Тёмный

Namicha sobaan kadhataa ture Rabbi saaxile😭 

Abdi Getachew Tube
Подписаться 49 тыс.
Просмотров 9 тыс.
50% 1

Опубликовано:

 

1 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 128   
@ayyaantuuayyaantuu4826
@ayyaantuuayyaantuu4826 Год назад
😢😢😢😢😢😢Uuuuuuuuuffffffeeeee anaan abbaa keenyaa ani imimmaan qabachuun dadhabe rakkinatu isin kakachiise malee jaallatanii miti rabbi akka namaa miti dhiifama isiniif haa godhu ni dhalatu malee akka ta'ani hin beekani😢😢😢nurraa kaasi yaa rabbi rakkinaaf gadadoo
@MaxMax-ku8dj
@MaxMax-ku8dj Год назад
Dhisi maloo rabbii jedhaa rakko namaa godhe qsbudu😭😭😭
@metii5816
@metii5816 Год назад
Atuu kadhatudha bar sadaqa namatin jiraata garbaa wayyi
@hawwiijaalmarroo634
@hawwiijaalmarroo634 Год назад
Dhiisa maloo akkas hin godhiina akkani lamaata waan akkan hin gone qofa suutaa jedha isaa gorsaa qarshii kennafi rakkiini waan nama hin gone qabdu😢😥abbaa koo abishir 😢💔
@fadilatube4119
@fadilatube4119 Год назад
Ayiii dhisaa adaraa😅😅😅😅😅
@kemeriakela9761
@kemeriakela9761 Год назад
Uuuf abdii Maloo jiruun biyya keenyaa kunni ulfataadha... Nama hin dinqu... Hiyyeessaa miti dureessinuu jiraachuu dadhabeera... 😭😭😭😭😭😭dhiisaaaaaaaaa
@sabboontuuwallaggaalixaa
@sabboontuuwallaggaalixaa Год назад
Miskina koo ❤❤❤❤❤
@dinkylima6161
@dinkylima6161 Год назад
Abdii maloo dhiisaa adaraa keessaan maloonraabiif jedhaa dhiisaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@CaaliObsa
@CaaliObsa Год назад
Maaloo.dhiisi..gaagaraa..raakkate..maale..jaalate.miitii..raakkinii..waan..baayyee..naamaa..duubisaa..laakki..dhiisaa...gaagaraa
@laliseegiddissaa
@laliseegiddissaa Год назад
Gaari hin Gonee Abdii 😢😢😢😢maal Manguddoon kun Nama Qabu Fakkataa?😢😢😢😢😢😢😢🙅‍♀️😭 Nama mqnguddoo Xinneessitaa? 😢🤭🤫🤗🙅‍♀️😭🙅🙄🙄🙄🙄🙄🙄👎👎👎👎👎🤐🤐🤐🤐🤐
@J-CREATIVEE
@J-CREATIVEE Год назад
Maaluu hata'uu qabaan keessan duraa sun qalbii nama cabsa.
