Тёмный

Raawwii|New Ethiopian Afaan Oromo movie 

Monet Media
Подписаться 43 тыс.
Просмотров 46 тыс.
50% 1

Опубликовано:

 

8 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 53   
@MonetMultimedia
@MonetMultimedia 3 года назад
FIILMII AFAAN OROMOO BAAYYEE NAMA BOHAARSUU FI BARSIISU KANA DAAWWACHUUN WALIIF QOODAA. GUDDINA AARTII OROMOO KEESSATTI QOODA FUDHADHAA. GALATOOMAA!
@salmaanidiris5673
@salmaanidiris5673 2 года назад
Kanaas xumuraa
@itichadebelo9646
@itichadebelo9646 3 года назад
aartiin oromoo guyyaa gara guyyaattii jijjiirama guddaa agarsiisaa jira. akkan yaaduutti fiilmiin kun erga hojjatamee waan ture fakkaata garuu hawwattummaansaa waan ture miti oromoo waaniin dubatti hafu tokkollee qabaachuu hin qabuun ammoo hawwii koo yeroo hundumaati jabaadhaa ijarraa hafaa ilmaan aayyaa!
@simmenyintaladubro8619
@simmenyintaladubro8619 3 года назад
🙏🙏
@gaaddisee5593
@gaaddisee5593 3 года назад
Woww baay'ee namatti tola jabaadhaa oromoo koo! Garuu iddoo tokko tokkotti qulqullina sagalee nuuf sirreessaa! Dhumasaammoo waan namatti tolus waan nama gaddisiisus qabatee dhumee jabaadhaa saba koo!
@phfyft538
@phfyft538 3 года назад
👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻
@obseenegaayesus1713
@obseenegaayesus1713 3 года назад
Wwwwww heddu namatti tola jabadhaa
@dubisatalkiye7712
@dubisatalkiye7712 3 года назад
Ajaa’iba! Diraamaa waggaa 12 dura dalagame kana har’an arge. Namatti tola
@Letigurmessa
@Letigurmessa Год назад
Movie afaan Oromoo keessaa, sadarkaa isaa kan eeggate fi ergaa nama baratee qabu Raawwiidha! Maaloo namootni kutaa kana hojjetan osoo itti fufanii, aartii oromoos guddisuu fi dhalootaaf ergaa guddaa kaa'u ture!
@midregenet9348
@midregenet9348 3 года назад
jabaadha jaalleewwan keenya
@sarawaqayyoogariidhaa1501
@sarawaqayyoogariidhaa1501 3 года назад
Bay'ee namati tolaa jabadhaa lammii koo 💕❤❤
@jamilaaqadiirootube3865
@jamilaaqadiirootube3865 3 года назад
Heduu namatii tolaa jabadhaa oromoo koo
@khaliltube6830
@khaliltube6830 2 года назад
Jabaadha baayee namatti tola
@tamirubelay9677
@tamirubelay9677 2 года назад
rawwiin filmii bay'ee namatti toludha garuu rarra'ee hafuun irra hinjiru turee dhumasa eegaa waanan tureef.
@garaakoo7527
@garaakoo7527 3 года назад
Wayyoo Utuu ilaaluu badheraa ta'ee
@makiyamakiya5278
@makiyamakiya5278 2 года назад
Bayyee garidha jabadhaa
@dnkjesusislorddnk1130
@dnkjesusislorddnk1130 3 года назад
Nuf jiraadha lammiikoo isin jaallana
@BontuKedir-c3m
@BontuKedir-c3m Год назад
Uuuuuuuf abjuudhaa moohii 😢😢😢😢😢😢
@arfasekumsaa82
@arfasekumsaa82 3 года назад
Baayee namati tolaa jabadhaa
@rahmahahmed9018
@rahmahahmed9018 Год назад
mashaaallllaaah taabarakalaah
@fatiyaakadir702
@fatiyaakadir702 3 года назад
