🤎 As wr wb Ahbaabii Fillaah! Khuxbaan tun Khuxbaa Jummaati ammas Haaraya mata dureen isii dhaa, Sababoolee Iimaanni Keenya Itti Jabaatu Maali? Jetti, Kutaa 2ffaati. Kutaa 1ffaa Waan Iimaana keenya Laaffisu waliin laallee jirra. Khuxbaan tun ammoo Wantoota Iimaana keenya Jabeessu maali? Wantootni Iimaanni keenya itti Jabaatu keessaa:
1. Rabbii keenya Maqaa fi Siifa isaatin Isa Gabbaru.
2. Rasuula (Sallallaahu Aleyhi Wa Aaliihi Wasallam) Beeku
3. Uumaa Rabbii keessatti Yaaddawuu (Tafakkura) gidhuu
4. Qur'aanaa fi Hadiisa Qulqulluu tahe Qabachuu.
5. Daa'waa, ilmi Barachuu, Barsiisuu
6. Zikrii Godhuu.
7. Du'aa'ii Heddummeessuu faatu Iimaana keenya nuuf jabeessa. Daawwadhaa waliifis share godhaa Beekumsa Guddaatu keessa jira. Baarakallaahu fiikum 👏♥
#subscribe #hakimhassen34 #khuxbaa #islam #share
18 сен 2024