@saradamisee1972
@saradamisee1972 Год назад
Dhisi malloo rakin 💔💔😭😭😭
@saeedlink8764
@saeedlink8764 Год назад
Uuuuuuuuuuuufffffffffi mallo dhissa rakkinattu nama fulduraa issa dhabbe wanna godhu dhabbe kadhate dhissa akkana hin godhinna qabessi rabbi tokicha nama gudda kanna 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢 uuuuuuuffff gar nama nyataa
@zerahajo4591
@zerahajo4591 Год назад
Dhisa.aboo.jarsi.malii.dalagate.danda
@kamilaali3984
@kamilaali3984 7 месяцев назад
Kkkkkkkkkkkk Kkkkkkkkkkkk
@hayathay1373
@hayathay1373 Год назад
Uuuuufffff yaa rabbiin malu lataa😭😭😭😭😭
@Hawii1657
@Hawii1657 Год назад
😢yoo inni sobe kadhteyuu ati satruu qabda mallee salphisuu hin qabduu nama guddaa qabaa😭😭😭😭
@hayathay1373
@hayathay1373 Год назад
Uuuuufffff😭😭😭😭😭😭
@jitutubee
@jitutubee Год назад
😮😢😢😢😢😢ajabaa
@AsdAsd-q1e2y
@AsdAsd-q1e2y Год назад
Namin akami danta marati garu Atii galatomi❤
@Jimmaa-s6h
@Jimmaa-s6h 8 месяцев назад
Akkanaa hin godhiin Abdii Nama gudda midiaa irratti hin basin rabbi jedhii
@FatmaFa-lu5qs
@FatmaFa-lu5qs Год назад
Abdi ati yeroo rakkata argitu yeroo tokkoo Shawa dha jete yeroo tokkoo wolloodha jeta ammamo Wollagaa egalte
@AaAa-ht7bo
@AaAa-ht7bo Год назад
Dhisiii Ethiopian huduu raktudhaa
@RoRo-nq9pb
@RoRo-nq9pb Год назад
Abdii argaa kee gudaan jalatee afo namaahi dhabatuu
@alawiyakadir4925
@alawiyakadir4925 Год назад
miskin kkk itumaa zoree dhisani abdisha kenaa
@milkobekele5972
@milkobekele5972 Год назад
Maali gandaa fedhee yoo jedhee silaa balefi jimii kadhataa hin qabuu
@gamilamashallamashalla7274
@gamilamashallamashalla7274 Год назад
Believe.wan.nama.gonehinqabu
@fafibintsayid3912
@fafibintsayid3912 Год назад
As wr wb akkan godhuu hin qabdaa turee abaa kessanii
@alem3523
@alem3523 Год назад
Saree hadhaa keeti ati maalif ati akkana gottaa
@destadesta5442
@destadesta5442 Год назад
Gurbaa Gadhee kana Amaa barbadee Namnii yoo Dogogore akkanatii Abbaasa Media irratii Salphisaa Kunii Wantii Gowwaan Yoo Balesaa Qabate Gorsii Sobnii akka Kara isaa Hin Dabarsine Kana Caalaa Nama Ajjeese moo Maal Video warabdanii qajoftu Tish😢😢
@mrindia2422
@mrindia2422 Год назад
Sobanii kakachura kadhachu wayaa
@wsnwsn7573
@wsnwsn7573 Год назад
Maloo dhisaa fulii isatuu ni himaa rakkatadha
@saeedlink8764
@saeedlink8764 Год назад
Dhissa ya holeyaan ko akkanatti hin saxilinna hin rakkate hunddi kenya borru waan tannu.hin bennu
@VdBf-xj7fx
@VdBf-xj7fx Год назад
Dhisii..namaa..gudaa..rakatee
@samiratubee1322
@samiratubee1322 Год назад
Rakoo wani name gonee qabduu
@ashrafmajali7422
@ashrafmajali7422 Год назад
Alban hadhakee wa'e wallaggaa Mali betaa atii
@tubanabso5478
@tubanabso5478 Год назад
Abbaa keessaan ta'aa amaalee hirayyaa keessan hin taa'uu innii yoo dogoree isiiniis dogooguruu qabduu ..rabbiin jedhaatiii wal- haastarruu.
@AsdAsd-q1e2y
@AsdAsd-q1e2y Год назад
Nami akan maratamiti danta marati garu galatomi
@lalisaaman9943
@lalisaaman9943 Год назад
Ani durumaa haasawa isaa beekee jira
@islaamnowhiwoote
@islaamnowhiwoote Год назад
Baga nyaatebbo itti wacina kadhate nyaate hin hanne maa rakko qaba
@habebasaidhabebasaid5882
@habebasaidhabebasaid5882 Год назад
kkkkkk
@najatnaja1401
@najatnaja1401 Год назад
Aaaaaah Rakkinaa😢😢😢😢😢
@tubanabso5478
@tubanabso5478 Год назад
Yaa rabbii nuu sattaarii yaa shabaabotaa islaamaa walsaattaruu Maa walaltaan .rabbiin ofiirratii sodaadha.
