Тёмный

Mallattoolee yeroo ulfaa gara jalqabaa! 

Dr Birbo Chala Official
Подписаться 13 тыс.
Просмотров 46 тыс.
50% 1

Of eeggannoo yeroo ulfaa godhamuu qabu
👉 • Of Eeggannoo yeroo ulfaa!
Mallattoolee durboonni ulfaa tasuma ofirratti ilaaluu hin qabne👉
• Of eeggannoo yeroo ulf...
Cidha bareedaa Dr Birboo Caalaa
• Cidha Aadaa Oromoo (Dr...
you can follow us on
Telegram channel👉t.me/birbirsochala
Facebook page👉 / drbirbochala
Cidha bareedaa Dr Birboo caalaa👉
• Cidha Aadaa Oromoo (Dr...

Развлечения

Опубликовано:

 

19 апр 2022

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 172   
@fkfk3686
@fkfk3686 5 месяцев назад
Jiradhaa Dr qalii namaa wanii bayee hubadhee anii❤❤❤❤
@leyla354
@leyla354 4 месяца назад
Yaa Raabii baatii kana ulfaa itaahee haa jiraadhuu يااااااااااااا.الله 😢😢😢
@jitumerga1197
@jitumerga1197 2 года назад
thanks Dr
@roorroooromia1727
@roorroooromia1727 2 года назад
Welcome Dr Birbo
@abusud-yk8yv
@abusud-yk8yv 5 месяцев назад
thanks.dr❤
@boreliya1503
@boreliya1503 2 года назад
Welcome dr birbo
@sumeyasaid422
@sumeyasaid422 Год назад
Dr gafii tanaa naf debisa anii ofii marsaa laguu hagaa naraa dhabatee tobbee lama anii garuu ulfa hin qabuu jedhee kininii ulfaa dhoowiituu fayyadamaa jiraa 😢😢yoo akkaa tasaa ulfaa qabadhee kininii anii nyadhuu da,iimaa iratii miidhaa gesuu hin deesii🥰✅
@gudetachaka-ej2pr
@gudetachaka-ej2pr Год назад
Dr baruumsaa gaarii nuuf laatte. Itti fufaaaa
@habebah6839
@habebah6839 Год назад
Sebsikiraay godha obboleessa keenya Dr keenya kan ijolleen oromoo hundu
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial Год назад
Galatoomi sanyii ofii!
@kadiirarsinal7236
@kadiirarsinal7236 5 месяцев назад
As wr wb Akkamijirtuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤​@@drbirbochalaofficial
@Fafiruu
@Fafiruu 3 месяца назад
Yaaa rabbii kooo ilmo naf keenii😢😢😢😢 du.a naf godhaa mee anis
@MnMn-qn3uv
@MnMn-qn3uv 21 день назад
Rabbiin sif haa kennu
@odaabultum8023
@odaabultum8023 2 года назад
Welcome dr
@sisayabera3195
@sisayabera3195 2 года назад
Thanks
@user-sy1on4rw9q
@user-sy1on4rw9q Месяц назад
Maashaallh
@AlmazGemechu-xe7rs
@AlmazGemechu-xe7rs 7 месяцев назад
Doktor barumsa keessan irraa waan baayyeen hubadhe garuu yeroo ulfaa garaan nama ni dhukkubaa yeroo tookko tokko jalqaba koo waan ta'eef reefan ji'a lama fixa.
@hayattajuu1241
@hayattajuu1241 2 года назад
💓💓💓
@dararatabora535
@dararatabora535 2 года назад
Thanky
@eebbaagadaa2489
@eebbaagadaa2489 Год назад
Wow barruumsa ajayibaati nu barsiiftan
@AdinanSaid
@AdinanSaid Месяц назад
qalii Kenya nuf jiradhuu❤❤❤
@nemeratabora3909
@nemeratabora3909 Год назад
Wow barumsa gaaridha
@jamelaa7411
@jamelaa7411 Год назад
Jiradhuu Qashiti 🥰❤💚♥️♥️♥️
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial Год назад
❤❤
@abebebira5998
@abebebira5998 2 года назад
Welcome Dr
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial 2 года назад
Thanks
@sumayaawaallgaa
@sumayaawaallgaa 7 месяцев назад
anihafe jiiraa garuu dugdaa naukubaa malifi dr oktorii
@ayishakadeer1068
@ayishakadeer1068 2 года назад
jabaadha baruumsaa gaariidha namatti tola.
