Тёмный

Mucaa Xiqqaa umrii daa’imummaa kanaan Amanti islaama fudhate| yoom qorate yoom qabate  

ZAD PODCAST
Подписаться 20 тыс.
Просмотров 1,3 тыс.
50% 1

#Abdi_yo #Sh_Muhammad_Habtaamuu #zad_podcast
Tabba bahee laga cehee gamaa fi gamana mil'atee beekaa fi beekumsi ija hawaasaati jechuudhaan beektota irraa beekumsa funaanee isniin gaha. Qophiileen keenna Islaamummaan faayamee artiidhaan kan dabaalame Aadaa Hawaasaa makata, Senaa fi safuu dabalata, bohaarsaadha, bashannansiisaadha, Barsiisaadha.
#raayyaaabbaamaccaa #comedy #comedyshorts #podcast #minber_tv #ebs #entertainment #donkey #quran
#ramadan
#ramadan2023
#nasheed
#manzuma
#minber_tv
#minber
#Ethiopian_nasheed
#comparativereligion
@ALFaruqTube @AbdoshAliyyiiOfficial @RaayyaaAbbaamaccaaofficial @RORASTUBE @Ibsaabdi @minbertv1 @alfarukmultimediaproduction
[ Like our FB page & Share Our posts ]
/ zadpodcast
[ Subscribe Our RU-vid Channel ]
www.youtube/@UCbzwnXmOw6L8yuP...
Viidiyoo kana Hayyamaan ala iddoo biraatti gadi dhiisuun dhooggaadha.
ይህን ቪድዪ ያለ ፍቃድ ሌላ ቦታ ላይ መልቀቅ የተከለከለ
ነው::
Copyright © 2023 @zadpodcast

Развлечения

Опубликовано:

 

