Тёмный

Manguddoo umrii dheeraa 

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Подписаться 619 тыс.
Просмотров 276 тыс.
50% 1

Obbo Dhaqqaboo Eebbaa jedhamu. Naannoo Oromiyaa Godina Arsii Lixaa Aanaa Dodolaa keessa jiraatu. Waggaa 160 lubbuun jiru. Dhuguma Hiriyaa qabu laata?( This man is called Dhakabo Ebba. He lives in Dodola district of west Arsi Zone on Ormia region.He is 160 years old. Does he realyy have friends???)

Опубликовано:

 

11 авг 2013

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 156   
@christopherherrera921
@christopherherrera921 4 года назад
I have been to Bishoftu Oromo region, Ethiopia. The town south of Addis on the Addis-Adama express way. But I have been to Addis Ababa 3 times. I thank God for giving me the opportunity to have been able to go to Ethiopia, especially Ethiopia and for being able to explore other parts of the world. This coming from a man who grew up in Southern Arizona, USA, close to the Mexican border. Like most Americans we hardly ever get to explore outside our state let alone our country.
@bikilalencha9977
@bikilalencha9977 10 лет назад
The Oldest Oromo person of the world who is the witness of Gada system.
@urjiiamboo964
@urjiiamboo964 6 лет назад
Waqayoo galatakee Amalee humurii isanii dheresii dhugaa eduu namaa gamachisaa magudoo wagaa 160. hin jiraa jenee hin yanuu turee. Gafuu hin fakatanii.
@abdurazakomar7472
@abdurazakomar7472 11 лет назад
his son look older than the father that is 160 years, god bless the him his son look older than his father age of 160,An Ethiopian reporter claims to have discovered the world's oldest living man. Retired farmer Dhaqabo Ebba claims to have clear memories of Italy's 1895 invasion of the country. In an interview with regional Oromiya TV, he provided so much detail on the changes of power in his local area that reporter Mohammed
@babaroga73
@babaroga73 11 лет назад
"When I was young , we didn't know what was Electricity, Cars, or Cell Phones and Internet.... Now we know, we just don't have it yet"
@halimaadadafoo468
@halimaadadafoo468 6 лет назад
mashalha tabbarakalha Amasi umarii nufii dheradha
@Jajjaboo
@Jajjaboo 11 лет назад
Akaakayuu Obbo Dhaqaboo Eebaa Rabbiin dhibee Tokkoon malee umrii Isaaniif hafe fayyaafi Gammachuu keesa haa tursiisu Rabbiin Jaannata Isaaniif haa Qoopheesu
@fnamatitolaaedusaf7454
@fnamatitolaaedusaf7454 8 лет назад
mashalla mashalla Allahu akubar nuf jiradhaa Amalle
@iskendirali1145
@iskendirali1145 10 лет назад
oo my gash it is amezing i love it so much oromo is love
@user-dv7tn4ec8i
@user-dv7tn4ec8i 4 года назад
Mashaa Allah wowwwu ❤❤❤❤👌👌👌👌
@sayidadam9794
@sayidadam9794 10 лет назад
A wonderful Oromo man. Love the great Oromo people
@nasrinketrabbialahurahmani8717
mashala alahu akbar rabbin umri isin dherese du'a tesan shihada jiruu tessan ibaadadhan gala tessan ha tolchu
@salmacutie39
@salmacutie39 11 лет назад
OMG Amazing Baay.ee Ajaibaa Ya Rabbii Amaleen Umurii Siinif Yaa deebaluu I Love Oromo!!!
@umuashiim3610
@umuashiim3610 6 лет назад
Mashaallaah mashaallaah Tabaraka allaah rabbin umri isanii rabbin haa dheressu ammallee 👍👍👍😘😘
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Yes Ustaz Kamaal Hibboo aswrwb mirgaan galii Biyyaaf Immediately announced biyyeettiis du'aa dhoksaa UstazYaasin Nuuruu yetim hun Duutiis ifaa gurruma Abbaa/haadhatii biraadeemnee wawrwb
@kokaekokes9551
@kokaekokes9551 6 лет назад
mashaalaha mashaalaha mashaalaha mashaalaha mashaalaha mashaalaha Rabbii urumii issinnii haa dheresii
@margaretcabral535
@margaretcabral535 9 лет назад
My uncle is in the 100s born around 1900s on a farm , I am surprized he is still living but he in a nursing home likly in a wheelchair.
