Тёмный

MADAA MALEE || Singer: Dasalegn Dula 

Dase Dula Official Tube
Подписаться 25 тыс.
Просмотров 321 тыс.
50% 1

Опубликовано:

 

27 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 684   
@geletaliban5380
@geletaliban5380 5 месяцев назад
Faarfataa Dassee, nama yeroo hundumaa Waa'ee Yesuusii fi fannoo isaa akkasumas bu'aa fannoo isaatiin Nuuf argame, Waa'ee jireenya barabaraa faarsu, baayyee si jaallanna, faarfannaan Kee hundisaa Waa'ee jaalala Kristoos nama yaadachiisa🙏 Eebbifamteetta, bara baraan ibsaa dhalootaa isa ta'e Yesuusiif faarsuu akka dandeessu ayyaanni Waaqayyoo siif haa baayyatu!
@karizmamega524
@karizmamega524 5 месяцев назад
💔💔💔💔💔👏👏👏👏👏👏👏
@EtichaNegeri-yl5so
@EtichaNegeri-yl5so 5 месяцев назад
Dhugaa dha madaa malee hin qabu mudaa Ameeen Eebbifami
@ebadiribagudeya
@ebadiribagudeya 5 месяцев назад
madaa malee mudaa hin qabu!🥰🥰🥰🥰
@AdugnaGudeta-ry1zy
@AdugnaGudeta-ry1zy 5 месяцев назад
Qaaliikoo Akkan jedhuun dhaba! Imimmaaniinan dhaggeeffadhe! Kristoos inni ati faarsitee Sii haa Eebbisu ❤️
@Bikilakebedeofficial
@Bikilakebedeofficial 5 месяцев назад
Dassuu koo barrikee haa eebbifamukaa!
@TakeleKumsa-jm2gz
@TakeleKumsa-jm2gz 5 месяцев назад
Ameen eebifami!!
@gutabekele490
@gutabekele490 5 месяцев назад
Ameen barrii jireenyaakee haa eebbifaamuu Daasee
@singergemechistesema8195
@singergemechistesema8195 5 месяцев назад
Wow naaf eebbifami Dassekoo
@MisgaanuuQixxeessaa-yw6bs
@MisgaanuuQixxeessaa-yw6bs 5 месяцев назад
❤dasseekoo mee maaliin akkan itti ibsu na rakkisus atumtiifi daawwit Girmaa ofiima keessanuu wangeela kakuu haaraatti fakkeefamtu
@AdugnaGudeta-ry1zy
@AdugnaGudeta-ry1zy 5 месяцев назад
Madaa malee ×2 mudaa hin qabu A'aa 🔥 Goota jaalalaati Yesus irraa baasee hin goone qullaa dhalootaf qullaa buuse malee
@EbiseBuraka
@EbiseBuraka 5 месяцев назад
Eebbifamii bayyee nama Eebbisa farsankee hundisayyu
@barisoaleka7912
@barisoaleka7912 5 месяцев назад
Really have much overflowing blessed ❤❤
@prophetberi
@prophetberi 5 месяцев назад
Unfeeling Dassee koo waqaayyoo sittii ha boqotuu sugar ❤❤❤❤❤❤❤❤
@CherinetiMelkamu
@CherinetiMelkamu 5 месяцев назад
Wow! Dase God bless you.
@gospelsingerdabatolesa9667
@gospelsingerdabatolesa9667 5 месяцев назад
Waaqayyoo waqaa irraa si haa eebbisuu Dasee ❤❤ koo
@yohannesbacha2519
@yohannesbacha2519 5 месяцев назад
Eebbifami Dassee! Yoo namaaf gale faarfachuun akkas!
