1,1 млн
50% 1

#NewOromoMusic2020 #newethiopiamusic2020 #Neworomo #Obokkutube
Check Out New Oromo Musics, Oromo Comedy and More Oromia Entertainment Videos by Subscribing Here / @obokkuutube
T.me/o_bokkuu_tube
Fb.com/o_bokkuu_tube
unauthorised use, distribution and re upload of this content is strictly prohibited
Copyright ©2020 O_BOKKUU_TUBE

Опубликовано:

 

19 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 895   
@Oromia24
@Oromia24 4 года назад
Baay'ee Namatti Tola, Aadaa fi Duudha Hin Dagatamne Nu Yadachiiftani!
@makdbugaketiitifufi5803
@makdbugaketiitifufi5803 4 года назад
Wowow Oromiyaa koo 😍😍😍😍😢😢😢😢😭🙌🙌🙌🙋🙋🙏🙏🙏🙏🙌👈❤💘💘❤❤💘
@faxeand1692
@faxeand1692 4 года назад
Oromia 24 game ani jehu si jaladha sagale ke bayye nati tola ani dhalatu illu abba bor yo tahu diqisifatota ke kessa tokko ani
@Oromia24
@Oromia24 4 года назад
Galatooma Obboloottankoo!
@hawwiidarajee2303
@hawwiidarajee2303 4 года назад
Oromia baay'ee si jaladha sagalee kee 😘😘😘😘😍😍😍😍
@imabettolsa9532
@imabettolsa9532 4 года назад
😘😘😘akaasitii malee hin herumuu Waqiii Mee Warii akaakoo itii gamadani likeme😋😋
@seenaa7402
@seenaa7402 4 года назад
Wallagaa koo Yaa mandii koo Yaa shabuu koo Yaa horroo koo Yaa badalee koo Yaa Gibbii koo Yaa benjii koo Yaa siree koo Yaa Annoo koo Yaa sayyoo koo Yaa bilaa koo Yaa harato koo Yaa biyyaa ilfneeshii qannoo koo Yaa biyyaa Baqalaa garba koo Yaa biyyaa ebisaa adunyaa koo Yaa biyya dawid ibsaa koo Yaa biyyaa jalla maroo koo Yaa biyyaa kumsaa morodaa koo Uuuffeee isaa kami wameen isaa kami dhisaa yaa biyyaa wallagaa koo yaa biyyaa koo oromiyaa koo Yaa biyya gottaa Wallagaa ❤
@rahimaanaziif735
@rahimaanaziif735 3 года назад
Wwww das namaa jedhuu umaanii wolagaa kuun bayee tokoo namaa hawaatuu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💞💞💞
@abdissamengesha876
@abdissamengesha876 4 года назад
Amazing Oromian play! Just wow! This shows how this country /Ethiopia/ is rich in culture and social relation. It is a marriage ceremony in West Showa, Wollega an I’ll-Abbabora areas. It begins with the dad of the daughter, feeling depressed that he is going to miss his daughter, but finally decided.😥 The ladies are trying to protect the brides not to enter and pick their beloved. But finally won, up on leaving, they play the song named Mararoo, a love and good bye. The bridegroom is expected to take that dish which they call Gundoo Boree. Unacceptable to leave that behind. When they reach home they are warmly welcomed that way. And it is culturally proudly for the daughter to be virgin. That white garment with drop of blood is congratulation. Big proud among both family. Wow! Luv it!!!
@rimamohammed3592
@rimamohammed3592 4 года назад
Uuuuufffffff rabii isin ha jirachisuu Adda walagaa harmee funyen. Argee Harkaa isaniratiin gudadhee Adda Na dhugachaan gudadhee ba'yee tokoo bareduu an biyaa orman jiraa garaa Na rafamee yogun dhagahuu 😭😭😭 galtomaa ❤️❤️
@gudisanememerga6998
@gudisanememerga6998 4 года назад
Miira guddaatiin liqimsameen dhaggeeffadhe. waan hedduu qe'ee keenyaa nu yaadachiistani, GALATOOMAA
@milkiasfaw4907
@milkiasfaw4907 4 года назад
I can't stop listening this music! Real history of Oromo in Wolega! Aadaan kuni tasuma baduu hin qabu sirritti irratti hojjetamuu qaba! Warri waan kana hojjettan hedduu galatoomaa!