@etenshdabawajira5427
@etenshdabawajira5427 3 года назад
Umuurii dheeraadha ammaa iyyuu abbaa keenyaa
@jalattudinnirabbiinshallah9562
mashaaalalah mashaaallah mashaaallah mashaaallah mashaaallah mashaaaallah rabbin dabale umurikesan nufadheresu jiru garikesati inshaallah bayyenama gammachisa
@riduwantola231
@riduwantola231 8 лет назад
waaqnu Umurii jarra nuf haa Tursisuu
@jamilaka5612
@jamilaka5612 4 года назад
Maashaallhaa yaa rabbi abba kiyale akkn hawwa yaa alllhaa uuuufii amiiiniiii
@djbsdndng6429
@djbsdndng6429 3 года назад
Waqaayyoo amalee umurii ittii isiini haa dabaluu
@urgokebe7331
@urgokebe7331 2 года назад
Rabbii amalee umurii isan yaa dheresuu🤲🤲🤲💗💗💗💗💗
@antenehkebede7718
@antenehkebede7718 11 лет назад
ajaibaa! eebbifamuu akkamitii umurin akkana. .Namnii umurii akkanaa essattuu hin argamuu warraa seenaa qorataniif bu'aa guddaa qaba jedheen yaadaa.imala gaarii TVO jabaadha.
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Karaan meeqa kaffaltan Bahaa/dhihaa Barsiisaa Geejjibni yaannis waraanaa biruma yaarabbii deemsis Beekumsii Eegumsaa Alhamdulillah sawsaw haadhagayuu gurriis UstazRaayyaa Abbaa Maccaa aswrwb Aliyyii Cirrii Citizen ummataafi university dhoksaaOMN Allahu akbur Samiifi dachiidha sawsaw Daraartuu Tulluu congratulation and defense waraana garaan Addee
@redminotepro5688
@redminotepro5688 4 года назад
Mashaallaha namatii tolanii amasii urumii dherradhaa
@emanaaaa8951
@emanaaaa8951 4 года назад
Wowwww Baye Namati Tolu Upha Mangudota
@woliyuhassen
@woliyuhassen 9 лет назад
bayee galatoma wora bulichisaa annaa dodollatif akasumasi oboo qaqabo amansii nujiradha dabalatiin
@woliyuhassen
@woliyuhassen 8 лет назад
This is ormoo bigold man from bale ethiopian
@kadijaabdurahamrahman9335
@kadijaabdurahamrahman9335 6 лет назад
Maashaa allah nuf jiradhaa amaasiilee amasailee
@nanobsahundumaa5072
@nanobsahundumaa5072 7 лет назад
dhugaa Bayyee Nama Aja,ibaa jiraadha Amasii waqayoo fayyaa Sinfi ha ken😘
@mestatmesratt2524
@mestatmesratt2524 5 лет назад
Yaa waqaayyoo Waan nuu Eebbiisteef gaalatomii
@tesfayeaddamaa2027
@tesfayeaddamaa2027 11 лет назад
Really Black Africans are very strong .
@shashetube4691
@shashetube4691 4 года назад
Amalee Rabbii umrii isiin haa dhersuu
@keyadhaile4320
@keyadhaile4320 3 года назад
Wow namaa dhibba
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Yaannis waraanaa hojii Alhamdulillah hojiinis nafaa kaatuu lafeedugda ijaarsa OMN ArtSharmarkee Adanech gadaammeessaanis haqa mootummaan biologist compared garaan waraana Awwaluu Abdii Abdii karatti kufee zinnaash Tayyachow dugdaa Biyyaaf dhibeenis waraana qabeenyaa
@finekash561
@finekash561 Год назад
senaa sirri jaarsa kana keessa jiruu namnii dhugaa haabareessu,osso itti hindabalin irra hinhirrisin !!
@dawitatomsadenu8188
@dawitatomsadenu8188 3 года назад
Ajaa'iba! Naafis dheeressi Waaqakoo!!!
