Тёмный

Nyaanni ajajanne raacha ta'e! 

Etv Afaan Oromoo
Подписаться 200 тыс.
Просмотров 70 тыс.
50% 1

Gosti nyaata Afaan Chaaynaan barreeffame wayta ajajannu Raacha ta'e !
Gaafan jalqaba Xiyyaara yaabbadhe ani of hin beekuun ture , barsiisaan koo na tuttuqee '' jirtaa " naan jedhe.
Kaappiteen Kaasahuun Amanuu.
Qophii kanarraa waan hedduu barattu.Hordofaa

Опубликовано:

 

7 янв 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 248   
@chaltuethiopia3736
@chaltuethiopia3736 6 месяцев назад
uuuuuuufffff wallagaa koo sanyii keesaan yaa baay'atuuuu😢 anii shawaadhaa garuu wallagaa da'iimuumaa kiyyaaraa kaaseen jalaadhaa maliif yoo jeetan oromo wallagaa jeechuu ummaata beekkaa buurqaa beektootaa buurqaa hayyootaa buurqaa nammnii baarratee goototaa qoofaa qaabaa kanaf jaladhaa anii isaan dhugaa rabbii 😢😢😪😪 quubee afaan oromo kan boocee ummmata oromotiif guumachee hayyuu ayilee fiidaa jeedhamaa ilmaa wallagaatii quubbee har'a nutii barreesiinu kana isantuu nuf guumacheee irraa diibiin sanyiin oromo wallagaa akkaa urjiiitii yaa baay'atuu 😭😭ameeeen🙏🙏 😪😪 waaqaayyoo siina ofkaalchuu bakka deemtaan hunddatii 😪😢🙏❤️❤️ILOVVE YOU MY ❤️wallagaa 💞🥰 bagaan oromo irraa dhaaladheee 😢💞🥰🥰🥰
@daughteroftheking3220
@daughteroftheking3220 6 месяцев назад
Dhugaa jette. Kutaa Oromo hundaa bayeee Jaladhaa oromoo tokoo dha. Aatiis jalatimii, giftii.❤❤
@melber7957
@melber7957 6 месяцев назад
Me too I am Oromo shewa and I love my Welega Oromo really!
@melber7957
@melber7957 6 месяцев назад
Amen!
@ueehhffgh3071
@ueehhffgh3071 6 месяцев назад
Quube Afaan oromo. Kan Boce. Harargeedha hin dogongoorin.Shek Mohammed Rashaad. Abdulleeti. 🤔🤔🤔😏😎😎
@user-yt5gp3bq6x
@user-yt5gp3bq6x 6 месяцев назад
🙏🙏🙏❣️❣️
@Lidiyaa926
@Lidiyaa926 6 месяцев назад
Sabaa koo yeroo bakaa guddatii arguu akkan itti gammaduu😊 namaa jaba buufataa xiyyaaraa keesaa qabnuun keesaa tokkoo Capitan kaasahun isaa jalqabatti❤❤❤
@leenii694
@leenii694 6 месяцев назад
Oromoo bakka guddaa akkasitti arguun hedduu na gammachiisa! Nuuf jiraadhaa oromoo koo❤❤
@chaltuethiopia3736
@chaltuethiopia3736 6 месяцев назад
aniis akkumaa keetii 😍🙏
@abichugobana9509
@abichugobana9509 6 месяцев назад
Great confidence, wonderful reflections on questions. We are always proud of Ethiopian Airline. Ethiopia keeps on shining because of you guys. Thanks for your high level excellence.
@tameneserbessa3403
@tameneserbessa3403 6 месяцев назад
Byye gariidha.
@tabordabala8895
@tabordabala8895 6 месяцев назад
እድገትና ብልፅግና ለኢትዮዽያ አየር መንገድ 🇪🇹💪🇪🇹💪🇪🇹💪🇪🇹💪
@user-yy2fs2tf2l
@user-yy2fs2tf2l 6 месяцев назад
Alhamdulillah oromon koo asitti argamuu bayyen gamada Alhamdulillah yaa rabbi 👌🏻👌🏻
@nasaphone3340
@nasaphone3340 6 месяцев назад
Wow ijjollee ken akkasitti arguuf bayye namatti tola jabadha naf jiraadha hamaan isni hin arginni ❤❤
@hayathassan5394
@hayathassan5394 6 месяцев назад
Wow amazing hedu namatii tolaa I proud of you my people ❤❤❤❤❤
@bereal6311
@bereal6311 6 месяцев назад
Our diversity should make us strong and united, not divide us!
