Тёмный

Qophii addaa - Ayyaana Faasikaa // Mana Mal'aaka Salaam Luba Misgaanuu Aagasaatti. 

Miidiyaa Sootiriyaa ሶትርያ ሚዲያ
Подписаться 2,4 тыс.
Просмотров 2 тыс.
50% 1

Baga Ayyaana ifa du'aa ka'umsa gooftaa keenya fayyisaa keenya Iyyasuus Kiristoos kan bara araaraa 2016 nagaan geessan!
Yaadaa fi gaaffii sagnataalee keenya irratti qabdaniif lakkoofsota bilbilaa +251982084408 / +251982085508 irratti nuuf bilbiluu dandeessu.
Tajaajilicha bal'inaan argachuuf ykn immoo Kiristaanota biraan gahuuf karaa linkiiwwan kanaan seenuun Miidiyaa hundeeffamarra jiru kana #Subscribe, Join, follow godhaa!👇
➭RU-vid► / @soteriamedia21
➭Telegram Channel►t.me/Soteriamedia
➭Facebook Page► / soteriamedia21
#EOTC #church #Lallaba #Ortodoksii #Orthodox #faaruuortodoksii #faaruu #mezmur #sibket #ethiopianorthodoxtewahedochurch #spritual #coomingsoon #Tajaajila #salvation #tewahedo #amen

Опубликовано:

 

4 май 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 60   
@fayyooteshome5341
@fayyooteshome5341 Месяц назад
Barumsa isaan nu barsiisan keessaa kanan hin daganne! (Waggaa 7 darbeera, on MK bldf) Waan fedhe isin haa mudatu; ''Mana kiristaanaa irratti dhagaa hin darbatinaa''
@Soteriamedia21
@Soteriamedia21 Месяц назад
Aameen!🙏 Yaadaa nuuf kennitaniif hedduu galatoomaa, Waaqayyoon abbaan jaalalaa isin haa eebbisu!🙏🙏🙏 Waaqayyoon tajaajila keenya eebbisee dhuma keenya akka nuuf bareechu ammas kadhannaa fi yaada keessaniin nu irraa hin fagaatinaa!🙏 #Sootiriyaa #Soteria
@Youtubemelesashiferaw
@Youtubemelesashiferaw Месяц назад
Sagalee Jireenya isin haa dhageessisu!!! Waaqayyo Bara Tajaajila Keessanii Isiniif Haa Eebbisu. Nuuf Jiraadha.
@hachaludiriba633
@hachaludiriba633 Месяц назад
Eebbi Abbaa keenyaa Hyunda keenyaa hunduma keenyarra haa bulu
@aberurobele6512
@aberurobele6512 Месяц назад
AMEEN AMEEN AMEEN waluman baga geenye Eebbifama ammalee mana waaqayyoo keessatti ❤🥰
@abyatarseyoum2769
@abyatarseyoum2769 Месяц назад
Qoppiin keessani baayee namatti tola jabaadhaa❤❤❤❤
@user-kg6ej5vv4p
@user-kg6ej5vv4p Месяц назад
Ameen ameen ameen ebiifamea Waggaa dheraa jiradhuu
@derejeayele1641
@derejeayele1641 Месяц назад
Abbaa keenya nuuf jiraadha. Umurii dheeraa isiniiif yaa laatu
@Soteriamedia21
@Soteriamedia21 Месяц назад
Aameen!🙏 Yaadaa nuuf kennitaniif hedduu galatoomaa, Waaqayyoon abbaan jaalalaa isin haa eebbisu!🙏🙏🙏 Waaqayyoon tajaajila keenya eebbisee dhuma keenya akka nuuf bareechu ammas kadhannaa fi yaada keessaniin nu irraa hin fagaatinaa!🙏 #Sootiriyaa #Soteria
@gutemagobena3226
@gutemagobena3226 Месяц назад
Baga geessan!
