Тёмный

OROMIA11: Oduu 7-8-2024 

Oromia 11
Подписаться 153 тыс.
Просмотров 2,4 тыс.
50% 1

OROMIA11: Oduu 7-8-2024
1.Godina Booranaa aanaa Dirree ganda Magaadootti hoomaan awwaannisaa kaaba Keeniyaa irraa dhufe mul’achuu kominikeeshiniin godina Booranaa beeksise.
2.Aaraa fi balfi warshaa Biiraa Harar keessaa bahu jiraattota naannichaa irratti rakkoo fayyaa fi naannicha faalama qilleensaatiif saaxilaa jiraachuun himame.
3.Magaalaa Dirre Dhawaatti balaa ibiddaa mudateen namoota qabeenyi duraa barbadaawe deebisanii dandamachiisuuf gargaarsi idil addunyaa akka taasifamu waamichi dhihaate.
4.Faawundeeshiniin Alii Birraa fi dhaabbanni Konistiraakshinii ND waliin ta’uun mana barnoota Alii birraatti dareewwan dabalataa birri miliyoona 35 oliin ijaarsisuun gabaafame.
5.Lammiileen Itoophiyaa waggaa sadi dura waraana Kaaba Itoophiyaa jalaa Sudaanitti baqatan Waraana waliinii Sudaanitti gaggeefamaa jiru hordofee yaaddoo nageenyaa qabaachuu himatan.
6.Pirezidaantiin Somaaliyaa Itoophiyaan muddama mariin furuuf qophii miti jedhan.
7.Konsartii Keeniyaatti namoota mormii daballii gibiraatiin wal qabatee ajjeefaman yaadachuuf kaayyeeffate gaggeeffame.
8.Waggoottan muraasaa asitti miidhamaan biyyaafi kilaba isaa haalaan tajaajiluu kan dadhabe Tiyaagoo Alkantaraan kubbaa miilaa dhaabuu beeksise.

Опубликовано:

 

5 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 2   
@naimahussein418
@naimahussein418 2 месяца назад
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@AdamHassoo-fz2qr
@AdamHassoo-fz2qr 2 месяца назад
😂😂😂😂😂😂😂
Далее
How Many Twins Can You Spot?
00:17
Просмотров 23 млн
"Waan hundi yeroo qaba" Siinboonee Hangaasaa
19:45
Просмотров 71 тыс.
Israeli air strikes on Lebanon intensify | BBC News
8:24
OROMIA11: Jalabultii Ayaana Irreecha Hora Finfinnee
9:13
How Many Twins Can You Spot?
00:17
Просмотров 23 млн