@masibirahanu5204
@masibirahanu5204 6 месяцев назад
Waaqayyoo isiin wajjin haa ta'u bayy'ee isiin jalanaa❤❤❤🙏
@daughteroftheking3220
@daughteroftheking3220 6 месяцев назад
Akkasii kaa Oromo excellence bayee nuuf jirdhaa wagaa kummaa❤❤.
@deedug1521
@deedug1521 6 месяцев назад
Proud to see this young professionals
@naseemasaif1945
@naseemasaif1945 6 месяцев назад
Ani Ethiopiadha 🇪🇹 oromoodha umurii dhertuu isinif hakenuu rabbiin hunda kesan
@kidanefikadu9364
@kidanefikadu9364 6 месяцев назад
Wow congrats. Mee makaanika Abbaaba fiqaaduu jedhamu nuu hafera.
@shaleelhashem6695
@shaleelhashem6695 6 месяцев назад
Wwwww Jabadhuu Qalii Namaa 🙏🙏🤲🤲🤲♥️♥️♥️💐💐💐👍👍👍Bagaa gechanii
@yoyo-kw1cj
@yoyo-kw1cj 6 месяцев назад
Proud of you, Captain! 🌟
@rafimajama4279
@rafimajama4279 6 месяцев назад
❤❤❤❤❤orommoo koo asiiti issini arguu hedduu gammaanne ammasi nu jiraadha kaa biraas nuuf haa baayyi'attu
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 6 месяцев назад
Radio garaan Oromia eegiif wirtuu lafeedugda waraannuu osoo arginee Wal birrattii duutaa.kaaanaf Fayyaan mootummaan fuula Du'a barsiisuun Dirqamaa Soora Qalbiinis muslims aswrwb fuulaanis duutis haqa Eegumsaa UstazRaayyaa Abbaa Maccaa aswrwb Ustaz kamil Shamsiyaayaannis Maadaallii Minister fayyaatiii❤❤❤❤❤
@rahimahussen3993
@rahimahussen3993 5 месяцев назад
Baayyee namatti tola nama oromoo bakka akkanatti arguun,Rabbiin ija hamtuu isinirraa haa qabu umrii isin haa dheeressu ammas nuuf baay'adhaa!!❤❤❤❤❤❤❤
@user-iv9eu4cs5n
@user-iv9eu4cs5n 6 месяцев назад
Sagantaan keessaan baay'ee bareeda,garuu yeroo nami biroo afaan oromoo baraa jirutti,afaan ofii dubbachuu dadhabuun qaanidha.
@freekidsafrica5472
@freekidsafrica5472 6 месяцев назад
Its not a must but a choice and depends on vonditions.
@saliharayya2409
@saliharayya2409 6 месяцев назад
Oro.ko.bakka.gari.akkanati.isin.argu.kotifi bayle.gamada❤❤
@gggmmmm3059
@gggmmmm3059 6 месяцев назад
ኑሩልኝ ያገሬልጆች ኢትዮንያነና ህዝቦቿን ይባርክ
@user-wm6bc2ye1v
@user-wm6bc2ye1v 6 месяцев назад
masha Allah Allah bless you ❤❤❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 6 месяцев назад
❤❤❤❤❤ yaadii argii Sooreettii Naggaa Haragalfii Biyyaa ministeera barnootaa idilee aswrwb Muslims akma ngy Yooyyaa ashamaa harkiis haqa mootii lubbuu Eegumsaa dhibeen qabeenyaa dhalootaa
@chaltuethiopia3736
@chaltuethiopia3736 6 месяцев назад
😍😍😍😍😍😍oromo kootii kun ❤️❤️❤️bagaa geesaan 😪😪😪
@abebemekonnen4789
@abebemekonnen4789 6 месяцев назад
እስከዛሬ ያልሰማነውን የኢትዮጵያን ትልቅ ብሄር , በማየት ኢትዮጵያ የብዙሀን, የብሄር ብሄረሰቦች አገር መሆንዋን እያየን ነው:ሁላችሁንም እንወዳችሁአለን::
@melber7957
@melber7957 6 месяцев назад
May God bless Oromo Nations!
