Тёмный

OMN: Fonqolcha Mootummaa? 

OMN
Подписаться 720 тыс.
Просмотров 24 тыс.
50% 1

-Fonqocha Mootummaa?
-Dnagdeen biyyatti guddachaa jira?
-Egeree Oromoo fi Oromiyaa (Marii Oromoo)

Опубликовано:

 

6 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 68   
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 месяца назад
Dr Milkkeessaa mee Yaadadhuu Pro Muhammad Hasan Eegumsaa gaafa barsiisaaan waraanaafi Fayyaan walitti deebi'ee OMN Gzx Dajan Guutamaa eeggaa dubbannee
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 2 месяца назад
Guddaa Guddaa Galatoomaa Hayyoota keenya umurii dharaa dhaa 🙏🙏🙏 Translate to English
@robsaanrobsera4221
@robsaanrobsera4221 2 месяца назад
OMN! Welcome back in sight Good 2 see you Degene Gutama & Guests
@arsiishaashee2169
@arsiishaashee2169 2 месяца назад
Keessattuu haalli jawaar itti jiru jecha amma pr jedhan kana agarsiisa. Waa hunda isaa guuratee itoophiyaa keessatti gale😢 ka biraa hafee miidiyama ofii gadi dhaabe irratti dhufuu haga didu dirasii deeme. Hardha worri sagalee gurguddaa akkanaa qaban kun osoo afaan tokkoon gaafii oromoo irratti xiyyeeffatanii hin tuffatamnu ture😢 namni keenna hin rashanamu ture😢
@yaarabbiyaaallah1361
@yaarabbiyaaallah1361 2 месяца назад
Yooyyaa Yooyyaa ilmaan aayyaa
@arsiishaashee2169
@arsiishaashee2169 2 месяца назад
Yes xoobiyaan naga argachuuf oromoon humna haga isaa gahu hidhachuu qabu. Jecha konoleel gammachuu ayyaanaa jedhee jira. So humna oromoo gahu ijaaruu irratti focus haa taanuu.
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 месяца назад
❤OMN tuquun Mootummaan gaddaa guddaadhaa hin beeknee Dallawaa ofii median Mootummaan river and oceanographic
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 месяца назад
Shakkee Eeguun Mootummaaf mirgaa Seeraa Biyyaa Garuu Played political science hubadhu Waraanaafi Ogeeyyiin fayyaan gurrii maalif abbaarraa Mootii dhagahee? Congratulation ASTU saayikoloojii line ifaa Italia ida'amuun AMBASSADORS MUFTI DIINAA WEWORK TOGETHER EEGUMSAA SHIKSA
@ZenaMinch
@ZenaMinch 2 месяца назад
Professor Baga jiraatte
@amhaborcha5689
@amhaborcha5689 2 месяца назад
Obbo Dejane:- Namoota Oromoo guutuun beeku akka nama haaraatti ibsuuf rakkachuu hin-qabdu. Gaaffii fi ibsa kees "short, precise & 2 z pt godhi malee.
@kichuu129
@kichuu129 2 месяца назад
Galatoomaa !
