As wr wb akkam jaabu jirtaa dhiira tiyya maashaa Allaha jabaadhu hedduu takka nu bashanansiisa jirtaa❤😮garuu viidiyoolee takka takka tan nama dabbartu 😳🤗 osoo fiduu baate natti tola Hoggaan ja'u beekhi video warri badawaa waraabu safuu irraanfate 🥺🤦saniin baana dhiira okay Ykn yoo irraa dubbachu qalbiin si feete picture qofa shut godhiiti Waan gorsuu barbaadu gorsii hayyee ❤ Am sorry 😔🙏 sirra beekheti miti garuu khun yaada khiya bro 😘🌹💕 I like you 💕 I have a nice work bro