@werkiyetefera8035
@werkiyetefera8035 6 месяцев назад
Oromowan koo jabadha ammas Kan olii iddo guda nuuf gaha bayye issin jalana❤❤❤🥰🥰❤️❤️ waqqayoo issin haa eguu bakka jirtanitti hundati 🙏🙏🙏
@adanechmeskela759
@adanechmeskela759 6 месяцев назад
ስንፈልግ እግዚአብሔር ያውቃል። ስንጠይቅ እግዚአብሔር ይሰማል። ስናምን እግዚአብሔር ይሰራል።🙏🙌💚
@Sirage111d
@Sirage111d 6 месяцев назад
. ❤❤❤
@chaltuethiopia3736
@chaltuethiopia3736 6 месяцев назад
ameeeen 😪
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 6 месяцев назад
❤❤Eegumsaa yoomuu Yaannis waraanaa gara leenjii Geejjibaa Etv laftis Eegumsaa moo beekumsa siif gayee Seeraafi Eegumsaa dhoksaa
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 6 месяцев назад
❤❤❤ragaa aarii fi jinnis jibbii ifaa kanaf Yaadachisii lubbuu ummataaf yaada mo'ataan DrAbiyyii Ahmed Dubbisi Aaariin idaa ministeera barnootaa Eegumsaa
@Obsaman20
@Obsaman20 6 месяцев назад
Kaappiteen Big respect❤💪💪🙏🙏
@melber7957
@melber7957 6 месяцев назад
Keep Oromiyaa for Oromo kids 👈
@user-jw9nq5ww4i
@user-jw9nq5ww4i 6 месяцев назад
Woooww bagaa ittin Siin gahee♥️♥️♥️💞💞💞🥰🥰🙏🙏🙏
@Seenna414
@Seenna414 6 месяцев назад
❤❤❤❤bayee namatti tolltu yero hunda goftan siin wallin ha ta'u hoji kechanirrati Etphiyan beketota akkan fi balalisa xayyarra qabachu kenyati nan bona❤❤❤❤
@RomanRoman-vj5xz
@RomanRoman-vj5xz 6 месяцев назад
great interview 👍. Thank you for Sharing.
@TeshaleEndalu
@TeshaleEndalu 6 месяцев назад
ayyee bay,ee kan namatti toluudha .jabaadha waliin biyyaa keenyaa haa guddifnuu
@kumibahrain8137
@kumibahrain8137 6 месяцев назад
WOw waqayyoo isiin wajin haa ta,u❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 6 месяцев назад
Mootummaan sanuma kakn kee Ato mallaszenawii Foggoraa hubadhu nageenyaarraa deema malee tasumaa Getacho Reda welcome Eegumsii gaafa Beekumsa Abbaa balaalisaa Xiyyaaraa ilaallee harkii Eegumsaa yaada mo'ataan DrAbiyyii Ahmed Dubbisi biraa democracy love
@user-gl2qx5pw1i
@user-gl2qx5pw1i 6 месяцев назад
Gaara Erer dhugaa gaarreen keessa gaara baay'ee haala addaan bareechamee uumame.
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 6 месяцев назад
Gzx Harkii marii ifaa maatiin nyaatarraa seequu Ogeeyyiin fayyaan baga Ayyaana waggaa /Qixxumaan Geejjibni gaadisaa geettaan Ilmaan johar Muhammad Qabsoo yaada mo'ataan DrAbiyyii Ahmed Dubbisi Dubbisi Canada falmadhuu Hawaasaa Fi Qabeenyaa Qeerroo&Qarree Gaaddisa yaannis waraanaa qabeenyaa wal'ansaa dhibeen bulchiinsa lafti waraana
@MahdiawolGishuu
@MahdiawolGishuu 6 месяцев назад
Woy afaan oromoo asitti bade 😂maaloo afaan Saba keessanii Akka hin daganne adaraa keessan🙏
@diboram-ss1we
@diboram-ss1we 6 месяцев назад
Uuuufff oroooo kooti kunii❤❤❤baaguman bakka kanatii issin argeee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@hello3623
@hello3623 6 месяцев назад
Good Job Ethiopian Airlines is always the number-one airline in Africa….keep in progress
@LylaAli-nq2th
@LylaAli-nq2th 6 месяцев назад
Baayyee siin jaalanaa jabadhaa
@tigist2412
@tigist2412 6 месяцев назад
Waaqayyoo siin yaa gargaruu ijjoole oroomoo❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@kareemhashem5391
@kareemhashem5391 6 месяцев назад
Amen Amen Amen Eebbima ❤❤❤🎉🎉🎉
@lensa3719
@lensa3719 6 месяцев назад
Good job 👍👍
@sifaanorotube9416
@sifaanorotube9416 6 месяцев назад
Congratulations 🎉❤❤❤
@ahmedyussuf8643
@ahmedyussuf8643 6 месяцев назад
Akana bar Oromoo koo nuuf jiradha bayyee bareedu jabadha
@sultifayiso1079