@abdissamengesha876
@abdissamengesha876 4 года назад
Yea! That is almost similar in Illu and West Shoa. My mother deeply told me, sung for me in my teenagers. “Simbbirroo yaa barii shasha” a typical and same as this one. I was so emotional. OMG!!!!❤️😥❤️❤️❤️❤️❤️
@beshaagetachew6887
@beshaagetachew6887 4 года назад
Sirribaa hawiin egaa turee wanii gadii nufii dhifaatan fi galtooma ijoolen oromo sher leki godhuun cinaa hadhaa banuu❤❤❤😢
@beshaagetachew6887
@beshaagetachew6887 4 года назад
@@obokkuutube tollee garuu kaninii kessaa minew shawaan ilmaa oromoti arti oromo gudusufi bayyee hojatee jirraa garruu kanii akkaa kessaan kanaati gadii qabee arti oromo irraati hojatuu dhabee malee
@yutb1050
@yutb1050 4 года назад
እኔ ጉራጌ ነኝ ኦሮሞ ውስጤ ነው በጣም ነው ምውዳቹ ያደኩትም ከኦሮሞ ነው
@tiruyetesemma463
@tiruyetesemma463 4 года назад
Ingam weeeddddd new
@ethiopiaethiopia672
@ethiopiaethiopia672 4 года назад
💕💕💕💕💕💕😍😍😍 enwodachowalen egnmmmmmmmmmmm🇪🇹😘😘
@ሲፈንከሸገር
@ሲፈንከሸገር 4 года назад
እኛም። እንወዳችዋለን።
@zedwelega
@zedwelega 4 года назад
Md ignam inwedchwaln mirtoch 😍
@hawitelila9f5
@hawitelila9f5 4 года назад
Ijoole oromo qaqaleenkoo koo channel subcribe oso hin godhine hin darbina please
@hasenumar8433
@hasenumar8433 4 года назад
Ummata wallaggaa kana ummata uumaan bareeda ummata qarooma ummata garaan qulqulluu anii harargeedha garuu oromoo keessa kaniin akka ummata wallaggaa jaaladhu hin qabu keessoo kooti isiin lafaa fi uumaa keessan Yoon ilaalu caalamattii Oromummaa kootti boonaa garuu sirbii uffatanii aadaa dhangaa nyaata aadaa hanga ummannii kun gahuu ibsuu hanga ammaa hin baane jima fi caaltuun hojii keessan kanaaf hedduu galatooma keessattu caaltuun dandeettii dirama keessattii qabdu akkuma jirutti tahee sagalee sirbaf tahuu baayyee bareeda qabda jabadhaa aadaa saba kanaa irratti hojadhaa hedduu Takkaa isiin jaalanna hojii keessan kanaaf hedduu galatooma
@berhanibelay2459
@berhanibelay2459 4 года назад
Ulfaadhu oromon hundi akkasii
@zedwelega
@zedwelega 4 года назад
HASEN UMAR Galatomii sanyii ofii nutiis isiin jallannaa 👉❤Harargeee 🙏
@zedwelega
@zedwelega 4 года назад
@@obokkuutube Dhugaa jettee waal guddisu qabna yaada baredadha galatomi subscribe sigodhe kanas
@ababoointalaawallaggaa6294
@ababoointalaawallaggaa6294 4 года назад
Hasen umar ulfaadhu galatomi sanyii ofii qomoo koo 💘💘💘💘💚💘💚❤💚❤
@dudidiirirrt791
@dudidiirirrt791 4 года назад
Dhugumaa jette kan wallgaa jalatte wallagi miritidhaa
@miskokamal4144
@miskokamal4144 4 года назад
Wawwuu dhugaa Rabbi adda kana fakkatu qabachu kenyati bayye nu boonsaa jabbadha qomoo koo
@MeronN-v7q
@MeronN-v7q 6 месяцев назад
Bayye iti bonuu qabnaa❤❤❤
@qaarreeoromia9475
@qaarreeoromia9475 4 года назад
Wow qulqullu oromo wallaga ❤❤❤😍😍😍😍
@zxpl7355
@zxpl7355 4 дня назад
Wow Addaa wallaggaa bayyeen jaalladha jabbaadha Addaa kenyaa nuf mulliisaa ❤️💚❤️
@murattuuabo2675
@murattuuabo2675 4 года назад
Uuuuffff oromumaa aadaa fi dudhaa bonsa qabna yaa kunuunsinu.!!