31 мар 2023

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 58   
@fooziiahmed4965
@fooziiahmed4965 День назад
Mashaa Allah tabaarak Allah rabbii umrii sihaa dherressuu الله اكبر الله اكبر الله اكبر الله اكبر الله اكبر الله اكبر ❤
@obsiiqqz9251
@obsiiqqz9251 День назад
Mashaa allah❤❤❤❤🎉🎉🎉
@biiftuuyeearsilij5822
@biiftuuyeearsilij5822 2 дня назад
Masha Allah ❤❤❤
@user-uw8qn3ns3b
@user-uw8qn3ns3b 10 часов назад
❤❤❤❤❤ maashaa.allaah raabbiin sii haaguudiisuu muucaa xiiqqaa saammuu guudaa qaba maashaallaah isiiniis waarrii midiyaa kana heedduu gaalatomaa🎉🎉🎉
@user-lj6zd8ij3e
@user-lj6zd8ij3e 11 дней назад
ما شاء الله تبارك الله الله اكبر الله اكبر
@user-eb6mj6dy7e
@user-eb6mj6dy7e 13 дней назад
Mashallaa mashallaa ❤❤❤❤❤❤
@user-gi7rq4ug8z
@user-gi7rq4ug8z День назад
Masha Allah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@NuriyaaAliyyi
@NuriyaaAliyyi 10 часов назад
MashaAllh tabarakaAllh rabbin siif haa daballu ❤
@MahdiiTuraa
@MahdiiTuraa 10 месяцев назад
Woow Muhammad hiriyyaa kooti wanti inni jedhe hunduu dhugaadha irra gahee jira kuni hunduu
@AishaAbdala-rd6ng
@AishaAbdala-rd6ng День назад
Mashaalla Allah rabbii irrattii sii haa tursiisuu
@faxumaabintikadiir8207
@faxumaabintikadiir8207 11 дней назад
Mashalallaah mashalallaah mashalallaah ❤❤❤❤❤❤
@ramatuusheindiris9101
@ramatuusheindiris9101 6 дней назад
Masha'allah masha'allah
@biiftuuyeearsilij5822
@biiftuuyeearsilij5822 День назад
Rabbiin irti gadi sihaadhabu❤❤
@dasiyohashim875
@dasiyohashim875 6 дней назад
leenca koo rabbi sii haa tiksuu jaabadhu 😢hundinu nii darba qormaata kana hunda injiffate islamuma qabate ❤❤
@biftuuoro4676
@biftuuoro4676 12 дней назад
Mashaa Allaah ❤
@AbdulbaasixNuuraa-gb1lb
@AbdulbaasixNuuraa-gb1lb 7 дней назад
Masha allah
@fathiyafathiya1422
@fathiyafathiya1422 4 дня назад
Yaa Umriii mashaa allaah tabarakaalaah Rabbii irraatii si ha Jabbeesuu ❤❤ Lakkofsa isaa yoo qabataan na ergaa me mucaa kanaa
@AbdallaahsheikhBashiir
@AbdallaahsheikhBashiir Год назад
Maasha allah ijji si laalte ija Gaara laalte haa taatu
@amirclicktube
@amirclicktube Год назад
Mashalha shek Muhammad
@user-ec2yi5zt6h
@user-ec2yi5zt6h 13 дней назад
Masha.alah❤❤❤
@gabrel6003
@gabrel6003 Год назад
Maashalhh aalh maashalhh aalh tabraaklh rabii sih gargaruu dinii islamaa iratii gadii sihh dhbuu
@ummahaakiim6155
@ummahaakiim6155 7 дней назад
Hedduu namaagachisii lakkifi sabiskiragodhaa Yaa oroomaa
@masuudabdulkalik7625
@masuudabdulkalik7625 Год назад
Mashaa allah
@kaddeshow7338
@kaddeshow7338 Год назад
Abdiyo jabadhuu hojii bareda hojjacha jiratan akanumati itti fufi❤
@Obeeshekaa13
@Obeeshekaa13 Год назад
Mashaallaa mashaallaa mashaallaa mashaallaa Tabaraa kalaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@user-gi7rq4ug8z
@user-gi7rq4ug8z День назад
abshir obles ❤❤❤❤❤❤❤❤
@MusteriaAbdulwahid
@MusteriaAbdulwahid Год назад
Mshllh rabbiin islamumma irratti gad haa dhaabuun
@biiftuuyeearsilij5822
@biiftuuyeearsilij5822 2 дня назад
❤❤❤❤❤❤
@afdalbaraqa2683
@afdalbaraqa2683 Год назад
Maasha alla Mucaan akkaataan gafii itti deebisu kan ajaaibaati rabbiin isa haa guddisu bakkaan isa haa gahu
@bilaalawwal6462
@bilaalawwal6462 Год назад
Mashallah rabbi irra si haa tursisuu
@abdulnasirabdulhadi5186
@abdulnasirabdulhadi5186 Год назад
Maaashaa allh tabaarakallh ❤❤❤❤
@HdgDbhdd
@HdgDbhdd День назад
❤❤😢😢😢😢🎉🎉🎉
@muzishaamuzishaa4790
@muzishaamuzishaa4790 Год назад
Masha alha
@booom8603
@booom8603 Год назад
Sh.Muhammad sheeka jabaa
@bukhtariibrahim980
@bukhtariibrahim980 Год назад
❤❤❤❤❤mashaa allaah
@mubaraknasir-sp3pe
@mubaraknasir-sp3pe Год назад
Ajaaiba wlh
@umartech00
@umartech00 Год назад
❤❤❤❤❤❤ masha allah
@abdiikiya849
@abdiikiya849 Год назад
Mashaallah ❤❤❤❤
@user-uw8qn3ns3b
@user-uw8qn3ns3b 9 часов назад
😭😭😭
@user-uy9sh9rd9u
@user-uy9sh9rd9u Год назад
Keep it up habiibii
@abdulnasirabdulhadi5186
@abdulnasirabdulhadi5186 Год назад
Rabbi bakka guddaan si haa gahu warqii kiyya ❤❤❤
@mubaraknasir-sp3pe
@mubaraknasir-sp3pe Год назад
Allahuakbar masha allh rabbi irrati si ha jabesuu
@user-gi7rq4ug8z
@user-gi7rq4ug8z День назад
😢😢😢😢😢😢😢
@feysalidris8418
@feysalidris8418 Год назад
Maashaa allaah
@ummahaakiim6155
@ummahaakiim6155 7 дней назад
Assallamuukumwarhamtullaahhwabarakaatuhu
@masuudabdulkalik7625
@masuudabdulkalik7625 Год назад
Jalaalatamtoota
@abdusamedseifuden8815
@abdusamedseifuden8815 Год назад
Rabbin irra gadi si haa dhaabu lafii
@abdulkeyumjemal6934
@abdulkeyumjemal6934 Год назад
Masha Allah tabarakallah rabbi gadi isa haa dhaabu gargaaramu qaba daimni kun
@biftuuoro4676
@biftuuoro4676 12 дней назад
Akkaata haasawa isaa hedduu nama dinqa !!
@ustazanawaaridiriis
@ustazanawaaridiriis Год назад
As wr wb qophiin keessan baay'ee namatti tola jabaadhaa nama gammachiiftan rabbi isinirraa haa jaalatu Anis yaada dhargaggootaaf dhaamu qabaa Ani warruma dhargaggeessaa irraahii Affeerraa naa gochuu dandeessuu ?? Wa wr wb
@muayyidawwal8532
@muayyidawwal8532 Год назад
congratulations on your muslim death boy may god bless you
@AbuMuazDidaagabrummaa
@AbuMuazDidaagabrummaa 12 дней назад
Irratti sihaa guddisu
@abdiikiya849
@abdiikiya849 Год назад
Zed me contact isa qabda?
@AbdiEntertainment918
@AbdiEntertainment918 Год назад
Bro mucaan baay'ee xiqqaa waan ta'eef bilbila hin garuu yoo wal qunnamuunii barbaadde bilbila kiyyarratti naaf bilbiltee ani wal si qunnamsiisuu danda'a
@mubaraknasir-sp3pe
@mubaraknasir-sp3pe Год назад
akkatan inni itti nama ibsuf yalu namati tola lenca mashalah
@bolebalee7601
@bolebalee7601 Год назад
Masha alha
@asiyaheydar6055
@asiyaheydar6055 Год назад
Maashaa Aallah Rabbin Gadi Sihaa dhaabu Lafe kiyya kichu ❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️
@asiyaheydar6055
@asiyaheydar6055 Год назад
Garaa Nama Nyaata Cunqursaan Isa miidhan😭😭😭 jabaadhu Ati jabaadha❤❤❤
Далее
Yeroo Jaalalaa
19:39
Просмотров 8 тыс.
The Muslim Money Experts Ep.1: Khabib Nurmagomedov
1:06:15