Uuuuuuuffff doktor keenya guddaa galatomi ati kan oromoo tahuu keeti baaye gadera mucan kun ganaa baayee duresa fi beekaa nuuf ta'a nan abdadha akka keeti nuuf cima doktor
Anani sareeko mal garaa nama nyatii maloo uufff yaa jirenyuma lafaraa kanara isa kanif mijata isa kanif siqahi ayiizo sareeko guyyaan dukkanoftun kun darbite guyyaan ati ifaa argite jirenyaa kanaraa jijiramte guyaan nama tatu ni dhufte jabduko jabadhu❤❤❤❤
Hedduu Galatomii dr Imimaan qabachuu dadhabe dhuga da'imtii amaa kanaa Haadha fi abbaa wajiin oso jiratee iraa tola ture Caraan kun waan namaan gonen qabduu😢😢😢😢