@sultifayiso1079 6 месяцев назад
ETV Afaan Oromoo galatoomaa,garuu ogeeyyiin Kun muuxannoo isaaniis kophaa kophatti Yeroo gahaa fudhattanii Osoo dhalootaa caalatti qoodanii gaarii Ture.❤
@DagoHailu-er3st
@DagoHailu-er3st 6 месяцев назад
Nuuf jabaadha
@MorningMedia-rf1nd
@MorningMedia-rf1nd 6 месяцев назад
Yaada bareeda. Muxannoo daansaa fi baayyee nama kakaasan.Namoota cicimooo.Shamarraan jajjaboo.Galatooma
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 6 месяцев назад
❤ yaadaafi Qalbiinis Alhamdulillah anis miseensa kanaaf yaadachuun qoftii gahaadha seera barnootaa
@hadhaako
@hadhaako 6 месяцев назад
Bagaa gootaa keenyaa badaa horror tatee wallaggako❤😍🥰
@AnesaDaba-xp2pn
@AnesaDaba-xp2pn 6 месяцев назад
❤❤❤❤❤my oromo good job 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@furnemiresa1
@furnemiresa1 6 месяцев назад
Wwwooww qalii wan keenyaa waqaayoo gudaan isin walin hatuu yeroo kamuu❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉 oromoo qali
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 6 месяцев назад
Uuufff yon xiyara argu biyyakon yaadauuuufffff😢😢😢😢😢
@user-hb9dx1ht4s
@user-hb9dx1ht4s 6 месяцев назад
Waw❤❤❤❤❤❤bagaa geessaan🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@Sirage111d
@Sirage111d 6 месяцев назад
Proud of you mashallah ❤️ sanyi
@AbyatarSeyoum
@AbyatarSeyoum 6 месяцев назад
Baayee namatti tola qophiin keessani❤❤❤❤
@gj6274
@gj6274 6 месяцев назад
good job 👍🏽
@sifaansilashi3635
@sifaansilashi3635 6 месяцев назад
Wawaw wallagaa ❤❤❤
@derabekaber6158
@derabekaber6158 6 месяцев назад
Ammeee Ammeee Ammeee ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@warkiwadajo
@warkiwadajo 5 месяцев назад
Umaanni keenya sadarkaa akkanara ga,uun saani jechaa inqabuu galannii kani waaqayootii🤲🤲
@iyyasuusgooftadha1112
@iyyasuusgooftadha1112 6 месяцев назад
Awow ❤❤❤❤❤❤
@user-nb3dx8us1w
@user-nb3dx8us1w 6 месяцев назад
Nuuf jiraadhaa baayyee isin jaallanna Dhugaa dubbachuudhaf Hojii boonsaadha
@user-zz3bi7en1f
@user-zz3bi7en1f 6 месяцев назад
Congratulations 🎊 ❤❤
@kerayub2681
@kerayub2681 6 месяцев назад
Baga isin gae💕💕💕🙏
@feraol507
@feraol507 6 месяцев назад
Ethiopian Airline🇪🇹❤
@user-gf6qb1ki4e
@user-gf6qb1ki4e 6 месяцев назад
Baayyee siin jaalanaa jabadhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@jaalmarroomoogor6849
@jaalmarroomoogor6849 5 месяцев назад
Wowowow warraa koo❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 6 месяцев назад
Eegumsaa Booranaa Kanaaf Seena dura dhaabbachuun seeratu barreeffamaa yaada mo'ataan DrAbiyyii Ahmed Dubbisi seerrii Ifaa Olmaan hoji tigrai airport qoosadha
@dhibeewagari6211
@dhibeewagari6211 6 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤bagaa gessanii ❤❤❤❤
@adilalibuba778
@adilalibuba778 6 месяцев назад
Masha allah wahunda daraan wanii natoole team gotuun nama kiyya tahudha jachun oro tahun ban
@LylaAli-nq2th
@LylaAli-nq2th 6 месяцев назад
Jabaadha 🎉🎉
@user-qo6rh7jf2j
@user-qo6rh7jf2j 6 месяцев назад
Baga Walumaan Baga Genyee Ayan Ayana KanNaga Jalal Gamachu kan Tokuma Nuf Yaa Tau Nuf Jiradha Hoji Kesanit Waqayon Sin Ya Jabesu Rakoo Bektan Kan Beknera Waqayon Sin Ya Eguu Saganta Kana Qopesitan Nu Agarsistanif Galatoma Sini Jedhaa Bayee Jaladhe Lalee Galatom Dabalata AYANI AYANA GARI HNDA AMNTOTA OKTODOKS TAWHIDO HNDF BAKKAA JIRUUTI AMEN ❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🤍❤️🖤
@misganamosisa7747
@misganamosisa7747 5 месяцев назад
Proud of all. Na marartan!
