Тёмный

Kun Mallattoo Jaalala Fakkeessaati 

Oromia 24
Подписаться 139 тыс.
Просмотров 17 тыс.
50% 1

Baga Gara Oromia 24 Nagaan Dhuftan
Guyyaa Guyyaan odeeffannoowwan yeroo ammee, xalayyaa fi mudannoo jaalalaa, asoosama, seenaa jireenya kan keessan isinumaaf argachu waan dandeessaniif maatii(Subscribe) keenya ta’a.
Namoonni Xalayyaa Jaalalaa ykn Seenaa Jireenyaa ykn Barreeffama Nama Barsiisu Danda’an Nuuf Ergu Barbaaddan, Erga keessan karaa message kallattin erguudhaan ittiin nu gaha.
+251937386564
Join Us
Telegram: t.me/oromia24
Facebook: / oromia24
#Oromia24 #oromia #Ethiopia

Опубликовано:

 

20 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 125   
@Oromia24
@Oromia24 Год назад
App Imoo beeksisa isin jeequ hin Qabne liinki kanaan buufadha. bit.ly/3SAosan
@hawwiinkoojannata5143
@hawwiinkoojannata5143 Год назад
Galatoomii gamee garuu gafii koo naf debisii adaraa bilbili koo gutuu baksisaa nati gida wan godhu walale bakka tuqee rakina kana fidee dhabe adaa naf himii ?
@genetwound8849
@genetwound8849 Год назад
Afan oromo gara arabifati jijirufi naa dide
@user-hy7ld9cm3p
@user-hy7ld9cm3p 11 месяцев назад
Imo
@Mastariya
@Mastariya 8 месяцев назад
14:03
@HjkGh-fl7rb
@HjkGh-fl7rb 3 месяца назад
​ imo
@addoyye
@addoyye Год назад
Ani akka kiyyati yoo waan xiqqoo tate male itti ergiin siin jedha. Maliif yoo jette dhiiri yeroo baayee birri birri jettu si irra Osoo tanne malaqa ke irra jalalii qabe Jalali malaqaan utubaame guyya malaqnii dhabame jigaa 😢 Obboleti tiyya malaqni kee waa hundaa keeti yeroo ammati. Malaqa ke qabadhu akka amantii ketti Rabbi kadhu nama ofii jalate Rabbi siif kenna. Malaqa ke faccafte booda sammu ke dhabni si jalatu si haa eegu malaqaf si gatuu eege harre haa seenu.😜😁
@Oromia24
@Oromia24 Год назад
App Imoo beeksisa isin jeequ hin Qabne liinki kanaan buufadha. bit.ly/3SAosan
@tiguisttakele9735
@tiguisttakele9735 Год назад
Kodee koo hin gowomin birii itii hin hergin yoo jalalaa dhugaa sii jalatee sii hegaa kanafii jalali birin dhuftee biri dhumaa iratii rawatii mudanoo akkanaa qabaa anii birii kee jabesii qabadhuu gafaa galatee lalatee herumataa yoo sii heguu batee
@oromiyaabiyyaakoointaliiar6291
Hadhakoo qarshiif jettee jaalalee kee hin dhabinii yoo rakkatee Gargarii yoo rabbiin jedhee waalin jirataa waan duraa si mudaatee jettee hin sodaatin
@Melbaa_tube
@Melbaa_tube Год назад
❤️ Subscribe ❤️ naf ❤️ gochun ❤️ maati ❤️ naf ❤️ tai ❤️ sanyii ❤️ koo ❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@AlmQueen1713
@AlmQueen1713 Год назад