@Fikru1948
@Fikru1948 2 месяца назад
Inezih demo , " Gegemoch " nachew❗️
@oriaadiga4011
@oriaadiga4011 2 месяца назад
Welcome back
@assefaabebe474
@assefaabebe474 2 месяца назад
"Amarikaafi Waaqayyo fuula sirra galagalfannaan sii dhimatee."😂😂
@JamalAmiin-w4h
@JamalAmiin-w4h 2 месяца назад
❤ I love you jabaadh
@gosatelila4123
@gosatelila4123 2 месяца назад
Waa'ee mana jireenyaa ummata oromoo irraa diigaa jiran kana maaf irraa hin dubbane? Kan irraa diigamaa jiru ummata oromoo qofa keessaayu ummata keenyaa reefuu baadiyyaa irraa gara magaalaa gala jiran fa'a akkasumaas ijoollee teenyaa biyyaa alaati kushina araba keessaati gubaatani ijaaraacha turan jala diigaa jira. Maali warri OMN dubbaadha malee
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 месяца назад
Safuu warraa Control Self defense sababa Fayyaan To'annoo jala Jirttii Mootummaan ofeeffaannoo guutuun Oolaa. Qaamni mormuu garuu dhibeen osoo deemnee dura jirtiii kanaaf kufaadhaa
@GodanaDida-n9h
@GodanaDida-n9h 2 месяца назад
Namichi issan hamena ini umatta oromti qabbu qabu dubatan suni enuti gudise ilima getacho reda tu Isaa yaa irrafatn ? Dubi Mari gegesa turitanif galatoma
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il Месяц назад
Dhugaanlafaraamulatuu dhiibeedhoysuun 1 dawaadhoysuudhaa 2 wiilleedhoysuun akka iittiidakaneefii 3 tanuumagareewanbiiraa takkagaree hagadeemaajiirutii
@RediyeHamid
@RediyeHamid 2 месяца назад
Thank you so much 🎉❤❤❤
@SeenaaYuusuf
@SeenaaYuusuf 2 месяца назад
Keessanis tahe kan warra mootummaa biyya bulchuutis taarkeeti gaafi.oromoo irrati xiyyeefataa.jiru
@ShekhibrahimJiima
@ShekhibrahimJiima 2 месяца назад
Good
@sooressaanegeri9342
@sooressaanegeri9342 2 месяца назад
Qabeenyii Itoophiyaa keessaa jiru baay'een isaa: 1. Saamchaa qabeenyaa uummataa namootaa muraasa angoota mootummatti hirkataan argamuu (lafa, albuuda fi kkf; 2. Qabeenya gargaarsaa uummataaf dhufe gara nama dhuunfaatii jijjiruun; 3. Qabeenyaa eessa akka dhufeen isaa hin beekamneedha.
@TesfayeZergawu
@TesfayeZergawu 2 месяца назад
What about Dr. Marraa fate?
@hassanjibicho
@hassanjibicho 2 месяца назад
Fonqolchi Mootummaa aadaa Oromoo biratti akkamitti ilaallamaa ?
@idirisabdulqadir8311
@idirisabdulqadir8311 2 месяца назад
Jawara warasatti debiudha qaba
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 месяца назад
Morkatootaa Found that Geejjibni ifaa Fonqqol ha Sa'aa 24 hou yaaddus Geejjibni qofti ittisaa
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il 2 месяца назад
Fardaafiigangeen waraabeysaraawayaadhaa waansiidhiibuu biiyareen alaagaluudiideen arkaa shanyiindulaa koteedudumaafiilatanii dubatuundhabamee nukeeysaa malee gabareekeysaa akkahumaafiinee muxanaajuntaan bonuundhiihatee jariigowaadhaa. akkahiingafatamnee angoos akkahiinqoneehubadhee
@ZenaMinch
@ZenaMinch 2 месяца назад
Professor Welcome
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il Месяц назад
Dhamsadhaladhaa gafasayyiidasanii gurbaanamaawaniiqabuus niifiidee abbakiiyaatuuniikanagodhuudiidee yaasayyiida haqakkiiyaatuusiifiidee jateetiiheleetaphateedhalaanii
@YoomiIaataa
@YoomiIaataa 2 месяца назад
Waan poolisoonni bilxiginnaa Adaamaa uummata keenya irratti raawwachaa jirtu osoo argitanii isin gaddisiisa.ilmaan oromoo daandii irraa qabanii maallaqa anga kuma 200,000 gaafatu.hin qabu taanaan ji'a 3 ol erga hidhanii booda maqaa shaneen jedhamu itti kennanii mana murtiitti dhiyeessu.
