Тёмный

KOFIN TEAM || WORSHIP NIGHT || JCP MULTIMEDIA || JCP BAND ||2023 

JCP CHURCH
Подписаться 128 тыс.
Просмотров 304 тыс.
50% 1

SAGANTAA NU WALIIN HIRMAACHUUF
1. ~Kibxata sa'atii 11:00-1:30tti
2. ~Jimaata sa'atii 11:00-1:30tti
3. ~Dilbata guyyaa guutuu
⁃ waree dura sa'atii 3:30- 6:00tti
⁃ waree booda sa'atii 9:00- 1:30tti
HOJII WANGEELAA QABEENYAAN TUMSUUF
Jesus Christ Proclaimers Church
- Baankii Hojii gamtaa Oromiyaa 1011800016733 (Coop bank of oromia)
- Baankii Awaash 01320746811300
- Baankii Oromiyaa (Oromia bank) 991827
CBE 1000266916594 Abdi Debela Amante
Birhan Bank 1500520081595 Abdi Debela
May God bless you!

Видеоклипы

Опубликовано:

 

2 дек 2023

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 265   
@oromiyaanbiyyadha
@oromiyaanbiyyadha 7 месяцев назад
Hagam yoon wallaales yoon dadhabes mana Waaqayyoo keessatti ga'isuun dhaloota kanaa na gaddisiisa,koomeediin akkuma jirutti ta'ee asitti kan natti mul'atu foon kofalchiisuuf ta'e malee lubbuu fayyisuuf hin hojjatamne.
@AyantuWaktole
@AyantuWaktole 7 месяцев назад
dhugaa keetii baay'een gaddaa akkas sagalee waaqayottii qoosu isaaniifiii
@lilonagi862
@lilonagi862 7 месяцев назад
Media kana irratti waanti ta'u baay'ee nama dinqa Maalif yoo jeenee Maqaa waaqayyootin waan baay'ee gochaa olu kun maali jechudha yeroo Darbee Diramaa Rajjii Sobduu Fakkeenyaaf jedhan hojaatan yaa ta'u Diramaa hojachuun garidhaa garu Afaan Haaraa Maalif Dubatu Afuurii Qulqulluun kan Itti qoosaan miti yoo hojaataani akka ta'uti hojadha maalee ykn dhisaa Maqaa waaqayyoo warra biyyaa lafaa keessaati itti hin qoosiina Maqaa waqaayyooti Adaraa keessaan Sirrefadha kiristaanaa Maqaa Duwwaa tane Hoji dhaloota si'aana??? Afuuraa qulquluuti qoosuun maali jedha Macaafan Mat. 12 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ³¹ Kanaafis ani isinittan hima, cubbuun kam illee arrabsoonis namootaaf in dhiifama; arrabsoon hafuura qulqulluu irratti ka'u garuu hin dhiifamu. ³² Eenyu illee ilma namaatiin mormee waa isa irratti yoo dubbate, dhiifama in argata; eenyu illee hafuura qulqulluudhaan mormee isa irratti yoo dubbate garuu, bara kanatti bara dhufuttis dhiifama hin argatu isaaniin jedhe.😢😢😢😢 Ebbifaama yoon dogogorre dhifama jechaa 😢😢😢😢
@GeexeeJifaaraaIloveJesusmylord
@GeexeeJifaaraaIloveJesusmylord 2 месяца назад
Waaqayyoo dhaloota kana yaa fayyisuu 😢😢😢😢
@TolasaDeressa
@TolasaDeressa 2 месяца назад
Isiin duraa fayyaa waan baay'ee barressitef beeka hin tatuu caal jettef immo namni waalala miti dubbi ijoo kootii yoon deebi'uu immoo waalda kanaa kessatti waanta waaqayyo hojjeettef uttu hin gaalaateffaatin komee kasuun keessan naa dhibaa haa ta'uu isiin yaadumaa lachuuf waan umaamtaan natti fakkaata diraamaa isaa kaam irraati afaan haraaatti qoosamee ibsiimee
@oromiyaanbiyyadha
@oromiyaanbiyyadha 2 месяца назад
@@TolasaDeressa #Har'a reefuu you tube irra galtaayi? Kan ji'a 5 dura comment godhame har'a reply goota,isayyuu qubee afaan Oromoo sirriitti barreessuu baruuf kutaa 1ffaa irra deebi'ii jalqabii baradhu.Kana caalaa si hin arrabsu.
