Тёмный

New ethiopian film movie (Oromo action movie sinsinnii jaatanoofte2020) @ENANGO TUBE 

Enango Tube
Подписаться 5 тыс.
Просмотров 105 тыс.
50% 1

Enango Tube Dedicated to develop Oromo arts through short drama, movies, vine and prank.Thank u 4 waching and subscribing!

Опубликовано:

 

18 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 131   
@DinqeeAlamayyoo
@DinqeeAlamayyoo 3 года назад
Woow namati tolee dhugaa akkasuma ittii fufaa nuuf jiraadhaa ijolleen biyyaa kooti
@Wankooshow
@Wankooshow 10 месяцев назад
Dansaadha continue more jajjabaadha
@sooyaatube2289
@sooyaatube2289 3 года назад
Wow hedduu bareeda itti fufaa❤❤
@labsiiwangeelaatube4016
@labsiiwangeelaatube4016 4 года назад
Ijoolleen keenya sadarkaa kana irra ga'uu keessan caalaa wanti na mirqaansu hin jiru! Nuuf jiraadhaa hunduu keessan!
@qalloowarratuulamaashaggar1477
@qalloowarratuulamaashaggar1477 3 года назад
Kan gaafan ilaalu isiin kuni lafee koo taatuun gammaada jabaadha jajjabeewwaan oromoo kooti❤❤💚💚❤❤
@bireeyoutubebireyoutube1705
@bireeyoutubebireyoutube1705 3 года назад
Dhugaa bayye nama toltuu ilman oromo nuuf jabadhaa keessa isobortiis hin ta.aa❤💚❤
@etecksboru7457
@etecksboru7457 3 года назад
Waaqako fiilmii hindiitu jalqabe naan jedhika; dhugaa baayyee namatti tola keessumaa abjuchi.Woooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooow
@hunddahammatukoooromiyaa6508
@hunddahammatukoooromiyaa6508 3 года назад
Jabadhaa Qomoo koo 💓💚💓💯💯💪💪💪
@senatube3786
@senatube3786 4 года назад
Bayee namaatii tolaa ❤️❤️❤️💚💚💚💓💓💓💓
@queenhangaatu9020
@queenhangaatu9020 4 года назад
Hedduu namati tola jabbadha akkanumati itti fufa❤️💚❤️
@anihinleeyyauucaalaa7989
@anihinleeyyauucaalaa7989 4 года назад
Wowwwwwww yoo farfaatanis yoo filmii hoojetanis gara nama cibsituum nuuf jiraadha
@gudinafituma726
@gudinafituma726 4 года назад
interesting work bro, but is too short , so make it longer..............go on
@nenanena8271
@nenanena8271 3 года назад
Jabbadha bayyee namatti tola
@AgartuEntertainment
@AgartuEntertainment 3 года назад
Jabaadhaa namatti toltu
@EnangoTube
@EnangoTube 3 года назад
gltmi
@afomiyaayetawadolej1487
@afomiyaayetawadolej1487 4 года назад
Oromoo first first oromoo love you
@roseannlebuna5578
@roseannlebuna5578 3 года назад
Wawawawuuu bayee garidhaa jabadhaaa
@kenaararso7708
@kenaararso7708 3 года назад
Baay'ee baay'ee gaariidha! jabaadhaa itti fufaa! Innaangookoo waggaa 7f irraa fagaadhee jiru sirriitti na daawwachiistan 😢...galatoomaa👏
@sabontuuinatalaahayileorom8446
@sabontuuinatalaahayileorom8446 3 года назад