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial 2 года назад
Thanks
@dasiguta9382
@dasiguta9382 2 года назад
Wooow
@fateyaa8821
@fateyaa8821 10 месяцев назад
Jabadha barumsa gari nu barsitanii
@habebah6839
@habebah6839 Год назад
Galaatom barumsaa bareeda ammas jabaadha gaara youtube kana irraa hinfagaatina otomoon keenya hojii qabdanuun asi baha
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial Год назад
❤❤
@UmuuFaaruq
@UmuuFaaruq Месяц назад
Ples dr waa'e shamrran ilaalchuse wan nayachuseetu jiraa wallahi me akkaamtan si gaafadha
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial Месяц назад
@birboch asiin text naaf erguu dandeessa
@jaalaadhugaa2199
@jaalaadhugaa2199 2 года назад
hayyeee galatoomaa
@user-qu9rw5xg8c
@user-qu9rw5xg8c 10 месяцев назад
Dr duubartin ulfa yoo duuydaan ciiftee ykn raaftee raakoo qaab?
@user-gh5ie6sp1d
@user-gh5ie6sp1d 2 месяца назад
❤❤
@AbdurazakKasimtilmo
@AbdurazakKasimtilmo 12 дней назад
@user-sy1on4rw9q
@user-sy1on4rw9q Месяц назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@GsffDfgg-bg3dd
@GsffDfgg-bg3dd 11 месяцев назад
Galataamaa Dr
@MsMs-zr2cr
@MsMs-zr2cr Год назад
Dr mee garaani osoo addaan hin kuutin torbee lama olif nama iyuu akka wan dhangalana'i itti bayyete godhatu rakkoo malitti maloo maloo bareefama koo argitani birra hin kuutin
@FayooBaalee
@FayooBaalee 3 месяца назад
Galtomi Dr💯
@gizewerkwegenu
@gizewerkwegenu Год назад
Baayyee galatoomaa
@mazijiru4331
@mazijiru4331 2 года назад
Dr Birbo Chala jiraadhu
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial Год назад
Thanks
@Mohammed-em3ky
@Mohammed-em3ky 11 месяцев назад
Dokatar xuhari ko jiaa sad isadi hin nadufa garu muca wan aragane
@SeennaaSeennaa-hs7tx
@SeennaaSeennaa-hs7tx 11 дней назад
❤❤❤❤
@sadiyahusen
@sadiyahusen Год назад
Galtomii barnotaa gaarii dhaa ❤❤
@birakuma1119
@birakuma1119 Год назад
Galatoomi dr
@AshiyaCulee
@AshiyaCulee 4 дня назад
Galaatooma Dr
@nasimaasaali9539
@nasimaasaali9539 2 года назад
💯💯💯💯💯💯💯💯💯
@oromiyaabiyyakoo2260
@oromiyaabiyyakoo2260 2 месяца назад
wowoww ❤😢
@user-lp2nu1re6c
@user-lp2nu1re6c 2 месяца назад
Galatoomi dr 🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@user-vu4gj5ue6w
@user-vu4gj5ue6w 6 месяцев назад
Ok
@baritutaye9276
@baritutaye9276 2 года назад
Galatoomaa Dr
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial 2 года назад
Thanks
@user-eo4lg3bd3w
@user-eo4lg3bd3w 2 месяца назад
Yaaaa halllaah dhugaa naa godhiii
@MisraTamam-y7m
@MisraTamam-y7m 23 дня назад
Doctor an laguna jia kesa yero sadi dhufa hama garu guyya 8 nara ga e nara badu dide garan torbe 2f na dhukuba me rako maliti
