Тёмный

Obboloota keenya amantaa Orthodox hordofaniif! 

DASTAA HINSARMUU
Подписаться 46 тыс.
Просмотров 17 тыс.
50% 1

Опубликовано:

 

27 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 167   
@aberaserbessa1821
@aberaserbessa1821 Год назад
Xiinxala gaariidha, Fuula jara jibbaan guutamee saba dukkana keesatti akka hafu godhe kana keessatti dhugicha ibsuun qooda gaaridha. Jibbaan nama mo'achuun hin danda'amu, waaqayyos karaa akkasirra hin jiru. Jabaadhu F. Dastaa. You're blessed one!
@EliasDhaba-t3y
@EliasDhaba-t3y 5 дней назад
Waaqayyoo Sii haa Eebbisuu !! HAMMA DHUMATTII JABAADHU DHABADHU.
@michaelabebe8361
@michaelabebe8361 Год назад
please nama waaqayyoo akka isaanis dhaga,anitti Amarinyatti jijiiraafii guddaa galatoomaa baayyee sin jaalanna.
@kabafirdisa4508
@kabafirdisa4508 Год назад
Jabaadhu ergaa bareedaa nama dhaga'uuf dabarsiteetta
@MergaLencha-zj9xm
@MergaLencha-zj9xm 7 месяцев назад
Waaqayyo gooftaan bara kee haa eebbisu Dastaakoo❤❤❤
@sarkalemdugasa6347
@sarkalemdugasa6347 Год назад
Waaqqayyoo baraf jireenyaa kee haa ebiisu dhugaa kee Jeter waqqayyoo namaste akkana biyaa Kenya has kaasuu
@amaneamalo3036
@amaneamalo3036 Год назад
Nama waaqayyoo gooftaan baraaf jireenya keessan haa eebbisu eebbifamaa. Gooftaan ija isaanii haa Banu hunduma isaaniitiif.
@fornewlife7158
@fornewlife7158 Год назад
hin dhaga'aama ebbiifaami Paster
@falmilelisa8467
@falmilelisa8467 Год назад
Dhugaan yeroon isaa yommuu gahu owwaala diigee ka'a!!! Eebbifami nama Waaqayyoo!
@EbaNemera-c3g
@EbaNemera-c3g Год назад
Yes!!! you are confident fully person!!! Dech!
@lelonagi9555
@lelonagi9555 Год назад
Macafan isaan 15 Itti Dabalani kun Soba Macafan Qulqulluun 66✅✅Qofa kana bichaadh ✅✅✅💯💯. Kota Waarrii Dukana kesa Jirtaan Yesuusii goftaadha Haalluuyyaa 💪💪💪💪💪“Yesus Kristos kaleessa isuma ture, har'as bara baraanis isuma sana !” - Ibr. 13:8
@gulumamitiku5715
@gulumamitiku5715 Год назад
Yaa Dastaa Eebbifamaa koo Dhugaa dhokate ifatti waan baafteef eebbifami inni akka mukukkula Abidda keessa butameetti si muude haa kabajamu.
@LataTamana-c5g
@LataTamana-c5g 11 месяцев назад
Thank you for your help
@tesfayeefa3834
@tesfayeefa3834 Год назад
Uuuuuuuuuuufffffffeee uuuuuufffffeeee ebifamiii dastuuu Koo ayanii waqayoo dachaa sifii yaa bayatuu
@fornewlife7158
@fornewlife7158 Год назад
dhugadha bayyee baracha jira paster
@misganuwayessa1093
@misganuwayessa1093 Год назад
waaqayyo gooftaan si haa ebbisu lallaba john amariffa ta'ee na rakkisem
@DawitGutema-fb4rn
@DawitGutema-fb4rn 6 месяцев назад
Just u are perfect man god bless u
@lelonagi9555
@lelonagi9555 Год назад
Oso Dhugaan kun galef akkasi hin jeedhani kadhachufidha dhugaa ij,a isan bani mee Goftaa ko Har,aa sifi Kolfuu boru garu Akkasi moti gafa Yesuusii Ergaamoota isaa waalin dhufu Har,aa Qosa Waangela Qulqulluu kanat waayyee wangela dhugaa dhisan Macafa biraa Dubbisuu ij,i kesan haa Banamu Maqa Yesuusii kiristosiin 💯💯💯✅✅✅✅❤️❤️
@lelonagi9555
@lelonagi9555 Год назад