@soolankebede3482
@soolankebede3482 5 месяцев назад
Ameen Ameeeen Dase Ebbiffami namaa waqayyoo barike hafaan Ammaayyuu haa ebbifamu❤❤❤❤❤❤❤
@mulunehTesfaye-s1s
@mulunehTesfaye-s1s 5 месяцев назад
Wow wow wow wow Madaa malee inni mudaa hin qabu. You are right. God bless you ❤
@SuraGtafesa
@SuraGtafesa 5 месяцев назад
Dasse koo guddaa ebbifami leencakoo ayyaanni siif Haa baay'atu
@Isayasdandana
@Isayasdandana 5 месяцев назад
Uuuuuuuuuuuuuuuuuuufffff maaloo maaluma siif godhu laata dhugaa rabbii ani quufun dadhabe dasseekoo
@danimosisa552
@danimosisa552 5 месяцев назад
wooow Ebbifamii Daseekoo farfannaa Addatti
@zenash447
@zenash447 5 месяцев назад
Uuuufffff dhageffadhe qufun dadhabemi farfaana kana waaqayyo si haa ebbisu dase koo❤❤❤❤
@paysipaysi2840
@paysipaysi2840 5 месяцев назад
😊dhugaaadhaa madaa malee mudaa qabu yeysuu ❤❤❤🎉🎉 dachaa koo ebifamii ❤
@Jalaneshow10
@Jalaneshow10 5 месяцев назад
Woooooóowwwww congratulations ebbifaami Qaxaalla koo Ayyaani sif yaa baayyaattuu
@GemechuBulcha-qw9tv
@GemechuBulcha-qw9tv 5 месяцев назад
Dasseeko, nuuf jiraadhu; baayye si jaallanna.❤️❤️❤️
@JohnTErena
@JohnTErena 5 месяцев назад
Waaqayyo si haa eebbisu Dasseeko❤❤ Sagalee kiloolee 🌹🌹🌹🌹
@user-Galoo45
@user-Galoo45 5 месяцев назад
What's amazing songs ❤God bless U dasekoo Jaalallisaa qorree kantaru❤
@KenbonAddisu-uo9kw
@KenbonAddisu-uo9kw 5 месяцев назад
Waaqayyoo bara kee haa ebiisu kana caalaa ebbifamii guddaa❤❤❤❤❤❤❤
@GadisaTesgra
@GadisaTesgra 5 месяцев назад
Waw waw amazing faarfannaadha dhugaa Eebbifamii
@DiribaDiriba-vr1ji
@DiribaDiriba-vr1ji 5 месяцев назад
Waaqayyoo ayyaana isaa dacha siif haa dabaluu Dassekoo !
@AstuuKasayee
@AstuuKasayee 5 месяцев назад
Uuuufffffffeee ameeeen ! Qulqulluu koo iyesus 😢😢 ebbifamii dasseekoo
@MeskaluDheresa
@MeskaluDheresa 5 месяцев назад
Ebbifami guddasaa Jabaa namaa wqayoo ❤❤❤ darbii farfaadhu ayyanni saa Sifi haa dabalamu maqaa iyesusn
@getahoyyemesgen5650fikr
@getahoyyemesgen5650fikr 5 месяцев назад
Uuffff dasekoo bayyeen si jalaadha afuraa kessatii Ebbifamii dhuga!
@GuyyaanJiraa
@GuyyaanJiraa 5 месяцев назад
Dachaa ebbiiffaamii uuuuuufeeee waaqayyo sii haa ebbiisuu❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@alemayehujenbare4502
@alemayehujenbare4502 5 месяцев назад
Dassee koo eebbifami! Gatiin kee jireenya haa ta'u ❤
@user-rabboo22.
@user-rabboo22. 5 месяцев назад
Waaqayyoo dabalee Ayyaanaa isaa siif haa kennuu eebbiffami dachaasaa❤❤❤❤
@iyesusMichaellafaaonna
@iyesusMichaellafaaonna 5 месяцев назад
ebbifami dasiyee kanumaa callaa milii kee yaa demu hamaa handaraa lafatii ❤❤❤❤❤❤❤
@obseeitiichaa6244
@obseeitiichaa6244 5 месяцев назад
Wowowow madaa male mudaa hin qabuu waaqayyo si haa ebbisuu ayyani isaa dacha dif haa dabbalamuu❤❤❤❤❤
@bijigakajela3030
@bijigakajela3030 5 месяцев назад
Dasuukoo waaqayyoo dachaa si eebbisu sin jaalladha 🥰🥰🥰
@girmakebede9485
@girmakebede9485 5 месяцев назад
Dase may God bless you! You are Spring of powerful words!