@obsinnettokkumma40
@obsinnettokkumma40 7 месяцев назад
Jechaa sagalee waqaa dubachaa jiruu garuu umaani maal kolfa waqayyoo laphee dhiffamma nuuf haa kennu 🤲🤲🤲 jechaa sagalee waqattin hin qoosina😢😢😢
@senaphotography6825
@senaphotography6825 7 месяцев назад
Waalda moo iddoo bashannanaati garuu 😔😔
@yesuusgooftaa266
@yesuusgooftaa266 7 месяцев назад
Ebbifama maqaa yesuusitin qaxaleewwaan ijoollee waaqayyoo gooftaan isin haa ebbisuu!!!nuuf jiraadha umurii dheeraa 🙏🙏🙏❤❤❤🥰🥰🥰💒💒📖🙏🙏🙏
@user-nw8sq5ok8w
@user-nw8sq5ok8w 7 месяцев назад
Nuuf jiraadhaa sin jaallanna...❤❤
@waktoledereje
@waktoledereje 2 месяца назад
Waw Amazing
@kibbehailu6576
@kibbehailu6576 7 месяцев назад
Nuuf jiraadha ❤️❤️🙏
@DiribeTadale
@DiribeTadale 28 дней назад
Waayoo gara koo
@kenotiku2561
@kenotiku2561 7 месяцев назад
Dubbiin hiika hin qabne akkamiin nama kofalchisaa
@bilisumaentertainment3765
@bilisumaentertainment3765 7 месяцев назад
Jechoota Wangeelaa fi Waaqeffannaan qoosuun garuu sirriis gaariis miti. Ammoo sanuu church keessatti.
@user-dh7uk6jn3x
@user-dh7uk6jn3x 7 месяцев назад
😭😭kaan naaf hin kunoo lafaa itti wangelii laalabamudhaa jareen midiyáa irraa sirbaa olaan waldati stage gubaa ayi itti yadaa lubbuu baay'ee guffachisaa jirtu wangelatti gufuu ta'a jirtu
@MegertoCath
@MegertoCath Месяц назад
Wayii hirkoo bakkumaa atii jirtuu namaati tolaa jabaadha ijoolee waqqayyoo
@Margekenini
@Margekenini 7 дней назад
Maliif qostuu wangelati
@wakjiragameda9079
@wakjiragameda9079 7 месяцев назад
"Caaffanni qulqullaa'aan hundinuu geggeessaa hafuura Waaqayyootiin caafame; barsiisuuf, balleessaa hubachiisuuf, qajeelchuuf, qajeelummaattis leejjisuudhaaf dhimma in baasa." (2Xim 3:16)
@user-qh5yk8md8j
@user-qh5yk8md8j 2 месяца назад
Maal haamaa ummanii burjaajooftuun Kun dhugaa idoo dhumaasaanaa akkaa isin hin galee gochuu dandaa inni isin itti qostaan Kun maal qosaa kambiraan hin jiruumoo horii duwwaa kanna duukaa ilkaan yaastee kolfitii icci waan Bira hojjedhaa hojii bayee Jira isaa kan sodaatani kannatii deebistaanii 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@user-pt8pv4em8p
@user-pt8pv4em8p 7 месяцев назад
Wow...ebbifaamaa dhugaa akkasumaa JCp church bayyee siin jalaannaa.....
@DiribeTadale
@DiribeTadale 28 дней назад
Dhuguma addam Eesuma bira dhaqe lata😭😭😭😭😭😭😭
@user-yq7jo7hg4c
@user-yq7jo7hg4c 7 месяцев назад
Ummurii naaffii dheerraadhaa baayyee siinnii jalaannaa❤❤❤❤❤
@SintayoDeressa
@SintayoDeressa 7 месяцев назад
Dhugaa dubbachuuf isin martii oromoof qaaliidha.artii oromoo haala addaan guddisaa jirtu nuuf jiraadhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@gadisaabdisa6787
@gadisaabdisa6787 7 месяцев назад
Woow Amanuel said essa ta'ee sii waama laata❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@solomontashoma
@solomontashoma 7 месяцев назад
Dhugaa Dubbachuuf, baay'ee Namatti Tola. Garuu Amaanu'eel Dhuguma Lallabaaf Ta'a!
