Тёмный

LATTUU: SOLOMON ALEMU (Official video) 

Подписаться
Просмотров 3,1 млн
% 24 013

“Isaan akka biqiltuu mana Waaqayyoo keessa dhaabamanii, oobdii gooftaa keenyaa keessatti in lalisu.”
- Far. 92:13
በእግዚአብሔር ቤት ተተክለዋል፤
በአምላካችንም አደባባይ ይንሰራፋሉ።
_መዝሙር 92፡13
ISA 11:1-4
Hoe. 16:25
Subtitle cc available in
Afaan oromoo and
Amharic
Note: Unauthorized distribution and re-upload of this content is strictly prohibited
SONG TOPIC: Lattuu
SINGER : Solomon Alemu
MUSIC ARRANGEMENT: Raja Dingeta
D.P & EDITOR : BW/ Bonney Wakjira
DIRECTOR : Gutu Bikila
COLOR GRADE: Dawit Gizachew (IJ)
POSTER DESIGN : Samuel Girma (Kanenus graphics)
YEAR: 2014/2022
my Facebook page: solalem43/
#share #subcribe
Thank You For Visiting Our RU-vid Channel and Please subscribe To get Daily videos of worship, Praise videos,
#New_oromo_Gospel_songs_2022 #Ethiopian_Oromo_Gospel_songs #Faarfannaa_Afaan_Oromoo #Faarsaa_Haaraa
#New_Ethiopian_Amharic_Mezmur
#Songs #Mezmur #Childer_Songs
#New_oromo_Gospel_songs_2022
#Live_Worship_Songs
#Ethiopian_Oromo_Gospel_songs #Faarfannaa_Afaan_Oromoo #Faarsaa_Haaraa #Live_worship #New_Live_worship
#Faarfannaa_Waaqeffannaa
#New_Ethiopian_Amharic_Mezmur
#Songs_Mezmur_Childer_Songs
#Faarsaa_Afaan_oromoo
#Mezmur #solomon_alemu #araaraa_tv
#Oro_gospel_songs
#Faarsaawwan_haaraa 2022
#Faarsaawwan_Waaqeffannaa
#Faarfannaa_Waaqeffannaa
#Waaqeffachiisuuf
#Faarfannaa
#Faarfannaa_Afaan_oromoo
#farsa_Afan_oromoodhaan
#farfana_Afan_oromo
#Solomon_Alemu_Songs

Опубликовано:

 

11 мар 2022

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 2,1 тыс.   
@PurposeOfMyLife
@PurposeOfMyLife 2 года назад
FULL LYRICS IS HERE 0:31 Ya gaaddisa koo 0:42 Yemmuu aduun rakkinaa nagubuuf jarjaru kanan jala taa'u 0:45 Yommuu homtuu dhabame qaba jedhee sidha qabeenyin lakkaa'uu 0:50 Ya Goofticha koo 0:56 Ya tokkicha koo 1:00 ofiin hin bareedani situ namaaf kenna simboo naasifatu 1:02 qabaanneen si'idha guyyaa gaaf qofummaa kan namaaf dubbatu. 1:07 Gaggeessaa koo, bulchaa koo, baasee oolchee galchaa koo 1:09 eeeeeeeeeeeeeni 1:18 Hirkoon guyyaa humna dhabuu 1:21 Jajjabina nuuf fidu 1:24 Ulfina dilbii guutee 1:27 Kan salphina nuuf didu 1:30 Tiksichi lubbuu keenyaa 1:33 Hamaa nurraa maaggalu 1:36 Innimmoo Yesuus qofa 1:38 Kan biraa natti iyyanuu naa hin galu 1:42 Qomoo hin banne nu'i isatu nu Dhalche tolle labata 1:47 Jal'aan nu yarsuuf yaadum rakkatee ofiin taphata 1:51 Dur tolle nutoo labata 1:53 Dhugaan biyyaaf hima sobaa hin ragadu sobaa hin ragaduu 1:57 Hanqii karaa jiru garaaf hin nagadu garaa hin nagaduu 2:01 Lakki ani dharaa hin ragadu. 2:15 Warri garraamonni ijoo 2:18 Lafa dhaalu hin bal'atu 2:21 Qodaan galataa isaanii 2:25 Yabbuudha innoo hin qallatuu 2:27 Akka ibsaa tulluu gubbaa 2:31 Achii ifu hin mul'atu 2:34 Miilli isaanii hin collooma 2:37 Agartuun isaanis qara 2:40 Dhugaadha dhugaan jedhe 2:43 Ofkeessaa hin qabu dhara 2:46 Waaqayyotu dubbate 2:49 Warrri hin beeknes naaf baraa. 2:52 Nufaana nufaana inni caalu 2:55 Gara keenya goreera inni olaanu 2:58 Gara keenya goreera inni olaanu 3:01 Nufaana nufaana inni caalu 3:04 Garraamonni karaa isaa eebba dhaalu 3:07 Garraamonni karaa isaa eebba dhaalu 3:10 Yesuustu nu faana 3:12 Eeyyee nu faana 3:13 Eebbatti achi yaana 3:15 Eeyye nu faana 3:16 Qofaa miti nuti 3:18 Eeyye nu faana 3:19 Nun weeraru duuti 3:21 Eeyyee nu faana 3:24 Eeyyee nu faana 3:26 Maaali? 