Diram.bee.baredaa.💗💗💯
@simmenyintaladubro8619
@simmenyintaladubro8619 3 года назад
Gaariidha Jabbadha, videon kessan bayy'ee dheeradha daqiqa 40 gadii oto gotani wayya
@ghazalaghazala4101
@ghazalaghazala4101 3 года назад
Bayee Galltoma jabdha
@butahuluka3118
@butahuluka3118 Год назад
Best movie❤❤❤i love it
@diboramucaiyesuswallaggaa7630
@diboramucaiyesuswallaggaa7630 3 года назад
Rawwii uuufffff 😥😥😥😥😥
@xaayusanyihaacluuhundesaa9423
@xaayusanyihaacluuhundesaa9423 3 года назад
nuuuuf jiradhaaa jiradhasaas
@kwkw1428
@kwkw1428 3 года назад
Waan bayy'ee of kessaa qabaa galatoomaa sanyii oromoo
@birhanezeleke8471
@birhanezeleke8471 3 года назад
Wowww Bayy'ee Namati tollaa Galatomaa
@econnconn2474
@econnconn2474 3 года назад
Jabadhaa ilmaan oromoo❤❤❤❤💖💖💖🌳
@_sagni_oro_4.
@_sagni_oro_4. 4 месяца назад
Kutaa itti anu hin qabuu?
@samir-jz7wb
@samir-jz7wb 3 года назад
Galatomi obbleetta koo
@oromiyaatube791
@oromiyaatube791 3 года назад
Welcome oromoo
@rozarozroz8065
@rozarozroz8065 3 года назад
Bayyee namatti toltuu uuuuuuufffe dhumaarratti na gaddisiise malee
@husseintofik9455
@husseintofik9455 3 года назад
Maali gaa Akkanatti dhumatuun?
@urjjiitube5690
@urjjiitube5690 3 года назад
Hedduu namattii tolaa
@BadhaatuuKadiir
@BadhaatuuKadiir Год назад
❤❤❤❤❤❤❤
@uaeu3800
@uaeu3800 3 года назад
woww
@khaliltube6830
@khaliltube6830 2 года назад
Sagaleen qulqullina hin qabu
@caaltuuib813alamuu9
@caaltuuib813alamuu9 3 года назад
❤❤💚
@fatimaabdullah4156
@fatimaabdullah4156 3 года назад
😭😭😭😭
@bahrubayisa4328
@bahrubayisa4328 3 года назад
What is theme or moral of the story? You work hard and resist all unfair encroachments and then lose you loved ones like Rawi?
@rozaaanaahngfcbjoytbgf7903
@rozaaanaahngfcbjoytbgf7903 3 года назад
👍👍
@imanekumaleephisamucaakaku5780
@imanekumaleephisamucaakaku5780 3 года назад
baratoni barumsa irraattis dadhani hoji argachuf akkasi dadhabu hin qabni seeri kuni sirachu qaba
@صوفياصوفي-ي6ذ
@صوفياصوفي-ي6ذ 3 года назад
🙏
@faaizTube
@faaizTube Год назад
Baye namati tola
@abdiihuseen581
@abdiihuseen581 2 года назад
Maloo heddu nama gamachisa kan itti anu fidaa
@nuryaabilisaa9669
@nuryaabilisaa9669 3 года назад
itti fufuu qaba
@MurtiEntertainment
@MurtiEntertainment 3 года назад
Welcome 🙏
@halehaji8942
@halehaji8942 3 года назад
Woowwww bayee namattii tollaa ittii fufaa kaa
@masii7417
@masii7417 3 года назад
Baay'ee baay'ee namatii tolaa jabadhaa itii fufaa
@fatiitube7935
@fatiitube7935 3 года назад
😢😢😢😢😢😢
@liishaa7672
@liishaa7672 3 года назад
❤️❤️❤️
@fayikattube5128
@fayikattube5128 3 года назад
😭😭
Далее
Beautiful Military 🏅
00:10
Просмотров 2,6 млн
БЫСТРАЯ сборка ПК - от А до Я!
00:22
Gaadii Hiree|Full Afaan Oromoo Movie 2021
1:32:54
Просмотров 739 тыс.