Тёмный

Oromo Drama 2017 * QACCEE * Kutaa 2ffaa 

Oromp3
Подписаться 900 тыс.
Просмотров 78 тыс.
50% 1

Oromo Drama QACCEE

Опубликовано:

 

8 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 93   
@maqidasiidhugumaa9441
@maqidasiidhugumaa9441 7 лет назад
Jabadhaa bayee namatii tolaa barusaa gudaa iraa barachufii Abdiidhanii eganaa rabbi sinaa jajabesuu ❤❤❤❤❤❤❤👍👍👍👍👍lami wani sin jaladhaa jabadhaa
@muddaibrahim1895
@muddaibrahim1895 7 лет назад
what a amazing drama wow Oromoo koo jajjabaadhaa akkanumatti itti fufaa
@abdullahalrahbi7090
@abdullahalrahbi7090 7 лет назад
Bagaa nagahaan dhuftaan.jittuu kaadirumaa jalaadhu Ittichaa dhabii wan akkasi jalaaleewaan adaan basuuu.
@yaawaaqqayoobeekansinqofan295
@yaawaaqqayoobeekansinqofan295 7 лет назад
Jabaadhu bay,ee Namatii Tolee Dhugaa Haadha Dhirraa Jabaadhu Sobontuu Ormo yommuu Siin Boona
@gumaatube8935
@gumaatube8935 7 лет назад
ashamma bagaa nagahaan dhuftaan yaa warra drama qaccee hujiin kessaan bayyee nattii tolee garuu abbaa gutuu homma jirudhaa dadhabaan nama ni jiraa jajjabadhaa kuni abba buddenatti nati fakkattee kkkkkkl
@nagaaseetammanaa2933
@nagaaseetammanaa2933 7 лет назад
woowww bayyeee namati tola barumsaa guddaa dabarsaa jirtu jabbadha💜💜💜👍
@Alya-to3iu
@Alya-to3iu 7 лет назад
wowwww,Baye,nama,barsisaa, akanumaatii,itii,fufaa,jabadha
@samirasamira-cw3hy
@samirasamira-cw3hy 7 лет назад
baaye Namatti tola garuu maaf torbaan gotan nifageesitanii uuuf barnoota gaaridha nuuf jabaadha silaahu Artistooni keenya ofiif bu'aa takka irraa hin argatani Uummata isaani qofa gammachisuu boode immo waanuma ittin jiraatanu bayee hin argatanii garuu galatoomaa
@adanuoromo9881
@adanuoromo9881 7 лет назад
jabadhaa waqqayyoo isn haa gargaruu lamii wanii koo bayy'ee isnii jaladhaa
@للااا-ب2ث
@للااا-ب2ث 7 лет назад
kkkkkk jabaadha baayi'e nama gammachisa ❤❤👍👍👍
@ortodoksiiamantaaisheeqaje4151
kkkkkkk hayi abbaa guutuu dhugaa waanuma jiru gadi baaste maaloo
@teybajamal2039
@teybajamal2039 7 лет назад
uuuuuufffff gutuun bayyee garaa namaa nyaata
@kariimashariif4544
@kariimashariif4544 7 лет назад
Bayyee Namatiu Tolaa Jaajjaaabadha Jituu Namichaa waa Himuu Sanaa Jaalatiin Jaalalii Hiiyuumaa qabuu kadiruuman jaaladhuu
@romanaahmd8361
@romanaahmd8361 7 лет назад
Kariima Shariif good
@mohammadkaraki1642
@mohammadkaraki1642 7 лет назад
Kariima Shariif بس مش
@beshadutedesse6643
@beshadutedesse6643 7 лет назад
kkkkkk dhirummaan surre hidhataniif qofa miti yaa abba guutu dubartiins bakka dhiraa hin hanqattu ofi jedhi naa dhugii jedhe dhadhaan😁😁😁😁
@haawiiimoleemuz4009
@haawiiimoleemuz4009 7 лет назад
baayee naamatii tolaa jabbadhaa laamii koo
@ناصرالحارثي-ع1ح
@ناصرالحارثي-ع1ح 7 лет назад
baay ee baredaa jabadhaa💞💞💞👍👍👍👈👈
@kadijjaloveoromoko4851
@kadijjaloveoromoko4851 5 лет назад
Hiyyumman maxanne miti kuni gorsa guddadha galatoma
@oromiyyaailoveyouarsii6222
@oromiyyaailoveyouarsii6222 7 лет назад
kkkkkkkkk holamaatichii suuni garaa na nyaate amaashir anu siifi jiraa
@fatumaali4957
@fatumaali4957 7 лет назад
wow bayyee baredaa jabadhaa
@samirasamira-cw3hy
@samirasamira-cw3hy 7 лет назад
dhugaa Rabbi huddu jaaladhe torbaan isin eegaa bulaa
@zahizahi943
@zahizahi943 7 лет назад
kkkkkkkkkkk hedduu namatii tola jabadha sabaa koo
@lailaalkaabi5370
@lailaalkaabi5370 5 лет назад