@gamylamm8348
@gamylamm8348 3 года назад
Mashaallaa mashaallaa mashaallaa mashaallaa mashaallaa
@zebenaydeti9894
@zebenaydeti9894 8 лет назад
uuuffff umrii nuuf dheeradhaa ammallee
@jonijoni8246
@jonijoni8246 6 лет назад
Umrii dherafhuu
@tiyaali2756
@tiyaali2756 4 года назад
Mashaalla Bakakesaniin Rabbiin nufHagau
@baofenta8893
@baofenta8893 11 лет назад
maalooree eenyu inni jagna kan tahe nama keenya kana isa umurii dheeraa qabu kana inni "Guiness book" irratti akka beekamu nuuf gochuu danda`u !!
@emanaaaa8951
@emanaaaa8951 4 года назад
Ama Jiru Garu An Argunfedha
@sayedama6896
@sayedama6896 8 лет назад
Mashaa allah Tabarakallah
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Iccittiin Uffataa keessatti mooyamee mallaszenawii jirraa Dorgaa dorgee guyyaannis Gaaddisaa ummataaf Alhamdulillah sawsaw ija yaada dhaqqabne =ijaarsa gurriis waraana Eegumsaa Eegumsaa aadaafi duudhaa Gammoojiistaa'ee baddaafi mandisni magaalas amiin dhibeenis walloon yuniversity wal'ansaa
@moaambisa2903
@moaambisa2903 4 года назад
Galatooma. Manguddoonni Umurii Dheera jiraatan Baay'een Kan biroon ni jiru,Keessattu Naannoo Oromiyaa Goodina Wallaggaa lixaa Aanaa Noolee Kabbaa fi Aanaa Syyoo Noolee keessa illee Baay'een beeka kanaaf Maal wayya jette Yaadda.Namoota kana bira utuu Umuriin jirani dafaa bira nuuf ga'a isinin jenna.OBN sagalee Ummata.
@ibsaajaalalaa3141
@ibsaajaalalaa3141 4 года назад
Amallee umrii nuuf ha dheeresu
@husenjarso1669
@husenjarso1669 10 лет назад
masha allah yaa allaah
@urjiiamboo964
@urjiiamboo964 6 лет назад
Ilkanuu hin qabaa mii tii jarsii yarabii Amalee bulii
@Bilisi_IsCool
@Bilisi_IsCool 11 лет назад
incredible story.
@alewiyaabdulkadir1982
@alewiyaabdulkadir1982 7 лет назад
Oromo ithiopiya waan baaye rabbi badhase.oromo is gold.utu wogga ,200 ta'ani gaari dha.gaafin qaba.jaarti ykn haadha manaa qanabi? Isano ijolledha.
@escapefromabsolom
@escapefromabsolom 11 лет назад
Telling the stories his grandfather told him over and over and over again.
@alemituguluma3908
@alemituguluma3908 Год назад
Kare akamin aregachun dadam aboti ana pils
@obsaahmed1424
@obsaahmed1424 6 лет назад
Mashallah
@semerehaile1779
@semerehaile1779 11 лет назад
pls guys at erta can you work this documetary in amharic so, ever ethiopians can hear this incredible story. i would love to hear this in amharic, or i wish i could hear ormigna....
@dastodasto4142
@dastodasto4142 4 года назад
Maashalaa
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Koottuu dhufee imala ijaarsa ida'amuun injifannoo Hayyuun Biyyaaf Immediately announced biyyeettiis jaalalaa dhimmi dubarttoonnii haqaa officials said bultiinis waraana Eegumsaa Eegumsaa ilmaaniin Beekumsii Eegumsaa johar Muhammad biyyeettiis du'aa Mubarak Wallaggaa yuniversity argii beekuu Eegumsaafi Beekumsii
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Arjaa arrabni humni dhageeffatu qabsoo irraa hafneekaa gaafa morkaa of Caqasii USA state university listening biruma dhufee Drlammaa magarsaa fi DrugIlkaaniin DrAbiyyii Ahmed Dubbisi Addee Caaltuu Saanii garaa Eegumsaa Dhaqqabne =ijaarsa gurriis waraana Eegumsaa Eegumsaa johar Muhammad Xiinxaltootapro Sammuunitins Addee Xayyibaa Hasan Eegumsaa UstazSuufiyaan Usmayyoo Mussaa Bilisummaan dhibeedha Dirqama inshaa'allah iccittiin and defense waraana garaan Gaaddisaa ummataaf OMNIPRESENT
@margaretcabral535
@margaretcabral535 9 лет назад
He looks 100 something, maybe it is true but can't be proven he likely has no birth certificate so the french woman of 122 who died in 1997 will be the one, since she had a birth certificate. This man is in better condition then the 122 french woman, but he lived in a cleaner place then she did away from poisons.