Lakkii Naman dhiigaa Yesuusii kiristosiin maalee waan biran Cuubbuut Quulalu hin Danda,uu %100 sera erguun moti dhiigaa Kiristosii Bishaan moti Yesuusii karadha dhugaadha jirenyaa 💯💯💯💯💯💯✅✅✅✅✅W Yohanisi 14÷14 dhugaa kee jeetee F/Dase Ebbifami dachadhani
@WaggariiRabbuma
@WaggariiRabbuma 5 месяцев назад
Dhugaa wangelaa itti himi dastiyye ❤❤❤❤❤
@yesuusabdiikootii.811
@yesuusabdiikootii.811 Год назад
Gooftaan koo baraaf jireenya keessaan guutuummaa caalumatti haa eebbisu nama waaqayyoo eebbiifama. Dhugaa kee jette gooftaan hubannaaf ogummaa nuf haa kennu🤲🤲 Sobni faana hin dheerattu lafa itti dhaabattu qabdii kanaaf jabaadha saba waaqayyoo hundumti keessanu🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️
@gaaddiseehindaaluu5594
@gaaddiseehindaaluu5594 Год назад
Baay'ee nama dhibaa dhugaa kan na dhibee Saba tahee dhaggeeffatu sanam
@dejenudamenumamo8385
@dejenudamenumamo8385 Год назад
OH, I am witness for this. dhugaa dubbachuuf Bakki Awwaala #Takliyyee Ganda kootti argama. #Still namoonni waggaa waggaadhan bakka faagoodhaa illee achi adeemun Bakka awwaalcha isaatii muka wayii fudhatu.kanas akka #qorichaatti itti fayyadamu. Anif maatin koos fudhachaa turre. Ammas dhaloonni kun hanga gatii guddaa baasun shamatachaa jiru. har'a ammoo icciitin isaanii bahuu eegallaan jarri maraachutti kaate. NO MORE, BROTHER!
@godisgoodallthetime3198
@godisgoodallthetime3198 Год назад
Eebbifami dhugaa.
@soromeolana-vp3te
@soromeolana-vp3te 11 месяцев назад
Ebbiffami
@meerame2317
@meerame2317 Год назад
Dhugaadhaa ebbifamaa nama waqayoo 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@shumaolani8590
@shumaolani8590 Год назад
Goota wangeela Waaqayyo Bara keenya guutuu saa haa eebbisu.
@fedesaetana860
@fedesaetana860 Год назад
Eebbifami Dasta!
@kafaneehirkoo1018
@kafaneehirkoo1018 Год назад
Ebbifamii waqqayyo si yaa ebbisuu 👏🙏
@borharamiti2974
@borharamiti2974 Год назад
waaqayyoo karaatti isaan haa deebisuu jenna HD
@arabarabiya8100
@arabarabiya8100 Год назад
👍
@MegersaTekale
@MegersaTekale 5 месяцев назад
Eebbifami
@sabontushawa2939
@sabontushawa2939 Год назад
Wowo dhugaa ketii ebifamii ❤❤
@abireshbayisa1024
@abireshbayisa1024 Год назад
Bareedu shewaa jirta
@GaaddisaaIfaa
@GaaddisaaIfaa Год назад
Eyyee dhugaa dubbii isa ta'e kana warra hin galiniifitti himaa. Jabaadhaa!!!
@SabonaAdugna
@SabonaAdugna 3 месяца назад
Aboo Amma iyyuu jabaadhuutuma itti himi yoo dhaga an
@shureehailyuushuree9672
@shureehailyuushuree9672 Год назад
Dhugaadha.jetee.eebbifama🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏👍👍👍
@gadisadachasa472
@gadisadachasa472 Год назад
waaqayyoo si haa ebbisu
@LemiDemasa
@LemiDemasa Месяц назад
God bless you man of god!!
@GadisaGerama-jr5pr
@GadisaGerama-jr5pr 6 месяцев назад
Wawuu
@ebatesfaye2272
@ebatesfaye2272 Год назад
dastaa Waaqayyoo bara kee haa eebbisu guyyaa kanaaf kaa'amtee nuuf qooduuf ammallee ayyaannisaa siif haa baay'atu
@gemedafirisa8955
@gemedafirisa8955 Год назад
Jabadhuu siirrii dubbatee
@ahjs6614
@ahjs6614 Год назад
Dhuga siraa wantaa bayyeen baree waqqi sii haa ebbissuu 🥰🥰🥰🥰🥰
@tesfayeamenu9446
@tesfayeamenu9446 Год назад
waaqayyo isaaniif haa dhiisu malee ulfaataadha.