@DebisaDibaba
@DebisaDibaba 5 месяцев назад
baay'ee namatti tola faarfannaan kun Eebbifami Baay'ee....faarfannaa dhama gaarii qabu....
@MaramMaram-k2h
@MaramMaram-k2h 5 месяцев назад
Uuuuuuuffffffeeeeeee ebifaamii Dasee ko Ayani isaa dachaa dachaadhaan sif ha dabalaamuu haadhooko Qalii Nama❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Senaayanaofficial
@Senaayanaofficial 5 месяцев назад
Dassekoo Ebbifami dhugaa dubbachuuf Faarfannaa bayyee nama eebbisudha.!
@LemmaWadajo
@LemmaWadajo 5 месяцев назад
Ameeen ameeen ameeen ameeen ebbbiifamii dassuu burqan Kun sikeessa hin gogiin
@taressatalemu8515
@taressatalemu8515 5 месяцев назад
Dasish ebbifami!
@BikilaEmiru
@BikilaEmiru 5 месяцев назад
Ebbifami dase ko dhuguma madaa malee mudaa hin qabu
@olddocument5530
@olddocument5530 5 месяцев назад
inni dhugumaan mudaa hin qabu!! Waaqayyo ayyaana isaa sif haa baayisu eebbifami dase
@wayifanjs
@wayifanjs 5 месяцев назад
Uuufffff 😢😢😢 eye dhugaa keti mada male hin qabu muda waqayo koo sii haa ebisuu❤❤❤
@forall-bx1ve
@forall-bx1ve 5 месяцев назад
qaxalee ,jabaadhu. waaqni waaqotaa si'aa eebbisu!
@johntube1826
@johntube1826 5 месяцев назад
Waaqaayyoo si ha eebbisuu daseee
@Abomsabenti
@Abomsabenti 5 месяцев назад
Itti siif haa dabaluu Waaqayyoo Eebbifamii amayyuu
@negashfikadu6400
@negashfikadu6400 5 месяцев назад
Eebbifamii jabaadhuu Itiffufii
@GizaaMoti-jv6in
@GizaaMoti-jv6in 5 месяцев назад
Ebbifami dasee guddaasa
@lenysarka7714
@lenysarka7714 5 месяцев назад
madaa malee❤❤❤ Hoolichii inni atii yeroo hundumaa farsittu sun baraf jireenyaa kee haa Eebbisuu.barakee hafees isuma farsii.
@gamegirmaofficial4949
@gamegirmaofficial4949 5 месяцев назад
Daasseekoo ebbifami akkati nama boqochiisuumee Baga wayyoo si dibe
@HhHc-q1m
@HhHc-q1m 5 месяцев назад
Ameen Waaqayyo gooftaan sii haa Eebbisuu faarfannaa ulfina Kiristoosn guute dha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Madaa Malee Mudaa hin qabu dhugaa dha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@mitikuemana
@mitikuemana 5 месяцев назад
Wow wow Amazing ❤❤❤❤ jaalatama nama
@fireyotalemu1689
@fireyotalemu1689 5 месяцев назад
Maadaa maalee mudaa hin qabuu waqayyoo aayyaa sifii haa bayyisuu❤❤
@gadaa_entertainment
@gadaa_entertainment 5 месяцев назад
Eebbifami! Jaallatamaa Namaa!!!
@shambelbereka
@shambelbereka 5 месяцев назад
dase koo waaqayyoo bara kee yaa eebbisuu eebbifamii
@شرين-ق1ق
@شرين-ق1ق 5 месяцев назад
Uuufee waqayoo bara Fi jirenyaa Kee haa ebissuu kanumaa calati ayyani siif bayatuu
@gamachufufa9334
@gamachufufa9334 5 месяцев назад
Eebbifami!