@redyagendo3990
@redyagendo3990 Год назад
Ati abba hin qabdu gadhee
@omlogman7044
@omlogman7044 Год назад
Garaa naa nyaatanii 😢😢😢
@badriyaa.ta.baalee5002
@badriyaa.ta.baalee5002 Год назад
Baga qabade
@looyangalaantube7322
@looyangalaantube7322 Год назад
Garuu vidio kana maxxansuu hin qabduu
@makaqassim2103
@makaqassim2103 Год назад
Miskinaa 😢😢😢😢😢
@Ethiotiktok-q7f
@Ethiotiktok-q7f Год назад
Maltu soba rakkinisa afaan base hasa ara 😭please yomani sobe dhisafi malis ta uu nama umrin gudadha.
@sadaatemaam3128
@sadaatemaam3128 Год назад
Dhisuu kaa Abdi kaa
@kooabdinjiramegersa1131
@kooabdinjiramegersa1131 Год назад
Dhisii haa kadhatu attii gargaruu dhisii malee .manan qanesiin darbemoo attii wallagaa atti balee gojam Jima hin jedhin hunduuu affaanumaa oromo dubbataa
@RahaoroShow79
@RahaoroShow79 Год назад
Miskn rakate tumni 😢😢😢yona ❤
@burtee69
@burtee69 Год назад
Hin hatee kaan satilamee jette camera funduratii has bastee hin qadhatee malee waranyaa atiii abbaa hin qabduu namaa gudaa kaan akas gotuu
@asteriasteri2969
@asteriasteri2969 Год назад
Rabbi haa lafisufii
@sraap2301
@sraap2301 Год назад
Yaki dhisa
@hamziyaa4922
@hamziyaa4922 Год назад
yaarabbii😁😁😁
@hayathay1373
@hayathay1373 Год назад
Dhisiii wan akana
@خالدخليل-ح9ج
@خالدخليل-ح9ج Год назад
Marattuu jazba
@martatube4868
@martatube4868 Год назад
Kuni sirraa egaamu ture abdii jarsi kuni nama guddaadha bar ati abbaa qabduu 😢😢😢
@hayathay1373
@hayathay1373 Год назад
Abdii😡😡😡😡
@hawwiichimdesaa3509
@hawwiichimdesaa3509 Год назад
Abidi ani dura bayee sikabajaa garuu atii sayii mililkidhaa isumaa dhugaa. Mali inoo rakatee dubachuu dadaa atimoo malifii gadani goduu fetee yogarigaritee rabii biraa arigataa malee namaa biramitii hicii umataa gowaa wani nyatufi wani dhuguu midima atimoo walagi kadhatuu mitii sare gotadhaa malee
@looyangalaantube7322
@looyangalaantube7322 Год назад
Na woraabis na waraanis
@zaharamraa
@zaharamraa Год назад
😅😅😅😅😅😅😅
@ashrafmajali7422
@ashrafmajali7422 Год назад
😢😢😢😢😢😢
@tytff3384
@tytff3384 Год назад
🤐🤐🤐🤐🤐
@oromootube684
@oromootube684 Год назад
😭😭😭😭😭
@ayyaantuuayyaantuu4826
@ayyaantuuayyaantuu4826 Год назад
Aaaaaaa😢😢😢😢😢😢yaa lammii koo akkam isiniif goonu laata jiruuf jireenyi itoophiyaa isinitti hadhooftee jennaan salphinaan fuldura sabaatti isin baasti 😢😢😢😢Aaaaaaa yaa waaqa keenyaa maaloo hiyyeessonni kee dhumanii cali hin jedhiin nuuf dubbadhu malee eenyutti nu laattee callistaa?yaa uumaa keenyaa Aaaaaaa abshir yaa lammii koo har'i bor miti😢😢😢😢😢😢😢
@FatmaFatma-wg4ti
@FatmaFatma-wg4ti Год назад
😂😂😂😂
@foziijimaa2080
@foziijimaa2080 Год назад
😂😂😂😂
@sarahuji7381
@sarahuji7381 Год назад
😢😢😢😢
@biftu16jimma
@biftu16jimma Год назад
Namni jaalatee miti fuldura namaa dhabbachuun dhisaamee kalas yoo qabattan kennafi yoo dhabdan dhisaaka maalif kaameeraa irra fiddu waan namaa aarsu hinhojjatinaa
@yusraabintyasiin8455
@yusraabintyasiin8455 Год назад
😥😭😭
@sameeramohammad2124
@sameeramohammad2124 Год назад
😭😭😭
@oromojimma1534
@oromojimma1534 Год назад
❤❤❤❤
@waaqayyotikseekotianihomaa4308
Argaake abdii dur sin kabaja sin jaalladha ture🥺🥺. Otoo ta'eyyu abbake akkas gochuun qabdu midiyatti baasu dhiiste qofatti gorsite gaggessu qabda ture.