@gemechisbacha9458
@gemechisbacha9458 Год назад
Influential man based on true wisdom!
@TayeFeyisa
@TayeFeyisa 5 месяцев назад
In dhagama
@Biranewalagayoutube
@Biranewalagayoutube 7 месяцев назад
Ebifamii dachaa❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@mohdkhalid5488
@mohdkhalid5488 Год назад
Ebifami nama waqayoo namni undumtuu bekuuqabaa 🙏🏻🙏🏻🙏🏻
@tekleeshetu2074
@tekleeshetu2074 Год назад
Galatoomii Waaqayyoo sii ebbisuu haata'u malee afaan amaariffaanis ibsa kennii kitaabolee isaan dabalataan akka macaafa qulqullummattii itti fayyaadama hundaamaa nuuf ibsi.
@wayesabulte3251
@wayesabulte3251 Год назад
GOD BLESS YOU MAN OF GOD!
@gemishadula6
@gemishadula6 Год назад
Alpha T 6 days ago GOD BLESSED YOU MY BRO!
@adonaadona8860
@adonaadona8860 Год назад
👍♥️
@yesuusabdiikootii.811
@yesuusabdiikootii.811 Год назад
Eebbiifamii eebbiifamii eebbiifamii eebbiifamii daachaa daachaadhan.💝💝
@kanenusofficialtubes
@kanenusofficialtubes 11 месяцев назад
Dassiiyyee ❤❤❤❤❤
@muluu5187
@muluu5187 Год назад
Ebbiifamaa ebbiifamaa namaa waaqayyoo dachaa dachaa
@dabaadisu2332
@dabaadisu2332 Год назад
akka atii waaldaa kiristanaf sagaalee taatee ,,,mana keef waqaayyoo sagaalee haa ta,uu bro
@mebratdxb2881
@mebratdxb2881 Год назад
Waqayyoo isin ha Eebisuu.dhugaa dhagefadhe wan bay'een irraa baradhee.mal tahani jarii kuni binensi farraa mana hin cisuu jedhe Oromoon
@degagakenasa7282
@degagakenasa7282 Год назад
Dastaa dhoksaa kana nu dhageesisuu keef galatoomi
@ireneac2534
@ireneac2534 Год назад
Ebbifami dachaa dachaa
@letaguta5296
@letaguta5296 Год назад
dhugaa dhoksuufii ifaa dhokisuun yoomiyuu hindandaamuu .
@adonaadona8860
@adonaadona8860 Год назад
👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍uuuuuuuuuuuuuuuuuufffffff good good,❤❤❤❤❤❤
@arabarabiya8100
@arabarabiya8100 Год назад
EebbifaamaNamaWaqaayyooWaqaayyooBaraKeesaanHaaEebbisuDachaDachaaa
@gemechugebre5225
@gemechugebre5225 Год назад
Eebbifami nama WQYO !!! Sirrii keeti !!!
@tolossadufera9684
@tolossadufera9684 Год назад
dhugaan Waaqayyoo Eessatu Fayyisaadha.
@kingcell4953
@kingcell4953 Год назад
wooooow jabduu dugaa syadubyisuu
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 Год назад
Eebifamii anilee afaanichii naf galu dinanin dhisee dasoo afaan oromodhan fidee nuf ibsuukeefilee eebbifamiiiii Ibsa keefis eebifamiiii
@eliyaasqinaaxxii4017
@eliyaasqinaaxxii4017 Год назад
stay blessed
@gelenedida392
@gelenedida392 Год назад
Eyyee
@EleneShita-vc3ok
@EleneShita-vc3ok Год назад
Ebbi waqayoo siif haatauu
@wakuma_akafu
@wakuma_akafu Год назад
Kan sammu banuu wangeela; Isaan wageela hin beekani dhiisi!!!
