Artist jamaal usmaa'il,ati Artist kabajamaa fi jaalatama oromo jaarra kanaa keessa isa tokko,haa ta'u garu osoo saba kee mana fuudhanii ajjeesanii saree fi waraabessa nyaachisaa jiranii lubbu teetif sodaatte moo maalif akka duraani sanitti sirbba warraaqsda dagatte jaalala filatte?mee of duuba deebi'i of ilaali!!ni bilisoomtte mo garaa kee qofaaf qabsooftta???