Oboletii koo qalii 🥰 namanii kunii nama rakof gidira hunduu dabrsee wan ta'ef wan si midhuu natii fakatuu yoo kee ta'ee esayuu demuu abasher jirenyaa kee isaa kalesaa akka seenatii qabadhuu of duraa kasii haraa akka artii jirenyaa kee jiradhuu #Abba kee si midhee dechuun namanii hunduu akas jechuu mitii kanf nama kana yadaa isaa tilmamii nama kayyoo qabu fi nama jirenyaa isaf dhimamuu ta'uu isaa atumtii tilmamii akka qormatatii wata toko takoon yalii isaa bodaa murto ketii!! Rabii siyaa milkesuu sistuu koo 💯🙏
@tsehytsehy4824
@tsehytsehy4824 Год назад
Waaqayyoon siif Jira obboleetti keenya ammas waaqayyoon Siya gargaaru inni seena nama ni jijjiraa🤲🤲🥲
@jena6560
@jena6560 5 месяцев назад
❤jabaadhu kodee koo yoo rakkaatee taa eef malqaa ,xiqoo,ergif😢
@alimaadam1368
@alimaadam1368 Год назад
Innu birii sii gafaachun yakkaa ok dhirii yero ammaa birii birii jetu diina namati oso dhugumaan sii jalaate ugee birii sii gafaatu fayyidaaf danfaakee fedhaa Lamuu birii na gafaateenan block dudaatti sii fe'a jedhiin Sumuniin takkaa itti keniin Isaafif birii tantes jigaa dhabdaa Inni deemuu birii tantee sii wojjiin jirti ok Gowwomtee santiimii takkaa itti kennin Sobaa dhiroota social media irraa argaarta
@darartuunagasaa5497
@darartuunagasaa5497 Год назад
birii 1 itti hin ergiin hojetee haa jiratuu giftiikoo of ta'ii jiradhuu jaalalii bara kana malaqaa duwaadhaa hin ergiin
@mekdestesfa5899
@mekdestesfa5899 Год назад
Jabadhuu waqyyoo beekadhaa
@Melbaa_tube
@Melbaa_tube Год назад
♥️ Subscribe ♥️ naf ♥️ gochun ♥️ maati ♥️ naf ♥️ tai ♥️ sanyii ♥️ tiyaa ♥️♥️
@Sena-n1r
@Sena-n1r 4 месяца назад
Oboleti keenyaa jabadhu waqqayo wajin namma jalaladhu male hin amanni jedhe sagalen waqqayo kan rabbi sii qode ta,ee sii ergaa kanfi kan duratiraa baradhu barumsaa 😢hin keeni malqaa kee jalalali hin bittaa male hin bitamuu jabadhu ❤
@robelrobel3643
@robelrobel3643 Год назад
Sirii jetee oboleti ko garuu mo yaro ini rakatu biraa hin dhabatu tanani malinir jalali jalaleke oso taneyu namin rakatw toko yo si kadhate dhowata mo kanafi ati yaro huduma oso tanee daribit ergii biraa dhabadhu aniyu ilalicha akake qabaa turee garuu sirii akka tanee huphadhen dhisee dhugaa isaa dubachufi birii ke kewadhu garuu guyya rakina isaa garigari sin jedhaa ama yadaa ko akuma gameni sifi ibseti hadhoo ko
@gadisera5518
@gadisera5518 Год назад
Qarshii kee hunda isatti hin ergiin garuu waan xiqqoo gargaaruu dandeessa haadhoo koo
@belayenshbacha3303
@belayenshbacha3303 Год назад
Bagaa nagaan dhufite gaamee
@naahileetdirribaa1143