Nuuf jabadha baayee namati Tolaa dhugaa
@tarikeayala7223
@tarikeayala7223 4 года назад
Wow heddu namati tola itti fufa💗
@harmeIlliiliiofficial
@harmeIlliiliiofficial 4 года назад
wow baayyee namatti tola jabadha
@Zamzam-hv9nn
@Zamzam-hv9nn 3 года назад
Wwwwwww baayee namati tola dhuga jabdha
@birraabariimedia
@birraabariimedia 3 года назад
Yadichi bayye bareda diramichilee bayye baredaa nama boonsa garuu dhugatii akka dhiyatuuti hojadhaa diqo isi wol dhituufi wol dhayuun akka adaan hin sindhee inni bira ammo hasawalee galchaa itti ansuun jajabadhaa wol ha hordofnuu matilee woliif haa tanu sinjedhaa wolgudisnaa
@urjiioro8110
@urjiioro8110 4 года назад
Bayy'ee Namati tolaa jabadha OROMO koo
@kiasc7747
@kiasc7747 3 года назад
Aster Sanyii Taddee Biruuu Bayyee namati tolaa ❤💞💓💓💞💞
@koromitube5511
@koromitube5511 3 года назад
Wow ani RU-vid kana reefuun arga. hojii bareedaa hojjechaa jirtu. naa jiraadhaa ijoollee Innaangoo
@chirstchala6239
@chirstchala6239 3 года назад
Bayyee namaitti tolaa jabadhaa Obsaa wajjiin chaachii Zauwdee Dubayii irraan ijjoollee oromiyyaa jabadhaa ijjoollee biyyaa kooooo
@bisharoabadir4206
@bisharoabadir4206 3 года назад
Oromo tiyya😘😘😘😘🤩🤩🤩🤩👌👌👌👌👌
@sifanjamal7810
@sifanjamal7810 3 года назад
Jabadhaa diramaa kesaa heduu was tolaa
@pamelanehme4410
@pamelanehme4410 4 года назад
Wawawawa,barnoota guddaa qaba jabaadha itti fufaa,garuu gabaabadha,kana ol dheereesuuf nuu yaala😍👏👏👏👏👏
@soreti.abafakii4945
@soreti.abafakii4945 3 года назад
Huddaa baredadha jajabadha abdii bagaa hiararamii 😁😁
@halimamudin1770
@halimamudin1770 3 года назад
Lammii koo Jabadhaa bayee Namati tollaa
@ijjoolleeabdii5539
@ijjoolleeabdii5539 3 года назад
I liked its quality.Kun jalqabbii gaariidha.Itti fufaa!
@zarasanyiijawarzarasanyiij4410
@zarasanyiijawarzarasanyiij4410 3 года назад
Heduu namatii toltan itii fufaa 💞💞💞💞💞
@garumamamo898
@garumamamo898 4 года назад
jabaadhaa baayyee namatti tolaa dhugaa
@amanegidisa583
@amanegidisa583 Год назад
Jabaadha oromoo koo
@rabiyaaqasiimkadir6331
@rabiyaaqasiimkadir6331 4 года назад
Wowowowo walahii sabototaa oromoo isinin bonaa halumaa kanan itti fufaa
@kuushoromo1838
@kuushoromo1838 3 года назад
Uuuffe baay'ee namatti tola dhugaa itti fufaa oro to
@yosefadugna7258
@yosefadugna7258 3 года назад
i liked it
@abarashdajane5778
@abarashdajane5778 4 года назад
Waawuu namatii tolaa jabadha
@afghhhjesdgy6248
@afghhhjesdgy6248 3 года назад
😭😭😭😭. Abshiriii obolesaaa koo dhisiii bakkaa feted has gechuu
@haramayauniversity3889
@haramayauniversity3889 4 года назад
Wow jabaadhaa!
