Тёмный

Magaalaa Egeree 

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Подписаться 678 тыс.
Просмотров 11 тыс.
50% 1

Опубликовано:

 

26 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 9   
@Abbaa_Daamaa12
@Abbaa_Daamaa12 5 месяцев назад
Cimaati galmaan gahaa. Kaayoo nama haawisisu dha. Good job Sheger city adminstration and Oromia regional state.
@IFAIFA-u4c
@IFAIFA-u4c 5 месяцев назад
Hundefamni Magaala shaggar Baayyee Gaarii Kan Namatti Toluudha Magaala Haaraa Yaada haara qabatee dhufeedha Kana Milkessuuf Hojimaata Foyyessuun Barbaachisaadha isaan kessa tajaajila ummataa foyyessuu, Hammayomsuu Tekinolojiin deegaruu, Hattuu Balessuun,Malaamatummaa xiyyefannaa itti kenanii hojechuu Nageenya waaraa mirkanessuu barbaachisaadha, Waan saphaa sinittan himaa Waraqaa Enyummaa Argachuuf Shaggar kessattii Hudhaa cimaa akka ta'e Hammam beektuu qarshiidhaan akka gurguramaa jiru hanga qarshii kuma sadii hanga shanittii (Qr - 3000-5000)tti Waraqaa Enyummaa Haaressuudhaaf yoo gara Aanota jiranii deemaan Kaffaltii garagaraa akka kafalchiisan Fkn Kan mana barumsaa nyaata baratootaa, deegarsa milishaa, Inshuraansii fayyaa, fi k.k.f waan dirqama hin taane kafalchiisuun haaressu kuni hin kaffalamu taanan waraqaa enyumaa argachuun Rakkoo guddaadha Namootni Asirratti miidiyaarratti dubbattan kun Dr. Tashomaa dabalatee waan kana siressuuf yaala. waan dirqama ta'ee fi hin taane hunda ummatarrattii waanjoo hin fe'inaa mormaa, aantummaa umataaf dhaabbadhaa.
@tsigebungul2150
@tsigebungul2150 5 месяцев назад
ዋው እግዚአብሔር ይርዳችሁ በርቱ❤❤❤
@tirunahdereje600
@tirunahdereje600 10 дней назад
JABADHA ITTI ARIIFACHIISAA HADARAA WAAQAF LAFAA
@borifanbayisaofficial
@borifanbayisaofficial 5 месяцев назад
#shaggar
@Asfaw-bd5gv
@Asfaw-bd5gv 5 месяцев назад
Gaarii dha,,,,
@gemechuadugna6006
@gemechuadugna6006 5 месяцев назад
magaala uumun baareda garuu dhugaati bakkewwan kun eggama jiru maatin guddan eggama jira lafa kukutani gurguru moo bu'aan addaa argaame jira waaqefana oromo tullama amanu hanga hara yoom constitution ethiopia keessatii akka amantii recognition argaate waaqefatan biyyaa ofii irraati lafa awwalchatu qaba
@minteyifru2907
@minteyifru2907 2 месяца назад
Lakk???
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il 5 месяцев назад
Umaniikenyaa toftaaduriiqayaruuqabaa demsakaniisaa dhiisuudhaa qafoonjutadhaa fakkiiriirmeefudhuu. Miixiifudhuu qanyuuriifudhuu tokkumaa umadhuu akkadeenii tokkotahii
Далее
Kuula Sanbataa Paarkii tokkummaa
42:02
Просмотров 1,4 тыс.
MAGIC TIME ​⁠@Whoispelagheya
00:28
Просмотров 2 млн
Gelan Sheger Newly Planned City
8:18
Просмотров 3,4 тыс.
ሸገርና ለማት
3:45
Просмотров 315
Yeroo MIDROC || Gola Shaalloo ||
21:26
Просмотров 563