Тёмный

Masarat Dhaabaa Maalif Boosse? - Keessummaa Mo'aa 

MO'AA TV
Подписаться 191 тыс.
Просмотров 41 тыс.
50% 1

#SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
SAGANTAA KEENYA YEROO HUNDA ARGACHUUF FUULAA FACEBOOK KEYNAA LAYIIK GODHAA. 👇👇👇
/ moaatv
CHAANALLII KEYNAA YUUTUBII SAABISKIRAYIB GOCHUUN SAGANTAALLEE KEYNAA YERROO HUNDAA BAKKAA HUNDAATTII HORDOFUU DANDEETAAN. 👇👇👇
/ @moaatv479
Copyright ©2020: Mo'aa TV
Note: unauthorized use, distribution and re-upload of this content is strictly prohibited

Опубликовано:

 

20 авг 2023

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 184   
@irreessooderessaa3621
@irreessooderessaa3621 11 месяцев назад
Obboleetii cimtuun kun ofi mana kirayii keessa teessee, mana namaaf bituuf dhamaati. waaqayyo siif immoo habitu.
@FiloWardi
@FiloWardi 11 месяцев назад
Galtomaa Tv mo'aa Nama kana nuuf dhiyesuu kesanifii❤❤💚❤❤👍👍👌👌👌👌🤜🤜🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@ganatitana7722
@ganatitana7722 11 месяцев назад
Nama kaayyoo qabuuf waqaayyo ni milkeesa Kanaafuu ATI milkooftu dha jabaadhu waqaayyo Uumurii kee nuuf haa dheeesuu❤❤❤❤❤💪💪💪🙏🙏🙏🙏
@workekorjo1214
@workekorjo1214 11 месяцев назад
masi koo jabaadhu jabduu koo waqaayyoo gooftaa umurii dheeraa siif haa kennuun baay'een si jalaadha.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏
@MulugetaDanno-uq5ef
@MulugetaDanno-uq5ef 10 месяцев назад
Jabduu koo ati dhuguma iyyuu jabduudha, Jabaadhu! Abjuu Kee jiraattetta waan ta'eef homaa hin boo'in, Ammayyuu waaqayyo si haa jabeessu.
@user-sb6rw5ne4l
@user-sb6rw5ne4l 11 месяцев назад
baga nagahan dhuftan harmee oromo maraa .attii yomiyyuu nuf jiradhuu 🙏🙏🙏🙏
@hadhaako
@hadhaako 11 месяцев назад
Maasii jabduu nana jabadhuu atii jabdudhaa mo,aa tv ulfaadhaa debiyee yaroo qophii iyeesitan softii qopheefadha namnii mudannoo qabuu yaroo yadatuu ni bohaa😢❤️🥰👏
@zeytunaalsaify1698
@zeytunaalsaify1698 11 месяцев назад
Mesu you just amazing woman ❤I am so proud of you 🙏❤️ keep it up a good job you are our example . Nuff jiradhu ❤
@yesuusgooftaa266
@yesuusgooftaa266 11 месяцев назад
Wowowowowowo jabduu teenyaa nuuf jiraadhuu waaqayyoo si haa ebbisuu ebbifami ebbaaf ta'i ammas!!!!!❤❤❤🙏🙏🙏🐅🐅🐅🥰🥰🥰🥰
@teferidugasa862
@teferidugasa862 11 месяцев назад
Ati cimtuu dha,kanaaf haaluma Amman itti fufi amanamummaa keetu jaalalaa uummataa siif kenne jabaadhu
@edrisgudeto6113
@edrisgudeto6113 11 месяцев назад
Masiin xiiqoftuudha, Abbaan isii hiriyyaa kooture. Xiiqwaadha.Xiiqii kana isarraa dhaalte, wanni jette martuu dhugaa an is beeku.jabaadhu guddattuu ko.!
