Тёмный

OMN: Turtii Jawar Mohammed Waliin (Caamsaa 26, 2022) 

OMN
Подписаться 713 тыс.
Просмотров 301 тыс.
50% 1

OMN: Turtii Jawar Mohammed Waliin (Caamsaa 26, 2022)

Опубликовано:

 

28 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 2,1 тыс.   
@Abdumobilapp
@Abdumobilapp 2 года назад
baguma jiraadhe har'a gaye turtii waggaa 2 booda sagale kee dhagaye alhamdulillahi 🙏
@biliseeintalaamboo8224
@biliseeintalaamboo8224 2 года назад
Ati RU-vid hojjachuu maaf dhiifte abdiyye dhugaa an RU-vid kana irraa simaaf OMN qofa daawwadha dur! Ammas akkuma duriitti itti deebi.i nuuf hojjadhu please
@jeylan4172
@jeylan4172 2 года назад
Abdu app maa bade jirtaa naga ketii
@Gk-tq9jg
@Gk-tq9jg 2 года назад
Alhamadulhilhi Dhugaa ketti qali
@tamimajundi457
@tamimajundi457 2 года назад
@@Gk-tq9jg ❤️💚❤️🙏🙏
@keetube3666
@keetube3666 2 года назад
Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koo Maloo subscribe naaf godhaa, isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .
@jirtuumedia3315
@jirtuumedia3315 2 года назад
Leenca koo Jawar Mohammed baga dhalatte 👍👍👍
@WMNWalloMediaNetwork
@WMNWalloMediaNetwork 2 года назад
Giradhu qali
@kiyyaakoo8141
@kiyyaakoo8141 2 года назад
atumtu baga dhalatte.
@derartuamin2025
@derartuamin2025 2 года назад
Atilee bagaa dhalatee gotaa kenyaa
@Munira-jo6sb
@Munira-jo6sb 2 года назад
Interview itti aanu ati godhif Guyyoo😍💕💕💕
@seenaashawwaa5233
@seenaashawwaa5233 2 года назад
Atiis nuuf jidhuu qalii koo
@nejuuOromoo
@nejuuOromoo 2 года назад
Welcome Ethiopian prime minister jawwar mummad 💞💞💞💯
@tufaaguraaraa
@tufaaguraaraa 2 года назад
Sanyii ko matii ko naf ta'i me
@muhammadqa9336
@muhammadqa9336 2 года назад
😍❤❤❤❤✅🤝
@kofladirqiiofficial8376
@kofladirqiiofficial8376 2 года назад
Maatii naaf tahi
@xahaabdo6967
@xahaabdo6967 2 года назад
As wr wb 💞💞💞💞💞🌹🌹🌹🌹🌹🇧🇫🇧🇫🇧🇫💞💞💞
@tufaaguraaraa
@tufaaguraaraa 2 года назад
@@kofladirqiiofficial8376 tolee sanyii ko atiis koottuu matii naf ta'i
@mimikebede4456
@mimikebede4456 2 года назад
WELCOME JAWAR YOU ARE THE BEST WE LOVE YOU ❤️💚❤️THANK YOU 🙏🏽🙏🙏🏽🙏
@ashaaashaa2624
@ashaaashaa2624 2 года назад
Welcome JAWAR
@ahmuqasim7540
@ahmuqasim7540 2 года назад
The demeanor of Jawar has changed. I sense some sadness and exhaustion. The prison and hunger strike have taken their toll. His supporters need to give him space and help him fully recover. Still he is as articulate as ever, big-hearted and insightful. Both his supporters and critics can learn much from him. In this he is unique and a blessing.
@Khankhan-wy5hc
@Khankhan-wy5hc 2 года назад
Alihamdulillah summa Alihamdulillah to hear ur voice again
@keetube3666
@keetube3666 2 года назад
Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koo Maloo subscribe naaf godhaa, isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .
@mahamedaamiin8773
@mahamedaamiin8773 2 года назад
@@keetube3666hvok
@jaalibiddoointertaiment.4821
@jaalibiddoointertaiment.4821 2 года назад
Jawwee jawaar Mohammed Leenca oromoo boonse ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ 💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚 ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@obsinetaragenye5180
@obsinetaragenye5180 2 года назад
Umurii kee nuf haa dheerressu Leencaa koo 😍oromoo ta'un koo gafuman si yaadadhu na gammachisa.alhamdulillah
@ahmedgasala7832
@ahmedgasala7832 2 года назад
It's what makes me unable to control My self from happiness to hear the sound of our hero and brave jawwe May Allah protect you from All your enemy and unseen evils Amen long life
@zadulmaad5820
@zadulmaad5820 2 года назад
Allahum Ameen!
@feenetmohamed291
@feenetmohamed291 2 года назад
Aammiin 👍 Gasala? Which one 🤔
@kulititesfaye6302
@kulititesfaye6302 2 года назад
Well informed & educated politician ever 👏 Jawar Mohammed, you are one of the few All Time Best Leaders Africans got so far 👍
@sadiyasimbirothecapitain5345
@sadiyasimbirothecapitain5345 2 года назад
Alhamdulillah yaa rabbii kanumaa lubbuun naa keete Sagalee Jawaar Mohamed naa dhageesiftee sii yaadu irraa taree nyaata dhugidoon yaado kee qofaa ta'ee namiin jiruu numaa wolii Argaa Alhamdulillah baga nufii jiratee babayee
@ibsaautee5234
@ibsaautee5234 2 года назад
You're Oromo Messenger 🙏❤️❤️❤️❤️❤️ I Appreciate you❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@tufaaguraaraa
@tufaaguraaraa 2 года назад
Qaalii kiyyaa matii naf ta'i me koottuu
@muhekaaarsi7958
@muhekaaarsi7958 2 года назад
Bulloo Koo bagaa rabbii sii basee mandellaa oromo jechaa tokkon sii ibsuun beyee ulfata Abba sabbaa 🥰🥰🥰🥰🥰
@makkiyyaasanyiioromooab6682
@makkiyyaasanyiioromooab6682 2 года назад
🥰🥰😍✅😍✅😍❤Welcome Jawwee koo Dadishaa ♥️❤🐅❤🐅❤🐅❤🐅❤♥️😍♥️😍💋😍💋🥰🐅😍♥️😍💋
@tufaaguraaraa
@tufaaguraaraa 2 года назад
Makkiyyaa qaalii kiyyaa Subscribe naf godhi me
@kwtajjs1262
@kwtajjs1262 2 года назад
Jagnaa bulli Atti Ammas woggaa 1000 nuuf jiraadhu💪💪💪💪💪💪
@samsiasamsia3282
@samsiasamsia3282 2 года назад
Alhamdulilaa 🤲🤲🤲🤲🤲🤲❤️💔💔💔💔💔💔💔❤️💔💔💔💔
@hawiilove7435
@hawiilove7435 2 года назад
Ani hawwiin ko inni guddaan Ati nagaa taate lubbuu ke qofaan nuuf jiraachudha 🙏💓Ani Erga Ati idhaa keessa baate Akka Ati siyaasa Ethiopia yeero Ammaa kana deemaa jiru siyaasa xaxamaa siyaasa matatii daani,eel kibrit takaalame kana keessa Akka Ati baatu Akkasumas Akka Ati cal,dhifte nagaan teessun barbaade ture because Abiyi fi nafxanyan pp opdon Akkuma bukeesit tti ha tolchitu jedheen Akkuma hawwii kooti naaf taate caldhifte teesse Ani Akka ofii kootitti nan gammadde Garuu Uummaanni jawar maa cal,dhise jedhe t iyyaa ture kuno warri iyyaa turtan jawween waan cal, dhiiseef isaatu beeka gaafa dubbachuu barbaades kuno dubbate jawar yo dubbattes Yoo cal, dhiisees ima nu fayyada Ubadhaa kana booda irratti Hin wacinaa💓💓💓💓🙏🙏
@obseeapp9511
@obseeapp9511 2 года назад
Jiradhu Waaqayyoo sii wajjiin haa ta'u Hamaa sii nyaachuf kattuu hunduuma sirraa haa qabu❤️🖤♥️
@tebamekura7347
@tebamekura7347 2 года назад
kan kanan nu gette yaa rabbi yaallah alhamdulillaah summaa alhamdulillaah 🤗😍😘💔💚💔
@ayantutube5457
@ayantutube5457 2 года назад
Mati nafi tai mee
@habshababa695
@habshababa695 2 года назад
Rabbin gallaan haata.uu lubbun jirtte siiarguu kenyaafi 🙏🙏🙏🙏
@hawiilove7435
@hawiilove7435 2 года назад
Well come Ana ha dhufu nooruu jawwee ko daaddisha ko qaalii ko 😍😍😍💓💓💓💓 uuuuuuufffffff baguma nuuf jiraatte sagalee ke dhageenye ijaanis si argine Leenca keenya jawar 💓💓💓 galanni guddaan waqayyof ha ta,u 💓🙏🙏
@biliseeintalaamboo8224
@biliseeintalaamboo8224 2 года назад
❤🟢❤😍
@keetube3666
@keetube3666 2 года назад
subscribe naa tasisaa Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koo Maloo subscribe naaf godhaa, isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .
@Ahmeddin.cvleng
@Ahmeddin.cvleng 2 года назад
JAWAAR KEENYA UMRII HARRAAGEESSAA RABBI SIIF HAA KANNU! BITAAF MIRGA,DURUUF DUUBA KEEN TIKNI RABBI SI BIRA HAA JIRAATU!!!
@ibsaautee5234
@ibsaautee5234 2 года назад
Abbaa Biyyaa Yaa Jaalatamaa Koo❤️
@MameTb
@MameTb 2 года назад
Bro kotuu matii naf tahii
@mulatadhadadacho485
@mulatadhadadacho485 2 года назад
Jawer Mohammed is the best Leader for all African countries Not only good for oromia Jawer Mohammed good for African country
@mulatadhadadacho485
@mulatadhadadacho485 2 года назад
World must stop Daroonii salaries Country Country now
@mulatadhadadacho485
@mulatadhadadacho485 2 года назад
Wabo is only good government for àll East African country
@mulatadhadadacho485
@mulatadhadadacho485 2 года назад
@@MameTb oromo people is children saver number one and kfo government is better than Amara Nafxnyaa Amara Nazii killer
@odaa5hd541
@odaa5hd541 2 года назад
Wow! Amazing interview I'm waiting for jaweee
@bedanetuye7572
@bedanetuye7572 2 года назад
Lencaa ko bagga nufii dhallatte jawwee
@tufaaguraaraa
@tufaaguraaraa 2 года назад
Oro ko matii ko naf ta'i
@tufaaguraaraa
@tufaaguraaraa 2 года назад
@@bedanetuye7572 qaalii kiyyaa Subscribe naf godhi me
@naafhinkuulinxurii3270
@naafhinkuulinxurii3270 2 года назад
#Jawar_Mahamad Atti nuuf qaaliidha lenca saba korma lammiin jala yaatu kan diinni dhageeytiin sodatuu nuuf jiradhuu❤💚❤💪💯
@keetube3666
@keetube3666 2 года назад
Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koo Maloo subscribe naaf godhaa, isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .
@mekiyiahajjii2314
@mekiyiahajjii2314 2 года назад
Goota Keenya qaalii baga jirattee hardha geettee ammaas Rabbiin Umrii keessa Barakaa siif haakayuu ....
@samhaji8967
@samhaji8967 2 года назад
JAWAR Mohammed Rabbi Si Haa Eegu Yaa Agartuu Oromoo ❤️💚❤️
@MameTb
@MameTb 2 года назад
Kotuu matii naf tahii
@tufaaguraaraa
@tufaaguraaraa 2 года назад
Qaalii ko matii ko naf ta'i me koottuu sanyii
@hirphakalidumer6639
@hirphakalidumer6639 2 года назад
💞💞💞💞💞❤️❤️
@alfishaaoromoo4133
@alfishaaoromoo4133 2 года назад
Jawee koo My king 🥰❤💚❤✊
@tufaaguraaraa
@tufaaguraaraa 2 года назад
Sanyii to matii ko naf ta'i me koottuu
@tufaaguraaraa
@tufaaguraaraa 2 года назад
Sanyii to matii ko naf ta'i me koottuu
@MameTb
@MameTb 2 года назад
Kotuu matii naf tahii
@keetube3666
@keetube3666 2 года назад
maqaan koo Nanboon jedhamaa barataa kutaa 8titi kan jiradhuu finfinedhaa youtube channali qabaa subscribeenaa tasisaa maloo subscribe naaf godhaa, isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .
@keetube3666
@keetube3666 2 года назад
maqaan koo Nanboon jedhamaa barataa kutaa 8titi kan jiradhuu finfinedhaa youtube channali qabaa subscribeenaa tasisaa maloo subscribe naaf godhaa, isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .
@aberalachisa9319
@aberalachisa9319 2 года назад
Always I proud of you Jawwee koo. Eeyyeen Bulloo koo Waaqni haa galatoomu kan deebise walnu argisiise.🥰
@Mahirtahir8
@Mahirtahir8 2 года назад
Baga nuuf jiratee lencaa kenaa garaa funduraa lee rabbiin umrii siif haa dheressuu rabbiin ❤️💚❤️
@halimamahamaad3
@halimamahamaad3 2 года назад
Mashaa Allaah Tabarakaallah leencaa kenyaa abba saba ba'aal Rabbiin woga kuma si ha jirachiisuu mumichaa minteraa Dr jawee muhamaad bayee bayee bayee si jalanaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰ijii amtun sii laltee nama aduu lalle Rabbiin ha godhuu dadaa ko love you 👌👌💋💋🥰🥰🥰🥰❤❤💚💚❤️❤️💔🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💚💓💓💞💞💓💚😘😘😘
@AaaBbb-sb7pk
@AaaBbb-sb7pk 2 года назад
ماشاء الله جزاك الله خير 💚💯💯🙏🙏🙏
@tufaaguraaraa
@tufaaguraaraa 2 года назад
Qalii ko matii ko naf ta'i me
@gammefun
@gammefun 2 года назад
My hero and oromo hero i love u so much waly waly so keep it up
@musxafeemohamad1906
@musxafeemohamad1906 2 года назад
Waaaaaw welcome to OMN AND JOWHAR MOHAMED
@tamimaedirs4520
@tamimaedirs4520 2 года назад
Anaa dhufu bulloo koo baga Rabbi si jirachisee hardhaan si gahe Alhamdulillah
@mekiyaasbjaba5268
@mekiyaasbjaba5268 2 года назад
YaaRabbii YaaRabbii YaaRabbii onneekoo☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲👂❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😳😳💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋👏🏼👏🏼👏🏼👏🏼👏🏼👏🏼👏🏼👏🏼👏🏼👏🏼✔️✅✅✅✅✅✅✅✅✅💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐😭😭☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️❤❤❤
@barisoballa1974
@barisoballa1974 2 года назад
Oromo please this person who understand everything in Ethiopia lookup how he is smart man he wants to do something with undesirable behavior in the future of the people Oromo?!.
@OROOfficial11
@OROOfficial11 2 года назад
wal guddisu addaa haa goodhannu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@gezaashu3132
@gezaashu3132 2 года назад
King J is a treasure for the Oromo, Ethiopia, and the Horn of Africa. He is the political GOAT.
@jaharabegum8477
@jaharabegum8477 2 года назад
Abbaa koo motummaa koo Rabbii umrii isiin haa dheeresuu
@mariyamhuseen6112
@mariyamhuseen6112 2 года назад
Jawwee koo Bagaa nagaha dhuftee lenca Koo 🐅🐅🐅🐅❤️❤️💚💚❤️💚❤️❤️💚❤️💚❤️💚
@malkaaabbaayaadaa3889
@malkaaabbaayaadaa3889 2 года назад
#Warm_Welcome back great activist and political advisor and leader in the history of our generation.👋
@teshomeabdisa1864
@teshomeabdisa1864 2 года назад
you are the smart
@fathimafathima5734
@fathimafathima5734 2 года назад
Anaa haa dhufuu bagaa nagayan dhufte jawwee kooo❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🌺🌺🌺🌺🌺
@ummusudes28
@ummusudes28 2 года назад
Alhamdulillaa galataa rabbii jawwee keenyaa baga nagan dhuftee♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
@fardushassan7588
@fardushassan7588 2 года назад
Welcome back Jawer 🥰🥰
@Kiyyu1
@Kiyyu1 2 года назад
Jawwee qoricha budaa an haadhufu murataakoo leenca gaafa xiiqii🙌🥰
@keetube3666
@keetube3666 2 года назад
subscribe naa tasisaa Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koo Maloo subscribe naaf godhaa, isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo
@rahimaahajjii8151
@rahimaahajjii8151 2 года назад
Jawwee sii ilalee qufuu dadhabee lecaa koo bagaa oromo tatee silaa inafanuu dhumnee nutii umani oromo bagaa kenaa tattee🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥛🍬🌹
@saifodetalah3422
@saifodetalah3422 2 года назад
Jowee jowee jowee king nuuf jiraadhu
@ekuye8252
@ekuye8252 2 года назад
Jawe my king🤴 ♥️♥️✊🏾✊🏾✊🏾✊🏾🤗🤗
@ararsadesisa3063
@ararsadesisa3063 2 года назад
JAWAAR JAWAAR JAWAAR...