@ghorocell2902
@ghorocell2902 4 года назад
Abdii waqaayookeetti cimi jabaadhu
@bestmarearsi7373
@bestmarearsi7373 4 года назад
Heduuu namati toltan jabadhaa ittt fufaaa😍😍😍😍😍😍
@taygamahmud7341
@taygamahmud7341 3 года назад
garruu sagale waytta dhahane sirefadha classicale
@ghazalaghazala4101
@ghazalaghazala4101 3 года назад
Ijoolee kenyaa jabdha Me Nafixnyan Akknuumtii dhha Nuurra baleesa
@janattuulu894
@janattuulu894 4 года назад
Wowwww galatoomi baayee namatti tolaa
@aayyootubeimala9770
@aayyootubeimala9770 3 года назад
Anii fiilmii afaan Oromo naamnii kenyaa hojjetee kaanumaa arger baayyes jaaladheeraa maalo jaabadha ebbiffama
@Madiinakadiir350
@Madiinakadiir350 4 года назад
Wow jabadhaa
@miyoarero5984
@miyoarero5984 4 года назад
Baay,ee namati tolaa hora bulaa
@samesame1163
@samesame1163 4 года назад
👍👍👍👍👍👌👌👌👌👌
@sharsharsharshar8615
@sharsharsharshar8615 3 года назад
Baayyee bareeda jabadhaa itti fufaa
@ganetmucaaiyesusiyesus3909
@ganetmucaaiyesusiyesus3909 4 года назад
Wow very nice jabadga namati tola
@taygamahmud7341
@taygamahmud7341 3 года назад
baredda jirrtane
@mitunagn4169
@mitunagn4169 4 года назад
Ijolle biyako😍😍😍😍❤
@fanoseeyetawahidoolij8817
@fanoseeyetawahidoolij8817 3 года назад
Barumsaa qabaa jabadhaa
@hannayotube7817
@hannayotube7817 4 года назад
Matti walif yaa tanuu kottaa
@siifaaniiboonii3430
@siifaaniiboonii3430 3 года назад
Mucan garaan worranamee saanii dhugama
@kerayub2681
@kerayub2681 3 года назад
Nice 👍
@sayfusayfu3588
@sayfusayfu3588 4 года назад
Very good oromo faristi
@efaorosimix2285
@efaorosimix2285 3 года назад
Afaan keenyan sabboonummaa calaqqiisisun qaroomina ! Jabaadhaa gaaridha!
@fatehaalhelwa1446
@fatehaalhelwa1446 3 года назад
Hedduu namatti tola jabaadha
@hayatomar4575
@hayatomar4575 2 года назад
❤💚❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@obseeobsee6038
@obseeobsee6038 3 года назад
Heduu namatii tolaa garuu kanaan calati dheresuu nuuf yalaa malee
@muslimaarsibaha6855
@muslimaarsibaha6855 3 года назад
Wowow hedu namati toltu jabadha qomoo koo ♥️♥️✅✅
@busayosef6603
@busayosef6603 3 года назад
jabadha
@zinashtebaso
@zinashtebaso 4 года назад
Jabadhaa👍
@gaaddiseehindaaluu5594
@gaaddiseehindaaluu5594 3 года назад
Part 2 isaa egaa jirra
@fatehaalhelwa1446
@fatehaalhelwa1446 3 года назад
Oromoo wal haa guddisu lahik godhaafi
@keyronstudio8680
@keyronstudio8680 3 года назад
nuti maatii isinii taaneerra isinis nuuf ta'aa
@tigiestlarni5785
@tigiestlarni5785 4 года назад
Wow👌👌👌😭😭
@borkeefofficialhd8109
@borkeefofficialhd8109 3 года назад
Bay.e garidha kanaraa foyesuuf yalaa sin hordofaa jira
@chaltuchaltu6464
@chaltuchaltu6464 3 года назад
Baayee baredaa jaabadha itii fuufaa
@WamiMulugeta
@WamiMulugeta 9 месяцев назад
Woow❤❤❤❤
@aleeintalaabadiyaawadesa591
@aleeintalaabadiyaawadesa591 3 года назад
Uuuffffeee hale luya wangeli karadha Ebifama
@mirozauwdee9877
@mirozauwdee9877 3 года назад
Ijoonee biyaa koo
@kingyoni9269
@kingyoni9269 4 года назад
Good work
@bydndkdukke4524
@bydndkdukke4524 4 года назад
Wooooww
@manafaaruu2411
@manafaaruu2411 3 года назад
Yaadif ergan filmicha maldha
@bachudebela6256
@bachudebela6256 2 года назад
lol the action is all the way from India :)
@fatimaabdullah4156
@fatimaabdullah4156 3 года назад
😭😭
@laliiwaaqayyogaariidha2927
@laliiwaaqayyogaariidha2927 4 года назад
Uuuuuuffffffff baayye gara nama raasa
@mirozauwdee9877
@mirozauwdee9877 3 года назад
Wawoo baayyee Namatii totuu
@tamiruhabte435
@tamiruhabte435 3 года назад
Hattichi dhuma irratti maal ishee godhee jennaan boossee,isa duraa dhiifama gaafachuu deemte? Gara duraattis nuuf jabaadhaa,cimaa,rabbi isin waliin haa ta'u.Irra deddeebi'ee ilaaleen quufuu dadhabe.Txs.