@Obsee21
@Obsee21 Месяц назад
Amen Amen Amen 💚 2:00 🙏💒🙏💚 Baga walumanuu genyee Ebbifama 🙏💒🙏
@Soteriamedia21
@Soteriamedia21 Месяц назад
Aameen!🙏 Yaadaa nuuf kennitaniif hedduu galatoomaa, Waaqayyoon abbaan jaalalaa isin haa eebbisu!🙏🙏🙏 Waaqayyoon tajaajila keenya eebbisee dhuma keenya akka nuuf bareechu ammas kadhannaa fi yaada keessaniin nu irraa hin fagaatinaa!🙏 #Sootiriyaa #Soteria
@omegatube7567
@omegatube7567 Месяц назад
Eebbifamaa Abbaa keenya dhuguma tajaajila Afaan kanaan wal qabatuuf dhamaatii akkamii akka gootan ija koon argeera. Umurii tajaajila keessan nuuf haa dheeressu. Miidiyaan kunis Namoota kasoomoo akkasii nuuf afeeraa. Muuxannoo dhaloota keenyaaf akka nuuf qoodaniif. Kun agarsiistuu gaarii fi waan itti fufu qabuudha.
@Soteriamedia21
@Soteriamedia21 Месяц назад
Aameen!🙏 Yaadaa nuuf kennitaniif hedduu galatoomaa, Waaqayyoon abbaan jaalalaa isin haa eebbisu!🙏🙏🙏 Waaqayyoon tajaajila keenya eebbisee dhuma keenya akka nuuf bareechu ammas kadhannaa fi yaada keessaniin nu irraa hin fagaatinaa!🙏 #Sootiriyaa #Soteria
@TegeneTeshome
@TegeneTeshome Месяц назад
Baga geessan Abbaa keenya nuuf jiraadha Miidiyaan Sotoriyaa Abbaa kabajamoo hayyuu kan ta'an Miidiyaatti baasu keessaniif galata guddaa qabdu🎉
@Soteriamedia21
@Soteriamedia21 Месяц назад
Aameen!🙏 Yaadaa nuuf kennitaniif hedduu galatoomaa, Waaqayyoon abbaan jaalalaa isin haa eebbisu!🙏🙏🙏 Waaqayyoon tajaajila keenya eebbisee dhuma keenya akka nuuf bareechu ammas kadhannaa fi yaada keessaniin nu irraa hin fagaatinaa!🙏 #Sootiriyaa #Soteria
@AbiyZeleke_21
@AbiyZeleke_21 Месяц назад
Abbaa keenya Eebbi keessan nurra haa bulu Tajaajilaa jajjaboo keenya Umurii nuuf dheeradhaa.
@Soteriamedia21
@Soteriamedia21 Месяц назад
Aameen!🙏 Yaadaa nuuf kennitaniif hedduu galatoomaa, Waaqayyoon abbaan jaalalaa isin haa eebbisu!🙏🙏🙏 Waaqayyoon tajaajila keenya eebbisee dhuma keenya akka nuuf bareechu ammas kadhannaa fi yaada keessaniin nu irraa hin fagaatinaa!🙏 #Sootiriyaa #Soteria
@waqaayyogaariidha-bd2me
@waqaayyogaariidha-bd2me Месяц назад
❤❤❤❤❤❤
@BirhanuZewude
@BirhanuZewude Месяц назад
❤❤❤
@tujumabayisa5323
@tujumabayisa5323 Месяц назад
Abbaa Keenya waqaayyoon sagaale jireenya isin haa dhagesisu bara tajajila keessani haa ebbisu. Dhugummaati isin Abba gaarii tiksee gaariidha.
@Soteriamedia21
@Soteriamedia21 Месяц назад
Aameen!🙏 Yaadaa nuuf kennitaniif hedduu galatoomaa, Waaqayyoon abbaan jaalalaa isin haa eebbisu!🙏🙏🙏 Waaqayyoon tajaajila keenya eebbisee dhuma keenya akka nuuf bareechu ammas kadhannaa fi yaada keessaniin nu irraa hin fagaatinaa!🙏 #Sootiriyaa #Soteria
@gosayekasaw2257
@gosayekasaw2257 Месяц назад
Sagalee jireenyaa isin haadhageessisu! Guutuu isaa hordofneerra. Abbaa jalqabbii qabsoo tajaajila afurawaa umrii keessan nuuf haadheressu!!!❤
@Soteriamedia21
@Soteriamedia21 Месяц назад
Aameen!🙏 Yaadaa nuuf kennitaniif hedduu galatoomaa, Waaqayyoon abbaan jaalalaa isin haa eebbisu!🙏🙏🙏 Waaqayyoon tajaajila keenya eebbisee dhuma keenya akka nuuf bareechu ammas kadhannaa fi yaada keessaniin nu irraa hin fagaatinaa!🙏 #Sootiriyaa #Soteria
@BOONservice
@BOONservice Месяц назад
❤❤ Galatoomaa, Waaqayyo bara keessan nuuf haa eebbisu ❤❤
@Soteriamedia21
@Soteriamedia21 Месяц назад
Aameen!🙏 Yaadaa nuuf kennitaniif hedduu galatoomaa, Waaqayyoon abbaan jaalalaa isin haa eebbisu!🙏🙏🙏 Waaqayyoon tajaajila keenya eebbisee dhuma keenya akka nuuf bareechu ammas kadhannaa fi yaada keessaniin nu irraa hin fagaatinaa!🙏 #Sootiriyaa #Soteria
@addistube1328
@addistube1328 Месяц назад
Baga nagaan dhuftan! baga geessaan!