3:27 Eeyen nu faana 3:28 Maaf shakkina ya Ijoolle 3:30 Eeyyee nu faana 3:33 Eeyyee nu faana 3:46 Raajonni Ba'aali gurmuudhaani 3:50 Eliyaasin qaban morkii oodaa 3:53 Dharri haqa hin caalu turaa laalaa 3:56 Waa ta'uufi dhuma dubbi booda 3:59 In iyyu in caraanu of madeessu 4:02 Hin jiru deebiin itti fufe diddaani 4:05 Waaqni Eliyaas waamu hin turre hin bulle 4:08 Deebiseefi altakkicha Ibiddaani 4:14 Mee eenyufaatu 4:18 Eenyufaatu isa waame salphate 4:21 Daani'eelu in bulee boolla keeecha leenca Boraafatee 4:26 Eenyufaatu 4:29 isa waamee salphate 4:31 Dhugaadha itti hin dhiine Iyyaasuufu Biiftuutu dhaabate 4:37 Homtuu nun hildiimu uumaan dhala isaaf misha yaada 4:41 Lattuun qajeelaa hin gogu ijoolle ya ijoo babbashaadaa 4:46 Homtuu nun hildiimu uumaan dhala isaaf misha yaada 4:50 Lattuun qajeelaa hin gogu ijoolle ya ijoo babbashaadaa 4:55 Lattuun qajeelaa hin gogu 4:57 Dhugaa Eeeee 4:58 Lattuun qajeelaa hin gogu 5:00 Dhugaa eeeee 5:01 Lattuu Qajeelaa Ormuu in kajeela 5:04 Lattuun qajeelaa hin gogu 5:06 Dhugaa eeee 5:07 Lattuun qajeelaa hin gogu 5:09 Dhugaa eee 5:10 Lattuu qajeelaa Ormuu in kajeela 5:25 Elaamee akka siin jedhu abbaan kee 5:28 Ergee sagalee isaa akka Bakkakaa 5:31 Salphachuu kee warra eegan salphiseen 5:34 Si dhaabbachiisa eebba walakkaa 5:37 Dhala koo siifan laadhe lubbuu koo 5:40 Siifis cinaacha kootti Eeboon tuute 5:43 Rifeensa kee lakkoobsaanuu beeka 5:46 kan si xuqxe agartuu kootti buute 5:49 Ija koo sirraatii hin buqqifadhu 5:53 Si eeguu hin dadhabu ta'ee doofaa 5:55 Abbaan arge Harka sitti hin dhiqattu 5:59 Waa jedhee dubbadheen sirraa oofa 6:02 Egaa Kanaafuu Mogoleen nun laafu 6:05 Lattuun qajeelaa in gogu 6:07 Dhugaa eee 6:08 Lattuun qajeelaa in goguu 6:10 Dhugaa eee 6:11 Lattuun qajeelaa Ormuu in kajeela
@lindamahdi
@lindamahdi 2 года назад
@@PurposeOfMyLife 🌹🌹
@TarikuAnegaAdane
@TarikuAnegaAdane 2 года назад
Waaqayyo si haa eebbisu. Jabaadhu
@lalisegiddisa2415
@lalisegiddisa2415 2 года назад
✔✔✔✔👍👍👍👍👏👏👏👏👏😍😍😍😍😍😍😍
@kenawakdaniel4374
@kenawakdaniel4374 2 года назад
Wooow😲😲😲😲😲😲
@emabitff8700
@emabitff8700 2 года назад
Eebifami
@DrNafyadGetuOfficial
@DrNafyadGetuOfficial 2 года назад
Guddadhu! Stay blessed!
@samikefale
@samikefale 2 года назад
abbaa cabsaa ati waan kana nuuf mokkorimee atis.
@amanuelasefa3036
@amanuelasefa3036 2 года назад
doftooree fqri
@Me1419M
@Me1419M 2 года назад
I am in love with your worship song Blessings 🙌
@zaramohamad6294
@zaramohamad6294 2 года назад
@@samikefale maatii naa ta'aa pls
@zaramohamad6294
@zaramohamad6294 2 года назад
@@caaltuutube4360 maatii naa ta'aa pls pls 😢
@gurraachaabbaayaa5795
@gurraachaabbaayaa5795 2 года назад
I muslim but I love watching and listening this guy. What a song❤!
@RoyalTeam1290
@RoyalTeam1290 2 года назад
Please matii naf ta'ii please
@gurraachaabbaayaa5795
@gurraachaabbaayaa5795 2 года назад
@@RoyalTeam1290 tole
@jalelijalem
@jalelijalem 2 года назад
please believe in Jesus . b/c there's no way without Him. He loves you. He's calling you.