@abdibenti4697
@abdibenti4697 5 месяцев назад
Ati dhugumaa argaa faarfattaam Dasseekoo Ayyaanni sirra jiru kun Nu haadhaalu
@Littileorogyrl-rm9uo
@Littileorogyrl-rm9uo 5 месяцев назад
Ebifamii waqayoo dachaa dachaa ayaana isaa siif haa bayisu ♥️
@BalinaRagasa
@BalinaRagasa 5 месяцев назад
Akkatti ibsuutu nattii ulfaate kan garaafmitii kan gaaraaf sikaasee waaqayyoo eebbifamii Dessee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@beekaakakuu
@beekaakakuu 5 месяцев назад
Ameen! Ebbifami badhaadhi waaqa siif haa baay'atu!!
@HANA-p6m
@HANA-p6m 5 месяцев назад
Uuuuuuuuuufffffffff ebbiifamiii ebbiifamiii ebbiifamiii ebbiifamiii waqayoo haaulfatuu abbaan hojii kana dase ebbiifamiii ebbiifamiii ❤❤❤❤❤❤❤
@miresagidisa7867
@miresagidisa7867 5 месяцев назад
WOW AMAZING DESALEGN JESUS PRODUCE HIS GRACAE FOR YOUR SELF
@gechosura8503
@gechosura8503 5 месяцев назад
Ebbifaamii
@HawiiTamasgen
@HawiiTamasgen 5 месяцев назад
Gooftaan koo baraa fi jireenyaa kee haa eebbisuu❤❤❤😊
@simboofayera3675
@simboofayera3675 5 месяцев назад
Ebbifamiiiii maqaa Gooftaa YESUUS KIRISTOOS Ayyaanii Waaqayyoo Dachaa siif haa Bayyatuu Bro ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@SaronBoyosa
@SaronBoyosa 5 месяцев назад
Dhugaadha madaa malee muuda hin qabu; eebbi madaa siif haa bay'attu dasee ❤❤📖📖📖
@jiituuwallagga8637
@jiituuwallagga8637 5 месяцев назад
Waqaayyoo baraaf jireenyaa keessan haa ebisuu❤
@DameeFirisa-se8gz
@DameeFirisa-se8gz 5 месяцев назад
Ati faarfadhu dhugaa yeroo hundaa sirrti siraa faarfata hafuurichi inni jireenyaa kennu suni🙏❤❤
@JkbKo-ww5nu
@JkbKo-ww5nu 5 месяцев назад
Imimaanuman xumure hedduun ittiin eebbifame barri kee haa eebbifamu dasu❤❤❤
@zeritu8501
@zeritu8501 5 месяцев назад
Eebbifamaa dhugaaa waqaa farsankee wanumaa qalbii nama cabsuu dasee goftan ayanasaa dachaa qabdutiii sif haa dabaluuu❤❤❤❤
@geletaliban5380
@geletaliban5380 5 месяцев назад
Madaa malee mudaa hin qabu Waaqni keenya❤ Uffee faarfannaa kana si'a meeqa dhaggeeffadhee quufuun dadhabe, Waaqayyo bara Kee haa Eebbisu Dassee🙏
@Damefekaduofficial
@Damefekaduofficial 5 месяцев назад
Eebbifami Dassuu koo.❤❤❤
@AberaAngerasa
@AberaAngerasa 5 месяцев назад
guddaa eebbifami nama waaqaa!
@MiressaTakala
@MiressaTakala 5 месяцев назад
Gooftaan Ayyaana kanarra caaluun si haa geggeessu bro,Waaqayyo gaariidha!
@gemechugeneti-p4o
@gemechugeneti-p4o 5 месяцев назад
eebbifami dhugaa kee dubbatee jaalalli isaa gogee hin kantaruu
@IfaAsefa-i1g
@IfaAsefa-i1g 5 дней назад
God bless you abundantly ❤
@KennooAbera17
@KennooAbera17 3 месяца назад
Your songs always make you realize the nature of the Love of Christ.God bless you ❣️❣️❣️❣️
@TolesaAbishe-zi4rf
@TolesaAbishe-zi4rf 5 месяцев назад
Baay'een Jaaladhee dhaggeeffadhee quufuun dadhabe❤❤❤
@NandursanKifilu
@NandursanKifilu 5 месяцев назад
Baga ittiin si ga'e obboleesa ko jaallatamaa dheebu guddadhanaan si eegaa ture Dasee!
