Тёмный

Rakkina Mana Hidhatti Caaltuu Irra Gahee  

YNA ORO TUBE
Подписаться 98 тыс.
Просмотров 76 тыс.
50% 1

#YNA_ORO_TUBE #Roras_Tube #Jafetube #Nura_Records #rache_entertainment #marrushow #Ummu_Kaanus #Forxentertainment #Yosangetahun #Jalojuice #oromomusic #andualemgosa #donkeykong #tseries #comedy #baalagizee #abufalah #comedy #roblox #entertainment #reaction
Follow Us On Facebook
www.facebook.c...
Follow Us On Instagram
www.instagram....
Follow Us On Tiktok
tiktok.com/@yaassiinoro
Text me
Hey, I'm using Telegram to chat. Join me! Download it here: telegram.org/dl

Опубликовано:

 

15 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 620   
@YNAOROTUBE
@YNAOROTUBE 7 месяцев назад
Walhy video kana Share like walif ergaa video kana Hangaa dhumati dawwadha Galatooma
@NuraTubers
@NuraTubers 7 месяцев назад
I am the first Viewer ❤
@FiroOro-xx8zf
@FiroOro-xx8zf 7 месяцев назад
❤😢
@CarcarTV-ct
@CarcarTV-ct 7 месяцев назад
You tube koo kana Naaf beeksisaaa Obboloota Koo. Hojiilee Hedduun qabafhee dhufaa jiraa!
@GuGu-qj4rh
@GuGu-qj4rh 7 месяцев назад
😭😭😭
@Suusiyye
@Suusiyye 7 месяцев назад
Galatoomii yaasiin waa'ee mana hidhaa irraa nu haasofsiisuuf
@zeynutube6727
@zeynutube6727 7 месяцев назад
Mee namanii akkaa kiyaa caltuu jaltan lik xuqaa❤
@Singoitors
@Singoitors 7 месяцев назад
Maatii naaf tahimee😊😊
@Badhasajamal2
@Badhasajamal2 7 месяцев назад
Bagaa nagayan gamaako dhufaate qalii nama anhadhufuu sinjedhaa dhifamaa wajiin mattii naf tahii an siftahen jiraa zeynutube ❤
@ummukanus
@ummukanus 7 месяцев назад
Videon koflafii gadas of kesaa qabaa wan hundafu bag ngy galtaan ❤jabadhu aba kanus ❤
@Wardatube235
@Wardatube235 7 месяцев назад
Caltuu baga rabbii ngya sii galchee garuu muddanno tee naa bochistee aniln akumaa abba koo hedduu jaladhaa❤❤❤
@Badhasajamal2
@Badhasajamal2 7 месяцев назад
Kotuu matii naf tahii qalii nama hawalgudifnu sanyiito
@user-hy8td9uj3l
@user-hy8td9uj3l 7 месяцев назад
me nama akka kiyya imaman qabachu dadhabe😭😭😭😭😭😭😭😭
@Singoitors
@Singoitors 7 месяцев назад
Maatii naaf tahimee
@shamsya-cz9of
@shamsya-cz9of 7 месяцев назад
Mali tate 😂
@fatumaafatumaa6666
@fatumaafatumaa6666 7 месяцев назад
Wallaahi ni Ulfaata
@boontuu559
@boontuu559 5 месяцев назад
Musteriyaa Fi caaltuu wali fakatuu namain dhugaa jetani laki nafi godhaa isin jaallaadhaa qomoo kiyyaa❤❤❤
@hananhananjamal5010
@hananhananjamal5010 7 месяцев назад
Wly yero wae aba ketti dubattu nin boye baye ana rakkatu abake rabbin umuri isaa sif ha dheresu insha Allah 😭😭😭☝️🙏🤲
@aliisiraaj2647
@aliisiraaj2647 7 месяцев назад
wllhi biyyi ormaa waan nama gootu nuu warra keesa jiru beeka Alhmdulillah Alaa kulli haal
@asiyaaloveasiyaa633
@asiyaaloveasiyaa633 7 месяцев назад
Wl wr wb maashaallaah rabbiin isini irraa haa jalatuu Abuu kanus jazaa kumullahu khairan Obbolleettii tiyyaa caltuu baga rabbiin nagaya sii Galchee
@karemaa8585
@karemaa8585 7 месяцев назад
Wa wr wb maasha Allah maasha Allah baga nagayaan galtee caltiyee ❤ ❤ ❤ ❤ ❤ 🎉🎉🎉
@MohamedAden-sy4oc
@MohamedAden-sy4oc Месяц назад
Casltuyee hedduu takka qalbii na cabsite mudannon tee❤❤