@dassmanfadil2026
@dassmanfadil2026 2 года назад
@@RoyalTeam1290 gm sch has h
@obsaemiru7873
@obsaemiru7873 2 года назад
@@jalelijalem to bj
@mulugetayilmachew2866
@mulugetayilmachew2866 2 года назад
Ani amantii Waaqeffannaan hordofa! Garuu yeroo hunda faarfattoonni amantii Pirotestaantii faaruu sabaaf gumaachan taanaan ani daawwachuu biraa hin hafu!❤ Aadaa ofii eeggachaa, eenyummaa isaaniif dhimmaa Waaqa isaanii faarfatu! Ammallee kan isin waammattan isiniif haa dhagahu!!🙏🙏❤❤
@birtukanfelekaa5925
@birtukanfelekaa5925 2 года назад
Eebbifamii ,,kotumee atiis gara Amantii kanaa gooftaan si jaallata
@mulugetayilmachew2866
@mulugetayilmachew2866 2 года назад
@@birtukanfelekaa5925 amantiin Pirotestaantii natti tolan jedhe malee amantiikoo keessatti Waaqni nan jaalatu hin jenne!!😡😡
@birtukanfelekaa5925
@birtukanfelekaa5925 2 года назад
@@mulugetayilmachew2866 Tole Eebbifamii Ammaayyuu sita tolu haadhoo koo
@birtukanfelekaa5925
@birtukanfelekaa5925 2 года назад
@@mulugetayilmachew2866 hin Aariin chan...kee sub siif godheraa
@abdiinkoojiraataadha8074
@abdiinkoojiraataadha8074 2 года назад
Ebbifaamii haadhoo koo ❤️🙏🙏🙏🙏🙏💜💜💜💜💜
@ibrahimissaalo7756
@ibrahimissaalo7756 2 года назад
I’m Oromo Muslim I love you 😍 much affan Oromo farfannaa
@shumbeetunaaa
@shumbeetunaaa 2 года назад
Lubuu koo sabcryb naa godhii matii nafii tayii
@desistuutube3083
@desistuutube3083 2 года назад
Mattii naaf ta.iimee
@desistuutube3083
@desistuutube3083 2 года назад
@@shumbeetunaaa mattii naaf ta.iimee
@deraranurgi3416
@deraranurgi3416 Год назад
322l2w8pa7sp0D8D
@leta_hinkosa
@leta_hinkosa Год назад
ryguiguiyt7yiyyuuoo7iyy ni dyffugfttyyffgrgggeg try gtttftttttttdfytytt fy ye yegtrrytrtddydyty furyyfyugttyuy rydygfyuhuiygfy ryttryifufy 7th ryufuhft t is fyhhghuygdriguufy dyur up jughhfhudgsyeg fyeh get yehd ryry4t to g etc hhsdghdgdhhhfh grhgdhgrhdhhhhrh difsyydduudgsggdeggdgg rudydhgsyddggsgrruiegehueguj4j ghgruutueyyrtuurh ffdyryueywuuug gjrgjhshrjjrjej gifudgjrhrhgrhrbtrjjtjurhuruhtjrralhdhhdgu gfofugfig377rggggghuu chhcgh. Fhxhn righhg fggdghshgegtetyyt 6746r56 vt3utryyr. Yryryhhrh yyrgyeuey hdgdhh hdhdhudj hrrgdhd
@BerhanuBekeleBrex
@BerhanuBekeleBrex 2 года назад
የኔ ጥላ! የመከራ በረሃ ሊያቃጥለኝ በምፈጥንበት ጊዜ ማረፋዬ ምንም በሌለበት ሰዓት አለኝ ብዬ የምቆጥረው ሃብቴ አለኝታዬ ጌታዬ አንደኛዬ ደምግባት በሰው ጥረት አይገኝም አስገራሚ ውቤት ሰጭ አንተ ነህ አለኝ የሚልህ አንተ ነህ በብቸኝነት ጊዜም ለሰው የሚትሟግት ብርታትን የሚትሰጠን ሃይሌ ስያንስ ዲጋፊዬ ወረዴተን የማየሻ በበረከጽ የምትሞላ የነፍሳችን ጠባቂ ከክፍ የምትታድገን ይህም ኢየሱስ አንተ ብቻ ነህ፤አይገባኝም የሌሎች ከንቱ ጩኸት ከማይጠፋን ዘርተወለደን መልካም ልደት ክፊ በከንቱ ጨዋታ ሊያሳንሴን አንዲሁ ይቸነቃል ቀድሜን አገኜን መልካም ልደት እዉነት አውጃለው ለምድሪቱ ለውሸት አልዘልም ልገለጥ ስላለው እዉነት እንጂ፤ ለሆድ አልነግድም፣እምቢ ለዉሸት አልሰግድም እምቢ! ለውሸት አልዘልም፡፡ የዋሕዎች ምድርን ይወርሳሉ ይሰፋሉ ምስጋናቸው እጥፍ ነው ፈጽሞ አይጎድልባቸውም ተራራ ላይ እንዳለ ብርሃን ያበራሉ ይታያሉ እግራቸው ይፈጥናል እይታቸውም ይዘልቃል እወነት እናገራለው ዉሸት የለም ከውስጥ እግዚአብሔር ተናግሯል ያልገባው ይወቅልኝ፡፡ ከእኛ ጋር ነው ያለው ከሁሉ የሚበልጥ፤ክእኛ ጋር ሆኗል የበላይ፡፡ ኢየሱስ ከእኛ ጋር ነው ወደበረከት እንለወጣሌን ፤አዎን ከእኛ ጋር ነው አይደለንም ብቻችን፤አዎን ከእኛ ጋር ነው ሞት አይማሪከንም፤አዎን ከእኛ ጋር ነው ወዳጄ ሆይ ለምን እንሰጋሌን፡፡ የበዓል ነቢያት ከኤልያስ ጋር ሙጉት ገጠሙ ከዚህ በኋላ ነገሩ ያልቃል ዉሸት እውነትን ስለማያሸንፍ ብጮሁም መልስ የለም ዝምታ ነው ገላቸውን አቆስለው የኤልያስ አምላክ በጊዘው መልሱን መለሰው በእሳት እነ-ማን እርሱን ጠርቶ አፈሩ አንበሣን ትራስ አድርገው ዳንኤል ጉድጓድ ውስጥ አደረ እና ማነው እርሱን ጠርቶ ያፈረ በእወነት አልጨለመም ለእነ ኢያሱም ፀሐይ ቀመለት ምንም አያጉላላምፈጣሪ ለልጁ መልካሙን ያስባል የጽድቅ ቋጥቋጠው አይደርቅም ወዳጆች ደስ ይበላቸው ….2 የጽድቅ ቋጥቋጠው አይደርቅም፤እዉነት ነው….2 እንግዲህ እንዲህ ይላል አባትህ ታለቁን ቃል ልኮ እንደ ነግድጓድ፤ ውደርደትን የሚጠብቁትን አዋሪጀ አቆማለው በበረከት መሐል፤ ልጄ ሆይ ነፊሴን ላንተ ሰጥቻለው፤ስለአንተም ነው ጎኔን የተወጋሁት፤ ፀጉረህን በቁጥር አውቃለው፤አንተን የነካ የዓይኔን ብሌን ይነካል፤ ሁሌም ዐይኔ ከአንተ ላይ ነው አይነሳም፤ልጠቢቅህም በፍጹም አይደክምም የማንም መላገጫ አትሆንም ቃሌን ተናግረ ከፊትህ ገለል አደርገዋለው፡፡ ስለዚህ ጉልበታችን አይዝልም የጽድቅ ቋጥቋጠው አይደርቅም እዉነት ነው፡፡👌