@itland3507
@itland3507 2 года назад
Buulloo baga rabbiin nagadhaa isinis baase anis dhiftee jaawwishaa😍😍😍😍😍😍😍😍😍🥰🥰🥰🥰
@basixomohamed9889
@basixomohamed9889 2 года назад
Alhamdulilaha galata rabbi umrii si ha dheressu lenca kenya
@ObseOromotube
@ObseOromotube 2 года назад
Well come to OMN 🥰 and jawar ❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@MameTb
@MameTb 2 года назад
Kotuu matii naf tahii
@kookeetiikiyyaa9060
@kookeetiikiyyaa9060 2 года назад
Jawwee koo abbaa haqaa qaalii keenyaa bagumaa nuuf jiraatee sagalee kee yaaneeraa Jawwee koo bulloo koo ♥
@makahind4980
@makahind4980 2 года назад
ጃዬ እምትለዉ አይገባኝም ሞቼ ነው እምወድህ የፖለቲካዉ ሊቅ ብን ሙሀመድ 🥰🥰🥰🥰💯✅
@nanbonayana5058
@nanbonayana5058 2 года назад
Oromoof Oromiyaa bilisoomsuuf dirqama Ethiopia kessatti afaan qawwee barbachisaadha Kanaaf WBOn kaayyoof ejjennoon isaa dhugadha liqimsii si fayyadaa Jaal.❤❤💚💚💚❤❤
@nimcocabdijibriil976
@nimcocabdijibriil976 2 года назад
Wel coma baga nageyan dhufte hajii
@aminahussainn4950
@aminahussainn4950 2 года назад
Mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah Alhamdulillah alhamdulillah sanyiwwaan.tiyyaa ❤❤❤❤❤❤
@fauziasharifa9219
@fauziasharifa9219 2 года назад
Jaweeeeeeeeee we love you 😍 👍✅🌹🌸❤️♥️
@keetube3666
@keetube3666 2 года назад
subscribe naa tasisaa Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koo Maloo subscribe naaf godhaa, isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo
@hamimahmed3877
@hamimahmed3877 2 года назад
Sagalee kee dhagahuu fenaa bagaa nuu dhageysistee obboo jawer mahammad tnx
@AsAs-ye6yp
@AsAs-ye6yp 2 года назад
#jawar my #king oromomticha ko nuf jiradhuu gotaa qixee kumaa darbii nuf jiradhuu haamtun sii hin argin ⚪💔🖤 💔💚💔💯🙌💃
@hamziah1114
@hamziah1114 2 года назад
My king jawwweeeee jawwweeeee jawwweeeee jawwweeeee
@keetube3666
@keetube3666 2 года назад
maalosubscribe naa tasisaa Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koo Maloo subscribe naaf godhaa, isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo
@amiireedadariinoo9917
@amiireedadariinoo9917 2 года назад
My king 🤴 ❤ Well come back.
@khalidahmedomar5677
@khalidahmedomar5677 2 года назад
Hujjiin ke oromo kenbbonsu Abdigutuun siif qaba gallattomi obolleesakoo ❤💚❤
@jemilatunna5276
@jemilatunna5276 2 года назад
We love you 💜💜💜 Jawar Mohamed Qaroo keenya jabadhu
@oromians2389
@oromians2389 2 года назад
Welcome back our leader.