@idkniggz8153
@idkniggz8153 Год назад
Namni kun rakatta fakatta dhisa abbo annu nii garrgara akawonti naa ergi miskina walhi garra naa nyate uuuufff Abba koo umri naa dheradhu 😭😭😭😭😭
@susubareduasebot1489
@susubareduasebot1489 Год назад
Anu gargarun fedha rakinatu fula nama nama dhaba male qufan yom wa kadhata 😢
@ttfg3245
@ttfg3245 Год назад
😢😢😢 Rabbii jedhaa nama Rakkataa hin saaxiliina adara
@aminakader5745
@aminakader5745 Год назад
Uuuuuuuuuuf yaarabb dhisaa rakkateti akkani kadha keesa bahu Birri bufnaafi bakkani itti hojjatu barbaadafi
@biftu16jimma
@biftu16jimma Год назад
Ee wlh isaa akkana gargaarani harka namaa akka inni hin ilaalr gochuun gaariidha
@jafarawol7812
@jafarawol7812 Год назад
Wohitaa nama waa gafatan jecha afaan kesaa isiin bahuu egadhaa garuu inii haa himatuu malee atii wolaggaa jechun sirii mitii.
@ayyaantuuayyaantuu4826
@ayyaantuuayyaantuu4826 Год назад
Dhugaa keeti
@muntehamohamed1425
@muntehamohamed1425 Год назад
Misikina Dhisaa
@فتيابيا
@فتيابيا Год назад
😂😂😂😂😂😂😂😂😂 eee ballaan buttee😂😂😂😂😂
@aishaqananisa6268
@aishaqananisa6268 Год назад
Rabbii kufuurin na haa kasuu jedhee.uuuu😢😢😢😢 suban allaha yaa rabbii ati dhiisif abbaa dhiifamati ati🤲🤲
@um5269
@um5269 Год назад
Amiiin wallahii😢
@susubareduasebot1489
@susubareduasebot1489 Год назад
Dhisa me ha kadhatu rakinatu fula nama nama dhaba 😭
@oromoooromoo1704
@oromoooromoo1704 Год назад
Abdi sirri hin goonee 😢😢😢 Osoo na hin woorabin sin jeedhu woorabda 😢😢😢😢
@CaaliObsa
@CaaliObsa Год назад
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@berkeberkeyyy6215
@berkeberkeyyy6215 Год назад
Waqayyoo isinfi yaa dhisu mafi itti taphatuu yaa kadhaatuu kani rabii isaaf lafise yaa keenufi😭😭😭
@sakeenasakeena9862
@sakeenasakeena9862 Год назад
Ufffffffff yaa Abdii maaliif akkkaana gottaanii😢😢😢😢
@hadhaako
@hadhaako Год назад
Abdii getacho sii kabaja turee garuu atii gandumaa demtaa Wallagga kadhatuu sii jedhan mo garuu bagaa garaa Kee keessa bafate oso wanii fedhee ta,eeyu gandan mitii kanii jarsaa kana gorsitu ergaa jima bale kadhatu qabane Wallagga kadhatuu siiti fakkatee mo ofii keeyuu kadhatee nama gargartaa maaqa Wallagga dhoftan Zim jetee kanafuu atii gandaf amantii adda qodee gargarta atii fakkenya karaa deemaa fudhuu oromummaa male gandan nama gargarrii atii Wallagga kadhataa harka qabe nyaachisaa male kadhatee jirane sareef hin toliin gantuu
