Тёмный

QAANQEE - Part 2 (Oromo Drama New 2014) 

Oromp3
Подписаться 900 тыс.
Просмотров 94 тыс.
50% 1

Check www.oromp3.com/ for more Oromo music, comedy, drama, film, movie & MP3 Songs. Best Oromo entertainment website!

Опубликовано:

 

8 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 24   
@fayitushafi5780
@fayitushafi5780 10 лет назад
Wow Hhhhhhhhhhh bayee nama gamachisaa hojjin issini addaa kenyaa irratti hundoftani hojjetan jabadha galatomaa ilman Oromoo wareni hojjetanisii warri qophesitanissii
@muraadmuhammad2767
@muraadmuhammad2767 5 лет назад
Barachuu qabdi
@durettiiahamad3952
@durettiiahamad3952 10 лет назад
Isuu warri drama kana hojjaten baradhaa afaan oromoo hin beeytanii maali dareektara hin qabdanii
@kemerukadir5108
@kemerukadir5108 8 лет назад
mashalha ka badi dalage dogogorani ofi irra debisi rani bareda
@najitiihasaannajiti703
@najitiihasaannajiti703 6 лет назад
Kkkkkk Duraa Afaan Oromoo baraa
@mehadiiabdella5004
@mehadiiabdella5004 10 лет назад
oh my go..............d ,100% pure job ,mostly at the end oh .tokkumaaaatokkumaaa .....ya ilman ......tokkumaa love it men
@khalifakhalifa8529
@khalifakhalifa8529 8 лет назад
tnx guys
@mulanshhi4226
@mulanshhi4226 5 лет назад
hawin artii jirachunn garii taee artii sabaa warenbocolun nama midalchisa marafuu
@kaadijaa5414
@kaadijaa5414 6 лет назад
hadhaa metii😛😛😛
@himaali2775
@himaali2775 10 лет назад
yaalin keessan gariidha .
@romanroman1962
@romanroman1962 9 лет назад
Hin bareduu
@hayattietamiimaa3949
@hayattietamiimaa3949 8 лет назад
safudha hadha metti gaaru rabbin si ha dhisi biyyaa Kuwait iraa
@sadiasadia7815
@sadiasadia7815 7 лет назад
Hayattie Tamiimaa kmk
@ghhredgg5960
@ghhredgg5960 7 лет назад
itti fufaaaaaaaaa baayy'ee namatti toltu
@saliyaadam560
@saliyaadam560 10 лет назад
Qophiin keessan haalan namatti tolla jabaadha .hirina jiruu immoo ofii egaanottin itti fufaa isin jedha ani akka yaada mataakootti qophii keessan keessatti ani gammachuu gudaatti naatti dhagaame jira .galaattoma hundii keessani warre hojeetanis kaneni qopheessitanis .
@jalattuk11
@jalattuk11 10 лет назад
Qaceelchu isinirra jira sirritti afaaan oromo dubachu isinirra jira, stronger language need but hot bad
@عباس-ع1ع8ط
@عباس-ع1ع8ط 10 лет назад
jv
@sorseesorsajaalalaaa4950
@sorseesorsajaalalaaa4950 8 лет назад
Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk Dura A.O baraadhaa
@hkfhbckfj1152
@hkfhbckfj1152 6 лет назад
Sorsee sorsa jaalalaaa swtv
@famatuabdiaa5098
@famatuabdiaa5098 8 лет назад
gudoo.waalatuu.taa'ee.rabii.sii.haa.qaljeechuu.atii.haadha.namaati.miti.
@kaadijaa5414
@kaadijaa5414 6 лет назад
malii sagaleen kee fokaataa
@skyfam1417
@skyfam1417 10 лет назад
hawin artii jirachunn garii taee artii sabaa baliaa bocolun nama midalchisa marafuu waren bekan walin hojachun dirqama tahuu qabaa waren afan oromo hin biyinee asirati filatanii itin barsisuu yalun baredaa lakin rakolen jiran erga dabarsuu kesat bifa dirama kamituu aka dubi daima amaa didani ama tolee jechun hin fesisuu ijaanoo jabaa onee rarasuu egas boda kan kolifisisu kan barsisuu tahuu qaba midaginii dirama tirajed yokan comede tahun makatun nimidhagsa marafuu kan araa garee kan boruf siraw qaba kun wan saba baliaa ibsuu wan tayefii galtomaa
@khalifakhalifa8529
@khalifakhalifa8529 8 лет назад
tnx all respect
@skyfam1417
@skyfam1417 10 лет назад
hoji martinuu halan bareda lakin rakolen jiran isin himamee fulidurati halan baredan qophawuu barbachisa rakon isaa nama aman dura hojii dandeti artii qabuu hin fakatan 2 kan tahun mali mulisa yojene edoo toko tokotii bana jiraa fakenaf namichi wayee ada himuf dhufee sun sila bun adhugii yokan yotufii isaa qabatelee wa jechu qabdii isaa bodaa marafuu aka egalatii bayee baredaa garuu cimuu dirqamaa
Далее
Qaanqee (Oromo Comedy) Part 2 of 2
9:39
Просмотров 305 тыс.
Tapha Gabaabaa OBN Muddee 29, 2011
14:56
Просмотров 144 тыс.
Find The Real MrBeast, Win $10,000
00:37
Просмотров 65 млн
New Diraamaa Afaan Oromoo ( Sin Dabriin )
25:44
Просмотров 290 тыс.
Speaker John Bercow gives Boris Johnson a telling off
1:37
(Oromo Music) Adem Ahmed - Uumaa Deebisi
5:06
Просмотров 360 тыс.
Nasra Gursum: FINFINNEE ** New 2019 ** Oromo Music
6:16
Waraabessa Guyyaa: Funny 😂 😂 Oromo Drama 2019
6:32
Find The Real MrBeast, Win $10,000
00:37
Просмотров 65 млн