@SHENTEMAWOLDESENBETGurmessa
Wangeelli Dhugaadha!!!! Dhugaan ni qaldhatti malee hin baddu. Gooftaan siyaaeebbisu bro. Waaée wangeelaaf humna isaa dabalee siif yaa baayyisu. Stay Blessed!!!! In these times they must be an optimist to open their eyes and awake TO READ THIS KIND OF SCRIPTURE FROM THE BIBLE. ትንቢተ ኢሳይያስ ምዕራፍ 46;6_13 6 ፤ወርቁን ከኮረጆ የሚያፈስሱ ብሩንም በሚዛን የሚመዝኑ እነርሱ አንጥረኛውን ይቀጥራሉ፥ እርሱም አምላክ አድርጎ ይሠራ ዋል፤ ለዚያም ይጐነበሱለታል ይሰግዱለትማል። 7 ፤ በጫንቃቸው ላይ አንሥተው ይሸከሙታል በስፍራውም ያደርጉታል፥ በዚያም ይቆማል፥ ከስፍራውም ፈቀቅ አይልም፤ ሰውም ወደ እርሱ ቢጮኽ አይሰማውም ከመከራውም አያድነውም። 8 ፤ ይህን አስቡና አልቅሱ፤ ተላላፊዎች ሆይ፥ ንስሐ ግቡ፥ ልባችሁንም መልሱ። 9 ፤ እኔ አምላክ ነኝና፥ ሌላም የለምና የቀድሞውን የጥንቱን ነገር አስቡ፤ እኔ እግዚአብሔር ነኝ እንደ እኔም ያለ ማንም የለም። 10 ፤ በመጀመሪያ መጨረሻውን፥ ከጥንትም ያልተደረገውን እነግራለሁ፤ ምክሬ ትጸናለች ፈቃዴንም ሁሉ እፈጽማለሁ እላለሁ። 11 ፤ ከምሥራቅ ነጣቂ ወፍን፥ ከሩቅም አገር ምክሬን የሚያደርገውን ሰው እጠራዋለሁ። ተናግሬአለሁ፤ እፈጽማለሁ፤ አስቤአለሁ አደርግማለሁ። 12 ፤ እናንተ ከጽድቅ የራቃችሁ እልከኞች፥ ስሙኝ፤ 13 ፤ ጽድቄን አቀርባለሁ፥ አይርቅም መድኃኒቴም አይዘገይም፤ ከጽዮን ለክብር እንዲሆን መድኃኒትን ለእስራኤል ሰጥቻለሁ። ኢሳይያስ ምዕራፍ 66;1-4 ገላትያ ምዕራፍ 1;2_9 2 በኢየሱስ ክርስቶስ ከሙታንም ባነሣው በእግዚአብሔር አብ ሐዋርያ የሆነ እንጂ ከሰዎች ወይም በሰው ያልሆነ ጳውሎስ ከእኔም ጋር ያሉት ወንድሞች ሁሉ፥ ወደ ገላትያ አብያተ ክርስቲያናት፤ 3 ከእግዚአብሔር ከአባታችን ከጌታችንም ከኢየሱስ ክርስቶስ ጸጋና ሰላም ለእናንተ ይሁን። 4 ክፉ ከሆነ ከአሁኑ ዓለም ያድነን ዘንድ እንደ አምላካችንና እንደ አባታችን ፈቃድ ስለ ኃጢአታችን ራሱን ሰጠ። 5 ለአብ ከዘላለም እስከ ዘላለም ክብር ይሁን፤ አሜን። 6 በክርስቶስ ጸጋ እናንተን ከጠራችሁ ከእርሱ ወደ ልዩ ወንጌል እንዲህ ፈጥናችሁ እንዴት እንዳለፋችሁ እደነቃለሁ፤ 7 እርሱ ግን ሌላ ወንጌል አይደለም፤ የሚያናውጡአችሁ የክርስቶስንም ወንጌል ሊያጣምሙ የሚወዱ አንዳንዶች አሉ እንጂ። 8 ነገር ግን እኛ ብንሆን ወይም ከሰማይ መልአክ፥ ከሰበክንላችሁ ወንጌል የሚለይ ወንጌልን ቢሰብክላችሁ፥ የተረገመ ይሁን። 9 አስቀድመን እንዳልን እንዲሁ አሁን ሁለተኛ እላለሁ፥ ከተቀበላችሁት የተለየውን ማንም ቢሰብክላችሁ የተረገመ ይሁን።
@bultosalimane98
@bultosalimane98 Год назад
kkkkkkkkkkkkk......dhugaa Gooftaa baga waqayyoo isiin nuuf kaasee dhugaa jiru hunduma gadi haa bahuu......baayeema nama aja'ibaa duraayyuu jarrii amala girrisumma qabu xurii manattii kuusani ilmoo nama dogoongorsisa jiru......Galatooma.