@Soteriamedia21
@Soteriamedia21 Месяц назад
Aameen!🙏 Yaadaa nuuf kennitaniif hedduu galatoomaa, Waaqayyoon abbaan jaalalaa isin haa eebbisu!🙏🙏🙏 Waaqayyoon tajaajila keenya eebbisee dhuma keenya akka nuuf bareechu ammas kadhannaa fi yaada keessaniin nu irraa hin fagaatinaa!🙏 #Sootiriyaa #Soteria
@kebenesga
@kebenesga Месяц назад
Hayyuu mana Kiristaana keenyaa kan baay'ee of-mumul'isuuf hin ariifanne, Kan kitaabileen isaanii ogummaa guddaan guutameefi dubbifamee hin quufamne kana nuuf dhiyeessuu keessan galatoomaa!
@Soteriamedia21
@Soteriamedia21 Месяц назад
Aameen!🙏 Yaadaa nuuf kennitaniif hedduu galatoomaa, Waaqayyoon abbaan jaalalaa isin haa eebbisu!🙏🙏🙏 Waaqayyoon tajaajila keenya eebbisee dhuma keenya akka nuuf bareechu ammas kadhannaa fi yaada keessaniin nu irraa hin fagaatinaa!🙏 #Sootiriyaa #Soteria
@user-uf6kd3we8c
@user-uf6kd3we8c Месяц назад
Jabaadhaa maatii waqayyoo!!!
@Soteriamedia21
@Soteriamedia21 Месяц назад
Aameen!🙏 Yaadaa nuuf kennitaniif hedduu galatoomaa, Waaqayyoon abbaan jaalalaa isin haa eebbisu!🙏🙏🙏 Waaqayyoon tajaajila keenya eebbisee dhuma keenya akka nuuf bareechu ammas kadhannaa fi yaada keessaniin nu irraa hin fagaatinaa!🙏 #Sootiriyaa #Soteria
@alamitugirmaa9119
@alamitugirmaa9119 Месяц назад
😢Ufffeee Raakkoo Baadiyaa Keenya Tokko Yaddadha Abbaa Akkana Kun Nuuf Baayisi Yaa Waaqayyo
@Soteriamedia21
@Soteriamedia21 Месяц назад
Aameen!🙏 Yaadaa nuuf kennitaniif hedduu galatoomaa, Waaqayyoon abbaan jaalalaa isin haa eebbisu!🙏🙏🙏 Waaqayyoon tajaajila keenya eebbisee dhuma keenya akka nuuf bareechu ammas kadhannaa fi yaada keessaniin nu irraa hin fagaatinaa!🙏 #Sootiriyaa #Soteria
@mztube3621
@mztube3621 Месяц назад
Abbaa Keenya Waaqayyoon umuřii keessan yaa dheressu jiraadhaa! Maatiin Miidiyaa kanaas ulfaadhaa!
