Yaa obolesa kiya comenti ile sii barese hin beku atii garuu nama jecha dhagesu mitii oso jecha nama dhagese ilmo jalate adadati hin debitu garuu mucati baredu burtukana San jalalan qabsifte akamiti kana jalata kuni waqa biratis nama biratis safudha ya obolesa kiyaa mucati ati yoo qoricha dhugde anatuu dursa dhuga du.a jete sani sena sitii tatii 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Mee yaa musxafaa lalii kabajaa ishii sif qabduu ati dhiiraa moo dhalaadha sii jetee bar safuu abboo malii tun ii balagee Sabboontuu miskina tiyyaa😢❤❤❤❤
Mustafaa intalli tun booda si tumtii taa'i jireenyi kee halkaniif guyyaa kaa ciqiciqiitif ka nicinicii ta'aa intala kana astumatti biraa hafi dhalaan arsii guuttee ta safuu beettu yaa gurbaa gowwaa😢
As wr wb ati musxafa calisii wan godhu fetuu godhii ok wan namatis dhisii ok sanifu maqa isii dhisii ok warii as jala demtanii sabontuu yoo dhiftee hin milkotuu jatan isinituu risqii saa harka qabaa umata gowaa namnii wal jalatee walii hin dhisanii