@tufaaguraaraa
@tufaaguraaraa 2 года назад
Sanyii ko matii ko naf ta'i me koottuu mana ko
@keetube3666
@keetube3666 2 года назад
subscribe naa tasisaa Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koo Maloo subscribe naaf godhaa, isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo
@zenashirepaye6656
@zenashirepaye6656 2 года назад
Jawee koo rabii siwaliin haa tahuu waggaa Kuma nuf jiraadhu🇪🇹❤💚⚫🔴⚪🥰
@krrkkkr8933
@krrkkkr8933 2 года назад
wal arguu keenyaaf Alhamduuliilah Baga umrii nuuf kanne wal nu dhageeysisee leenca keenya nuu jiraadhu umrii dheertuu siif haawina wa
@ashutadese974
@ashutadese974 2 года назад
Jawaar ati Agartuu Oromooti . Ija tokkoon hin taphatamuu waaqayyo marsee si haa eegu. Ati abbaa haqaa fi Nagaati. hunda galeessa sabaa fi sablammii ti. warra hamaa kee yaadan dacheen Itiyoophiyaa isaan hin baatin.!!!!
@amankedir7470
@amankedir7470 2 года назад
Galatni kan rabbii Lubbuun nu jiraachisee sagalee kankee nu dhageessiseeti Rakkoon Ummata Keennaa fi kan Ummata Cunqurfamoo Biyya kanaa rabbiin wajjiin karaa kankee akka furamu wamaa hin shakkinu!
@حليمهاحمد-د4ش
@حليمهاحمد-د4ش 2 года назад
Dhugaa jette Bulloo koo Bekaa koo Amalee Rabbii Hafitee umrii sihadheresuu Aba Qeerroo fi Qaree Aba Oromo fi Oromiyaa Gaallani kesani Bilisumaa hatayuu ❤💚❤🐅
@tamioromo6115
@tamioromo6115 2 года назад
Ineni abba koo abba haqa jawee lenca oromiyaa tokkicha akka dhiba hidhamun keessan homa miti lenca yoo qabu dadhabani ni hidhaama miti isin lenca buloo koo jawee koo abdi Saba umuri keessani haa dagagu hayota Kenya hunda rabbi aman boda yartu fi gantu isin irra haa qabu rabbi bilisuma isin haa agarsisuu oromo koo tokkuma jabesa akka yartuu fi gantu Nuti hin gale no gaduma please 😭😭 I I,m oromo first🙏❤💚❤💯✔
@lema14tube47
@lema14tube47 2 года назад
My king jawar
@keetube3666
@keetube3666 2 года назад
maalosubscribe naa tasisaa Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koo Maloo subscribe naaf godhaa, isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo
@abush1305
@abush1305 2 года назад
We’re Love you Qerro and Qarre Oromia irraa 💪💪❤️💚❤️
@MameTb
@MameTb 2 года назад
Kotuu matii naf tahii shage
@mulatadhadadacho485
@mulatadhadadacho485 2 года назад
We oromo people we don't want getting killed by Daroonii Nafxnyaa Amara people Nazii children killer must stop now
@mulatadhadadacho485
@mulatadhadadacho485 2 года назад
World must must Remove Nafxnyaa Amara Nazii children killer before oromia people getting very mad at Human rights watch
@mulatadhadadacho485
@mulatadhadadacho485 2 года назад
I never stop writing comments about Nazii Nafxnyaa stupid until they Leave oromia
@maruuburtee5212
@maruuburtee5212 2 года назад
Alhamdulillaahi rabbil aalamiin yaa rabbii kiyya galanni kee dhuma hin qabu kan jiraadhee turtii wogaa 2 booda Mootumaa kheenya Jawaar na agarsiifte
@shukriitube7886
@shukriitube7886 2 года назад
Alhamdulilah alhamdulilah wallahi kan jawar nuuf deebise walnugarsiise. Siduuba jirra arraas boruus sifaana jirra itti muddi abbaa keenya ❤💙❤
@adanechmeskela759
@adanechmeskela759 2 года назад
የተማረ ይግደለኝ ። የሰከነሙሁራዊ ትንተና አይ መማር ደጉ::
@etenshdabawajira5427
@etenshdabawajira5427 2 года назад
Www baga nagahaan nuuf dhuftee jawwee koo🐆🐆🐆🐆😙😙😙😙😙 itti caabsii
@kebedebilata3512
@kebedebilata3512 9 месяцев назад
You well come thanks !!