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Humna diinaa Beekumsii mooyee hedduu galatoomii siyaasni Beekumsii Eegumsaa jechumaafii.nuuf jiraadhuu galaa Eebbisaa Addunyaaf harkiis
@GgyoutubeGg-cw5ut
@GgyoutubeGg-cw5ut 4 месяца назад
Oso.marfe.qaban.hafuu.ni.danda.a
@habeebahabeeba8675
@habeebahabeeba8675 Месяц назад
Dokotor lagun kiya guya7 nati dhufe boda walqunamti sala Abba mana kiya walin godhe dawa faydame 15 laun nati dhufe ples nadebisa doktor 😢
@MisraTamam-y7m
@MisraTamam-y7m 23 дня назад
Doctor laguna ko jia kesa yero sadi nati dhufa garu hama ergA dhufe guyya8 garu hara xiqon yo mulate hamas ture xiqon mulata guyya tokko ole nati mulata rako maliti garan torbe 2f nadhukuba
@SamuelDhinsa-vd7es
@SamuelDhinsa-vd7es Год назад
Galatooma ulfadhaa❤❤
@tajuumer3604
@tajuumer3604 2 года назад
Yoo dhiigaa xiqqoo argite hoo yeroo xurii lagguu
@user-jx8cp7ru3f
@user-jx8cp7ru3f 7 месяцев назад
Ulifa ji'a 3 malatolee akkami qaba?
@oromiyahadhaa1021
@oromiyahadhaa1021 Год назад
Galatomo dr wan baye takka isinira hubadhe
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial Год назад
Hayyee ❤❤
@waqayyooabdikootiwaqayyooa9117
@waqayyooabdikootiwaqayyooa9117 3 месяца назад
Marfee ji,a 3 yoo waranatin lagun ji,a ji,an namati dhufaa akkami please 😢
@user-eo4lg3bd3w
@user-eo4lg3bd3w 2 месяца назад
😢😢😢😢😢
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial 2 месяца назад
👍👍
@user-yk1ln8wj9b
@user-yk1ln8wj9b 4 месяца назад
😍😍😍😍
@user-yk1ln8wj9b
@user-yk1ln8wj9b 4 месяца назад
Oli cabasafii gara hamesaa jechuni malin
@Barhan-tg9pi
@Barhan-tg9pi 7 месяцев назад
Doctor osso implan ofii kessa qaban laguu hafee ulfa,u ni danda,ama
@user-ed5ss7hz3m
@user-ed5ss7hz3m Год назад
baga nagaan dhuftaan doktor dhifamaa wajiin karaa keessatin gaffii wahi isiin gafachuu fedhaa halaa kamiin isiin eragadhaa?
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial Год назад
t.me/+QqieGH5ANrk4MWZk kana join godhii achirraan na gaafachuu dandeessa. Gareen kan kooti.
@AbdiiWaaqa
@AbdiiWaaqa 4 месяца назад
Dr Ani marfe waranadhe Abba mana Koo wajin Rafe Garu lagun nati dhufu dide ji.a lama gute hin dhufne ulfi ni umama?
@user-oh9po6ju7r
@user-oh9po6ju7r Месяц назад
Dr gafii qaba
@MisraTamam-y7m
@MisraTamam-y7m 23 дня назад
Doctor laguna ko jia kesa yero sadi nati dhufa garu hama ergA dhufe guyya8 garu hara xiqon yo mulate hamas ture xiqon mulata guyya tokko ole nati mulata rako maliti garan torbe 2f nadhukuba 12:56 12:56
@user-yk1ln8wj9b
@user-yk1ln8wj9b 4 месяца назад
😍😍😍😍😍😍
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial 4 месяца назад
🙏🙏
@user-lq8dm7hm6w
@user-lq8dm7hm6w 5 месяцев назад
Garaa hammeecha maaliif Dr garaa nama cininaadha?