@meklitregasa9130
@meklitregasa9130 2 года назад
እናመሰግናለን ተባረክ
@prophetrobelhailu7462
@prophetrobelhailu7462 2 года назад
ምን አይነት መንፈስ ያለበት ዝማሬ ነው ትርጉሙን ደግሞ ባውቀው ይበልጥ ደስ ይለኛል አቦ ተባረክ
@tamartasema8315
@tamartasema8315 2 года назад
ደምሪኝ
@aschalewabera6088
@aschalewabera6088 2 года назад
@@tamartasema8315 አማርኛ አታነብም ኢንዴ ትርጉሙ ከስር ኢየተጻፈ
@fikrechengere5046
@fikrechengere5046 2 года назад
Wow
@getinettafesetucho7999
@getinettafesetucho7999 2 года назад
@@aschalewabera6088 maaliif dheekkamtaa egaa
@aboveearth4412
@aboveearth4412 2 года назад
YA
@2017M
@2017M 2 года назад
Am Orthodox but am in love with this song
@sifaandabalaa677
@sifaandabalaa677 2 года назад
Uuuuuuffffffffff Ebifamaa Ebifamaa Ebifamaa Ebifamaa Ebifamaa Ebifamaa Ebifamaa
@Grandas7358
@Grandas7358 Год назад
Loving the song is good. I'd encourage u to believe & accept Jesus Christ.
@kalebgamer3879
@kalebgamer3879 Год назад
for ur info we belive in him@@Grandas7358
@hirkofikadu3041
@hirkofikadu3041 2 года назад
"Yaa waaqayyo, mucummaa kootii jalqabdee ati ana barsiifteetta; ani immoo amma iyyuu gocha kee isa dinqisiisaa nan labsa" Far.71:17
@midhagdusado895
@midhagdusado895 2 года назад
Ameeeen ebbifami
@RoyalTeam1290
@RoyalTeam1290 2 года назад
Hirkoo matii naf ta'ii
@wanofiiTube5078
@wanofiiTube5078 2 года назад
@@midhagdusado895 Bareedduu Koo Matii Naf Ta'i
@midhagdusado895
@midhagdusado895 2 года назад
@@wanofiiTube5078 🙏🙏🙏🙏🙏🙏💯
@wanofiiTube5078
@wanofiiTube5078 2 года назад
@@midhagdusado895 😘😘😘
@chernetsolomon3273
@chernetsolomon3273 2 года назад
ልመርቅህ የእግዚአብሔር መንፈስ ሁሌም በሙላት ይገለጥብህ እግዚአብሔር አገልገሎትህን ከጫፍ እስከ ጫፍ እንደ ምድር አሸዋ እንደሰማይ ክዋክብት ያብዛው ምን እንደምል አላቅም ኦርቶዶክስ ነኝ ያለህበት መጥቼ ግን ሙሉ አገልግሎትህን እንደምካፈል ቃል እገባለሁ።።።።።
@adaneshh1163
@adaneshh1163 2 года назад
Wowowow waqayoo garatokosii garalamasii iduubataa jeedhamee baareefaamee ebbifaami soleyee
@Adu40
@Adu40 3 месяца назад
tebarki
@nakaanddom243
@nakaanddom243 2 года назад
Ani muslima garu farffannan kuni heddu natti tola dhageffadhe qufu dadhabe oromummaa walitti nu fida amantanile adda Banu l Love this song 💪❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@የጌታንስምየሚጠራይድናል
የቋንቋ ባለቤት እግዚአብሔርን ተባረክልን ቋንቋ ባይገበኝም 🥰🥰🙌🙌🙌🙌🙌🎻🎻🎻🎻🎻🎻
@Bohaartii_Addunyaa
@Bohaartii_Addunyaa 2 года назад
“Isaan akka biqiltuu mana Waaqayyoo keessa dhaabamanii, oobdii gooftaa keenyaa keessatti in lalisu.” - Far. 92:13 Ameeeeen
@urjiimucaagooftaa1549
@urjiimucaagooftaa1549 2 года назад
Ameeen eebbifami
@miresa7048
@miresa7048 2 года назад
facebook'f siniif dhiisnee kanumallee fayyadamnaa nu dhiisaa!
@RoyalTeam1290
@RoyalTeam1290 2 года назад
Sabontuu matii naf ta'ii
@RoyalTeam1290
@RoyalTeam1290 2 года назад
@@urjiimucaagooftaa1549 matii naf ta'ii
@yohinebarsisa3742
@yohinebarsisa3742 2 года назад
Ayyannii kun dachaadhan sif haa dabalamuu haminii seexana si nargatin sool.!