@ZainabZozo-ur2lm
@ZainabZozo-ur2lm 6 месяцев назад
Waalhi waan manaa hiidhaa saan yoo dubadhuu na dhibbaa. Ani hiidhamee argee rabbiin manaa hiidhaa Saudi Arabia sanii isiin dhabbiin rabbiin gudaan
@TokkumaOromoo
@TokkumaOromoo 7 месяцев назад
Baga rabbin ngh dhuftan isillee baga rabbiin ngh basee manni hidha saan bayyee badadha nama koo
@darartuuahmed8286
@darartuuahmed8286 7 месяцев назад
😢Alhmdulillaaha bagaa rabbiin nagayaan isin baase caaltu teenya warra achi kessati hafees abbaa mana keetirraa hangafe rabbiin haa baasu yero gabaaba keysatti
@Badhasajamal2
@Badhasajamal2 7 месяцев назад
Kotuu matii naf tahii qalii nama hawalgudifnu
@sabontuusabbaa8892
@sabontuusabbaa8892 7 месяцев назад
Woyyiiiiii bareduu koo calltuu wallahii guyyaa attii batee arkee heduun gamadee bagaa rabbiin ngh sii galchee amallaa qabetii koo heduun sijaladhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Badhasajamal2
@Badhasajamal2 7 месяцев назад
Kotuu matii naf tahii qalii nama
@saartuuahmed5865
@saartuuahmed5865 7 месяцев назад
Dhugaa imimaa qabadhuu dadhabee hundafuu bagaa rabbii si basee warreen hafanilee rabbii haa basuu inshaa Allaah 😢😢💔
@sumeyaahmed6958
@sumeyaahmed6958 7 месяцев назад
Mashaa allah baga rabbi si base garu yassin heduu siti aruu jira irra kasufi mati kee tahu hin fedhu
@baredduoromo6533
@baredduoromo6533 7 месяцев назад
Me too hedduun itti aara qaba ummu k isaa baase bar😢
@lensatofiq7313
@lensatofiq7313 7 месяцев назад
Maal isiin goodhe yaa obboleyyan
@MadinaMuhammad-c6f
@MadinaMuhammad-c6f 7 месяцев назад
@@lensatofiq7313 jalatani dhabaani moo dhugaa gaafii natti taa, ee 😂🙄
@Singoitors
@Singoitors 7 месяцев назад
❤Maatii naaf tahimee😊
@raisahusenraisahusen7033
@raisahusenraisahusen7033 7 месяцев назад
Maasha allah maasha allah maasha allah ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉baga rabbiin nagaan sigalche obbolleetti keenya alhamdulillah gallanni siha gahu yaa rabbi ❤❤❤
@kwtkwt8452
@kwtkwt8452 7 месяцев назад
Baga rabbiin nagayaan achii sibaase caaltuu saboontu sabaa rabbiin warra hafes achii habaasuu❤❤
@user-ld5fm4yl4s
@user-ld5fm4yl4s 4 месяца назад
Mashaa Allahaa tabarakaa Allahaa baga rabbiin ngyn siih galchee❤❤❤❤❤
@mirathmira7377
@mirathmira7377 7 месяцев назад
Dhumune kolofani hizibihi dhugaa baga rabbi si base hadhoo hunduma rabbi haa baasuu ❤❤❤❤❤❤😢😢
@FatumaaJundii-f8q
@FatumaaJundii-f8q 7 месяцев назад
mashaa alhaa Tabarkalhaa bagaan nagaan galtee caltuu senaa kee heduu namatii dhagama garuu barumsaa of Kessa qaba galatoomaa ❤❤❤❤❤❤
@Qwertf-e1r
@Qwertf-e1r 7 месяцев назад
Masha.allah bagaa rabbiin isiin basee obboleewan koo❤❤❤❤❤
@mustefajemal8897
@mustefajemal8897 7 месяцев назад
Maasha Allah yaassin oro galatomi senani maaltu hedu garaan nama nyata
@zulikaabdulkader1560
@zulikaabdulkader1560 7 месяцев назад
Baga rabbii nagayani sigalchee hafelee rabbii nagaya hagalchiu❤❤
@Singoitors
@Singoitors 7 месяцев назад
❤❤Maatii naaf tahimee
@OumaBakar
@OumaBakar 7 месяцев назад
Baayee nama gammachisaas/gaddisiisa garuu jabadhaa itti fufa caaltu baga rabbiin nagan sii baasee
@dabooshow2217