@demaa3588
@demaa3588 7 месяцев назад
Wayooo gara koo ijoo maaloo isinii anaf tatanii ebbifamaa ❤❤❤❤❤
@AdamuBiratuKeba
@AdamuBiratuKeba 7 месяцев назад
Na kolfisiiseera. Garuu, xebexxeba wayiis natti fakkata. Waan hundumtuu akkaa fi bakka qaba ture. Eessattii fi maal akka qoosnu utuu adda baafannee!
@ahmedinjibrahil6095
@ahmedinjibrahil6095 7 месяцев назад
Mashaallhaa
@Ezekielhordofa42-qw7hb
@Ezekielhordofa42-qw7hb 7 месяцев назад
Mana qulqullummaa keessaati qoosan matuma hin barbaachisu
@yadinyadin3493
@yadinyadin3493 7 месяцев назад
Wwwoooww nufi jiradha ijole kenya qali ❤❤❤❤❤❤
@bishadobishado8175
@bishadobishado8175 6 месяцев назад
Asiraa hin Dollina midiyya guddifachuf jetani yks nyataf jetanii waan ittin isn jirachisuu in dhabuu 😢😢😢
@Gigi-yl1tx
@Gigi-yl1tx 7 месяцев назад
Ebbifamaa qaxalee ijollee goftaa❤❤
@AsterMooti-bi7wu
@AsterMooti-bi7wu 7 месяцев назад
Bayyee isiin jalaan nuuf jiraadhaa dhugaaa❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-qh5yk8md8j
@user-qh5yk8md8j 2 месяца назад
Hamma yoo baayaatee qonqoo keessanif jetaanii maal yoo isiniti haafee qalbi jijiiraadha maaloo maal Amma sin namni maal isinii godha waqayoon hin sodataanii😢😢😢😢😢😢😢😢 dhisaa boo qaldi waldaa dhisaaa😢😢😢
@DanielAbara-hg3zi
@DanielAbara-hg3zi 4 месяца назад
Isayyuu macaafa jallistanii qoostum
@deborajesus3593
@deborajesus3593 7 месяцев назад
Wowww ergaa guddaa ofi keesa qaba dhugaa waqayyoo namni hubbatefi guddaa ebbifammaa ebbifamototadha isni❤❤❤😘😘
@girmadugasa4254
@girmadugasa4254 2 месяца назад
Ayyii qabo nama dhibda mucaa jalaa dubiin banan ammeen jetee
@hadhaako
@hadhaako 7 месяцев назад
Ebbifamaa Amo❤milkoo❤waqoo❤
@RomanErena-ep6ut
@RomanErena-ep6ut 7 месяцев назад
Amaniye feta new yarekegn lesles bileh besak tigelaleh imba yazele sak new yesakut getan liyu neh yetiwena bikatih ye awerar lezah betam yimechegnal waqo Yesew liyu sakina chewata kantegar yetefetere yimesil Gena sayih tirsen mekden alchalkum yemiren new milkiye yene techawach tiwenah liyu sakih liyu yemir yemitiley sew neh betam tamralachihu beteley kiristiyan bemehonachihu degmo getan Des bilognal tebareku ilovachiwalew yene fikiroch
@yomiyuiticha430
@yomiyuiticha430 7 месяцев назад
What a Generation Inistructor Jiraadha Qaxxalewwaan Keenya!!!!