@chernetsolomon3273
@chernetsolomon3273 2 года назад
ኦሮምቲቲዎች እንኳን ደስ አላቹህ እግዚአብሔር ይህን ወጣት አስነስቶላቹሀል። ይህ ልጅ ለፕሮቴስታንት ብቻ ሳይሆን ለመላው ሀይማኖት በሙሉ አርዐያ መሆን ይችላል። እወድሀለው ሶልዬ የኔ አስተዋይ እግዚአብሔር በደሙ ጠብቆ ይህ ወንጌል የተጠማው ወጣት በእግዚአብሔር መንፈስ እርስርስ እነዲልልን ክርስቶስ የርሱ ፈቃድ ይሁን!!!
@desistuutube3083
@desistuutube3083 2 года назад
Mattii naaf ta.iimee
@erbikaayele
@erbikaayele Год назад
እግዚአብሔር ይመስገን 🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@KattoufTelecom-m5s
@KattoufTelecom-m5s 25 дней назад
🙏🤲👏
@KattoufTelecom-m5s
@KattoufTelecom-m5s 25 дней назад
🤲👏🙏❤️💔🫶🙏🙏💀💔🫶
@firamashupvedio7032
@firamashupvedio7032 2 года назад
Am Muslim.. I love this brow👍 You are Soo power full
@destafikadu2421
@destafikadu2421 2 года назад
oh haadhokoo fayyisaan DHiisa qofa amani haadhokoo
@desistuutube3083
@desistuutube3083 2 года назад
Mattii naaf ta.iimee
@ebenezergebremichael7188
@ebenezergebremichael7188 2 года назад
ወንድሜ ሰሌ ቋንቋውን ባላውቅም ግን ልብ ውስጥ የሚገባ መንፈስ ያለበት መዝሙር ነው የመጨረሻ ወድጄዋለሁ አንተም ተመችተከኛል። እግዚአብሔር ከፍ ያድርግህ ተባረክ!
@ቀበጧየኢትዮጵያልጅ
በ አማርኛ subtitled አለው ።
@paulesthercomfort5303
@paulesthercomfort5303 2 года назад
Am a Nigerian lady I love this young mans song even when I don't understand the language please try and be putting subtitles
@Grandas7358
@Grandas7358 2 года назад
Just go to the Settings, then Subtitles/cc part. Its right there for u
@tolsamuel3375
@tolsamuel3375 Год назад
@@Grandas7358 - only the Amharic one is there
@jmailjmail4743
@jmailjmail4743 2 года назад
Ameeennn Ammmeeen Ammmmeeeen kanuma calatti amasi ayani saa sifi haa bayee ta’u
@tube-mo2hy
@tube-mo2hy 2 года назад
አሜን ክብር ለስሙ ይሁን የቆንቃ ባለቤት እግዚአብሔር ነው ሶል በደሙ ተሽፈን 😍😍👌
@damekubalay1474
@damekubalay1474 2 года назад
I am ortodoxs but I like this song bless you 🙏🏻 bro
@ሚሚኢየሱስባርያነኝ
Oromogna ayichilim gin mezemuroch wuste nachu tebarekiii sole
@fatiyaoromo4757
@fatiyaoromo4757 2 года назад
Anii musilma garuu . Sagalen kee sagale hacee fakataa ❤💚❤🌳 natii tolita bayee Ufitii amanumaa kee Sagalee kee Jechaa sii kesaa bayuu Ajaibaa
@desistuutube3083
@desistuutube3083 2 года назад
Mattii naaf ta.iimee
@werkifwerki1014
@werkifwerki1014 2 года назад
1𝐬𝐭 𝐯𝐢𝐞𝐰𝐬 𝐖𝐞𝐥𝐜𝐨𝐦𝐞 𝐒𝐨𝐨𝐥𝐞 𝐋𝐚𝐭𝐭𝐮𝐮 𝐪𝐚𝐣𝐞𝐞𝐥𝐚𝐚 𝐎𝐫𝐦𝐮𝐮 𝐢𝐧 𝐤𝐚𝐣𝐞𝐞𝐥𝐚𝐚 𝐞𝐛𝐛𝐢𝐢𝐟𝐚𝐦𝐚 𝐤𝐨𝐨😍😍❤❤❤👏
@RoyalTeam1290
@RoyalTeam1290 2 года назад
Matii naf ta'i werkif
@AAA-tk1qu
@AAA-tk1qu 2 года назад
የአንተን መዝሙር ብቻ ለመስማት ኦሮምኛ እየለመድኩ ነው ፤እግዚአብሔር ይባርክ ወንድሜ!!!
@ayenandualem1629
@ayenandualem1629 Год назад
Ex
@koketabdisa1717
@koketabdisa1717 2 года назад
Waqayyo sii haa ebisu ebifami
@emuye3270
@emuye3270 2 года назад
I orthodox but love this song😍😍😍🤗🤗🤗
@Grandas7358
@Grandas7358 2 года назад
Eebbifam Sol! Lalisuuf misuun qooda keenya(Kan warra Yesus Kristoosiin amanatee) Waaqayyo gogiinsaaf miti kan nu waame!