@alexzare5852
@alexzare5852 4 года назад
💚💛❤በጣም ደስ የሚል የሰርግ ዘፍን ነው! ውብ ኢትዮጵያዊ ባህል! ጀባዳ ባኢሴ በሬዳ!💚💛❤
@makyamakya6175
@makyamakya6175 2 года назад
🤧🤧🤧😡🐕qomce 👎 🤬 be Asi saree 🐕🙄😬
@mistukanaa9754
@mistukanaa9754 4 года назад
Wowo adda baredaa kana hafee turee adda kee nuu yadachiftaan caltuu and jimaa galataa gudaa qabduu akamii namatii tolaa adda bonsaa uuufffeee
@Dani-mk1qy
@Dani-mk1qy 3 месяца назад
Naa jiraa bagaa wallagga keesatii dhaladhee keesumaa moo bagaa biyyaa koo tataaniii❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢
@ashenafichala7095
@ashenafichala7095 3 года назад
what such amazing and lovely wedding Oromo culture. I am proud of being Oromo!!!!!!!
@dammad8575
@dammad8575 4 года назад
Bay'ee baye'ee namatii tolaa jabadhaa Adaan ofii nama bonsaa ❤️❤️👌
@imabettolsa9532
@imabettolsa9532 4 года назад
Dhugaa rabbii Yoo rabii Jedhe Akasitinii herumaa Manaatii malesii hin herumuu Dhukeraa kasisaa Dhugaa Kkkkk Rabbiikoo Itii nagahii atii Hiriyootakoo itini sinii hagahuu Addaa barreddaa qabnaa Herumnaanii akasitii Ykn dhisudhaa
@nanatiurgesa3998
@nanatiurgesa3998 4 года назад
Namaatti tola Aadaa, duudha kenyaa oromummaa too
@tarikeayala7223
@tarikeayala7223 4 года назад
Wowwww wallagakoo jabadha aadaa keenya mul' isaa💞💞💚❤️👍👍👍👍🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
@regasadinsa4641
@regasadinsa4641 4 года назад
Ijoollummaakoon yaadadhe, aadaa boonsaa hedduu dagannee jirra,galatooma aartistoonni keenya.
@entertainmentshowtv
@entertainmentshowtv 4 года назад
please anas subscribe naaf godhii!
@danieltessema4270
@danieltessema4270 3 года назад
I love this wedding song. If you go to countryside this kind of song is common but it's my first time to see so perfect culture on video. Wow! love it!
@amsaluwaktola975
@amsaluwaktola975 4 года назад
Ulfaadhaa! Aadaa fuudhaafi heerumaa ijoollummaarraa kaasnee argaa guddanne akka kanaan ijaafi gurra uummata Addunyaatiin nuuf gahuu keessaniif galata guddaa qabdu. Jimaa Galataa fi Hawwii Haayiluu galatoomaa. Yeroon sirba kana dhaggeeffadhu rifeensikoo ka'ee dhaabbate keessiikoos baay'ee gammade. Morma sosochoosaatuma dhaggeeffachaan jira. Hiroo, arrabsoo warra gurbaa, gundoo booree fi hansoosillee!
@AaSs-ev5rd
@AaSs-ev5rd 4 года назад
uuuufffff Wallaggaa koo bagaa naf jiratanii rakkoo akkam keessa tessan akanatti adda keessan yeroo Gammachu keessan arguu nan gammada 😭😭😭😭😭😭😭naf jiradha hin darba unduu
@zedwelega
@zedwelega 4 года назад
Aa Ss 👍❤
@keeruuawwol121
@keeruuawwol121 4 года назад
saha akaam namattii toolltii yaa Adda oromo yaarabii nuu daaggaggsii
@habtamugemechu1386
@habtamugemechu1386 4 года назад
Amazing Jima Geneti Cultural Wedding song, thank you producers, Chaltu & Jimma for your selecting my families home, and remembering us what was going to be forgotten in near future b/s of religion.
