Тёмный

Qorataa seenaafi barsiisaa Amantaa Ustaaz Ahmaddiin Jabal. 

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Подписаться 649 тыс.
Просмотров 28 тыс.
50% 1

Qorataa seenaafi barsiisaa Amantaa Ustaaz Ahmaddiin Jabal.

Опубликовано:

 

7 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 77   
@Qumbiitube
@Qumbiitube 4 месяца назад
Dhiifama O B N Gaafa keessummaa dhiheesitan Keessumichaan waliin walfakaadhaa
@mukeremkedir2749
@mukeremkedir2749 4 месяца назад
Kuni ilaalacha kootis
@ismailalmadi1085
@ismailalmadi1085 5 месяцев назад
Warroonni Midia Kana Kessaa Hojjetan Gaafa Keessummaa Afeertan Namuusa Keessan Egadhaa Kabajaa Keessummaa Kessanitilee Sirriittii Egaafii Fkn Uffannaan Uffannaa Akkasiittiin Mittii Nama Akkasii Kessummaa Kabajaa Gotee Dhihisuun Kan Issinira Ture
@JamaalEtohpihe-ll6ho
@JamaalEtohpihe-ll6ho 4 месяца назад
S
@JamaalEtohpihe-ll6ho
@JamaalEtohpihe-ll6ho 4 месяца назад
@mukeremkedir2749
@mukeremkedir2749 4 месяца назад
Dhugaadha
@user-io5mi5wn6p
@user-io5mi5wn6p 4 месяца назад
Ewa
@EMANOROMO
@EMANOROMO 4 месяца назад
Jazba bi cha asi keesa dalaga
@awadaywood1437
@awadaywood1437 4 месяца назад
Mashaallah Tabarakallah Tanumafiin Warraa jimmaa dhalatee kana heedduu jaaladhaa bar Jimmitii to❤ 🙏✨️
@emanjimma730
@emanjimma730 5 месяцев назад
Rabbii umurii kee nuf hadheerreessu❤❤
@user-xh8dl9pd3h
@user-xh8dl9pd3h 4 месяца назад
Umurii nuuf dheeradhu goota keenya. Mee warri Ustaaz Ahmaddiin Jabal jaallattan like godhaa👍
@KADISHA_99
@KADISHA_99 4 месяца назад
Rabbiin umrii nuuf haa dheeressu ❤❤❤❤
@Fuex-p4h
@Fuex-p4h 4 месяца назад
Jabala keenya Ustaazni keenya Jabala dozari dhiibe diigu hin dandeenyedha
@ebrahimahmed4617
@ebrahimahmed4617 4 месяца назад
Mashaallah Ustaze Allah yetebkeke yene jegna ❤
@HALAAL1
@HALAAL1 4 месяца назад
jabaluu rabbi umrii kee nuuf haa dabaluu❤
@BaleRobe-bu1wj
@BaleRobe-bu1wj 5 месяцев назад
Warroonni Gazeexxaanyoota dubartootaa yeroo nama affeertan uffata keessan sirreeffadhaa
@XasenAbdi
@XasenAbdi 4 месяца назад
Dhugaa keeti bro
@mustefareshid
@mustefareshid 4 месяца назад
Ahmaddin seenaa dhugee ta.e barreessuu itti fufi rabbi nagaa kee siif haa baayyisu
@ABDULAZIIZAhmadAppp.34-kz4tp
@ABDULAZIIZAhmadAppp.34-kz4tp 4 месяца назад
Jabaadhu umrii dheertu nuf jiraadhu
@mukeremkedir2749
@mukeremkedir2749 4 месяца назад
Ustaz kenya bayye siin jalaadha! Garuu micayyo utu satratee irra gari ture
@Fuex-p4h
@Fuex-p4h 4 месяца назад
Uuffannaa keessummaa madaalu Uuffachun dirqama Keessatu nama uummata miliiyoonaan laka'aamuuf bakka bu'aa ta'uusaa wallaaltanitti? moo maal ? WALLAHI BILLAHI Ustaaz Ahmadin Jabal Gatii Uummata muslimmaa biratti qabu silaa beektan Uuffata akkanaa kanaan interviiw hin gootan ture Ani waan kana Dogongoraan gootan jadhe hin yaadu tufiif yo ta'e malee kanaaf immoo deebi qabna waan goonu numa goona OBN chaw
@Nasrimustefa532
@Nasrimustefa532 5 месяцев назад
Hojjattani Media OBN Uffata kessan sirre Fadha
@SabirZakirOli-fz3zi
@SabirZakirOli-fz3zi 4 месяца назад