Haala
@ortodoksiiamantaaisheeqaje4151
diraaman kun osoo keessattuu naannoo baadiyyatti tv jiraatee ilaalani barumsa hangana hin jedhamne argatu. kan akka abbaa guutuu guyyaan mammaratee ciisuu guutee maaloo ganama raffisaan deega farrisa jedhe oromoon
@rahimaoromiyaa3696
@rahimaoromiyaa3696 7 лет назад
kkkkkkkkkkkk 😂😂😂😂😂😂 Jarisaa balaa malii kunii hojii didaa🤕🤕🤕😬😬😬
@mhratmhrat2201
@mhratmhrat2201 3 года назад
Wooooowwwwwww
@hhfjfg7274
@hhfjfg7274 7 лет назад
wooow baaye namati tola jabadha
@obseaddunyaailoveyouoromiy2546
wowwwwwww baay'ee nama Gammachisa
@safiyaasafiyaa5842
@safiyaasafiyaa5842 5 лет назад
Abdi fi urji✌✌✌✌👍👍👍👍
@oromoosabaakoooromiyaabiyy5093
wooow jaabadhaa sabaa kiyyaa qaaqqaliii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@kariimashariif4544
@kariimashariif4544 7 лет назад
Rabii Umuurii Kessaan Issiin hin dhereesin jechuu kehee haadheresuu jedhee kkkk
@hananeqashtii4996
@hananeqashtii4996 7 лет назад
Bayyee Bayyee namati tola jabaadhaa
@hirnaentertainment5734
@hirnaentertainment5734 7 лет назад
Hasidaa Namuu hin dhabuu waan jiraattii haatii mana qonnaan abban mana hojii mana kessaattii. midhaa Sammuu qaba
@alyaaman5946
@alyaaman5946 5 лет назад
kkkkkkkkk
@abdullahalrahbi7090
@abdullahalrahbi7090 7 лет назад
Bayyee bayyeen isiin jalaadha CAALTUU HAGAARII
@abdullahalrahbi7090
@abdullahalrahbi7090 7 лет назад
Qabeessaa garuu bayyee nakofaalchisee sirbii kee.kkkkkkkk. CAALTUU HAGAARII.
@teamlamma7778
@teamlamma7778 7 лет назад
good job
@abdebushura271
@abdebushura271 7 лет назад
nama azan sisa hin fenu Wan Akan
@oromtittibaaleenew4979
@oromtittibaaleenew4979 7 лет назад
ijii umataa isiin argaa jiraa😂 jabadhaa
@gadisidhuguma6263
@gadisidhuguma6263 7 лет назад
garuu itti nuu fufa malo
@aligali8963
@aligali8963 7 лет назад
jiituu guutu
@maqidasiidhugumaa9441
@maqidasiidhugumaa9441 7 лет назад
3faa
@lailaalkaabi5370
@lailaalkaabi5370 5 лет назад
Haay
@jibrilduri4362
@jibrilduri4362 7 лет назад
jito tiyya
@faizabaalee4976
@faizabaalee4976 7 лет назад
kkkkkk jirdha yaa saba koo oromoo
@almaamucca7953
@almaamucca7953 7 лет назад
hhhhhhhhhh jabbadha
@naaniarsiiqoreeyomummalatt8646
kkkkkkkkkkkkkkkkkk kkkkkkkkkkkkkkkkkk Tiksee Sani Abshiir Jiradhuu Baay'ee siira Tollaa
@pd9193
@pd9193 7 лет назад
ergaa bareeda dha baay'ee Galatoomaa
@caaltuubadhadhashalto801
@caaltuubadhadhashalto801 7 лет назад
kkkkkkkkkk bayyee namati tolaa nuuf jiraadha
@nuuhiikakuuqabnaawaaqayyoo5723
kkkkkkkkkkkkk obboo itichaan maal tatanii jallaalaa ijolee gidduu galtaa???????
@caaltuuoromoo1171
@caaltuuoromoo1171 6 лет назад
Kkkkk oduu dhissi waan nyaatu fidif
@sabboontuuhintalashawwasab1397
Itticha rabbii sihaa balleessu maaliif mucaa qiimmiddaa abbaa bukkeetti kkkkkmmmmmm
@ekrammohammedmuktar1191
@ekrammohammedmuktar1191 7 лет назад
AWA BAYYEE GARIDHA HALUM KANAN ITTI FUFAA
@abdullahalrahbi7090
@abdullahalrahbi7090 7 лет назад
Ebaada Abbaa guutu mataa gadii maraatee ciftaakkkkkkkk.
@sabbontuuormoo7803
@sabbontuuormoo7803 7 лет назад
kkkkkkk bayyee namti tolaa
@anzazmzam5221
@anzazmzam5221 7 лет назад
wowo tiysee namaa kolfisistaa kkkkk
@Abbas_Official97
@Abbas_Official97 7 лет назад
diraamaan kun hedduu namatti tola ammas addaan cituu hin qabu itti fufaa paartii 3ffaa eegachaa jirra.
@samiraangleangle192