@AhmedIbrahim-b7j
@AhmedIbrahim-b7j 2 месяца назад
❤❤❤❤😂Nais
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 месяца назад
Nu wal dhageeffaannaa provides the world's largest population of humans rights watch for pro Abbaa Abbaa jabaal hawaasni qooda bahikaa jechama Ustaz Ahmeddin jabaal hawaasni aswrwb/yooyyaa deemsaa
@YoomiIaataa
@YoomiIaataa 2 месяца назад
Maaloo OMN gara satelyititti nuuf deebisaa? Rakkoo guddaa uummanni oromoo qabu mediadha.sababa media oromoon wal hubachuu hin dandeenye.yeroo ammaa OMN Isa bara 2015-2018 sana oromoo barbaachisa!
@BashirHasan-y1w
@BashirHasan-y1w 2 месяца назад
Ok
@Fikru1948
@Fikru1948 2 месяца назад
Waqie - Feta is their God ❗️
@girmagumataw
@girmagumataw 2 месяца назад
fonqolcha motumman hin jiru fonqolcha dhagaa malee.
@DanielAmsalu-fr6rr
@DanielAmsalu-fr6rr 2 месяца назад
🙏🙏🙏🙏🙏
@damejebessa4744
@damejebessa4744 2 месяца назад
Lolli Amma Itoophiyaan itti jirtu Yoom Xumurama, maaliin Xumurama, akkamitti Xumurama?? Biyyoonni Akka Itoophiyaa Mirgi Lammiilee Nagaa keechatti Sarbamu hedduu dha. Aaddunyaanumtuu dubbiin Ishii Hammam Humna qabdi??
@tarikutemesgen8771
@tarikutemesgen8771 2 месяца назад
gaafiinis deebinis nuffisiisaadha.
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il 2 месяца назад
Demsii abiiyiidhaagariidhaa tokkotahee biiragahuutuu fagoodhaa yaroodherataadhufaa. dadhabiinaa yokaafashalaadhufaa
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il 2 месяца назад
Dhalaan ameerkaabafteesiigantee hiinqabnuu dhiiratatee dhabateefiicooynaan nasiibulchaa dudhaagutatee humaamiitii gantuumaan fedhiigolgatee dudhuubadeehuu. alamarabarbadaa jiiraa manaduwaadhaan dorgamtee safudhableedhaa
@Johara-oz8hh
@Johara-oz8hh 2 месяца назад
Maqa kiyya akka ol baaftan hin barbaadu. Godina harargee baha Aanaa miidhagaa lolaa keessatti kaabinoonni akka male Hawaasa afaan qabani gara hundaan Gabrummaa addaa jalaan jirani sagalee nuuf taha galatooma sila waan baayyeen kaasu danada Cometi gabaabsa waan jettaniif...
@TaajuuAbu-Salmaan
@TaajuuAbu-Salmaan 2 месяца назад
Muhaammad fantaalee maaltaye?
@adamibrahim7199
@adamibrahim7199 2 месяца назад
ATII. MAQAAN KEE. MAQAA AMARRII SIIF BAAFTTEE WAAN QABDUUF. AFAAN OROMO TUFFATTEE. BADHAADHINNAA JECHUU AKKA HIN’DANDEENNEE. SIIF HUBANNAA. GALATOOMII DAJANEE ABBAN OROMO
@BashirHasan-y1w
@BashirHasan-y1w 2 месяца назад
W
@Babi-qh5ft
@Babi-qh5ft 2 месяца назад
Dr mildest😂😂😂😂😂
@Babi-qh5ft
@Babi-qh5ft 2 месяца назад
Professor Daniel arrab kee irrati ketaabaniru
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il 2 месяца назад
Danbiinkarshaleegartee biirbiirsiiniis duumeeysa argeemaalwayaa hedumiiniinamaa.baliinalafaatiis bekkuun yaroosbeekuudhaa
@ibsatofiiq-ms1cd
@ibsatofiiq-ms1cd 2 месяца назад
👍👈🤝🤝🤝👈✊️✊️✊️✊️✊️
@genaedo4995
@genaedo4995 2 месяца назад
Yooyyaa Omn
@anumakun1193
@anumakun1193 2 месяца назад
Omn maalumabf satelaayitii irraa badee?