@sabontuoromo1667
@sabontuoromo1667 Год назад
Garuu Sagalee dabbali sagaleen kee hin xiqqaata
@hayattajuu1241
@hayattajuu1241 2 года назад
Ok galatomii
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial 2 года назад
Thanks
@DasiKuma
@DasiKuma 3 месяца назад
Ulfaa ji'aaf torbee lamatii mallaton dhigaa malif muldhata
@jaarraagalaanaadeebisaa1952
Guddaa galatoomi DR.
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial Год назад
❤❤
@burbut4330
@burbut4330 Год назад
​@@drbirbochalaofficial plz lakobsaa 😢
@eebbaagadaa2489
@eebbaagadaa2489 Год назад
Galatoomaa
@fkfk3686
@fkfk3686 2 года назад
Dr dhifamaa gafii koo naa debisii marsanii laguu guyaa 23 namatii dhufuu sir moo sir mittii ???
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial 2 года назад
Marsaan laguu guyyaa 23 n sitti dhufa taanan sirriidha. Marsaan laguu fayyaalessi guyyaa 21-35 jidduutti namatti dhufa. Kanaaf kan kee sirriidha.
@fkfk3686
@fkfk3686 2 года назад
Ok Galatomaa Dr😍😍❤💚❤
@kenaa693
@kenaa693 2 года назад
Dr. Wali qumanti EGA godhani boda bulati 3 ture utu jini hin ga,INI yo bulati2 fi. Laguu aragni ulfaa ta,a jrchu dha pls na debisa ????
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial 2 года назад
Hayyee gaaffii keessan arginee jirra. Gaafii keessanii fi kan biroo walitti qabnee boru galgala sa'aa 1:30 irratti live dhufnee deebii isiniif laanna. Boru galgala nu daawwadhaa!
@kenaa693
@kenaa693 2 года назад
@@drbirbochalaofficial tole galatomaa
@kenaa693
@kenaa693 2 года назад
@@drbirbochalaofficial Halkin or guyaa jechuni ani kani jiru biya Dubai ti kanfu aka biyaa ti 1:30 miti
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial 2 года назад
Halkan akka biyya keenyatti 1:30 ykn 7:30pm irraa eegala
@kenaa693
@kenaa693 2 года назад
@@drbirbochalaofficial OK Thanks
@sabbontuuoromoo4723
@sabbontuuoromoo4723 Год назад
Dr marsa lagu koo gafa 29 nati dhufe gafa bultii 12wal qunamati tasise akkumuma goorsa keessani wal qunamati booda kininii sati 72sana fudhe garu ama mallatoo harama dhukkubii dhidhita'u naati multaa kunni ulfaa musila malo naaf debisa dhifama wajjin hari guyyaa 22 ana garu gafa 29 kan du'i koo nati dhufe ama hin dhufune ergaa abba mana koon wal arge moo torobe 3 ama harama naa dhukuba kuni hafu ulfaa mulisa moo malidha?
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial Год назад
Gaafii keessan arginee jirra. Har'a sa'aa 9 :00 tti karaa live dhufnee deebii isiniif laanna.
@sabbontuuoromoo4723
@sabbontuuoromoo4723 Год назад
@@drbirbochalaofficial hayyee isin egenaa naganni koota akka ajja'ibati lammi keessan garagara jirtuu dr barsisa fayya galatooma👏
@maduoro-mq7cg
@maduoro-mq7cg 7 месяцев назад
Hedu dansa❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Amiin bags Gammadaan with Teessuma lubbuu yaadaafi qabeenyaa Qalbiinis waraana qabeenyaa gumaadha jechama dubarttoonnii haqaa officials Beekumsii Eegumsaa yaada mo'ataan medicine and pharmaceuticals together injifannoo hawaasaa duutisDr qabeenyaa barnootaa competition Tplf injifannoo Ida'amuun ijaarsa Dr Abiyy Ahmed DrugIlkaaniin waraana Eegumsaa dhibeenis mootummaan qabeenyaa hiyyummaa Hello DrDebratsiyon
@qalloowarratuulamaashaggar1477
Dr Gaffii qaba pls yoo dandeesse Telephone naf barreessi
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial Год назад
👉@birboch asirraan gaafachuu dandeessa.