@jameshalake5505
@jameshalake5505 7 месяцев назад
Waaqayoo esan ebisuu ebifamaa ijole waaqayoo
@user-ql3ji7pw3x
@user-ql3ji7pw3x 7 месяцев назад
Ayii sagalee Waaqayyon gaahisuun gaariidha
@Lemiteme26
@Lemiteme26 4 месяца назад
Wawoo amazing
@CaltuChantu-ww3rm
@CaltuChantu-ww3rm 7 месяцев назад
Dhugaaa wowowow baay'ee namatii tolaa❤❤
@fufadiriba
@fufadiriba 7 месяцев назад
sagalee warraabbiin isaa sirrii miti baay'ee fagoo jira sagaleen keessan
@user-bq4px5ih4t
@user-bq4px5ih4t 7 месяцев назад
Manni waqayyoo ultimate qaba maal ta'a kofiyaa kee seeraan yoo ka'ate
@user-cm7ft2vz3p
@user-cm7ft2vz3p 7 месяцев назад
Ebefamaa dhugaa❤❤❤
@tesfayeefa3834
@tesfayeefa3834 7 месяцев назад
Maloo barsisaa abdii barumsaa kesanii bayeeni jaldhaa gudaa jirenyaa koo jijiree garuu ijolenii kubii yoo istegi gubaa bahanii sagalee waqayotin akkati qosanii maa dhiftuu
@abyya2271
@abyya2271 7 месяцев назад
Nuf jiraadhaa waqqaayyoo ummurii keessaan nuf haa dheereessuu❤❤
@CaalchiseeBaacaa
@CaalchiseeBaacaa 7 месяцев назад
Waaqayyoo siin haa Eebbisuu Eebbifama
@nefestali-nr4zd
@nefestali-nr4zd 7 месяцев назад
Uuufff nufi jiradhaa qaxaleeani kenyaa❤❤❤❤❤
@gemechuemiru4521
@gemechuemiru4521 7 месяцев назад
Qaxaleewwwan keenya nu jiradhaa ❤❤❤waaqayyoo isin haa eebbisuu
@KisiKisu
@KisiKisu 7 месяцев назад
Qoosaan nama bohaarsuufis ta'e barsisuuf iddoo guddaa akka qabu nan beeka.anis akka dhuunfaakootti nan jaaladha! haa ta'u malee macaafni guddichi garuu akkas jedha... Akka warra Waaqayyoof qulqullaa'aniitti jiraadhaa malee, halalummaan, xuraa'ummaan hundinuu, sassatis isin gidduutti hin dhaga'amin iyyuu. 4 Dubbii galateeffachiisu malee, dubbiin gurratti hin tolle, dubbiin midhaan hin qabne, qoosaan hin taanes hin dubbatamin! 5 Namni halaleen, yookiis xuraa'aan yookiis sassataan mootummaa Kristosii fi mootummaa Waaqayyootti galuu akka hin dandeenye beekaa! Namni sassataan waaqayyolii tolfaman waaqessuu isaa ti. Efe 3:3-5 (qoosaa hin taane!!!) 2.Gal 6:7 waaqayyo kan itti ga'isan mitiwoo hin gowwominaa! namnimmoo waanuma facaase hin galfata! kanaaf sagalee waaqayyoo kanaa qoosaadhaan miti kan abbootiin nubiraan gahani: lubbuu itti dhabanii 👉fayyaatti awwaalamanii😭 👉zayita danfaakeessatti gatamanii😭 👉magaaziidhaan muka gidduutti muramaniitu😭 👉ijoolleesaanii wajjin leenca beela'aan itti gadhiifamee jiraatti ciccitaniitu😭 👉fayyaatti fardaan lafarra gototamanii itti qunca'aniitu!😭 👉gadi gombifamanii fannifamaniitu😭 faarfattuun #Altaayyech: QOOSAATTI MITI KAN WANGEELLI NU BIRAAN GAHAME! DHAMAATII GUDDAADHAAF GATIITU ITTI BAAFAME" jette! #OROMOONIS:"dhaqna qabaan akka qaba! akaayiin gita qaba mulluun hiriyaa qaba" jedhe! saba kanarraas kabaja baranne malee akkuma arganii fi bakka arganitti miti! 3.1 Qor 15:33-34 phaawuloosis bakka kanatti maal jechuu akka barbaade ni hubattu jedheen yaada! hiriyaa yoon kolfe malee,waan natti tolu qofa naa dubbadhu rakkoo hin qabu! jedhu irraa fagaadhaa! hiriyoota nan wal gorfadhaa! ofiifis saba waaqayyoofis waldaa kiristiyaanaafis kabaja kennaa! 