Ahmadin gota keenya ati❤❤❤❤❤
@user-gh5ie6sp1d
@user-gh5ie6sp1d 5 месяцев назад
Mashalaa ❤
@Abdissa.Hussen-ko2mf
@Abdissa.Hussen-ko2mf 4 месяца назад
Ahmaddiin koo umrii dheeraa naaf jiraadhu ati nama biyya kanaaf barbaachisuudha
@hayatah7696
@hayatah7696 4 месяца назад
Mashahallaa rabbii ummuri kee nuuf hadheresuu leeccaa kenyaa❤️❤️❤️
@user-mf6mj3nx8w
@user-mf6mj3nx8w 4 месяца назад
Umrii dheeradhu,
@user-mf6mj3nx8w
@user-mf6mj3nx8w 4 месяца назад
@radiyaahmad7743
@radiyaahmad7743 4 месяца назад
Mashsala Aallaah Rabbin ❤❤❤
@user-di7xf6gc3d
@user-di7xf6gc3d 4 месяца назад
Keessumma kabaja uffata ijaaba muslimaaa uffadha
@ayatnisirudin1338
@ayatnisirudin1338 4 месяца назад
Umurii nuf dheradhaa ustaz kenyaa qalii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Abbaadhiiraa-jq5ek
@Abbaadhiiraa-jq5ek 5 месяцев назад
Hayyicha koo Umrii dheeradhu. Beekaa akka keetii qabaachuun biyya kanaaf seenaadha mataa isaatiin
@ABDULAZIIZAhmadAppp.34-kz4tp
@ABDULAZIIZAhmadAppp.34-kz4tp 4 месяца назад
Maasha Allah
@jamalabdullahi8723
@jamalabdullahi8723 5 месяцев назад
Ani biyyaa alaatii isin hordofaa jira. Waan ummata keennaaf gorsaafi barsiisaa gaarii/ dansaa ummatafi biyya ijaaru hedduu namatti tolu geggeessaa waan jirtanii hedduu isin galatoon fachhaa hujiin akkanaa ummataafi biyya jaaru kun akka jabaatee itti haa fufu dhaamsa keenna galatoomaa horaa bulaa!!
@Abdisaababorabamacha
@Abdisaababorabamacha 2 месяца назад
Dhugaadha ❤
@khdegahm792
@khdegahm792 4 месяца назад
Jinnifakkate amadinin aferta😊
@abdellahibrahim876
@abdellahibrahim876 5 месяцев назад
Uffaata khyssan sirryadha! Yeroo nama akka ustaazii afeertan! Please
@MahammadHamzaa-pk8fn
@MahammadHamzaa-pk8fn 4 месяца назад
❤❤❤
@SadamMamadzeyn
@SadamMamadzeyn 3 месяца назад
Anaa dhufuu abibii kiyyaa
@MuyaddinMahmed
@MuyaddinMahmed 4 месяца назад
Ustaaza keenya umrii nuuf dheeradhu warri miidiyaarraan nama afeertan nama aalimaa hin xiqqey-sinaa!.
@jirruukoguttugamadeeejirac8582
@jirruukoguttugamadeeejirac8582 4 месяца назад
Umrii nufii dheradhaa
@lucooapp4206
@lucooapp4206 4 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@farofarouk6167
@farofarouk6167 5 месяцев назад
Jabalu sanyii leencaa
@magarsayuya3146
@magarsayuya3146 5 месяцев назад
Masha allh masha allh
@haiderjoo-ft4xo
@haiderjoo-ft4xo 4 месяца назад
dhiifama waliin OBN gaazexeessaan keessan keessummaa waliin walfakkaatuu qaba ture keessattu yero abbaa amantaa affeertan qaanfachiisuu danda'a
@IliyaasAbdii-yt2hz
@IliyaasAbdii-yt2hz 4 месяца назад
O B N nama jaba hunda dubartuma dhiyeessa sheka robe tiis dubartuma dhiyeesse waan kana osso siree sitan😊😊😢😅
@AbdulkimYohanis-sk2rs
@AbdulkimYohanis-sk2rs 4 месяца назад
Silaa rifeensa cufatte Isa afeerte bareedaadha ture hulif akkana hingodhin
@jamalabdullahi8723
@jamalabdullahi8723 5 месяцев назад
Dhugaa ilmi namaa kamuu du'a hin sodaatu jechuun hin dandayamu. Garuu eega du'uun hin oolle guyyaa isatu beekaa hi du'a jedhanii yaadda'uu irraa cubbuu irraa ufi eeganii jiraachuufi guyyaa eeggachuu malee sodaan nama hin oolchu.