@kennadhaundinuuobsudhafuru904
@kennadhaundinuuobsudhafuru904 4 года назад
Sodaa arbsun hafee Jira Garu Adaaa kenyaa nuuf itti fufii
@nihangalata2643
@nihangalata2643 4 года назад
Wwwwww dhugaa nuuf jira dha adda walaggaa biyya koo bay'ee das Nama jedha ulfadha Ayii caltuun bay'ee tokko gara naa nyachaa turtee diramaa elaa caltuuf rabiratin qopha'ee yeroon ilaluu dhugaa nati fakkata turee hanga ammatilee diramicha nan dawadha dhugaa caltuu koo jiradhu sagalee bay'ee bareduu qabda dhugaa adda duratii nuu yadachiftani maloo addan akka hin dagatamne ammale nuuf jabadha 2n kesaniyuu isin jalanaa❤️💚❤️
@birmachumerga9206
@birmachumerga9206 4 года назад
dhugaa Adaadoo koo ishee boyyaa hermutee naa yadachiftaan eshii
@zedwelega
@zedwelega 4 года назад
👍😁
@jamaneshbalay205
@jamaneshbalay205 4 года назад
Wooww Addaa koo wallagga biyyaa dhalotaa koo guyyaa gutuu dhagefadhee boyyaa hollaa hadhafii Abbaa koo yaddadhee
@negusgebre3118
@negusgebre3118 4 года назад
i am from tgray i love you oromooo
@zedwelega
@zedwelega 4 года назад
👍🙏 thanks bro from oromia welega
@makyamakya6175
@makyamakya6175 2 года назад
@@zedwelega ❤🌳❤🌳❤🌳😘🌳😘🌳😘waallggaa koo 💋🐅🐅💪💋😘❤from oromia Arsii 🌳❤😘
@muleabdissa1045
@muleabdissa1045 4 года назад
Uuuuffee Addaa koo ilmaa naa Irraa citee wallaggaa koo
@siddisetadesse7007
@siddisetadesse7007 4 года назад
The beauty of our culture ❤️❤️ I’m proud of my people. Naa jiradhaa lamikoo ❤️❤️
@amansiisqanaatee3738
@amansiisqanaatee3738 4 года назад
Wow jiraadhaa isin. Waggaa meeqa booda biyyatti na deebiftan. Garuu weeddu afur walumatti fiddani tokkoon tokkoon isaaniiyyuu of danda'anii qofaatti ba'uu malu turani.
@suziitesfaye3102
@suziitesfaye3102 4 года назад
Uffffffff aadaa boonsaa qabna Yaaddaan liqimfameen dhageeffadhe 😢😢💔💔
@mommom-cc4su
@mommom-cc4su 4 года назад
As jirtaa gitii koo keess akkasitti sif sirbaa anuu
@oliifanabdannaahirphaa4092
@oliifanabdannaahirphaa4092 4 года назад
Aanaaf atuu akkasitti wal fuuna
@yeyesuslijiabbate2295
@yeyesuslijiabbate2295 4 года назад
uuuuuuuuuuuuuuf ya adda oromo akkam bareda
@workafhuralebu4892
@workafhuralebu4892 4 года назад
Every ting I see is the same❤ ❤with sodo guraguy❤ ❤celebration wading just❤ ❤beautiful thank you my❤ beloved oromo people❤ showing our Tradition❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@obseobsicell6862
@obseobsicell6862 4 года назад
Dhugaa guyya guyyanan dhagefadhaa sirba walagaa bayye garidha hawi
@jggh132
@jggh132 4 года назад
Addaan oromo namaa gammachisaa anilee akkaanaatii sirbaa adatiin herumaa
@kormebayisa1081
@kormebayisa1081 4 года назад
Aadaa boonsaa akkanaa dhiifnee aadaa biya ormaa waliin lafa dhiitna.
@rimamohammed3592
@rimamohammed3592 4 года назад
Hin sobne Dhugaa dubatee
@sifanihardo2829
@sifanihardo2829 4 года назад
Dhuga jete osoo adda.barde.qanu oroma siribe
@berhanebekele8621
@berhanebekele8621 3 года назад
Wowowowowo dhugaa akkam baredaa qufuu dadhabe❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@bosonacilaalo4252
@bosonacilaalo4252 3 года назад
Akka tahu hin malle taane... kan fulduraaf of keennun hundu ga'e isa ba'e dhaloota itti aanutti aada oromoo qulqullu fi gaari dabarsu qabna... it is not late.... we can do anything.....