4.Mat 12:36 ani isinittan hima,namoonni dubbii yaada malee afaan isaanii keessaa bahe hundumaatti gaafatamanii, guyyaa firdiitti deebii deebisuuf jiru! #hojii keessan artii sabichaa guddisuuf gootan baay'een jaalladha! jabaadhaa itti fufaa! GARUU Waldaa kiristiyaanaaf wangeelaan🚫 qoosuun garuu habadan waan jajjabeeffamuu hin qabnedha.Ormi artiitti gaafa guddatu waldaa keessaa waaqeffatu (mana amantaa ) isaaf of eeggannoo guddaa kenneefiitu jaalala itti argisiisa! keenyammoo akkuma staadiyoomiitti bashannana isaa qofa xiyyeeffatee hammuma mana soddaa illee kabaja dhowwata! kun ta'uusaatti baay'een gadda
@TolasaDeressa
@TolasaDeressa 7 месяцев назад
Yaadi kee gudda adda garuu maalif bakka biraa dhaqxee hin barsiistu waaldan kun seraan barsiisti garuu warra pasteroota fi rajjoota guyya hundaa wangelaafi sabaa Waaqatu qodaa olaanaa gorsii malee asii hangaa ta'ee of dandaa'u gaalaatomii
@tanakacho2165
@tanakacho2165 7 месяцев назад
Bishaan yeroo Goguu mallattoo agarsisuu qaba ,isinis qoosa waaqayoti agarsisatani elektiriki laaxama qabatani jirtu .forgive @100
@user-ho1hf5kh6k
@user-ho1hf5kh6k 3 месяца назад
Anii protesatani natii yadii Kee garuu baye saridha ebbifamii
@GeexeeJifaaraaIloveJesusmylord
@GeexeeJifaaraaIloveJesusmylord 2 месяца назад
Baayee nama gadidisaa Dubbii Waaqayyootu rawwatamaa jira Dhaloonni bara dhumaa waanumaa gurratti tolu malee Waan Waaqayyootti tolu Gochuu dhiiseera 😢😢😢
@TolasaDeressa
@TolasaDeressa 2 месяца назад
Obboollessa koo kaana bekuun kee ga'aadha gaaru atoo essaa jirta
@burtukanasefa6069
@burtukanasefa6069 5 месяцев назад
Ani Isn Hubadheraa Eebifama❤
@RabbirraaTilaye
@RabbirraaTilaye 2 месяца назад
WOW
@galatamaraba-rl4in
@galatamaraba-rl4in 7 месяцев назад
dhugaa bayyee bareeda
@abdetaabata5023
@abdetaabata5023 7 месяцев назад
Keeppiin jooten waldaa keessatti akkasitti uffate stage irra bahuu garuu ija namaatti hin toluu
@ayantukedir7367
@ayantukedir7367 7 месяцев назад
Waaqayyoo bara keessaan haa eebbisu
@JajjabeeShawa
@JajjabeeShawa 3 месяца назад
Kolfaan dhumnee
@user-er9wy3lg2k
@user-er9wy3lg2k 7 месяцев назад
Baayyee namatti tola👍❤️garuu qoobiin mucichaa waltajjii dhaaf hin malu Ture dhiifama waliin
@user-cv5rf1sr2y
@user-cv5rf1sr2y 7 месяцев назад
Nuufi jiraa dha❤❤❤
@ararse-be1ch
@ararse-be1ch 5 месяцев назад
Nama sammuu qabuf barumsa guddadha gru namoni sammun isaani hin hubanef qosadha jabadha itti fufa
@user-fy1dm8qj1j
@user-fy1dm8qj1j 7 месяцев назад
Ebbifamaaa❤❤❤❤❤❤❤
@waaqayyoojaallala6238
@waaqayyoojaallala6238 7 месяцев назад
Nuuf jiradhaa❤️❤️❤️❤️