@AbdulalamJeilan
@AbdulalamJeilan 5 месяцев назад
Ana ammoo kan na'ajaa'ibu gaazexeessituun tun akkamitti hagana gahuun kan sadarkaa akkanaa qaabuun ati jettiin
@abdurahimmuhammad6739
@abdurahimmuhammad6739 4 месяца назад
Uffannaa uffadhu
@abdushakuurhajjii
@abdushakuurhajjii 4 месяца назад
barsiisaa amantiiy amatii kam? barsisaan islaamaa dhalaa mataa qullaa teettuu waliin ta, aa waan akkam nuu fidda
@bonaamin-qx5ct
@bonaamin-qx5ct 4 месяца назад
Ijaa keena
@khdegahm792
@khdegahm792 4 месяца назад
Namiti shexananan uffana kee sirres yero nama akkana dhihesitan
@khdegahm792
@khdegahm792 4 месяца назад
Sil ulfina nama maalqabdanimiti kolkolow
@saddammohammed1813
@saddammohammed1813 5 месяцев назад
Jeblu❤❤
@ilaametube
@ilaametube 4 месяца назад
leenca fakki namaa ❤
@user-md6hp2bd5h
@user-md6hp2bd5h 4 месяца назад
Tun gazexeessituun nama guddaa kana afoo mata qullaa yoo teettuu hin saalfattuu Akka nama diqaslas raasaa dhalatee Mali baalageen tuun. Amantti isheetuu hin hayyamuu maaf mataa qullaa harmas furdistee teetti
@obseobse563
@obseobse563 5 месяцев назад
Edaa seerrii isaan ittiin bulchaa turaan akka seeraa arabaatii!! Mootummoonnii arabatiis ilmaan isaanii ykn obbolootaa qofaa ta'uu malee ormaa hin galchanuu😂😂
@makiama9561
@makiama9561 5 месяцев назад
🤦‍♂️🙆‍♂️👨‍✈️
@ImaanAbduraman-ks6fm
@ImaanAbduraman-ks6fm 5 месяцев назад
Maal rakko qaba
@makiama9561
@makiama9561 5 месяцев назад
​@@ImaanAbduraman-ks6fmrakoo qaba hin jeene bar
@AbduRahman-zm2no
@AbduRahman-zm2no 5 месяцев назад
Bakaa hundaa hin hoqaatnii
@fetihanejib7677
@fetihanejib7677 5 месяцев назад
Mashahlaa ❤❤❤❤❤❤
@ISLAAMAMIDIYAA
@ISLAAMAMIDIYAA 5 месяцев назад
😢😢😢😮😮😮😅
@user-mn7pw3tu1j
@user-mn7pw3tu1j 4 месяца назад
Tuffidha! moo maliif jeessuma akkanatti simattu
@AyubBiya
@AyubBiya 4 месяца назад
Mutuman jimma ethiopia bicha oso hin tane Africa gutu bulchu danayya
@burhan-72.4k
@burhan-72.4k 5 месяцев назад
gaazexessitonni oromoo garuu yoom qaroomu yoom media waliin deemu media warra habasha osoo tahe sirritti beeku. halli uffannaa gazexeessa haala uffannaa kessumuchaatiin wal simatuudha qaba ture . eccc wanti keessan yoomuu booruu hin dhabu
@ahmedabdullahi1896
@ahmedabdullahi1896 4 месяца назад
Oustaz face book
@AsiladinSaman
@AsiladinSaman 5 месяцев назад
❤❤❤❤
@AbduRahman-zm2no
@AbduRahman-zm2no 5 месяцев назад
Mashallaa ❤
@bonaamin-qx5ct
@bonaamin-qx5ct 4 месяца назад
Ijaa keena
@Biftuu....walloo
@Biftuu....walloo 4 месяца назад
❤❤❤❤
@Esmaeljamal954
@Esmaeljamal954 4 месяца назад
❤❤❤❤❤
@abdoabdishabdish49
@abdoabdishabdish49 4 месяца назад
❤❤❤❤❤
@abdiigursum6508
@abdiigursum6508 5 месяцев назад
❤❤❤❤
Далее
Diinagdee biyya keenya//ustaaz Ahmaddiin jabal
59:18
Просмотров 3,9 тыс.
Keessummaa Waamaraa  Mohaammad Amaan Hajjii
21:25
Просмотров 44 тыс.
ВОТ ЧТО МЫ КУПИЛИ НА ALIEXPRESS
11:28
Новый хит Люси Чеботиной 😍
00:33
USTAZ AMADIN JABAL AMEZING INTERVIEW
31:32
Просмотров 5 тыс.