@naahileetdirribaa1143 Год назад
carraan koof carraan kee tokko yaa obboleettii koo😢😢 hin kenniniif barbaadu sa eegu dadhabu sa dhiisu. namni takkayyuu hin amanamu
@kiyyaailluu7482
@kiyyaailluu7482 Год назад
qarshii kee itti in ergiin haadhoko mali inni hojii in danda'uu hojjette haa nyaatu Jalala qarshii dhaan in bitamuu
@Deebiimidea8470
@Deebiimidea8470 Год назад
Giftikoo keen jalalaakee kenufii dandeessaa kan irratti hin ergiin garuu gargaruu dandeesaa
@genetgenet3297
@genetgenet3297 Год назад
Ani akka ķiyaati yo si jalalallaat tee malaqafi si dhisuu ati amoo jadhaadhuu hojaadhuu yoo in si dhies demee ati kan rabbi keeti jedhe hi dhaduu lubbuu tiyaa
@derbyderby3282
@derbyderby3282 Год назад
Anatuu duraa ilalee 🥰
@Melbaa_tube
@Melbaa_tube Год назад
♥️ Subscribe 💚 naf ♥️ gochun 💚 maati ♥️ naf 💚 tai ♥️ sanyii 💚 tiyaa ♥️💚
@seenaatube4709
@seenaatube4709 Год назад
Wanti dhufee yaa dhufuu malee hin ergin ati rakko meqa kessa dabartee as gesee inilee rakkate Jireenya mo'achuu ofin of jirachisu qaba. Jalalaa dhuga yoo sif qabatee qarshiif jedhe sin jibuu. Takka qarshii kee qamse jenan immo hangaa si harkkaa fixutii sutaa sutaan siiti demaa 🙄
@makioroyoutube4879
@makioroyoutube4879 Год назад
Lubbuu ufii takka dadhabe.
@hawwiinkoojannata5143
@hawwiinkoojannata5143 Год назад
Dhugadha hojatee ofii danda'uu yoo rakatee yoo dhukubsate wan xinoo xinoo ergif
@fayinedenabo9744
@fayinedenabo9744 Год назад
Atii jabdu dha yoo dhugaan kaa si jaltu ta,e malaqa fi jechaa si hin dhisu jabadhu malaqa kee olii kayadhu kaa Rabbii si qode hin dhabdu jabadhu dalage ofii ha jijiru
@sdsd338
@sdsd338 Год назад
Oboletii tiyyaa qalii qarshii xiqoo ergiif hundaa ittii hin kenniin dhirii ammaa hin amanamatuu
@hayatwalo2785
@hayatwalo2785 Год назад
Jabdu ko dhuga baye naf tate malqa ke hin ergiin yo maqa keti si jalate jalala hin tahu kan rabin sif qode hin dhabdu bayen kenya malaqa kenya ergine yero waliti bule malaqa kisara jira hin ergiin yoon balese dhifama naf godhii hadho ko dhugati ati jabdudha
@abebechabe2135
@abebechabe2135 Год назад
Akka atis midhamneti ergif dhugaa isaa rakkachu danda'aa namni kun gaaru yero yeroti ergii kan jedhu yoo ta'e shaakii waaqayyo dhumarrati kan walsinaa tasisuu🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻
@boseapplicant9417
@boseapplicant9417 Год назад
hin Ergiin Jalalaii Qarshiin hin bitamuu Dhugaa jettee Kan Abban Kee Sii gannee Kan biraa Siif hin Ta,uu Carraa Kee Yoo Ta,ee Sii Egaa
@Melbaa_tube
@Melbaa_tube Год назад