@obse2
@obse2 Год назад
hare dadhabe daahulati ol bae jedhani isin sodate godanya ofi rukuta😂😂
@azaludeneken8461
@azaludeneken8461 Год назад
Uuuuufffff Rakkinatuu akkasii isaa kadhachisaa maaf akkasiti Nama Saxilatuu uuuufff misiki😢😢😢
@IftuuAhamed-wx5hr
@IftuuAhamed-wx5hr Год назад
Namnii abbaa qabbuu akkaan namaa hin godhuu garuu atii silaa kishaa ketii bafee gargartee akkantii bagaa saxiltee jamaa gargarssaa namni sitii ergeen mudii gogogaa kanaa iratii qabataa😢😢😢😢😢😢
@dhghjdhhf8509
@dhghjdhhf8509 Год назад
Uuuffff maal adara rabbin sodadha namni yoo rakate wanuma arge dubata itti hin taphatina😭😭😭
@ajmanajman2885
@ajmanajman2885 Год назад
😢😢😢😢😢😢 dhissi Adaraa Abdii ko Hin Rakatee Womaa Goodhu dhabee 💔💔💔💔😭😭😭
@munirastar4663
@munirastar4663 Год назад
Abdiishaa koo akki itti hin riffattiin adara kun sihuma ilalluuf siti galakifame ta'a adaraa namni rakkatee maliyyuu jedhe dubbachu ni danda'a ofiyyuu karaan harka bade jira tari akka nama kanis sise'ajira ini atimo dhisiti sutuman haa ilallamu jallate miti ayiiiii 😭😭😭😭😭😭
@obseobse563
@obseobse563 Год назад
Ayiiiiiiii yaa jiruu biraa lafaa😢😭😭😭
@rehimawallagah4895
@rehimawallagah4895 Год назад
Qoshasha ati wallaggaa jete in ati
@hamziaksa579
@hamziaksa579 Год назад
Abdii abarsii rabbii sirratti haa bu'uu yaa wasaka jazbaa nama guddaa ganda isaa gaafate gargartaa namuma isaatif hin gargaartu yaa rabbii kiyya ati qabataadha rakkataa kee gargaaradhu☝️☝️☝️😭😭
@RoRo-nq9pb
@RoRo-nq9pb Год назад
Dhissaa yaa umataa😢😢😢😢😢 namaa guddaa
@kaderhaji7538
@kaderhaji7538 Год назад
Rakkoon waan naman goone hin qabdu😢
@kulaanitashe9401
@kulaanitashe9401 Год назад
Maalo dhisaa rabbif jeedhatii😢😢😢😢😢
@jameelaj977
@jameelaj977 Год назад
Abdii dhisii mee Namaa gudaa kaanan hin qaaladaninaa Raakatanii kadhatan ta'aa😭😭
Далее
Daa'imma baddee argamte
3:15
Просмотров 2,7 тыс.
Abdii karaatti hafe..🥹
3:14
Просмотров 1,3 тыс.
Sagantaa kennaa ayyaan OBN waliin
8:42
Просмотров 1,1 тыс.
Abdusseen narkatti du'ee oole🥹
4:07
Просмотров 1,1 тыс.
Da'awaa Ajaahibaa Qalbii Nama Jiisu
4:25
Просмотров 150
Wama hotel
3:48
Просмотров 528
Hawaasaarra na barbaaddee Jimma dhufte🥹
3:41
Ijoollee Koo nama fudhatun barbaada🥹
2:13
Просмотров 2,1 тыс.
Sagalee ajaa'ibaa shee Badiruu
3:39
Просмотров 1,2 тыс.
Walaloo Walloof Arsii🥹
2:38
Просмотров 1,2 тыс.