@lensaahannii5095
@lensaahannii5095 4 года назад
Bayyee baredaa jabadhaa adaa ofii enyummaa kenyaa
@beranegizacho5313
@beranegizacho5313 4 года назад
Wwwwo baayye natti tolaa adda baredaa qabnaa hin jiruu kani kenyaa gituu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@takkoushcell3446
@takkoushcell3446 4 года назад
Ani salalee garuu adaa sanyi Koo Walagaa yeroo cidhaa ha'raan argee Uuuuufff bay'yee galatomma namatti Tolaa
@zedwelega
@zedwelega 4 года назад
Salale 👉❤
@tigtig4042
@tigtig4042 4 года назад
Baayyee namat tolaa oromia keessaa naannoo kamii garuu
@biiftuubiiftuu935
@biiftuubiiftuu935 4 года назад
Wallagaa
@werkuguyasahundara5977
@werkuguyasahundara5977 3 года назад
Jajjabee baddaa Horroo waggaa hedduu jiraadhaa! ❤️🟢❤️ Sirba ajaa'ibaati!
@fireenadhii4764
@fireenadhii4764 4 года назад
Wawoo oromoo koo jabadha 😍😍😍😍😍
@bobbylashly6152
@bobbylashly6152 3 года назад
W💗LLAAGAA whatta best cultural history that we ever have? Best cutler best traditional best food best place best people the most blessed Land ever the most respect people the most warm welcoming people the most peaceful people the most BRAVE 💪🏽 People I really misses my Hometown W💞LLAGAA biyaa Gotaa hamtuun siin arginii
@haawiiyoutubeoromoo2897
@haawiiyoutubeoromoo2897 4 года назад
Oboletiikoo Akkasiitii herumtee Ayii Analee itii Na haga.uu Akkaasuumaatii herumaa dhugaa 😭♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️🌹🌹wallaagaakooooooo
@abebelamu1303
@abebelamu1303 3 года назад
Strong and solid culture. I'm blessed to be a proud OROMO.
@sanyiiabiishee8899
@sanyiiabiishee8899 4 года назад
Aadaa biyyakoo. Baay’ee nama hawwata. Akka gaarittii hojjettan. Jabaadhaa!
@azvzvvzbzbsbs1234
@azvzvvzbzbsbs1234 4 года назад
waaaaaawwww jiraadha warri aadaa oromo guddisuuf dhamaatan hojii bareeda hojjatan hammas jabaadha kan kana caaluun koottoo
@goboshonemera2324
@goboshonemera2324 3 года назад
Baayee galatomaa baayee aadaa keenyaa mulistaan muladhaa jabadhaa sin waliin jiraa
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 года назад
Maatii naf taii sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@tejgeta8104
@tejgeta8104 4 года назад
Addaa ofi akkasiti ibsuu calaa wantii namaa gamachisuu hin jiruu jabadhuu
@kulleejidda9115
@kulleejidda9115 4 года назад
Yaa Rabbi cidhaa koobadiya keesa nafi godhi 😀😀😀Ufffg
@makdbugaketiitifufi5803
@makdbugaketiitifufi5803 4 года назад
Wowow Oromiyaa koo iti mudii wowow 😍😍😍😍😍😍😭😢😢😢🙌🙌🙌🙏🙌🙌🙌
@feyisaedosa5645
@feyisaedosa5645 3 года назад
Akkas sirba deddeebi'ee dhaggeeffadhee hin beeku. Baay'ee baay'ee namatti tola. "Har'a hin baatu booreedhawoo..." Waw!!!! Miss u my family OROMO.
