Тёмный

Oromoo hidhuu adamsanii ajjeesuuf gidirsuun jabaatee itti fufee jira 

Baallii Show
Подписаться 38 тыс.
Просмотров 2,4 тыс.
50% 1

romoo hidhuu adamsanii ajjeesuuf gidirsuun jabaatee itti fufee jira 2023
Oromoo hidhuu adamsanii ajjeesuuf gidirsuun jabaatee itti fufee jira.
Magaalaa Finfinnee Kutaa Bulchiinsa Magaalaa Lammii Kuraa keessatti Aartistoota Oromoo sadii
1.Shimallis Abbaabbuu
2.Fayyisaa Hayiluu
3.sa.ad awwal
4.Bohaaraa Tashoomee Humnoonni Tika Mootummaa galgala kana bakka isaan Irbaata nyaatanii qabuun Buufata Poolisii Aanaa 8ffaatti hidhuu Maddeen SQ gabaasaniiru.
Sirni nama dararuun beekamu Shiftaan Abbaa Irree Abiyyi Ahimed Tikaaf Basaasa issatti fayyadamuun Magaalaa Finfunnee, Naannaawwaa Isheetii fi Orimiyaa guutuu keessatti Sabboontota irratti dararaa hammeessee jira.
Sirni qarqara kufaatii ga’e kun, tooftaa hundatti fayyadamee waan gochuu qabu mara Oromoo irratti raawwataa jiraachuunis ifa.

Опубликовано:

 

20 дек 2022

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии    
Далее
moto tag - AirTag для Android
00:47
Просмотров 428 тыс.
Moein - Roya | معین - رویا OFFICIAL TRACK
4:15