@abdulazizahmed954
@abdulazizahmed954 2 месяца назад
What about rashiyaa? Yoo rashiyaa abiyi garagaratee hoo humani abiy dhibaa umu hin danda'u amrica irraati silaa lachuu powerful dhaa?abiy amma gaara rashiyaa gaalagala egaa namichii siyaasa dhaara daalaguni tokkoofadha mee waa'ee kaanale waal madalachisaa xixaala nuu keena gaama gaamana lala xixaala
@LawofGod
@LawofGod 2 месяца назад
Y Tortora sebseb
@HafizAbajal
@HafizAbajal 2 месяца назад
dhuguuma woni taha jirru
@AdamAliyyii-s8z
@AdamAliyyii-s8z 2 месяца назад
Dhuga jeettee Afaankee Daman.nyadhu
@TaajuuAbu-Salmaan
@TaajuuAbu-Salmaan 2 месяца назад
Akkam oltan?
@DejeneBekele-zu2dy
@DejeneBekele-zu2dy 2 месяца назад
warrumti ala jirtan kuni kan poolisii meeqa beekna jechuun Qaaccessaa ooltan kuni maaliif oromoon gaafa afrikaatti ummata nagaa buusu ta'uu yoo aangoo argatee Qae'ee isaatti of bulche Itoophiyaas ta'ee Afrikaa guutuuf nagaa fiduu ummata danda'u ta'uu isaa barreeffamaan Qorannoon dhiheessaitanii ameerikaa illee amansiiisuu dadhaban , Haasaa keessan kana irratti illee Booda isa jedhuuf isinuu abbaa itti hin qabdanii Ameerikaan eessaa fiddi ? why you don't show the best altarnative to our peopels and Country?
@nesirmanorro
@nesirmanorro 2 месяца назад
Dejene bekele maal jettee jechudha dubachun durraa yaddi
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il 2 месяца назад
Babuurachaynadhaa motaragamalamaaqabuu garagaluu shiifeeratuu bu.ee hududuba ofaabekkii akkasiituniis bofagarlamaandemuu butiibiiyeenyateefayiituu fakkatii
@AdamAliyyii-s8z
@AdamAliyyii-s8z 2 месяца назад
yon akaana jetaan malituu asianaa
@Johara-oz8hh
@Johara-oz8hh 2 месяца назад
Rakkoon qabu maqaalleen karaa gibiraati, baasaa buusii hin seera male humnaa ol irratti fi'un akka male dararaa jiranii nuuf dubbadhaa irraa😢😢
@ilyasjamal4304
@ilyasjamal4304 2 месяца назад
Elites of criticism and compliants only. komii fi himannaa malee wanti isin ummataaf fiddan tokko hin turre waggoota shanan darbanitti. Losers.
@AyanaaJiraata
@AyanaaJiraata 2 месяца назад
Ani bayyee kani na dhiibuu oromoni akkamti abyi wajni dhabacha jiruu? Abyi oromo balesudhafi dema jira nama kana of8ra qolachuni amma yeronssa
Далее
OMN Horn Odeessaalee Onkololeessa 5, 2024
1:02:27
Просмотров 32 тыс.
ОРБИЗ-ГАН за 1$ vs 10$ vs 100$!
19:01
Просмотров 176 тыс.
OMN   ODUU  ONK 6, 2024
16:16
Просмотров 7 тыс.
OROMIA11: HARAGALFII: WBO fi Jaal Odaa Tarbii
32:28
Просмотров 84 тыс.
Tamsaasa Kallattii  Miss Turizim Oromia 2024
2:55:02
Просмотров 21 тыс.
Yaaddoo Fonqolcha Mootummaa
7:01
Просмотров 10 тыс.