@qalloowarratuulamaashaggar1477
@@drbirbochalaofficial tole🙏
@FathimaKonjo-ov6py
@FathimaKonjo-ov6py 8 месяцев назад
Gafii dhunfa wayee ofi akamiti isin gafachun dana'ama doctr
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial 8 месяцев назад
t.me/+B1pxfg7_mPxjMmM0
@jamaalyuusufbashiir9820
@jamaalyuusufbashiir9820 Год назад
Galatoomi
@brhantekalign3850
@brhantekalign3850 2 года назад
implanii ergaa of irraa basee ulfauf yeroo akkam fudhataa dafanii ulfau nii dandamaa?
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial Год назад
Gaafii keessan arginee jirra. Deebii isaa karaa live dhufnee isiniif deebifna. Guyyaa fi sa'aatii live itti seennu isin beeksifna
@seyfadinfayisa3255
@seyfadinfayisa3255 2 года назад
Dr. Malatoolee isni jetanii kessaa 3 ofiratii Argee jiraa Galatoma garuu gafii kiyyaa dhiga Naromali Ossoo tanee Bifaa dhigaa fakatutu natii mudhataa guyyaa 3 olaa kun sababaa malitii Amaa Anii guyyaa Laguu Argeraa kasee bulutii 40 fixxee jiraa???
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial 2 года назад
Hayyee Sebafyadin qomoo tiyya,guyyaa jalqaba marsaa laguu kee argitee kaastee guyyaa 40 booda dhiigni jiraachuu hin qabu. Ulfi jiraachuu mirkaneessitee garuu?
@seyfadinfayisa3255
@seyfadinfayisa3255 2 года назад
Dr hedduu Galatoomaa dhigaa dimaa Ossoo tanee Bifaa Akkaa dalachatii malee dhigaa dimmaa sanii mitii yeroo ilmoo dhalan ka'a bahuu sanii fakataa dataa jedhamuu bayeele mitii xiqoma sanii Anii durelee garee ilmoo Argadhee jiraa wani akkana hin Arginee malee ulfii jirachuu manaa yalaa demene garuu
@FatihaHuseen
@FatihaHuseen 4 месяца назад
Galatomii❤
@leencootube7310
@leencootube7310 2 года назад
Galaatoma Doctor
@Tayba-mf3md
@Tayba-mf3md 4 месяца назад
Galatomiii
@almaztabora696
@almaztabora696 2 года назад
Gudda galatomii Dr jabadhuu itti nun ffii
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial 2 года назад
Atis naaf jiraadhu Almee!
@yesribaaabanagaa8622
@yesribaaabanagaa8622 5 месяцев назад
Doktor dawa dhukuba bakteriyaa naf himime
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial 5 месяцев назад
gaafin kee ifa miti
@mulechala3400
@mulechala3400 2 года назад
maloo. dhifammaa wajiin kaan. naaf debbisii sanyii laguun koo. hafee. jenaa manaa yalaa demee ulfaan na jedhaan ok jedhee turee jenaa debbee laguun koo natii dhufee maali jechudhaa maloo
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial 2 года назад
Hayyee dura ulfa ta'uun kee erga baramee deebiftee dhiiga agarraan Ulfatu sirraa bahaa jira ta'uu danda'a waan ta'eef gara hospitaala sitti dhiyoo jiru deemii ilaalami obboleettii tiyya.
@mulechala3400
@mulechala3400 2 года назад
@@drbirbochalaofficial tolee galatomii
@sabontuoromo1667
@sabontuoromo1667 Год назад
Galatoomi barnoota bareedaadha
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial Год назад
Isinis galatoomaa
@eftoosaeed2717
@eftoosaeed2717 Год назад
Dr dhifama wajjiin messenger naa dubisa
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial Год назад
Ow sorry naaf ergitee turteeyii?