@caaliihurumaa4299
@caaliihurumaa4299 11 месяцев назад
Tv mo, aa baayy'ee isiin jaalana jabadha maasiiyee qaxalee oromoo jabaduu Efereme namaa waaqayyoo jabadhuu ❤❤❤
@alberteinstein9034
@alberteinstein9034 9 месяцев назад
Mesi u are good example for all of oromons new generation specially for Girls
@abdulletif4010
@abdulletif4010 11 месяцев назад
Hayyummaa oromoonu irraa hin beekne keessaa isii jira rabbiin umrii sii haa dheeressuu hundaa qabeettii koo
@kuulleetube9383
@kuulleetube9383 11 месяцев назад
Dhugaa intaala kana sababa maleen jibbaa turee.Har'a garuu naa boosistee .anii sii jalaachuun koos sii jibbun koos siif waa'ee hin baasu garuu sirraa waa baayeen baraadhe.jabaadha siin jallaadha atti dubartii ciimtuudha.
@chaltuethiopia3736
@chaltuethiopia3736 11 месяцев назад
masii gotaaa❤️koo jiiradhuu umuurii dheeraa saboontu oromo 🥰🥰🥰🥰🥰🥰💋🥺🥺abshiirrr
@zeyitumud5629
@zeyitumud5629 11 месяцев назад
Masii koo ❤worqii tiyaa bagumaa teenaa tatee Alhamduliilah ❤❤❤❤ onnee tiyaa tiruu tiyaa waan ofiii❤❤❤❤
@obsituutube2028
@obsituutube2028 10 месяцев назад
Jabduu ofii 😢jabadhuu mi'aa abba ka dhabetuu bekaa😢😢
@user-rp7tk8vu6x
@user-rp7tk8vu6x Месяц назад
Masii koo Kaabaa kaasee hnga Kibbaatti, Bahaa kaasee hnga Dhiyaatti Ormoon si jaallata. Akka namni wal jibbu Kan gochaa jiru haala siyaasa biyyattiiti malee Ormoon jibba hin beeku, ati nuuf jabaadhu. Warri Mo'aas sagantaa akkasii itti fufaa. Galatoomaa!!!!!
@hika1333
@hika1333 11 месяцев назад
MoAA Tv Maasii nuu fiddanii guddaa galatoomaa Maasii ni jiradhuu jabduu oromoon Qabbu🌳🌳🌳🌳🌳
@janatjana658
@janatjana658 11 месяцев назад
Jabduu ati ammayuu masii to♥️♥️💚💚♥️♥️ jabadhu akksumasii qopheessiton tv mo,aa ebbifamaa
@abdiihusein9658
@abdiihusein9658 8 месяцев назад
Jabduu intala sabaa!
@user-ux2mg6rw5b
@user-ux2mg6rw5b 11 месяцев назад
Masii jabdhuu koo Eebbiifamii ❤❤❤❤❤❤ Warri tv mo'aa galaatomaa
@jfj2799
@jfj2799 11 месяцев назад
Galataa guddaa qabda jabaadhu keessaa oromoon kan qabu umurii kee haa dheerresuu rabbii ❤❤❤❤
@lmanofGod389
@lmanofGod389 11 месяцев назад
Jabaadhuu maasi keenyaa, Finfinnee keessa immoo mana dhunfaakee qabachuu qabda yaa Oromoo kun itti yaadamuu qaba nami kun quqaama isheen namoota keenyaaf qabdu isiin iyyuu beektu wal haa gargaruu!
@iftuuhaadii7236
@iftuuhaadii7236 11 месяцев назад
Meesi jabduu intalaa umri nuf dheeradhu heeduu si jalanaa si kabajanaa❤
@alamihordofa812
@alamihordofa812 11 месяцев назад
Cimtuukoo❤❤❤ ati Nama garaa qulqulluu,ogeettii, nama xiiqii fi haadha rakkataa baay'eeti. Waaqayyo kana caalaa simboo siif haa dabalu.