@yabobayo5787
@yabobayo5787 2 года назад
Ani Muslima garuu farfannaan Waaqa hundumtuu baayyee natti tolu dhugaa. Waaqni garee hin qabu. Iyyasus jennee, Allah Jennee, God jennee, Waaqa jennee, wanni inni nurraa barbaadu jaalalaafi onnee qulqulluun waliin jiraatuu. Adunyaa kanaan of ibsuu osoo hin ta’in Waaqaan of ibsuudha. Yeroo Shan salaattee, bataskaanatti Waaqaaf faarfannaa akkanaa bareedu qooddee, hundinuu Waaqaaf. Ummata koo isin jaalladha.
@melkamuserdo7774
@melkamuserdo7774 2 года назад
ሰለሞን የቅባቱ ባለበት ጌታ ኢየሱስ አብዝቶ ይባርክህ ይጨምርልህ!
@desistuutube3083
@desistuutube3083 2 года назад
Mattii naaf ta.iimee 💖💖💖💖
@boontuuboontisha5099
@boontuuboontisha5099 2 года назад
Uuuuuufffff nu guddaadhu ebiifami
@tigistitube6405
@tigistitube6405 2 года назад
Uuuffee ebbifaamaa muca yesus ati qaxalee inni afaan godhateedha ebbifaamii
@hopecreations
@hopecreations 2 года назад
SOLOMOON “Isaan akka biqiltuu mana Waaqayyoo keessa dhaabamanii, oobdii gooftaa keenyaa keessatti in lalisu.” - Far. 92:13
@midhagdusado895
@midhagdusado895 2 года назад
🙏🙏🙏🙏
@hopecreations
@hopecreations 2 года назад
@@midhagdusado895 respect you maatii nuuf tahaa hope creations
@midhagdusado895
@midhagdusado895 2 года назад
@@hopecreations 🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@midhagdusado895
@midhagdusado895 2 года назад
@@hopecreations 🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@hopecreations
@hopecreations 2 года назад
respect you all
@wanoffee5795
@wanoffee5795 2 года назад
I can’t stop listening this song ! I can see the grace of God on you!❤️💚❤️
@dghfh2600
@dghfh2600 2 года назад
ቋንቋ ባይገኝም በጣም ተባረክያለሁ ጸጋ ይጨምረላችሁ ዋውውው😘😘
@amanueldaba390
@amanueldaba390 2 года назад
amharic substitle alew caption-nun amharic lay adergew ena eyew
@aabb1099
@aabb1099 2 года назад
Jabduu mucaa guddadhu.
@masiiorotube5038
@masiiorotube5038 2 года назад
Uyyii dibataa addaa qabdaa ol ademaa koo 👋🤚🤚🤚❤❤dhagefadhee qufuun dhadhabee annii ģaruu kiristanaa ortodoksidhaa.
@Qubee-Entertainment.
@Qubee-Entertainment. 2 года назад
Ogummaa kee osoo hin ajaa'ibsifatin darbuu hin dandeenye Sol....natti tolteetta obboleessa kee Waaqeffataa irraa💚🖤💚
@desistuutube3083
@desistuutube3083 2 года назад
Mattii naaf ta.iimee
@matiyasberza6446
@matiyasberza6446 2 года назад
ኦሮምኛ ባንሰማም እንኳን ነገር ግን በየጊዜው የሚባርኩ መዝሙሮች እየሰማን ነው። ምን ዓይነት እሳት የላሰ ልጅ ነው? እግዚአብሔር ይባርክህ ወንድሜ!!
@akliludegelaofficialyoutub5019
@akliludegelaofficialyoutub5019 2 года назад
God bless you more, I don't know how to talk oromic language but I am blessed by your songs, praise God 🙌🙌soliye
@Techno4S
@Techno4S 2 года назад
If you could speak Amharic you can change the caption and listen to it.
@akliludegelaofficialyoutub5019
@akliludegelaofficialyoutub5019 2 года назад
@@Techno4S Okkkk
@zaramohamad6294
@zaramohamad6294 2 года назад
@@akliludegelaofficialyoutub5019 maatii naa ta'aa pls
@desistuutube3083
@desistuutube3083 2 года назад
Mattii naaf ta.iimee ❤️❤️💕💖
@hawwiibayyannaa2646
@hawwiibayyannaa2646 2 года назад
Uuuuuuuuuffffffffffff ammmmmeeen ebifammiii mucaa kakuuuuuuuuu👍👍👍👍👍👍👍👍
@biranee.fiqiree3817
@biranee.fiqiree3817 2 года назад
Ameen Ameen Eebifamaa waqayyoo siin haa Ebisuu nuuf jiradhaa!
@desistuutube3083
@desistuutube3083 2 года назад
Mattii naaf ta.iimee
@axumcake
@axumcake 2 года назад
I truly don't understand Oromigna. I can only share the spirit with them, but with this song is different. I can read the subtitles and understand it well. Thank you and God bless you dear brother 👏👏🙏🤗❤️
@beki84
@beki84 Год назад
ኦሮምኛ አልችልም ግን ይሄን መዝሙር ስሰማ መንፈስ ቅዱስ ሲያረሰርሰኝ ይታወቀኛል
@sosktoto666
@sosktoto666 2 года назад
i love oromo gosple music 🇪🇷 i am from ertrean
@tamenesaketa5498
@tamenesaketa5498 Год назад
My God bless you
@dawitgebul4274
@dawitgebul4274 2 года назад
sagalee ajaa'ibaan faarsaa ajaa'ibaa
@senbetalencha5781
@senbetalencha5781 2 года назад
Waaqayyo si haa eebbisu jabduu nama ayyaana!