@yeroosanarsii5473
@yeroosanarsii5473 4 года назад
Uuuuuuffiiii wayyoo Addaa koo Akkam nama bonsaa dhugaa jabaadha Artist keenyaa waqaayyoo ogumma kana caluu isiin haa kennu 💋💋💋💋❤❤❤❤😭😭😭😭
@lamiibadhasa7171
@lamiibadhasa7171 4 года назад
akkassi kuno aadaa Oromo bayyee namatti tola. bayyee nama gagasisa fayya nuf ta'a
@sanyiihachaluhundessa3529
@sanyiihachaluhundessa3529 4 года назад
baga.nagan.dhuftan.oromo.koo.bayye.bareda.jabadha.itti.nufufa.nutis.siwajin.jira❤❤❤❤❤❤❤👌👌👌👍👍👍👍
@mulergobana7679
@mulergobana7679 4 года назад
Bagan Oromoo taa'e! Isiinni nan boona! I am proud of you and proud of myself being an Oromo. Ijoollumma kiyya biyyaa kootti yoon hin xumuree, bara jireenya Koo Oromummaa kiyya dabarsuun gammachu kiyya Issa gudddha
@boontuuwallagaa2004
@boontuuwallagaa2004 4 года назад
Bayy'ee namatii tolaa nuuf jiradhaa 💓💚💓 addaa wallagga koooo
@hangareducation
@hangareducation 4 года назад
Caaltuukoo calaliikoo ati shukkaaruma wayyiidhaam uuuuuuuuuuuummmpppaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaa Uffee rabbi isin haa jiraachisu. haala bareedaan qophaa'e. Ulfaadhaa
@hawihailu5509
@hawihailu5509 4 года назад
Galatooma
@beekaanobsaa7617
@beekaanobsaa7617 4 года назад
Ashaam Shaam shaam shaam shaam shaam shaam goosh ilmaan oroo kooti
@sanyiihaacaaluuhundessa243
@sanyiihaacaaluuhundessa243 4 года назад
Oromoo koo hundumaa kessanuu isin jaaladha ijjolle Abba gadaa❤❤❤❤
@loveuae7533
@loveuae7533 4 года назад
Uuuuuuuuy bayyee namatti tola woow adaa bareeda
@biiftuubiiftuu935
@biiftuubiiftuu935 4 года назад
Hurrisheehoo har'dha baatu booreedhahoo❤️❤️❤️👌
@kalkidanroseyoutube1441
@kalkidanroseyoutube1441 3 года назад
I love you oromo 😘😘😘😘❤❤❤❤
@johnsay360
@johnsay360 4 года назад
Oromokoo jabadha ❤❤❤❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚❤❤❤❤❤. This is so beautiful culture.
@welega2624
@welega2624 4 года назад
Wwooww baay'ee nati tole akkaas adaa ofitin bonnin namaa gamaachisa Wallagga ko❤❤❤❤❤❤
@nigatudorsisa2440
@nigatudorsisa2440 3 года назад
Wallaggaa biyya gootaa biyya dhiiraa naaf jiraadhaa Oromoon marti
@haniioromiyaa9768
@haniioromiyaa9768 4 года назад
Bayy'ee namati tola hawwii fi jimaa jabaadha👌👏⚫🔴⚪
@Bolobolo_73
@Bolobolo_73 4 года назад
Hojii gaarii hojjettan, aadaa keenya nu yaadachiiftan,galatoomaa jabaadhaa itti fufaa!!!!
@ifargantech
@ifargantech 2 года назад
Watching and listening to this music from North Korea after two years again. It is astonishing and wonderful oromo cultral song. It is popular in wollegga zone, and song at a wedding ceremony.
@Drugsarenotcool
@Drugsarenotcool 2 года назад
🤨 North Korea
@galoocawwaqa1620
@galoocawwaqa1620 2 года назад
wowowowow baay'ee namatii tolaa dhugaa jabadhaa sanyii waan koo Addaa biyyaa koo Love you Wallagga koo ♥️♥️♥️♥️♥️♥️💘💘💘💘💘💘💘
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 года назад
Maatii naf taii sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@buzuneshshebo9233
@buzuneshshebo9233 4 года назад
Wawwwuuuuuuu Jajjabaadhaa Oromokoo Uuuuufff Adaa jechuun Safuu Jechuun dur Hafee dhugaa Bareeda kanaa❤❤❤😍😍😍
@Sara-uo6ui
@Sara-uo6ui 4 года назад
Wwoow baay'ee baredaa namati tola sagaale kee baay'ee baredaa Hawwii koo jabaadha anis wallaggatin herumaa Ani shawaa dha Warii fudhiin jirtuu😄😄😜
@zedwelega
@zedwelega 4 года назад
Sara 🤣👍👍
@abebelamu1303
@abebelamu1303 4 года назад
I love this. This is z original one. Please more.