@Daretube7319
@Daretube7319 11 месяцев назад
Ati Dubartii jabduudha👌❤️
@Hirut6096
@Hirut6096 11 месяцев назад
tulluun ofiin beekee siduraa kufu hin jiru akkasumas tulluun ati dhiibdee si duraa kufuu didus hin jiru:: jedhe miratu shaanqoo masiyee jabduu koo I am proud of you waan heduun sirraa baradhe❤❤
@hamokoo5286
@hamokoo5286 11 месяцев назад
Jabduu namaa! Ati fakkeenya namummaaa ti❤
@user-ho2kf7il2p
@user-ho2kf7il2p 10 месяцев назад
Uuuuuuuuuuuf yarabbii galataa abaa ofii😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@besaasder7707
@besaasder7707 11 месяцев назад
Masii italaa jabduu oromoni biyaa kesaa qabuu dartuu fii masi jabduu italati❤❤❤❤❤
@margemandesa4433
@margemandesa4433 11 месяцев назад
Jabduuko❤❤❤❤ umurii nuuf dheeradhu qaxalee nama
@zamzamamanzamzamaman1980
@zamzamamanzamzamaman1980 10 месяцев назад
Mashalhaa intalaa arseettii kanfuu jabdhaa
@martagemeda3284
@martagemeda3284 11 месяцев назад
Wowwww dubarti cimtudhaa dhugaa ergaani kee hundi isayuu naafi ta'eraa. Anisi nama cimtuu akka kee ta'uuni qabaa masii tiyyaa❤❤❤
@kenenibersisa1579
@kenenibersisa1579 10 месяцев назад
A lot of respect, Proud of you Mesi, keep your good job!
@sinbooqananii3168
@sinbooqananii3168 11 месяцев назад
😮jabduu qaxalee dubartii nuf jiraadhuu umurii dheradhuu hadhaakoo❤❤❤
@FauziyaEthopiya
@FauziyaEthopiya 11 месяцев назад
Masha alha ❤❤jabidu nama
@gebitarago3297
@gebitarago3297 11 месяцев назад
Rakkon kaleesa jabbina hadhaatiif jabaadhuu masii
@ashrafmajali7422
@ashrafmajali7422 11 месяцев назад
Wowwwww❤❤❤❤❤
@UsA-mn3jd
@UsA-mn3jd 11 месяцев назад
Uuufff gara lafeetti koooo ❤
@furnemiresa1
@furnemiresa1 10 месяцев назад
Wowww masii keenyaa nuf jiradhu gotitii keenyaa🎉❤
@KokoKoko-jy7oe
@KokoKoko-jy7oe 11 месяцев назад
❤❤ Gaalltoomaa Waaqayyoo isiini haa Ebissuu
@dammeenaggasuu1679
@dammeenaggasuu1679 11 месяцев назад
Wowowo dhugaa masee bayyee nama cimtudha atii jabadhu jabdu nama
@quluceiluu5780
@quluceiluu5780 11 месяцев назад
Wowww Jajabdu Akkas Dhiraa Jabadhu masi Ko
@tokumatamiru9559
@tokumatamiru9559 11 месяцев назад
Fakkeenya nama hundaa‼️👌‼️🎀
@user-zx1qi4im1e
@user-zx1qi4im1e 11 месяцев назад
Wowwww❤️❤️❤️👍
@foziya-eo7sm
@foziya-eo7sm 11 месяцев назад
Masii koo nuf jiradhuu jabduu koo❤❤❤❤
@megertugurmesa5266
@megertugurmesa5266 11 месяцев назад
Gazixeesaa Efii fi masiyeee❤❤❤
@Makk240
@Makk240 11 месяцев назад
Masii koo Abshir ati Baguma tenyaa tate gootatoo❤💚❤️
@BontuBoru
@BontuBoru 11 месяцев назад
Abshiir Masoo koo Jabduu Keenyaa!!!!❤❤❤❤😭😭😭
@sabbontushow
@sabbontushow 11 месяцев назад
Well come Mo'aa Tv ❤🎉
@obiseYouTube
@obiseYouTube Месяц назад
Masii jabuduu ❤❤❤❤❤❤
@mihrethaadhashumbee5914
@mihrethaadhashumbee5914 11 месяцев назад
Mesi Koo Bareedduu koo I’m proud of you 👏! Qaxalee akka taatee hojii kee Radio Fana tti nan beeka! Be strong 💪🏾
@dareecaalaa9651
@dareecaalaa9651 11 месяцев назад
Wow❤❤❤❤
@nageelleebooranaa4290
@nageelleebooranaa4290 11 месяцев назад
Masii tiyya, jajjabduu akka dhiiraa ❤ Baga nuu jiraatte
@hassenhussin
@hassenhussin 11 месяцев назад
Mese I streach my hand to Almighty God to give you more strength.