❤️ Subscribe ❤️ naf ❤️ gochun ❤️ maati ❤️ naf ❤️ tai ❤️ sanyii ❤️ koo ❤️❤️❤️❤️❤️
@shammaalshamsi5293
@shammaalshamsi5293 Год назад
Akuma Dideti itifufi oboletiko Namni sijalatu malaqa singafatu
@zenabfuya6596
@zenabfuya6596 Год назад
Pls dhirumati qarshi hin ergina wly gafa qarshir harka gahe dhibba dhibbati jijirama amalisa nan arge dhira hedu kan godinyoniko bo'a jiran qarshif jedhe kan sitti mufatu yo tae matan hadhabatu 👈
@kamsokamsooromo3442
@kamsokamsooromo3442 Год назад
Yaa bira tanaa 😭anuu bira tanafi matni hunduu dhabee michaa kiyaa filadhee bir waggaa meqaa dhabee 😭😭
@eftunugise5527
@eftunugise5527 Год назад
Yeroo hudaa Garaa itii hin jabatinii Malaqaa xiqoo ergif boris hojeta nii argatuu
@snjejj3nsjeje4
@snjejj3nsjeje4 Год назад
wel come gamme. anatuu duraa ilaalee lakii godha
@jiituuoromiyaa6266
@jiituuoromiyaa6266 Год назад
Mallaqumaa jedhamee hin ergiin xiqqoo jettee ergiite barsisnaan achumaan ittii fufaa kanaafu yaademuu dhisii hojii kee hojjeedhu
@aemeromedia
@aemeromedia Год назад
nice information! 💪
@Bontu-v7n
@Bontu-v7n 4 месяца назад
❤❤❤❤❤❤
@jiruunabjuutatee
@jiruunabjuutatee Год назад
jalaalleen ke dhugaati hiyyeessa waan nyatu fi kira mana kafalu kan hin dandeenye tahe hagaas ergiif garuu mallaqa bayyee itti hin ergin jalaalli dhugaa waan mara caltii waan taheef ati garuu mallaqa akka mana naaf ijaari fi lafaa naaf bitii jedhan itti hin ergin
@darartuunagasaa5497
@darartuunagasaa5497 Год назад
obboleetiikoo hin ergiin dafqaakee dafqee haa hojetuu
@aminasinbiru5075
@aminasinbiru5075 Год назад
Jabadhu
@Melbaa_tube
@Melbaa_tube Год назад
♥️ Subscribe 💚 naf ❤️ gochun ❤️ maati ♥️ naf 💚 tai ❤️ sanyii ❤️ tiyaa ♥️💚❤️❤️
@samsom6201
@samsom6201 Год назад
Hin ergiin of haa danda"u
@YashiKappa
@YashiKappa 9 месяцев назад
Ani akka kiyyati kan sin jedhu yoo dhuguma jalata ta'e kan rakkate yoo ta'e xiqqoo ergifi garu yeroo hundaa itti hin ergiin malee yeroo rakate gargari sin jedha obboleti koo
@almejesus900
@almejesus900 Год назад
Dhugaadhaan jaallata tanaan jaalallii gati nama kofalchiisa waan ta'eef gudda utuu hin ta'in wanta siifis miidhu hin dandeenye xiqoo ergiti yaadaan gorsii
@mdamina1960
@mdamina1960 Год назад
Of egannoo si barbachisa qarshi Murasa ergiif. Garuu jalalli qarshiin hin bitamu osoo dhugaan si jaalata ta'e si'iyuu hin q gafatu qarshi liqimsetuma sibiraa lixuuf malee
@shopshopt6701
@shopshopt6701 Год назад
Hiti hiniregini
@shamsiyagemachu4716
@shamsiyagemachu4716 Год назад
Maallaqa kee itti hin kenin yaada gaarii qabdaa akkanumaan iti fuufi siin jedha.