@BojuDadi
@BojuDadi 5 месяцев назад
Ameen dhugaadha madaa malee muuda hin qabu ebbifamii Dasiyee.
@lamiitasfaa
@lamiitasfaa 5 месяцев назад
❤❤❤❤❤ Eebbifamii
@sanyii8781
@sanyii8781 5 месяцев назад
haadhoo koo nama biyya waaqaa naaf jiraadhu. what amazing grace of lord!! its' the great testimony. uuffeee jajjaabaanne abboo
@wasihunmamotolera9565
@wasihunmamotolera9565 5 месяцев назад
Dhugaa dubbachuuf faarfataan kun nama addaati. Mee faarfannootasaa hundaa ilaalaa waa'ee fannoo faarfata. Waaqayyoo bara isaa haa eebbisu. Faarfattoota akkanaa muraasa qofa qabna. Really appreciate and venerate you much Singer Dassu Dula.
@TolineAdugna
@TolineAdugna 5 месяцев назад
I don't have word Dasu. My God bless you
@TigistTigist-g8t
@TigistTigist-g8t 5 месяцев назад
Ameeeni waqaayyoo baraafi jireenyaa kee haa ebbisuu kanumaa callaa ayyanasaa dachaa sifii haa bayyatuu yomilee fannoosaa farsuuni kee haa dhumaati sifii haa ta.uu
@Moiidirribaaofficial
@Moiidirribaaofficial 5 месяцев назад
Eebbifami haadhooko. Kuusaa jechoota galataa🙏
@RobaKecha
@RobaKecha 4 месяца назад
❤❤❤❤
@EbaTina
@EbaTina 5 месяцев назад
Eebbi waaqayyoo ammas kanuma caalaa siif baay'aatu Dasse
@namooyoutubeofficial5840
@namooyoutubeofficial5840 5 месяцев назад
Ebbiffamii Dasee koo❤❤❤
@gutachalimd2427
@gutachalimd2427 5 месяцев назад
Stay blessed bro. Waaqayyo eebba dachaan si haa eebbisu!
@LanieFufa
@LanieFufa 5 месяцев назад
Kirstoos inni atii waa’ee isaaf dhugaa batuu yeroo hundumaa sii haa eebbisuu❤ ammalee eebbifami
@dawitgirmafufa
@dawitgirmafufa 5 месяцев назад
Qimamii koo jabaadhu! Waaqayyo bara jireenya kee haa eebbisu!
@misganulegesse
@misganulegesse 5 месяцев назад
Dassuu ko faarfannaan kee hundi humna nama haaressu qaba! Eebbaaf ta'i malee maalan jedharee!
@DameNagaa
@DameNagaa 5 месяцев назад
Elaa faarfannaa!
@lamibekele9082
@lamibekele9082 5 месяцев назад
𝐌𝐚𝐝𝐚𝐚 𝐦𝐚𝐥𝐞𝐞 mudaa hin qabu AMEEEEEEEEEEEEEEEEEN Faarfataa Dassee Waaqayyo inni jeçhaa fi ayyaana dilbii si badhaase haa ulfaatu Jabaa koo
@peacemantube378
@peacemantube378 5 месяцев назад
Eebbifami Dassee koo!
Далее
" TULLUU TUULAMAA " FAAR DASSAALENY DUULAA 2021
7:47
Просмотров 532 тыс.
IJAARSA FAYYINAA | Dasalegn Dula
6:58
Просмотров 164 тыс.
MIRKANEEFFADHEERA.|| LIDIYA DERESSE New 2024
5:46
Просмотров 1,3 млн
AMANUEL SARBESA || CHRISTMASS EVE LIVE WORSHIP ||
16:37
Baacaa Bayyanaa: Hin Darbe 2006 VCD
44:28
Просмотров 221 тыс.
Tulluu tuulamaa
7:47
Просмотров 31 тыс.
Aangoo | Authority - Weedduu 2024
7:37
Просмотров 74 тыс.
Attamiin Garaan koo Irraanfataa!!#Far_Mallasee_Aargawu
25:17