@hurumagamachu2187
@hurumagamachu2187 2 года назад
Dr waan gaarii nutti himtani. Durboonni gorsa kana dhaggeeffadhaa
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial 2 года назад
Hayyee galatoomaa!
@user-vo9yj2zi1t
@user-vo9yj2zi1t Год назад
Lakobsa keessaani nufi ergaa
@derartukenha4977
@derartukenha4977 6 месяцев назад
Hi dr namnni erga sex goodheen booda post phill erga fayadame periodin isa Yoo Xiqqoo Xiqqoo duwwa mullatee bade ulfahera jechu ni dandeenga ? Guyya sadiif dhiga bayye osoon tanne kan akka gurachaafi dhigaan maka Yoo tahe ?? Pls naaf bareessi
@user-dw6ti7hl6f
@user-dw6ti7hl6f 28 дней назад
Dubartin tokko deese amamitii ittidhufa marsaan laguu yoo ture achii xiqoo mulate ni afaa ulfii?????
@shoshoanag977
@shoshoanag977 Год назад
Galatomi doctor
@seyfadinfayisa3255
@seyfadinfayisa3255 2 года назад
Galatoma barumusaa baredadhaa
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Lollis kijiba gonder yuniversity 24hours diina yaannis waraanaa hojii Caqasii
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial Год назад
Waa'ee maalit dubbataa jirtaa?
@mahiiabush3470
@mahiiabush3470 2 года назад
Ol cabsaa malii???
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial 2 года назад
Olcabsaa jechuun 'Vomiting ' isa jedhamu. Ykn oldeebisiisaa jechuudha
@mahiiabush3470
@mahiiabush3470 2 года назад
@@drbirbochalaofficial mee Gafii Qaba Dr plss. Kessan akkamiti issin qunamuu dandahaaa???
@emukoo1802
@emukoo1802 2 года назад
Gaafadhu rakkoo hin qabu!
@hayatillu7025
@hayatillu7025 Год назад
Dr mee lakkofsaa kessan asi jelatii naf baressa
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial Год назад
Kun telegram group ani hoogganu. Achirraan miseejii naaf ergi t.me/+QqieGH5ANrk4MWZk
@user-ed5ss7hz3m
@user-ed5ss7hz3m Год назад
𝒂𝒌𝒌𝒌𝒂𝒎𝒊 𝒅𝒐𝒌𝒕𝒐𝒓
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial Год назад
Jirra
@Mohammed-em3ky
@Mohammed-em3ky 11 месяцев назад
Akami dokatora
@TOKKUMMAA2024
@TOKKUMMAA2024 Год назад
Olcabsaan maali
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial Год назад
Olcabsaa jechuun hoqqisiisuu jechuudha
@SiifaanSiifaanMohammed
@SiifaanSiifaanMohammed 2 месяца назад
Dokoto kiniini ulfaa dhorku yoo nyaatani haafu ni daanda
@HamelHamelFayyisa-ji4ru
@HamelHamelFayyisa-ji4ru Год назад
2130
Далее
Ulfa baasuu
16:41
Просмотров 46 тыс.
Воскресный утренний стрим!
1:00:16
ЭТОТ ПЕНЁК ИЗ PLANTS VS ZOMBIES - ИМБА!
00:48
Я КУПИЛ САМЫЙ МОЩНЫЙ МОТОЦИКЛ!
59:15
Ittifayyadama Karoora Maatii
28:55
Просмотров 2,6 тыс.
Kaansarii Fiixee Gadameessaa Maaltu Adda Godha?
30:20
Просмотров 1,8 тыс.
Dhangala'aa qaama saalaa shamarranii keessaa bahu
19:18
🍁 Экскурсия года
0:19
Просмотров 2,2 млн
НРАВИТСЯ ЭТОТ ФОРМАТ??
0:37
Просмотров 7 млн