As wr wb akkam jirta sh jamaal haaji Ergaan salaammadhee booda yaannikiyya akka asiin gadiiti Walaloo wa ee salafiyyaa fi wa ee fuudharrattis osoo nuu daleyde viidiyoo takka inshaa Allah like comentis share nigoonaa Inshaa Allah sicinaa jirra waan dandeennun Kabajaa fi jaalalaan As wr wb