@emuumucaaortodoks6477
@emuumucaaortodoks6477 Год назад
Anatuu duraa lakii sifii godhee gamee
@Melbaa_tube
@Melbaa_tube Год назад
♥️ Subscribe 💚 naf ♥️ gochun 💚 maati ♥️ naf 💚 tai ♥️ sanyii 💚 tiyaa ♥️💚
@abdiinkoowaqaawarqiiyoutub1632
hin erginiif jajabee koo maaliif abban ketuu sii kaddee wan ta.eef lubbu
@badhatubadhatu1637
@badhatubadhatu1637 Год назад
Elaa obbolettii koo birrii kee ittiin ergiin nyatee booda badii siin jedhaa namni ammaa amanamu dhisee🥲
@obsandarbuu6846
@obsandarbuu6846 Год назад
Yaa obletii tiyaa birii kee itii hin keninii hojatee ha nyatuu dhiraa mitii inii miyefatee tanan fidii jedha bodasii birif jalalii wali hin fakkatuu jalalii kophaa of dandadhaa birins akkasumaa of danese jirtii kanafuu yaa obletii koo birii kee itii hinergin manii gogaa haretin ijaramee gafaa binesii yusee jigaa jedhee oromoon akaa yaadaa kotii hin ergin jedhaa obletii koo
@sumayafiqiri
@sumayafiqiri 8 месяцев назад
❤❤❤😢😢😢😢
@aliaabdo6973
@aliaabdo6973 Год назад
Jabaadhu dalgadhu ati xiqqo ishe ergif
@zmzmzz8332
@zmzmzz8332 Год назад
Akami
@tsehytsehy4824
@tsehytsehy4824 Год назад
Abo Isa birri siin jedhu block obboleetti keenya hin gowwomiin
@molodear1196
@molodear1196 Год назад
Wan xiqoo ergiifii ilaalii ❤❤❤😢😢
@abbaalammii390
@abbaalammii390 Год назад
Ilallchi qabdu ilallcha gari tanan milka,inni isaa ifaadha abdda dhu
@caaltuuorotube207
@caaltuuorotube207 Год назад
Yoo rakkatee gargari maalee malaqaa kee ammatee hin ergiin ni sobuu isaan
@samiyaajamaal2294
@samiyaajamaal2294 Год назад
Hii egii jalalaa isaa malaqaa siraa garaa garuu hii olamuu
@sraap2301
@sraap2301 Год назад
Dhifama garu itti hin kenini oboletti koo
@madinaa1452
@madinaa1452 Год назад
Eeee bade kaa ani shamaran keenyaa kana 😢 😄 😆 maal woya namni dhugan si jalatu malaqa si gafatuu calisi ilalii dhisi 🙄🙄🤔
@معاذعلي-ر3ب
@معاذعلي-ر3ب Год назад
AniakakotiiXiqoo ergiifimalifiyoojetee bakaa keeduranii rakatee ofiibusiiilali
@shawakaba
@shawakaba Год назад
😪😪😪😪😪😪💘abishir. Akaa.nai.jedhuti.malaqake.qabadhu.garuu.jalale.ketifi.xiqo.erigifi..amana.akahigawamine.Malaqakee.jabefadhu.higawamini🥰🥰
@jamilshhill4413
@jamilshhill4413 Год назад
Uuuuuuuuuffff maalii abbaa akkan binneesii wannii xiqqoi wayyii erggifii garruu birrii hundaa ittii hin errggin
@baccuusaboqa8335
@baccuusaboqa8335 Год назад
Ani akkaa kotii hin erginf yoo siin jalatee akanumatii waliin jiranaa jedhin yanni kee dhugadhaa
@sifumideksa1011
@sifumideksa1011 Год назад
abban ofis akkamin namaa ganaa malum dhagenyaa fkn namaf ta'a garuu jalaale ke kanaa ergaa qabenyaa ga'a qabanet yeroo takkof lamaa gargarii qarshii bayye osoo tanee dhugadhaa hiyyuman yoo jabatani cimani hojetan ni darbaa wanti dabaree jiruu yo du'a malee
@dammeetasafayee5675
@dammeetasafayee5675 Год назад