@kedirfekudin9817
@kedirfekudin9817 11 лет назад
ani akka yaaduti mangudooni oromoo tokkoo du'ee jechuun manni kitabaa seenaa oromoo ykn galmi seena tokko gubatee jechuun naa hin qanfachisuu
@heywet
@heywet 5 лет назад
Yes he is one of Oromos enemie!/ Mengestu
@aliyimumme4630
@aliyimumme4630 7 лет назад
waggaa 164 gayeera jechuudha bara kana , 2017
@tesfayeaddamaa2027
@tesfayeaddamaa2027 11 лет назад
dhugaa keeti yoo of beekan seenaa dhugaa akkasii qorattee addunyaatti kan beeksistu.
@samburks9586
@samburks9586 11 лет назад
Is there a translation to English for this video
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Caffee Caffee jaannataatii wal'ansaagzx Asiyaa harkiis haqa mootii subahannallah sawsaw/yaadanis waraana Eegumsaa mootummaan biologist biruma Eegumsaa
@urjiiamboo964
@urjiiamboo964 6 лет назад
Kkkkkkkkkkk lafee hin cabsaa jetaa yawoo dhugaa bayeen. Nagamachiisee dhugaa rabii hamalee qananii isaniifii yakenuu humurii isanii yadheresuu
@sovonletogo4356
@sovonletogo4356 10 лет назад
please translate the whole story
@medo-do6hg
@medo-do6hg 6 лет назад
Ammalle fayya isinif haa kennuu
@bontuuwallagaa2011
@bontuuwallagaa2011 5 лет назад
Jiradha amalee waqqayoo akakka koo akkas naaf tursis bayyen jaladha
@urjiiamboo964
@urjiiamboo964 6 лет назад
Isanii kunii him dhagawuu guranisii sagaleen isaniilee seranii dhaga.amaa dhugaa. Eduu namagamachisaa
@bikilalencha9977
@bikilalencha9977 10 лет назад
he should be on Genius book
@MmcellMmcell-oo9xp
@MmcellMmcell-oo9xp 7 лет назад
Aamaalee jiradhaa
@blarethiop4767
@blarethiop4767 7 лет назад
Mmashaalla
@OmanOman-ob5cc
@OmanOman-ob5cc 3 года назад
👍👍👍👍
@guzicaguzica
@guzicaguzica 11 лет назад
ty
@GodOfTheInternets
@GodOfTheInternets 11 лет назад
An unlikely scenario would be where he has mutated 'super genes' making him look young and life considerably longer.
@zamzamalmir3118
@zamzamalmir3118 5 лет назад
Jiradha aba kanga
@fatimafuro6009
@fatimafuro6009 4 года назад
as,wr,wb,Jawar,lencaa,amshir,rabbin,sii,birraa,has,jiratu,abdin,kan,rabbiti
@hdhdhhdfshhshhshsghs9255
@hdhdhhdfshhshhshsghs9255 8 лет назад
dhaqabo.eba.rabi .jenata .isini.haa.hiru.aka.koo
@user-ds5ru4ee2f
@user-ds5ru4ee2f 7 лет назад
Hdhdhhdf Shhshhshsghs هخنلى
@Rizky06
@Rizky06 11 лет назад
Please translate so we can learn from this..
@sovonletogo4356
@sovonletogo4356 10 лет назад
I want know the history he's telling
@shadiabeshdu5809
@shadiabeshdu5809 6 лет назад
ማቶ፡ስሊሰ አማት አሁንም ጠንካራ ናቸው
@oromaraweloveeachothers7393
@oromaraweloveeachothers7393 6 лет назад
Shadia Beshdu betam yigermal 160 amet
@sifuukoo9145
@sifuukoo9145 5 лет назад
Baye nama gamachisa isan nama ebati dhuga
@tesfayeaddamaa2027
@tesfayeaddamaa2027 11 лет назад
Galatoomi Mesi !