@WaktolaBiratu
@WaktolaBiratu Год назад
Adaraa haadhagaa'anii afaan isaaniitiinis akkasumas ibsiif
@yohanesderesa3873
@yohanesderesa3873 Год назад
Ajaiba
@senagedarame8274
@senagedarame8274 Год назад
yaa Dasta manta bayyee dabarsinii Waqaayyoo gatii hunduma hin basa Ebbifama Ebbifama namaa waqaayyoo
@WaggariiRabbuma
@WaggariiRabbuma 5 месяцев назад
Dhugaa wangelaa itti himi dastiyye
@YosephFituma
@YosephFituma Год назад
Eyye
@birmaduugoobanaa2453
@birmaduugoobanaa2453 Год назад
waaqayyoo dhoksaa dubbisaa nuf haagalchu
@GaaddisaaIfaa
@GaaddisaaIfaa Год назад
Waaqayyo si haa eebbisu Maaloo nuuf maxxansi adaraa
@muletatiki5155
@muletatiki5155 Год назад
Dhugaa ketii nama waqayyo ebbifamii
@temesgen_kifle
@temesgen_kifle Год назад
GOD BLESSED YOU MY BRO!!!
@jinenusbegna3978
@jinenusbegna3978 Год назад
Galatoomi Paaster!!
@lomitolasa6874
@lomitolasa6874 Год назад
Nama waqayyoo ebifamaan akka kee nuuf haa bayisuu
@muluuwarqi8112
@muluuwarqi8112 Год назад
Dhugaa kee jette dassu KO ebbifamii waan bayyee barbachisaa nuf ibsitee itti nu fufi
@AbbaaBeekaa
@AbbaaBeekaa Год назад
Please Afaan Amariffaan Irra Deebi'i isaanis akka dhagahaniif !
@WaggariiRabbuma
@WaggariiRabbuma 5 месяцев назад
Goftaan keenya sii haa ebbisuu sammu irratti sammu,beekkumsa irratti beekkumsa, siif haa dabalu
@seventhdayadventistchurchg2843
yaadaa gariidha ebbiifam Dastaa kenyaa
@MartaBirhanu-g5p
@MartaBirhanu-g5p 8 месяцев назад
Gooftan Ammayyuu hubbana sif haa dabalu ebifami
@buzebaabb5357
@buzebaabb5357 Год назад
Dhugaan yoom iyyuu mo'ataadha lnnl immo Iyeesuusii dha
@BoruufAbdii
@BoruufAbdii Год назад
dhugaan dhugaa waaqayyootti barnoota baay'een argaadhe far/ta DESTA KOO waaqayyummtti bara kee jireenya kee haa Eebbisuu beekumsa irratti beekumsa dandeetti irratti dandeetti sii haa dabaalu
@gelenedida392
@gelenedida392 Год назад
Ebbifami nama waqayyooo
@tsigewakjira7953
@tsigewakjira7953 Год назад
waqaayyoo haa ebisuu dastaa namaa dinqaa dhugaa waqqayyoo guraa dhageti isaan iif haa banuu
@adonaadona8860
@adonaadona8860 Год назад
Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuffffffffffffffffffffeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeee Hebifamakooo hebifamiii waqayoo kanumaa Calaa hubanaa Adaa ta ee Siif Halatuu ( Dasukooo) 👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏Samuu Sanii waqayyoo yagedaruu
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 Год назад
💪💪💪
@amanuelamo
@amanuelamo Год назад
Blessed family
@tadelewakshumduresa4497
@tadelewakshumduresa4497 Год назад
Gara dhugaa haa dhufan isaan kun sammun isaanii dukkaneffamera isaa fayyisu yesuus kiristos haa baran, "yeroon fayyu amma yeroo inni argamuu danda'uti isaa barbadadha"
@lidulife9858
@lidulife9858 Год назад
Kabajami destaa waqayyoo siha ebbisuu
@laliseegiddissaa
@laliseegiddissaa Год назад
Safuu Waaqayyoof🙏😭
@tolasaregasa6868
@tolasaregasa6868 Год назад
jira
@maartiketbekele4369
@maartiketbekele4369 Год назад
Ebifamii dasitaa amalee dabalii nuu hikii
@kenarabidawit812
@kenarabidawit812 Год назад
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Далее
Dhaloota karaa badisaa filate!
42:33
Просмотров 3,3 тыс.
ИСТОРИЯ ПРО ШТАНЫ #shorts
00:32
Просмотров 300 тыс.
🎙А НЕ СПЕТЬ ли мне ПЕСНЮ?🕺🏼
3:06:10
Dastaa Hinaarmuu Album Lakk. 1ffaa. Safuu Dha!
1:00:03
Просмотров 130 тыс.
unshakeable Joy by Pastor Desta Hinsarmu
36:57
Просмотров 3,5 тыс.
Desta Hinsarmu interview Part 1
34:05
Просмотров 39 тыс.
ИСТОРИЯ ПРО ШТАНЫ #shorts
00:32
Просмотров 300 тыс.