Calla Wan Akkana kana Osoo dhiftanii baredaa Turee Too Namni Irrina qabaate Wal gorsuu Malee Akka kessanii Kana mitii Kun Hinafaa Namati Fakkata Dhugaa Sirbii Farhan bayee Nutii Tolee Rakko Ati Itti himaa jirtuu heduu Kana hin qabuu Garuu Wan Akkana kanara Of Qusadha
dhugaa jette calla oromoo by the way farhan jechuun artist nuti haalaan dandeetti isaa aja`aibsiifanuudha farhan nama videollee akka aja`iba kanatti hoojjeta garuu farhan wantin an irraa dadhe yeroo hunda musica lallaafa kana baasaa ooluu kana akkamu ati jette intron waan biraa keessi waan biraa garuu waa hundaafuu jabaadhu jennaan
Nama jazba akana sin sene lakii fi sabsakiraib sigodhen ture malai ni beta wanuma Oromo tatef qofa garu ama sira kasetiin jiraa anis abdin qaba namonii aka kiya layiki fi sabskirahibi aka sira kasaniii
Bakka hinaaffan akkatti mudhii si kuttu yoo ifitti amantummaa akka isaa san qabaatte maalif as baatee hin hojjanne bada buufaa miila mataa gorsu jennaan nuti nama akka keessanii kanaan
Reaction OSS hin tahin hinaffa dha Atti tettifu hanqina kee osso hin sirrefane off farsitte faran qeqxa tetifu rako qabda taka takan sitti agarssisun danda'a
This is not reaction ..you attacking the camera man and insulting Suleiman the musician...for you to react you have to translate too...stop complaining.....All supporters were happy with it.