@Tamima-dm9cq
@Tamima-dm9cq 6 месяцев назад
Oroo koo jabadha.
@LylaAli-nq2th
@LylaAli-nq2th 6 месяцев назад
Waggaa goota keenya jabadhuu 💯
@SINGITAAN
@SINGITAAN 6 месяцев назад
Bagaan oromoo tahee dhalladhee isiin faana😢❤❤❤❤❤ ummurii nuf dheeradha
@kennamaariyaam4968
@kennamaariyaam4968 6 месяцев назад
www ijoollee oromoo ❤❤❤
@dereqeneni1635
@dereqeneni1635 6 месяцев назад
KAPTN NAMA JABAA FI TAPHATAADHA. NAMOOTNI AKKASAA NUUFAA BAAY'ATAN.
@ZobaydaZobayda-kj8dw
@ZobaydaZobayda-kj8dw 5 месяцев назад
Baayye Gamanee
@user-gf6qb1ki4e
@user-gf6qb1ki4e 6 месяцев назад
Oromoo bakka guddaa akkasitti arguun hedduu na gammachiisa Nuuf jiraadhaa oromoo koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-su4ky3zp1h
@user-su4ky3zp1h 5 месяцев назад
Good job
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 6 месяцев назад
🎉❤❤ Daguu Tplfvkaraa dhufee beekannee Dirree xiyyaaraa maalif akka kufan yaada mo'ataan DrAbiyyii Ahmed Dubbisi Dubbisi yaannis and defense baga Fayyaa teettuus Eegumsaa arginee
@obsaamenu1374
@obsaamenu1374 6 месяцев назад
Galatooma Etv Afaan oromoo. Garuu nyaanni ajajanne raacha ta’e kan jedhu hin dabarsiin haftan.
@user-mr1jg1sr2x
@user-mr1jg1sr2x 6 месяцев назад
Woow ijollee kenyaa❤❤a❤❤
@MahdiAbudalla-le3zp
@MahdiAbudalla-le3zp 6 месяцев назад
Mashallah cacaphsii yetabatu afan ke badun qabu jabadha ilman oromo ❤😂😂😂😂
@proggenius2024
@proggenius2024 6 месяцев назад
Etv Afaan Oromoo bayyee galatoomaa. Sagantaa bayyee bareedaa fi barsiisaa tahedha. Namoota keenya jajjaboo bakka guguddoo jiran akkasiin dhiiheessuun dhaloonni guddatuuf bayyee barbaachisaa natti fakkaata. Immabeet haaluma kanaan itti nuuf cimi.
@bogaleoda6331
@bogaleoda6331 6 месяцев назад
በርቱ ኩራታችን ናችሁ !!!
@ibsaligdi1853
@ibsaligdi1853 6 месяцев назад
Jabaadhaa.
@seifuwaktola6974
@seifuwaktola6974 6 месяцев назад
Good Job
@user-tz8xw3ww1y
@user-tz8xw3ww1y 6 месяцев назад
Galatommaa❤❤
@sabelfayeza9921
@sabelfayeza9921 6 месяцев назад
እግዛብኤር🎉🎉❤ ይጠብቃችው ❤ ወገኖቼ 💚💚💚💚🙏😘😘😘💝👍
@user-tk3te6fp1i
@user-tk3te6fp1i 6 месяцев назад
ummaata oromoo beekkaa buurqaa beektootaa buurqaa hayyootaa buurqaa nammnii baarratee goototaa qoofaa qaabaa kanaf jaladhaa anii
@michuushow1128
@michuushow1128 6 месяцев назад
hedduu namatti tola yeroo ilmaan oromoo bakka gurggaada akkasi keessa hojjatan arguun biyya san keessatti.
@oromiahailee4491
@oromiahailee4491 6 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤❤ nuf jiradhaa
@kingcell4953
@kingcell4953 6 месяцев назад
Walgaa dufaa tyaraa ofaa ejolenn oromo eduketyidaa❤ jabdaa
@seventhdayadventistchurchg2843
@seventhdayadventistchurchg2843 6 месяцев назад
qophii gaariidha
Далее
Secret Experiment Toothpaste Pt.4 😱 #shorts
00:35
Hir-koo Kutaa 16ffaa
27:36
Просмотров 448 тыс.
BABAARO - Doktora 7 Ilmaan Abbaa Tokkoo
49:15
Просмотров 67 тыс.
Hir-koo Kutaa 5ffaa
24:59
Просмотров 214 тыс.