@kanaoloromia9521
@kanaoloromia9521 11 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤ jechaan dhabee dhugaa eebbifamii masii
@ameng9953
@ameng9953 11 месяцев назад
Mesi leenca teenya jabadhu.
@Nabeese
@Nabeese 10 месяцев назад
Maasi koo qaalii nama nuuf jiradhuu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰 maashaa Allah
@ramajr8101
@ramajr8101 11 месяцев назад
Wow ❤️❤️❤️❤️
@mastubekuma6419
@mastubekuma6419 11 месяцев назад
Nuuf jiradhaa umurii dheeraa ❤❤❤❤❤
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 11 месяцев назад
Wow jabbadhu masiyee koo Wow tv mo'a ❤
@Laliitube-wp3um
@Laliitube-wp3um 11 месяцев назад
Hadhoko kotu matii naf ta'ii me
@saronhirko6618
@saronhirko6618 11 месяцев назад
Uuuffeee nuuf jiraadhuu jabduu koo❤❤❤
@sinanjirayesus413
@sinanjirayesus413 11 месяцев назад
Proud of you
@SenbetaKabeta-hg3ni
@SenbetaKabeta-hg3ni 23 дня назад
Jaqna keenya ammallee umrii harraagessaa siif haa kennu
@gadisejinfesa4504
@gadisejinfesa4504 11 месяцев назад
Wow..masiikoo ❤❤
@bilisummadiriba1830
@bilisummadiriba1830 11 месяцев назад
Gootittii OROMOO EEBBIFAMI
@saniialiyyiialiyyii4113
@saniialiyyiialiyyii4113 11 месяцев назад
Galatoma MO,AA TV meserat dhaba jabdu sabati
@david44929
@david44929 11 месяцев назад
Kuni interview miti motivational speaker dha. Jechoni Masi kan abdi namati horani fi jireenya keessati waa heddu nama barsisu dha. Of ta’u, dhugaaf jirachu fi enyuma ketif harsa kaffalu. Dandeeti kee kanan dhaloota heddu jijjiruti sira egama galatoomi!
@almitohamatto6551
@almitohamatto6551 11 месяцев назад
Wowwww jabdu intaala jabadhu kana calaa
@bilisumaworkineh1034
@bilisumaworkineh1034 11 месяцев назад
❤jabduu intala oromoo!!!!🎉❤keep it up 🙏🌹
@user-nb7xs6zk8n
@user-nb7xs6zk8n Месяц назад
Maasii keenya jabduu.
@user-ew2tg1go4p
@user-ew2tg1go4p 11 месяцев назад
Jabduu Masiii💞🥰
@birhanuadugna1062
@birhanuadugna1062 11 месяцев назад
Wow Masii Koo ❤️
@aslitube4541
@aslitube4541 11 месяцев назад
Maasha allaa tabaarakkallaa jabduu intalaa❤❤❤❤
@GudinaAtomsa-nj6us
@GudinaAtomsa-nj6us 11 месяцев назад
Aagii walii haafudhaatu,Oromoon wal ajeesseera wal abaareea......