Itii hin ergiin yoo si jalatee boruu walumaan itii fayyaadamtuu adeemuu malii hin shawadamiin sistuu adaraa Kee please
@abdiyeetube6689
@abdiyeetube6689 Год назад
Ana dhufu
@Melbaa_tube
@Melbaa_tube Год назад
♥️ Subscribe 💚 naf 💚 gochun ♥️ maati 💚 naf 💚 tai ♥️ sanyii 💚 tiyaa ♥️💚💚
@jamilakadri5181
@jamilakadri5181 Год назад
Homaa iti ergini gobazi dha waq worii kuwani sobamani nyatamarani ofi isaa dada.e jirachuu ka danadene boruu akkmiti si jirachisa Hiree Haraka Rabbi jiriti
@seemtabbaa2810
@seemtabbaa2810 Год назад
Xqashi ergiti yolamata debi sigate🙏
@zinhatoro5698
@zinhatoro5698 Год назад
Hin ergiin 🥰🥰🥰
@SondonDas-fq2mj
@SondonDas-fq2mj 3 месяца назад
Hin ergin qarshi ke wolitti qabadhu hin soba
@adanudejene
@adanudejene Год назад
Garuu jalala fi qabeenyi woliiti hin madalmuu Kanfuu yoo dhuguma rakkate garuu xinno ergiif sababni isaa Akkuma yeroo gaammachu wolif hirmatan yoo rakkotis woli garagaruun bareedda jedha akka yaddakooti
@workibedada2881
@workibedada2881 Год назад
Yoo wan gudaa itti hin ergiin malee wan xiqoon rakkoo qabuu duraa qarshii dideeto yoo inni ergaa qarshii didee jaalalaa ishii itti fufee wan xiqoo itti ergii yoo inni qarshiif jedhee jaalalaa kee adaan kutee duraayuu sin jalatuu
@Sem.songel321
@Sem.songel321 Год назад
Akka yaada kootti hin ergiin yoo si jaalatta ta’ee sababa qabeenya kee dhorkatef si hin dhiisi.! Osoo si hin barin duraa ofii danda’ee jiraate.! Ammas haa jiraatu xiqqatte guddatte birr 1 itti hin ergiin dhiiri gaafa birr si gaafachu eegalte akka si hin feene beeki
@marimayammarimayam1878
@marimayammarimayam1878 Год назад
dhugaa keetii hin ergiin
@ghaliaalalawi9438
@ghaliaalalawi9438 Год назад
waa xiqo kenifi hala isa lali 🤏
@nizamumohamed2155
@nizamumohamed2155 Год назад
💕💕💕
@abdiyeetube6689
@abdiyeetube6689 Год назад
Hin ergin
@Melbaa_tube
@Melbaa_tube Год назад
♥️ Subscribe 💚 naf ❤️ gochun ♥️ maati 💚 naf ❤️ tai ♥️ sanyii 💚 tiyaa ♥️💚❤️
@ajmansafeer2991
@ajmansafeer2991 Год назад
Anilee hin erginii anii jalalee koo alii tokko ergefi alii lamaa ergefii sadafa irtii didee jenanii naa hodee gargarii banee dhirii baraa kanaa qarshii barbadaa uuufffee
@ChaltuSena
@ChaltuSena 11 месяцев назад
Ejeenno baay'ee garii ta'e murteessite bareeduu koo hin ergii birri kee
@yusraoromo6322
@yusraoromo6322 Год назад
Gamee maal jetaa xiqoo ergif jechaa jirtaa bar namani kuni jarsa ishee mitii gana waal hin funee dhiratii dalagatee haa jiratuu haga isheen galtuuti tari maaltuu bekaa yokiin nama bira herumtii ta'aa yaa Oboleeti waan tokkolee hin erginif jalalafii qarshii waan waltii fiduu hin jiruu akkamitii akka dalagen finu nutu beka kaanafu hin ergin dhakaa ha nyatuu dhiraa homaa hin ta'uu
@NoorAhmed-cs2hk
@NoorAhmed-cs2hk Год назад
Akka lanee brii kee kudhama kee godhuu::
@beshadobeshado6675
@beshadobeshado6675 Год назад