@samijesus9953
@samijesus9953 2 года назад
ኦሮምኛ አልሰማም ነገር ግን በጣም ደስ ብሎን ኛል ይባርካል።
@desistuutube3083
@desistuutube3083 2 года назад
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💕💖❤️
@sendabebedane830
@sendabebedane830 2 года назад
Iam Muslim ilove ❤ this songs
@minayehuabera2739
@minayehuabera2739 2 года назад
ወንጌል የሁሉም ክርስቶስ የሁሉም ስለሆነ በእውነት በመንፈስ እናመለከዋለን።you are blessed ተባርከሀል።
@songslyrics-n5j
@songslyrics-n5j 2 года назад
Eebbifami bruh!
@martbirqtube2501
@martbirqtube2501 2 года назад
Waaqayyoo sii haa ebbiisu Sole koo!!
@shalomkibret
@shalomkibret 2 года назад
በእግዚአብሔር ቤት ተተክለዋል፤ በአምላካችንም አደባባይ ይንሰራፋሉ። _መዝሙር 92፡13 Stay blessed!!!!!!! BRO
@sameramohammad79
@sameramohammad79 2 года назад
i ❤️ you yasuse /nabi isa becouse i am muslm 😍
@JimmaAgaro-n9l
@JimmaAgaro-n9l 10 месяцев назад
Wide isaan keessani iyesusi mitti ❤ faarfannaa kanaa sirritti dhagai wan isaan hojetee dubataa jiraa inni tokko mitti Yesuusi ummadhaa issan uumamaa ok
@MonetizeHive
@MonetizeHive 11 месяцев назад
I am Orthodox but i can't stop listening this song
@beetlemtaddasa4138
@beetlemtaddasa4138 2 года назад
Uufffffeeeeeee waqayyoo saa ebiissu ebifamiiiii solee
@ameenstudiom286
@ameenstudiom286 2 года назад
Uuuuuuuuuuuuuuuuuu Nuuf Jiraadhu Solii Keenyaa
@LS-xv6ov
@LS-xv6ov 2 года назад
“Lattuu qajeelaa hin gogu” ameen ebifamaaa!
@oliyadkebede3236
@oliyadkebede3236 2 года назад
What a gospel!!! May God protect you, so that you may continue blessing and spreading the words of God through worships 🙏🏾❤️ love you brother
@desistuutube3083
@desistuutube3083 2 года назад
Mattii naaf ta.iimee
@laliseeoromiya7532
@laliseeoromiya7532 2 года назад
Eebbifammi solomoniye qomo koo jabadhuu tiruu koo ebbifami Eebba waqaf lafaan
@negasayadesa4815
@negasayadesa4815 2 года назад
ayyaana siif haa baayyisuu mucaa ol adeemaa gooftaan nuuf kenne
@Yeshua_Jesus12
@Yeshua_Jesus12 2 года назад
ምንም እንኳን ቋንቋው ባይገባኝ ዝማሬዎችህን በፍቅር ነው ምወዳቸው ተባረክ ሶል 🥰🥰🥰🥰
@momskiyyah77734
@momskiyyah77734 2 года назад
ይሄን መዝሙር የምትሰሙ ኦርቶዶክሶች ሙስሊሞች ሁሉ እግዚአብሔር ይባርካችሁ 🙏🙏🙏🙏 እንወዳቹአለን ተባረኩ ( Warri faarffannaa kana dhageeffattan Obolootoa Ortodoxifi muslimaa gooftaan baraaf jiraanya keessan haa eebbisu isin jaallana Ulffaadhaa🙏🙏🙏🙏)
@ifargantech
@ifargantech 2 года назад
"Lattuu qajeelaa Ormuu hin kajeelaa" eebbifami qimamiikoo 😍😍
@desistuutube3083
@desistuutube3083 2 года назад
Mattii naaf ta.iimee
@naanimagarsa473
@naanimagarsa473 2 года назад
Uuuuuufffeee eebbifama daachaa
@senasena7244
@senasena7244 2 года назад
Eebbifami Sol Mucaa Eebbifamaa.Atuu Agartuu Keeny Darbii Deemi
@adaada5190
@adaada5190 2 года назад
This song up left to heavenEven I don’t understand language but, only one day heared 10 times bless bro more&more❤️❤️🙏🙏
@samoraasefa5120
@samoraasefa5120 2 года назад
My Almighty God blessed you and covered you by his grace. Very very powerful songs 🎵 am glad to watching this songs.
@alemayehuhirko821
@alemayehuhirko821 2 года назад
I don't have a word to say Solomon, Let God bless you!!!!. I am addicted to this song. Praise to God. Stay blessed Bro!!!!!
@desistuutube3083
@desistuutube3083 2 года назад
Mattii naaf ta.iimee
@obsegutema7097
@obsegutema7097 2 года назад
Ebbifam waqayyoo ayyaana isaa siif haa bayyisu .
@Andrew-hn7xz
@Andrew-hn7xz 2 года назад
Waaqayyo si ha eebbisu!
@TOP3-r1b9b
@TOP3-r1b9b 2 года назад
I can't stop listening this song it's full of grace!📖
@sosiwon3831
@sosiwon3831 2 года назад
You are anointed my God bless you with more my lovely son.
@megersaalemayehu4480
@megersaalemayehu4480 2 года назад
woow! praise to the heavenly grace that revealed up on u
@RoyalTeam1290
@RoyalTeam1290 2 года назад
Margi mati naf ta'ii
@desistuutube3083
@desistuutube3083 2 года назад
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💕💕💖💖❤️❤️❤️
@masiishanbel1508
@masiishanbel1508 2 года назад
Ani ortodooksiidha garuu faarfannaa gurbaa kana baayyeen jaaladha🙏🥰♥️
@desistuutube3083
@desistuutube3083 2 года назад
Mattii naaf ta.iimee
@ulfatadabesa2806
@ulfatadabesa2806 2 года назад
waaqayyoo gooftaan yesuus bara kee haa eebbisu!. ayyaanasaa kanaa olitti dachaa siif haa roobsu.