@Soteriamedia21
@Soteriamedia21 Месяц назад
Aameen!🙏 Yaadaa nuuf kennitaniif hedduu galatoomaa, Waaqayyoon abbaan jaalalaa isin haa eebbisu!🙏🙏🙏 Waaqayyoon tajaajila keenya eebbisee dhuma keenya akka nuuf bareechu ammas kadhannaa fi yaada keessaniin nu irraa hin fagaatinaa!🙏 #Sootiriyaa #Soteria
@masiwalisoo822
@masiwalisoo822 Месяц назад
Waqqaayyoo gooftaan sagalee jireenyaa isinii haa dhagesisuu abbaa keenyaa umurii keessaan nuuf haa dheereessuu waqqaayyoo 🙏
@Soteriamedia21
@Soteriamedia21 Месяц назад
Aameen!🙏 Yaadaa nuuf kennitaniif hedduu galatoomaa, Waaqayyoon abbaan jaalalaa isin haa eebbisu!🙏🙏🙏 Waaqayyoon tajaajila keenya eebbisee dhuma keenya akka nuuf bareechu ammas kadhannaa fi yaada keessaniin nu irraa hin fagaatinaa!🙏 #Sootiriyaa #Soteria
@shenbalw407
@shenbalw407 Месяц назад
@Soteriamedia21
@Soteriamedia21 Месяц назад
Aameen!🙏 Yaadaa nuuf kennitaniif hedduu galatoomaa, Waaqayyoon abbaan jaalalaa isin haa eebbisu!🙏🙏🙏 Waaqayyoon tajaajila keenya eebbisee dhuma keenya akka nuuf bareechu ammas kadhannaa fi yaada keessaniin nu irraa hin fagaatinaa!🙏 #Sootiriyaa #Soteria
@lamessateshome3877
@lamessateshome3877 Месяц назад
Baga geessan🙏 Abbaa keenya, hunduma keessan mootummaa isaa irratti sin haa yaadatu!
@Soteriamedia21
@Soteriamedia21 Месяц назад
Aameen!🙏 Yaadaa nuuf kennitaniif hedduu galatoomaa, Waaqayyoon abbaan jaalalaa isin haa eebbisu!🙏🙏🙏 Waaqayyoon tajaajila keenya eebbisee dhuma keenya akka nuuf bareechu ammas kadhannaa fi yaada keessaniin nu irraa hin fagaatinaa!🙏 #Sootiriyaa #Soteria
@SaraMang-jv1sz
@SaraMang-jv1sz Месяц назад
Maati keenya bagaa gessaan.
@user-zx3zj5ru4h
@user-zx3zj5ru4h Месяц назад
Ameen Waaqayyoo Sagalee Jireenyaa Isini Haa Dhageesisuu Umrii Dheeraa Walin Nuuf Jiraadhu Abbaa Keenyaa
@Soteriamedia21
@Soteriamedia21 Месяц назад
Aameen!🙏 Yaadaa nuuf kennitaniif hedduu galatoomaa, Waaqayyoon abbaan jaalalaa isin haa eebbisu!🙏🙏🙏 Waaqayyoon tajaajila keenya eebbisee dhuma keenya akka nuuf bareechu ammas kadhannaa fi yaada keessaniin nu irraa hin fagaatinaa!🙏 #Sootiriyaa #Soteria
@SaraMang-jv1sz
@SaraMang-jv1sz Месяц назад
Nagaa galatasaa bagaa nagaan dhuftaan miidiyaa sootiriyaa 🎉❤. Miidiyaan kun taajajjiltoota buliyee qabachuun isaa baay'ee nama gammachisa jabaadha nuf jiraadha ❤❤🎉🎉
@Soteriamedia21
@Soteriamedia21 Месяц назад
Aameen!🙏 Yaadaa nuuf kennitaniif hedduu galatoomaa, Waaqayyoon abbaan jaalalaa isin haa eebbisu!🙏🙏🙏 Waaqayyoon tajaajila keenya eebbisee dhuma keenya akka nuuf bareechu ammas kadhannaa fi yaada keessaniin nu irraa hin fagaatinaa!🙏 #Sootiriyaa #Soteria
@SaraMang-jv1sz
@SaraMang-jv1sz Месяц назад
@Soteriamedia21 AMEEN WAAQNI Abboota keenya taajajjillaa keessan nuf yaa ebisuu. Nuf yaa kadhatamuu. Nutti Afaan dhaggenyuun afaan abbooni fi haarmoliin da'iiman keenya dhagahaanin miidiyaa in qabnu kanaf immoo siin nuuf dhuftaan gammachuu keenya daachadha amma daandenyu waal tumsinaa hawii saaba dhugoomsuf dhuftaan WAAQNI sin kakkassee sin ebisuu kadhanan dubroo maariyaam sin gidduu nuf yaa argamuu. 🕊🕊🕊✨️✨️✨️