Malaqa xiqo wan si kadhatef ergif kan kani akawati keti ergadhu male mulu hin ergin oboleti koo
@huwawei8017
@huwawei8017 Год назад
Hin ergiinff
@Melbaa_tube
@Melbaa_tube Год назад
❤️ Subscribe ❤️ naf ❤️ gochun 💚 maati ❤️ naf ❤️ tai ❤️ sanyii 💚 koo ❤️❤️❤️💚
@asegedeeshetu4426
@asegedeeshetu4426 Год назад
garuu.nama jalatuu.tokkoo.jalalaa.duraaamanuu qabdaa kanfuu yokinii mucaa kunii abbaa kee si caluu dandaa hin bekamuu.kanafuu rabbii.kadhadhuu kesaa kee gafadhuu jichaa namaa dhisii rabbitii garii inii sii gargaraa waqayoo siyaa gargaruu oboletii too
@sabontushawa2939
@sabontushawa2939 Год назад
Lakii yaa obboleti ko hin dogogorin jalale ke rakosarrati gargari bira dhabadhu hojiin waqa hin bekamu bor yo nama kanaf waqayo guyya fide iti qanofta
@obse1975
@obse1975 Год назад
Hin ergiin boruus suuma egaa qarshi sumuni tokko hin ergini jedha
@ofinbontuuintalaaoromoo4209
dhugaa dubachuuf Tasaa birii kee dhirraatii hin ergiin jabadhuu hojjadhuu habibtii koo ofi ta'ii gafaa sana Namaa sifi tahuu hin dhabadhuu aboo argaa dhirraa birii birii jedhuu 👎👎
@yaawaaqakosittuubeeka7260
@yaawaaqakosittuubeeka7260 Год назад
ofi Dandeeyyee haa jirruu itti kenni Qarshii 1 tolee Qarshii kee Qabaadhu marganii
@maryam768
@maryam768 Год назад
Wel come 🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@NoorAhmed-cs2hk
@NoorAhmed-cs2hk Год назад
Akkaa lee birr kee harkaa kudhamaa kee godhuu::
@BoontuuwJAl
@BoontuuwJAl Год назад
Gamee sagalen kee gadii fagataa yeroo dubatuu fii yeroo edidti gotuu sagalee lalii
@HanaAbera-wp2dg
@HanaAbera-wp2dg 11 месяцев назад
,hi,erginii
@makioroyoutube4879
@makioroyoutube4879 Год назад
Gifti tiyya itti hin ergii
@alamufayisa4266
@alamufayisa4266 Год назад
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@abidiwaqa8357
@abidiwaqa8357 Год назад
Hin eraganin. Dhuga. Kan ke hotaye. Yomu ketuna. Malaqani garu. Kan kee gadhu hin dadahu eganono ke januman iti fufu qaba
@muusaahuusseen6676
@muusaahuusseen6676 Год назад
Amashiiri sanyii koo
@jamilakadri5181
@jamilakadri5181 Год назад
Ani Akka koti yoo dhirii maqa biritu nati kafatuu block
@titablue5161
@titablue5161 10 месяцев назад
Hiergin yahojti maka
@missatooty6217
@missatooty6217 10 месяцев назад
imo
@hayuu9504
@hayuu9504 Год назад
Malaqaa xiqoo inii itin dalaguu ergiif
@muayyadfuad4638
@muayyadfuad4638 Год назад
Haga galtu hin arginif
Далее
Jaalala ijoollummaa
26:57
Просмотров 55 тыс.
Yeroo Jalalaa, Nama Jaalalli gubee hube.
24:12
Просмотров 58 тыс.
А вам, слабо?
00:22
Просмотров 44 тыс.
Heerumtees Manakoo Ni Dhufti
13:32
Просмотров 19 тыс.
Yeroo Jaalalaa
24:59
Просмотров 54 тыс.
Gorsa Obbolettikoon Lubbuu Namaan Ajjeese
12:42
Просмотров 13 тыс.
Dargaggoo Jaalalaan Miidhame
30:18
Просмотров 387 тыс.
А вам, слабо?
00:22
Просмотров 44 тыс.