@surapheltesfaye8367
@surapheltesfaye8367 5 лет назад
Amallee hunda kenyaaf umrii dheraa nuf haa kenuu
@rsawwss6561
@rsawwss6561 4 года назад
Nuuf jiraadhuu
@shadiabeshdu5809
@shadiabeshdu5809 6 лет назад
ወው ሃጃይብ
@ferenctelepoczki7911
@ferenctelepoczki7911 11 лет назад
is He saying anything why He could live so long? I mean how is his diet looks like or something?
@GodOfTheInternets
@GodOfTheInternets 11 лет назад
than*
@jojone4974
@jojone4974 11 лет назад
wow
@jenyjeny8826
@jenyjeny8826 4 года назад
jo jone ♥♥♥♥♥♥♥
@user-hk8oe9hm3w
@user-hk8oe9hm3w 7 месяцев назад
Caayaa
@abdumusa4221
@abdumusa4221 11 лет назад
How sad ! can we say we lived through 21st century?
@tesfayeaddamaa2027
@tesfayeaddamaa2027 11 лет назад
Mee akkamitti Galmee dinqisifannoo addunyaa irratti haa galmeessinu? Qorannoo isaa itti adeemuuf maaltu ta'uu qaba?
@Tsegayebukola
@Tsegayebukola 11 лет назад
uffee amaaraa kan jedhu kun naaf hin galle irra deebi'ee utuu naaf ibsee.....? waa'een Obbo Dhaqqaboo kun Umuriin isaanii akka isaan bara Gadaatiin himatan malee eeyyuutu qabatamaan tilmaamuu danda'a?
@dgotube2033
@dgotube2033 10 лет назад
oromoo keenya amma illee kana caala umurii dheeraa dha.
@marislovecx8869
@marislovecx8869 9 лет назад
Suban alaha dabala nuu jirdha.
@TryTheBLT
@TryTheBLT 11 лет назад
In the early 1970s a large number of people from the Caucuses mountains clamined they were quite old - some claiming ages of 150 and older. When these claims were investigated by doctors it was discovered that they were only in their 70s & 80s. I'm not a debunker because I do in fact believe that there are some people on earth who are well over 120 years old, however this man is not one of them. There is a woman in Cuba who claims to be 128 years old, and so far the evidence suggests it is true.
@anwarabdulmalik7643
@anwarabdulmalik7643 5 лет назад
Why are you claiming that this guy is not 160 years old,while there is allot of evidence that he's telling us and also u can see the fact that he has great great grandson. Are you trying to tell us that only White people can stay longer than we Africans??any way accept the reality and move on rather than being jealousy this the miracle of the Almighty Allah
@amanihellani7103
@amanihellani7103 4 года назад
😁😁
@sovonletogo4356
@sovonletogo4356 10 лет назад
why this is not direct translate? please do that, we want to know what they are saying.
@anwarathybia5919
@anwarathybia5919 10 лет назад
Hasan abduljabbar. Aja.ibaa jettanire.
@blarethiop4767
@blarethiop4767 6 лет назад
Rabbii:umirrii:hadheresuu
@fatihaawal6014
@fatihaawal6014 6 лет назад
sena sin yadataa rabii jenata sif haa qananisuu
@usmankhan-xi4dl
@usmankhan-xi4dl 2 года назад
isn't he is describing 1935 invasion?
Далее
Shaaroo Lammii,"Kan si caalutu na argate..."
51:59
Просмотров 183 тыс.
Kudhaama Aartii Kutaa 2ffaa: Weellistu Iftuu Mahammad
25:39
ነብይ ገቢ ገቢ ጉተማ 11 November 2023
57:42
Bakar Waaree eenyu Seenaasaa firottan isaarraa
6:27
Просмотров 2,5 тыс.
Dr  Abiyyi Ahimad turtii OBN waliin taasisan
55:59
Просмотров 769 тыс.
Taatee Ajaa'ibaa namoota 4 galaafate
8:38
Просмотров 95 тыс.
Muudannoo Ajaa'ibaa- Adam Haruun
13:42
Просмотров 207 тыс.
Safuu Odaa fi Oromoo
31:13
Просмотров 41