@bainarasalam
@bainarasalam 4 дня назад
Nuf jiradhaaa❤❤❤❤😂😂😂😂😂😊
@bishadobishado8175
@bishadobishado8175 6 месяцев назад
Qosaa wangelaa utuu dhiftani garuu garidhaa waggaa itti akka gafatamtan garuu in dagatina nan gadee garuu anii 😢😢😢
@user-er6tn6bs3q
@user-er6tn6bs3q 7 месяцев назад
Wow comedy ajaaiba😂😂. Akka hardhaatti kolfee hin Beekuu eebbifamaa
@felmetadame2951
@felmetadame2951 7 месяцев назад
Wooow Ebbifama
@AlemTolesa
@AlemTolesa 7 месяцев назад
Ebbifamaa dachaa
@user-xd1bb7di7i
@user-xd1bb7di7i 7 месяцев назад
Jajjabaadhaa isin faanajirraa
@magi62
@magi62 7 месяцев назад
Ijoolleen kun namoota barumsa qabani jedhamu garuu yeroo baayee hojiin art isaan hojjetan dhimmuma mana amantaa keessa naanna'a badaa nagammachiisu dideera, ifa nuuf haagodhan
@Imman-Elu
@Imman-Elu 7 месяцев назад
ምንድነው የዳሰሰኝ😂😂😂😂Waaqoo Ajaayiba Ati dhugaa❤❤❤❤❤
@kominikeeshiniimagaalaanaq8793
@kominikeeshiniimagaalaanaq8793 2 месяца назад
jabadha wapayoo sinwajinini jiraa
@AmanuelGirma-3
@AmanuelGirma-3 7 месяцев назад
very adorable 🥰🥰🥰
@user-no6nh9sc1q
@user-no6nh9sc1q 7 месяцев назад
Wow ❤❤❤
@BontuBoru
@BontuBoru 7 месяцев назад
God Blessed ❤️❤️❤️🥰🥰🥰
@MarkosJarso
@MarkosJarso Месяц назад
What a generation kolfaan nu fixxe jarattiin
@wakjiragameda9079
@wakjiragameda9079 7 месяцев назад
amantii ofii, macaafa qulqulluu, script gochuun gaarii miti. " Waaqayyo gooftaa jechaa, ayyaana, Waaqayyoon" qoosuun,waan gaarii miti
@Fekrt-cu3pb
@Fekrt-cu3pb Месяц назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@ararsalemmessa1481
@ararsalemmessa1481 7 месяцев назад
Qoosaan nama kolfachiisa. Maaloo dubbii keessaa, uffannarraa gocha irraa ulfina kabaja Waaqaa haa arginu. Waan isaan dubbatan keessaa kamtu sagalee Waaqaa barsiisa? Ergaa qaba? Marisiisaa irraa wanti mul'atu dhuguma Waltajjii mana amantaa irra waan jiru fakkaataa? Yoo xiqqaate mana Waaqayyoo (bakka sabni Waaqaa ulfina Waaqaaf jedhee itti walgahetti ) protocol Waaqaa haa agarsiisnu
@GeteTolaa-gj2of
@GeteTolaa-gj2of 7 месяцев назад
Ebbifamaa
@eirbaya5517
@eirbaya5517 7 месяцев назад
Eebbifamaa Eebbifamaa 👏🤲👏❤️💟♥️🎉🌻🎉🙏👍😂😂🎉😂🤝
@JitteFenaa
@JitteFenaa Месяц назад
Bayee namatii toltuu ebifamaaa
@dinkahambisa8100
@dinkahambisa8100 7 месяцев назад
Ilaaleen fixee guyyaakoo naa bareechan dhugaa❤
@JalAmishatube
@JalAmishatube 7 месяцев назад
Kotuu Matii naf ta,ii me
@MasaratNuguse
@MasaratNuguse 7 месяцев назад
Eebbifama guddaa
@dammeeyoutube9513
@dammeeyoutube9513 7 месяцев назад
Qoosa barbachisadha garuu sagalee waaqayyooti qoosun kuni gaarrii mitti akka ilalacha kotii .......sirresu yaala
@EguuMohammad
@EguuMohammad Месяц назад
Amazing❤❤❤❤❤
@MasaratNuguse
@MasaratNuguse 7 месяцев назад
Eebbifama
@hawwiimolee7887
@hawwiimolee7887 7 месяцев назад
Yaa ijollee kana 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰😁
@user-my3yq4ni7x
@user-my3yq4ni7x 5 месяцев назад
Wowwwwww
@TollasaAshu
@TollasaAshu 7 месяцев назад
Nuuf jiradha qaliiwan qaxalee wan keenyaa ebbifaama
@TolasaDeressa
@TolasaDeressa 7 месяцев назад
Uuuffff ani namoota tokko tokko yeroon ilaalu waldaa kaanaf yaadaanimoo ofiif yaadanidha kan yaada baarressan waan tokko beku qabdu inniis waaldaa kanaaf mata duree kennu hin dandessaani kaallessas waldaan kun yaada namaan hin dhaabanne ammas yaada kessanin hin dhaabbaatu kanaafu waarri maalif kun ta'e jettani maarachaa jirtaan haangaa asii waccan namaa dhugaan hin gaalefitti dhugaa dubbaadha inni biraan warra kanan duraa ijoollen kun qosaa isaani kessaati hojji kessan saaxilaanidha waldaannkun ammo ijjoolle kana kan isheen afferteef malif jedhaati gafaadha
@hambaadhaloota4127
@hambaadhaloota4127 7 месяцев назад
Dhugaa jetee ati eebbifami
@sisaayiiabdisa
@sisaayiiabdisa 7 месяцев назад
Uuuuufffffeee akkam namati toltuu dhugaa 😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤❤Baaga nagan dhuftaanii isini jaalaana ❤❤❤❤❤❤❤
@AdanoAs
@AdanoAs 7 месяцев назад
Jabadhaaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-yg2wo9ip6h
@user-yg2wo9ip6h 7 месяцев назад
Wow Barandoche❤❤❤❤
@haea8936
@haea8936 7 месяцев назад
Thnu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Alexfetene
@Alexfetene 7 месяцев назад
Sajjowwaan kkkkkkl
@obsefikiru7253
@obsefikiru7253 7 месяцев назад
Akka harraa kolfee hinbeeku! Waaqayyo itti isin haa guddisu!
@daniteckcstube
@daniteckcstube 7 месяцев назад
waw gare yomile namatti tolu dha
@yisaksalmanyipapa3439
@yisaksalmanyipapa3439 7 месяцев назад
What a generation 😂❤❤❤❤❤❤❤❤ Isinittan boonaam
@Birtukan-qg7cp
@Birtukan-qg7cp 6 месяцев назад
💔♥️♥️♥️♥️♥️♥️😅😅😂😂♥️♥️🙏🙏🙏♥️♥️♥️♥️👌
@user-xt4jh7rm3g
@user-xt4jh7rm3g 7 месяцев назад
Hin Baayyatee. kanaan hin qosinaa please 😢 gaarii mittii tti
@sagnibekele1137
@sagnibekele1137 7 месяцев назад
Kkkkkkkkkkkkkkkkmkkkkk😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅wayyyoo kolfa na ajjeestan.
@hvjf3991
@hvjf3991 7 месяцев назад
Jabadha ijoollee oromoo
@motishow7832
@motishow7832 7 месяцев назад
ayyaanuma addaa qabdu dhugaa; kolfaan duune
@user-gd7nq4ur2b
@user-gd7nq4ur2b 7 месяцев назад
Thanks
Далее
EGEREE COMEDY: HAADHA IRREE
26:30
Просмотров 414 тыс.
Fast and Furious: New Zealand 🚗
00:29
Просмотров 22 млн
ТРОЛЛИНГ СКАМЕРА СТАНДОФФ 2
00:59
Hir-koo Kutaa 11ffaa
32:53
Просмотров 395 тыс.
Buzee fi Takkee
9:35
Просмотров 16 тыс.
Keessummaa Kaffe Show Addisu Wayima
1:42:45
Просмотров 58 тыс.
Tapha Gabaabaa Ayyaanaaf Qophaa'e: Gartuu KoFin
14:39
Просмотров 224 тыс.
Jaloliddin Ahmadaliyev - Kuydurgi (audio 2024)
3:26
СЛОТ - С.М.Г.О.  (Official Music Video)
4:01
Просмотров 179 тыс.
Tamiga & 2Bad - Tell Me | Official Video Extended
4:45