@dinaolofficial1458
@dinaolofficial1458 2 года назад
AM FROM DEBRE BIRHAN UNIVERSITY, SOLI I SAID GOD BLEESS YOU!!!!!!
@desistuutube3083
@desistuutube3083 2 года назад
Mattii naaf ta.iimee
@ababiy9aa116
@ababiy9aa116 2 года назад
I am an oromo Muslim ,but i love it!!!
@shimelisgetachewtola6263
@shimelisgetachewtola6263 2 года назад
Really, it is an amasing song! Stay Blessed Sol! Guddadhu Qaxalee Mucaa!
@RoyalTeam1290
@RoyalTeam1290 2 года назад
Matii naf ta'i shimee
@shimelisgetachewtola6263
@shimelisgetachewtola6263 2 года назад
@@RoyalTeam1290 tole
@siifaantafarii6737
@siifaantafarii6737 2 года назад
Ameeeeeeeen*3 ebbiifamaa💞🙏💞📖
@RoyalTeam1290
@RoyalTeam1290 2 года назад
@@siifaantafarii6737 sifan mati naf ta'i
@kumerayadeta
@kumerayadeta 2 года назад
waaqayyoon ammayyuu si ha eebbisu eebbifami
@sendabebedane830
@sendabebedane830 2 года назад
Woo woroota afaani hikkanilee keessaa jiruu
@olifantube
@olifantube 2 года назад
Wow sola koo bayyee jaaladheera dhugaa bless you all🥰🥰🙏🙏😇
@eldaeldanatube1595
@eldaeldanatube1595 2 года назад
Amen😍
@desistuutube3083
@desistuutube3083 2 года назад
Mattii naaf ta.iimee bareduu koo
@gemechugwakjira2593
@gemechugwakjira2593 2 года назад
I have no word may God bless you !
@ruthdachew9700
@ruthdachew9700 Год назад
God bless you, Brother! May GOD Give you More Grace and Anointing!
@ayantu5242
@ayantu5242 2 года назад
Ebiifaamii ilmaa ebbaaa barakee gutuu dhabadhuu fulasa inii siraa ajalatuu arsaake
@thomastafari4736
@thomastafari4736 2 года назад
Ammas ayyanni GOOFTAA keenya sif ha baayatu.
@natolbeyene1947
@natolbeyene1947 2 года назад
I love the lyrics omg 😱!!!!
@desistuutube3083
@desistuutube3083 2 года назад
Mattii naaf ta.iimee
@genetgerbi9387
@genetgerbi9387 2 года назад
Hallelujah amen god bless you more bro❤️
@ibseduressa9298
@ibseduressa9298 2 года назад
What a wonderful blessing song .since these song released Im listening it every day Oh hallelujah .thank you lord.♥️
@ayiidaashamsu1538
@ayiidaashamsu1538 2 года назад
Ameeen
@ananiasolomon1177
@ananiasolomon1177 2 года назад
BEst clip tebarekkkk
@shomanneefiqaaduu4294
@shomanneefiqaaduu4294 2 года назад
Uuuuuuuuuffffeeee waqayyoo barafi jirenya kee haa ebisuuu Ebifamii mucaa kakuu
@birualemu
@birualemu 2 года назад
Wow. It is such a heart-touching song and I like how the director manages it. I think everyone should have to see this work as a template to understand very well a thin layer between a song and worldly music.
@desistuutube3083
@desistuutube3083 2 года назад
Mattii naaf ta.iimee❤️❤️❤️💖💖💕💕
@Techno4S
@Techno4S 2 года назад
What an amazing song it's! Praise to be God and bless you!
@atsedutolasa5653
@atsedutolasa5653 2 года назад
Blessing Dachaa eebbifami🙏🙏👏👏
@desistuutube3083
@desistuutube3083 2 года назад
Mattii naaf ta.iimee
@gemechumulugeta4436
@gemechumulugeta4436 2 года назад
Baayyeen sijaaladha ayyaanni Dhaloota boolla du'aa keessaa yaasu ammallee sirratti haa dhangala'u
@sabboontuuoromoo182
@sabboontuuoromoo182 2 года назад
Eebbifami waaqayyo amma illee su haa guddisu!
@lomeeoromo2997
@lomeeoromo2997 2 года назад
የእግዚአብሔር ሰላምታ ትዝ አለህ ተታረክ አሜን አሜን አሜን 🙏🙏🙏
@obseegincii
@obseegincii 2 года назад
Ebifami ebifami ebifami ebifami goftaan si ha ebisu ufaayi 🙏❤️❤️🤲
@onesitube6108
@onesitube6108 2 года назад
maati naaf tahi
@desistuutube3083
@desistuutube3083 2 года назад
Mattii naaf ta.iimee bareduu koo 💕💕💕💖❤️❤️
@adanekebede9891
@adanekebede9891 2 года назад
God bless you woo!very amazing
@RoyalTeam1290
@RoyalTeam1290 2 года назад
Mati naf ta'iplease
@desistuutube3083
@desistuutube3083 2 года назад
Mattii naaf ta.iimee
@chaltuethiopia88
@chaltuethiopia88 2 года назад
Waaqayyoo si ha ebbisu
@samuellechisabayisa742
@samuellechisabayisa742 2 года назад
ayyaanni siif haa bayatuu