@Almaz-sh5pk
@Almaz-sh5pk Месяц назад
🙏🙏🙏🤲🤲🤲🕊️🕊️🕊️🕊️🥰🥰🥰
@alamitugirmaa9119
@alamitugirmaa9119 Месяц назад
Kabaajamoo Abbaa Keenya Ebbii Keessani Nurraatti olee Haa buluu Waaqayon Bara Tajaajila Keessani isiinfhaa dheeresuu Umurii Nuuf Dheeradha❤❤❤
@Soteriamedia21
@Soteriamedia21 Месяц назад
Aameen!🙏 Yaadaa nuuf kennitaniif hedduu galatoomaa, Waaqayyoon abbaan jaalalaa isin haa eebbisu!🙏🙏🙏 Waaqayyoon tajaajila keenya eebbisee dhuma keenya akka nuuf bareechu ammas kadhannaa fi yaada keessaniin nu irraa hin fagaatinaa!🙏 #Sootiriyaa #Soteria
@user-gh9pv9lo3x
@user-gh9pv9lo3x Месяц назад
Bagaa geessan ❤ Abbaa keenyaa Waaqayyoo motumaa isaani keessatii isniin yaa yaadatuu Ebii keessnii hundaa keenya iraa haa buluu🙏🙏🙏
@Soteriamedia21
@Soteriamedia21 Месяц назад
Aameen!🙏 Yaadaa nuuf kennitaniif hedduu galatoomaa, Waaqayyoon abbaan jaalalaa isin haa eebbisu!🙏🙏🙏 Waaqayyoon tajaajila keenya eebbisee dhuma keenya akka nuuf bareechu ammas kadhannaa fi yaada keessaniin nu irraa hin fagaatinaa!🙏 #Sootiriyaa #Soteria
@Orthodoxmezmur_21601
@Orthodoxmezmur_21601 Месяц назад
Miidiyaan sootiriyaa eenyu? eenyuun hundaaye? video irratti hojjedhaa Galatoomaa🙏
@Soteriamedia21
@Soteriamedia21 Месяц назад
Aameen!🙏 Yaadaa nuuf kennitaniif hedduu galatoomaa, Waaqayyoon abbaan jaalalaa isin haa eebbisu!🙏🙏🙏 Waaqayyoon tajaajila keenya eebbisee dhuma keenya akka nuuf bareechu ammas kadhannaa fi yaada keessaniin nu irraa hin fagaatinaa!🙏 #Sootiriyaa #Soteria
@alamitugirmaa9119
@alamitugirmaa9119 Месяц назад
Ameen Bagaa Walumanuu Geenye ❤
@Soteriamedia21
@Soteriamedia21 Месяц назад
Aameen!🙏 Yaadaa nuuf kennitaniif hedduu galatoomaa, Waaqayyoon abbaan jaalalaa isin haa eebbisu!🙏🙏🙏 Waaqayyoon tajaajila keenya eebbisee dhuma keenya akka nuuf bareechu ammas kadhannaa fi yaada keessaniin nu irraa hin fagaatinaa!🙏 #Sootiriyaa #Soteria
@burte7300
@burte7300 Месяц назад
Abbaa keenya sagalee jireenya bara baraan nuuf dhaga'a Naaf jiraadha bara tajajilaa keessani waqayyoo haa isinif haa eebbisu Kitabni isiniif nuuf qopheessitan UTUBAA nuuf ta'ee baay'ee guddaa nuuf galatooma nuuf jiraadha
@Soteriamedia21
@Soteriamedia21 Месяц назад
Aameen!🙏 Yaadaa nuuf kennitaniif hedduu galatoomaa, Waaqayyoon abbaan jaalalaa isin haa eebbisu!🙏🙏🙏 Waaqayyoon tajaajila keenya eebbisee dhuma keenya akka nuuf bareechu ammas kadhannaa fi yaada keessaniin nu irraa hin fagaatinaa!🙏 #Sootiriyaa #Soteria
@user-us2uc2er3l
@user-us2uc2er3l Месяц назад
❤❤❤
Далее
СТРИМ ► Elden Ring - Shadow of the Erdtree #4
5:55:46
Жидкие носки)))
00:19
Просмотров 605 тыс.
ОБНОВАА?? ЛУТАЕМ МЕГАЯЩИКИ
3:12:14
Просмотров 314 тыс.
NYAATA AADAA OROMOO MARMAAREE
14:41
Просмотров 11 тыс.
GORSA JABAATU FAARFATTOOTAAF KENNAME
37:15
Просмотров 119 тыс.
Dhangala'aa qaama saalaa shamarranii keessaa bahu
19:18