@dararhasan1237
@dararhasan1237 3 года назад
Wwwwwww bayee nama tolaa
@sukareatomsa8443
@sukareatomsa8443 4 года назад
Ijoollee biyya koo
@calitutube9524
@calitutube9524 4 года назад
Wwwwwwoooo Baayee Gaaridhaa Gaalatomaa Sanyi Wani koo
@Madiinakadiir350
@Madiinakadiir350 4 года назад
Oromoo tiyaa
@sabontuuinatalaahayileorom8446
@sabontuuinatalaahayileorom8446 3 года назад
Itti fufa aadaa keenyaa nuf gudisaa
@powerfulgenerationvisionof6023
@powerfulgenerationvisionof6023 4 года назад
Good work. Go the head!
@EnangoTube
@EnangoTube 4 года назад
tnx waadaa koo
@alfiamaid4959
@alfiamaid4959 3 года назад
Wwwww
@alfiamaid4959
@alfiamaid4959 3 года назад
Wwwww
@FakiihaAhimad
@FakiihaAhimad Год назад
bayyee baredadha jabadha rabbii hin agarggaruu
@MonaMona-zj8fy
@MonaMona-zj8fy 4 года назад
💞💞💞💞💞💞
@birraabariimedia
@birraabariimedia 3 года назад
Yadichi kunii diraama dheera part 1hanga 3ykn 4babaredaa wan tauuf ammalee fudhatama qaba garuu hin gababsitanii
@islamumaajiruukotiiislamum8001
@islamumaajiruukotiiislamum8001 4 года назад
Wawawawawawawawawawawawawa
@user-qc5ii9vz2p
@user-qc5ii9vz2p 3 года назад
Isin jaladhaa ijolee biyyaa ko
@Madiinakadiir350
@Madiinakadiir350 4 года назад
😍😍😍🌳🌳🌳🌳🌳
@sisayl3043
@sisayl3043 3 года назад
Hojii garii dha garuu enyuumaan kee lafaa kessee yerooo Ethiopia film jetuu osoo siresitee baredaa kanan alaa oromo film yoo jetee firotaa ketuu si komataa mo?
@ummusumayag4237
@ummusumayag4237 3 года назад
Mashallah Marsha.allah
@muslimaarsibaha6855
@muslimaarsibaha6855 3 года назад
Maqani rabbi bota qabaa bakka akanatin hin malu irra ufi qusadhu
@tsegayemekonensonesa8175
@tsegayemekonensonesa8175 3 года назад
maal godha afaan oromoo kanammoo abstract isaa waggaaa tokko online tura
@kadekade1434
@kadekade1434 3 года назад
bays gaari dha itti fufa
@naseyaman2883
@naseyaman2883 3 года назад
wwww baay.ee bareedaa dhuga
@bilisummaa6239
@bilisummaa6239 4 года назад
Baay'ee namatti tola
@fatimafatima3433
@fatimafatima3433 4 года назад
God
@sabootuuwallaggaa5856
@sabootuuwallaggaa5856 3 года назад
Uuuufffff jallala kana😭😭😭
@aminaqasimi4429
@aminaqasimi4429 3 года назад
Hy
Далее
How to Build a Homemade Bike Using a Barrel
00:21
Просмотров 890 тыс.
Diramaa Shiiraa Dubartii 2020
30:14
Просмотров 162 тыс.
Gatii Maatii Afan Oromo Film Kutaa 1ffaa
20:50
Просмотров 4,6 тыс.
WARLIKE - Action Short Film
4:01
Просмотров 2,4 млн
Kaftanka Siyaasada 522 oo aad u xiisa badan
43:12
Просмотров 10 тыс.
LAST MAN (2022) | Short Film
11:59
Просмотров 2,1 млн