@samiraangleangle192 7 лет назад
bayee garidhaa
@kariimashariif4544
@kariimashariif4544 7 лет назад
Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk Tolaa garaa namiicee Adolii Utuu Dorgomtee Woyuu
@hirnaentertainment5734
@hirnaentertainment5734 7 лет назад
Hasidaa Namuu hin dhabuu
@seadagena7727
@seadagena7727 7 лет назад
💛💛💛💛💙💙💙
@rahimaoromiyaa3696
@rahimaoromiyaa3696 7 лет назад
Galatomaa hundikesanuu 💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘👍👍👍👍👍👍
@shetayelegise4056
@shetayelegise4056 7 лет назад
Rahima Oromiyaa woowo
@rahimaoromiyaa3696
@rahimaoromiyaa3696 7 лет назад
Shetaye ታዲያስ ጤና ይስጥልኝ Legise wowwoo atuu
@kadirkadier2707
@kadirkadier2707 7 лет назад
Shetaye ታዲያስ ጤና ይስጥልኝ Legise
@mahamadoromoo5960
@mahamadoromoo5960 7 лет назад
galatoomaa barumsaa garidhaa
@nigistasagid1472
@nigistasagid1472 7 лет назад
jabadha heddu namat tola
@hishamahmad424
@hishamahmad424 7 лет назад
Nigist Asagid asqw
@hishamahmad424
@hishamahmad424 7 лет назад
Nigist Asagid asdermo
@sabontujimmalijriyadh6497
@sabontujimmalijriyadh6497 5 лет назад
😭😭😭😭😭😭😭
@sabontujimmalijriyadh6497
@sabontujimmalijriyadh6497 5 лет назад
😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😆😆
@naaniarsiiqoreeyomummalatt8646
kkkkkkkkkkkkkkkkkk Yaa Abbaa Guttuu Akkaa Namni Naa Barbanne Naa Tasisiftani kkkkkkkkkkkkkkkkkk
@aligali8963
@aligali8963 7 лет назад
Baye.e gamachisa
@easpc1809
@easpc1809 5 лет назад
Obelewaan,keenya,kaan,diraama,qac,ee,baaye,jaabadha,🖕❤️❤️❤️❤️
@samiraangleangle192
@samiraangleangle192 7 лет назад
kkkkkkkk natihi wojachisani kkkkk mali jechuu
@seliseli3822
@seliseli3822 6 лет назад
Dhuga jete
@bbnnbbnn6393
@bbnnbbnn6393 6 лет назад
Kkkkkkk
@Vip-cm1zz
@Vip-cm1zz 7 лет назад
Kkkkkkkkk
@saifsharp3684
@saifsharp3684 7 лет назад
kkk
@fatemaa5612
@fatemaa5612 7 лет назад
Mali kuni jarsi kkkk
@ahmedtamaam9030
@ahmedtamaam9030 7 лет назад
hhhhhh
@kennaagezewu8061
@kennaagezewu8061 7 лет назад
Bayyessa. nuuf. Ebbifamaa. kutaa. isa. ittii. anus. Abdiiin. sin. eggannaa Diraamaa. Gariiidhs. Ulfadhaa
@sifanjamal7810
@sifanjamal7810 7 лет назад
kkkkkkkkkkj
@kadirosman2166
@kadirosman2166 7 лет назад
bayye namatti tolaa jabadha
@romantujumaaoromiyaa1069
@romantujumaaoromiyaa1069 7 лет назад
wwowowgaariidhaa
@oromoooromiyaa1550
@oromoooromiyaa1550 7 лет назад
kkkkkkk jituu abbatumaa qabadhuu demii kkkkkk
@hanadiiarsitii6956
@hanadiiarsitii6956 7 лет назад
hijii hin qabdanii saa
@jannathelper735
@jannathelper735 7 лет назад
bayye namttii tolaa jabadha
@beshadutedesse6643
@beshadutedesse6643 7 лет назад
kkkkkk dhirummaan surre hidhataniif qofa miti yaa abba guutu dubartiins bakka dhiraa hin hanqattu ofi jedhi naa dhugii jedhe dhadhaan😁😁😁😁
@pd9193
@pd9193 7 лет назад
ergaa bareeda dha baay'ee Galatoomaa
@AbdulKadir-bp7oq
@AbdulKadir-bp7oq 7 лет назад
kkkk
@fadilakidirikhidir3118
@fadilakidirikhidir3118 7 лет назад
Abdul Kadir kkkkkkkkk dhugatitu siratesee maleee
Далее
Kolfaan nu fixe 😂 😂 😂  Mahammad Amaan
6:07
Просмотров 567 тыс.
Oromo Drama ** NEW *2019* DAAYNOOSAR - Kutaa 1ffaa
12:37
FALAXAA - **NEW 2019** Funny  😂 😂  Oromo Comedy
13:24
Waraabessa Guyyaa: Funny 😂 😂 Oromo Drama 2019
6:32
Gaafii Jajalloo 😂 😂 😂  Kutaa 4ffaa
12:51
Просмотров 66 тыс.
Kolfaan dhumne 😂 😂 😂  Gaafiif Deebii
19:40
Просмотров 140 тыс.