@lamikansu2265
@lamikansu2265 11 месяцев назад
Wow!!! Masii baay'ee galatoomi nuu jiraadhu dhugaa.
@boontuudabalaabalchaacom2007
@boontuudabalaabalchaacom2007 11 месяцев назад
Massiikoo ❤❤❤
@HundaolTadele-cx8rx
@HundaolTadele-cx8rx 10 месяцев назад
Maasii nuuf jiraadhu jabduu koo nuuf jiraadhu 1000
@mariyetobe2318
@mariyetobe2318 11 месяцев назад
Yaa masii teenna jechi jedhu yoo jiraate galatoomi cimtuu teenya galma gayi❤
@fanushalomicom1137
@fanushalomicom1137 11 месяцев назад
Woooww mas jabduu keenyaa ❤🫶🏻❣️💯
@NazirTube
@NazirTube 11 месяцев назад
Galatoomaa TV Moaa waan Baayyee irraa Barannee jirra ❤❤❤
@user-mq1cm2sk6f
@user-mq1cm2sk6f 11 месяцев назад
masarat dhaba dhugaadha bakki shaanxaa kaayatanuu hin jiru finfinnee maqaan saamoo kan oromooti .
@jaleneyadeta783
@jaleneyadeta783 10 месяцев назад
Jabduu !👏👏👏
@biratuwesenu2412
@biratuwesenu2412 11 месяцев назад
Masi koo jabduukoo jabaadhuu ❤❤ waqayyoo sii milkeessuu kana caalaa
@nimabiyik6668
@nimabiyik6668 11 месяцев назад
Wow masi koo
@siifuu1989
@siifuu1989 11 месяцев назад
Jabduu mucaa keenyaa
@Tikto277viws
@Tikto277viws 11 месяцев назад
Jabaadhu jabduukoo
@amanuelbaissafufa8481
@amanuelbaissafufa8481 11 месяцев назад
Saganta bayye gari, waa hedun ira hubadhe, eebbifami
@ayyuorotube3956
@ayyuorotube3956 11 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤jabadhuu masii too jabduu dubartii cimtuu❤
@ameralmukhaini9104
@ameralmukhaini9104 11 месяцев назад
Jabaduu keenyaa❤❤❤❤
@biftuuadunyaa851
@biftuuadunyaa851 11 месяцев назад
Nama jabduu umurii dheeraa naaf jiraadhuu sii jalaana bayyee galatomaa❤❤
@obsandarbuu6846
@obsandarbuu6846 11 месяцев назад
Abshir jabduto warqinuu abdiaa kessaa darbet baredinaf kawatamaa mitii Abshir jabdutoo
@dnkjesusislorddnk1130
@dnkjesusislorddnk1130 11 месяцев назад
Masii giftiikoo jabduukoo nuuf jiraadhu ❤😍
@gutaurge7669
@gutaurge7669 11 месяцев назад
❤💚❤️ jabadhuu
@user-xw5np3fq4x
@user-xw5np3fq4x 11 месяцев назад
Jabduu tennaa ergaa abbaa kee galmaa getee jirtaa har'aa hiyyessa baay'ee faayida jirtaa amashirii
@warkidubai1005
@warkidubai1005 11 месяцев назад
misikina dhuga rabbii
@melkamubedasa1307
@melkamubedasa1307 11 месяцев назад
Jabduu keenyaa
@zamzam3091
@zamzam3091 11 месяцев назад
Masikoooook😢😢❤
Далее
Aartii Mo'aa - Tiktoker Raachee Tasfaayee waliin
52:31
TURTII ARTIST URGEESSAA ASHEETUU WAJJIN TAASIFNE.
31:10
Meseret dhaabaa Iccitii Dr Naafyad baaste
5:47
Просмотров 23 тыс.
ያልታሰበው Date ከማሂ ጋር
30:05
Просмотров 53 тыс.
"Tv’n Mo’aa kan keenya"- Artistoota Oromoo
1:52:05
Просмотров 63 тыс.