@mammekyeye5719
@mammekyeye5719 2 года назад
Bulloooooooooooo❤❤❤
@keetube3666
@keetube3666 2 года назад
subscribe naa tasisaa Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koo Maloo subscribe naaf godhaa, isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo
@tigistfekadu1497
@tigistfekadu1497 2 года назад
baguma Waaqayyo isin hiike maqaansaa haa ulfaatu
@boonaa1954
@boonaa1954 2 года назад
Baga nujiraatee Lenca kegna. Eroo hundda rabirra siamanan tureyu. Jiradhu.
@aminakader5745
@aminakader5745 2 года назад
Bagaa rabbi siijiraachise hadhaan sigaahe jawwe alamdulillahai rabbilalamiin ammale rabbii waan Sherri hudaa sirra hadeebisu
@harartubi1003
@harartubi1003 2 года назад
Lencaa koo jawwee 😍 bagaa jirate umirii nuf deradhu jiradhu waggaa kumaa (1000)💖💯👍🧡✅❤👍
@kushnubia8187
@kushnubia8187 2 года назад
Babaa kheenya baga lubbuun jiraatte long live
@hawahawa3728
@hawahawa3728 2 года назад
Jawwee koo baga nagayan nuf jirate alahamdulilah rabbin umiri nuf haa dheresu
@rahimabanta6830
@rahimabanta6830 2 года назад
Leencaa kenaa abbaa qeroo 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰alhamudulilah alhamudulilah yaa rabbii galan ketti yaa allaa bagumaa hardhaa genyee
@boonaa1954
@boonaa1954 2 года назад
Long live Jawar! I believed on you than any thing in this universe. I was right
@mohammedabdela7702
@mohammedabdela7702 2 года назад
yaa Rabbi bulloo umrii nuuf dheereessii
@abduramaanabdii2870
@abduramaanabdii2870 2 года назад
Abadan jechikee hin bushaahuu jabaadhuu leenca koo
@musahusien8616
@musahusien8616 2 года назад
Baga jiraattee, nagaan dhufte Jawaar! keenya.
@kalidsamikalidsami5964
@kalidsamikalidsami5964 2 года назад
Abbaa ko abbaa keenya abbaa ummata oromo abbaa oromiyaa abbaa Ethiopia 🇪🇹
@kalidsamikalidsami5964
@kalidsamikalidsami5964 2 года назад
Abbaa Africa
@sabonanole920
@sabonanole920 2 года назад
My leenca oromo umrii dheeradhu
@aliiusumaa5542
@aliiusumaa5542 2 года назад
💕💕💕💕💕💕💕💕🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷 bulii lencaa koo
@fatumawako3412
@fatumawako3412 2 года назад
Jawwee koo bagaa rabbii ijaa ummataati sii debbisee
@JamalJamal-bo5ou
@JamalJamal-bo5ou 2 года назад
Alhamdulilahi galani rabbii hagohu lenca ok bagan sii argee sagale kee dhagehe
@muhammadhuseen9623
@muhammadhuseen9623 2 года назад
Bagan Lubbuun jiraadhee sagaleeke dhagahe bullo Alhamdulillaah
@dadarwood2857
@dadarwood2857 2 года назад
Lecaa koo bulloo jawwee bagaa dhalate 👌👍💪🌹💚🌹 ummata qashaxi matii naa tahaa ❤️💚❤️
@biftuu4119
@biftuu4119 2 года назад
Mashallaa baga nagani nufuu batee Alhamdulila 🙏🙏🙏 gaalini Rabii fii hagahuu
@allahkarim6321
@allahkarim6321 2 года назад
Washallaa 🎁 💐 🎁 💐 🎁 Alhamulil Alhamulil Alhamulil Alhamulil
Далее
Новый вид животных Supertype
00:59
Просмотров 160 тыс.
"Когти льва" Анатолий МАЛЕЦ
53:01
Китайка и Максим Крипер😂😆
00:21
OMN   ODUU  FULBAANA 28, 2024
17:24
Просмотров 10 тыс.
Jawaar Mohammad Maal Jedhe?
30:49
Просмотров 18 тыс.
Новый вид животных Supertype
00:59
Просмотров 160 тыс.