@auhzuh5586
@auhzuh5586 4 года назад
Raya
@auhzuh5586
@auhzuh5586 4 года назад
Rhayaa
@alamituugiree2461
@alamituugiree2461 4 года назад
Owowowowowowowo Jimma fii Hawwii Dhugaa Bayee Siinii Jaladhaa Kan yomuu ililuu Bayee Bo ee Jabadhaa
@balaabuusaa
@balaabuusaa 4 года назад
Wow. Ijoolummaa keenyaa yeroo Guduru turre nu yaadichiiftan. Hedduu galatoomaa. Jabaadha, itti fufaa.
@burutukanshawaa7320
@burutukanshawaa7320 4 года назад
Wawwww.akamaa Namati tolaa jabdhaa lamikoo adaa Kenyaa yaa gudifanuu😍😍💪💪💪 👍👍❤💚❤💚❤💚❤ Garuu amaa arbani kuni hafee 😁
@SadaAlkader
@SadaAlkader 3 месяца назад
Woooooooooow🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹 Adaaa Biyakooooo
@nafisawarqinagameda4060
@nafisawarqinagameda4060 2 года назад
Adda wallagga kooooo 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰 🥰
@asnakeamsalu4423
@asnakeamsalu4423 4 года назад
yaadaan baddaa horrootti gallee deebine galatoomaa
@mulugetaeticha9672
@mulugetaeticha9672 4 года назад
woooooooooooooooooooow sirbaa aadaa keenyaa baayee baayee namati toluu galatooma
@MimiMimi-yf1rp
@MimiMimi-yf1rp 4 года назад
Wowowow Aadaa biyaa love you wallggaa
@imabettolsa9532
@imabettolsa9532 4 года назад
Ebdee Herumii Herumii Naa jedha yeroo kana dhagefadhuu Yaa rabbii dafii nagudisii😃😃😋😋😋😍😍😍
@zedwelega
@zedwelega 4 года назад
🤣🤣❤
@sufiyashifara9814
@sufiyashifara9814 4 года назад
Wowwwoooo baye namati tolaka waa baredee waalhi sabaa ormooko baye sinjaladha
@chelkebekeneia3957
@chelkebekeneia3957 4 года назад
Uuuuuuu baayèe bareedaadha waqaayyoo gahlaa nagaa sinif haa ta.u
@zeddwallaggaa3076
@zeddwallaggaa3076 4 года назад
Wallagga koo biyyaa badhaatuu baayee si yaade rabbi itti na galchi🤲🤲
@habtamuamsalu4958
@habtamuamsalu4958 3 года назад
ijoollee biyya koo nuuf jabaadhaa
@botegobana4158
@botegobana4158 3 года назад
Guddaa galatoomaa artist Jimaa G fi Hawwiin H. Ammallee aadaa Wallaggaa caalaatti irratti hojjetamuu qabu baay'een jiruutii irratti hojjedha.
@urjiiamboo9882
@urjiiamboo9882 4 года назад
Wwwwwooo wanii ofii koo Akatii namaa bonsaa jabadhuu qomoo kiiyyaa
@ababoointalaawallaggaa6294
@ababoointalaawallaggaa6294 4 года назад
Uuuuuuuuufffeekaa baay'ee namati tola dhugaa!, sirbaa Wallaggaa kooti ❤❤💚❤ akkam midhagaa aadaan oromoo koo bagumaan oromoo koo ta'ee galata kee yaa rabbii koo 💞💞💞💚💚💘💘💞💞💞💕
@mimmitube9470
@mimmitube9470 4 года назад
Ufee sirbaa wallaagaa adaa wallaagaa
@gooddeeds9928
@gooddeeds9928 4 года назад
Love my culture. Oromo for life. ❤️😍
@uaeu3800
@uaeu3800 3 года назад
woww baayee namati tolaa dhugaa rabbii👍👍👍👍💪💪💪
@dejeneabdissa4272
@dejeneabdissa4272 4 года назад
this most loved traditional song took me back to 1980s and my childhood time and to 1990s when the TRUST among people was at high level. RESPECT!!
@gadafashasho9970
@gadafashasho9970 4 года назад
Baga jiraate,akka sabaati waan hundaa gochuuf Waliin dhaabachuun fala bilisummaa keenyaati
Далее
Sona Takele - WARRA BOOLEE - (Official Music  Video)
4:55
Aadaa Sirba Durbbaa Godina Iluu Abbaa Boor
6:50
Просмотров 61 тыс.
WAA JIRTI Oromo Music by Eskindir Tamiru
6:40
Просмотров 1,9 млн