@dabooshow2217 7 месяцев назад
Yaassiin kiyya Sagantaan te bereedduudha, Garuu Yaroo Taphaa ti fi Hojii Adda baasi,
@Halifyaa
@Halifyaa 7 месяцев назад
Ws wr wb Mashaa Allah bagaa rabii nagaa sii galechee calituu tenyaa😢😢🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤yasinii atilee galatomii nufu dhiyesuu ketifii😢😢❤❤❤🎉
@SaadiyaaMuhammadMuhammad
@SaadiyaaMuhammadMuhammad 7 месяцев назад
Maaaaaashaaallllllllllllaaaah ❤❤❤❤❤ baga rabbiin nagaan si baase❤❤❤❤❤😭😭😭😭😭
@Jimmittii
@Jimmittii 7 месяцев назад
Baga rabbiin nagaan isii galche❤❤❤
@MnMn-uz4vh
@MnMn-uz4vh 7 месяцев назад
Uuuufiii kolfaa dhumnee 😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤
@HawwiiGamado
@HawwiiGamado 7 месяцев назад
Rabbiin nama achiti hafes nagayan haa basu oboleyani kenya hunda 😢😢❤❤
@Badhasajamal2
@Badhasajamal2 7 месяцев назад
Kotuu matii naf tahii qalii nama
@YtgGh-qt4pz
@YtgGh-qt4pz 7 месяцев назад
Heedduuu garraa naboreese wallahii 😭☝️🤲💔 yaaa Allaah Baga nagahan siibasee calliiyee❤
@temimaabduragaferahmed9091
@temimaabduragaferahmed9091 7 месяцев назад
😢😢😢😢😢Mashaa Mashaa the f
@nesruayub3697
@nesruayub3697 7 месяцев назад
Masha Allah tabrak bag rabbiin nagy siih galche❤❤❤❤❤
@boontuu559
@boontuu559 5 месяцев назад
Bagaa rabbin kee nagaan sii galchee caaltuu koo😢😢😢
@XayyibaaAbdallaa-ti3iy
@XayyibaaAbdallaa-ti3iy 7 месяцев назад
Mashallaah ❤️ Mashallaah Mashallaah ❤❤ bagaa nagayaa gatee catuu tenyaa qalii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@ZainabZozo-ur2lm
@ZainabZozo-ur2lm 6 месяцев назад
Bagahaa rabbiin si basee obboolleetti tennaa
@ZainabZozo-ur2lm
@ZainabZozo-ur2lm 6 месяцев назад
Abshiir inashallaah Keyriimaaf hunduu waalhi
@JamaalAmmee
@JamaalAmmee 7 месяцев назад
Baga rabbiin sigammachiisee Caaltuu oro
@kadijaa9088
@kadijaa9088 7 месяцев назад
Bagaa rabbiin sii basee qaalii tiyaa ❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢
@zenbagetahunzenbagetahun8735
@zenbagetahunzenbagetahun8735 7 месяцев назад
Baga rabbiin nagaan si galche abbba mana ke llee siif ha baasu
@caaltuuorotube4636
@caaltuuorotube4636 7 месяцев назад
Ws wr wb bagaa nagahanii dhuftanii abuu kanus anii gafii qabaa ummu kanus esaa badee biyya biraa demtee mo akkami 😢❤❤❤
@alimaali7762
@alimaali7762 7 месяцев назад
Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah ❤❤❤❤❤❤❤❤Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah ❤❤❤Mashaallaah ❤❤❤
@Singoitors
@Singoitors 7 месяцев назад
Maatii naaf tahimee😊
@Abdullah-gk8et
@Abdullah-gk8et 7 месяцев назад
Masha Allah Ijara hafii Qaaxii Qashxii
@Ishowspeed128
@Ishowspeed128 7 месяцев назад
Oh nama gaddisiftii😢😢😢😢😢
@user-cc5pv7qy6f
@user-cc5pv7qy6f 7 месяцев назад
Maashaa allaah Maashaa allaah Maashaa allaah Maashaa allaah Maashaa allaah Maashaa allaah Maashaa allaah Maashaa allaah ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@HawwiiGamado
@HawwiiGamado 7 месяцев назад
Uuuuffiiii wlh adda oso abba kee bira demtu qabamte namni kani hasayu wani birati wlh baga rabbiin abba keti woli sii argisisa 😢😢😢😢😢 anis abba koo heddu jaladha
@famitech267
@famitech267 7 месяцев назад
As wr wb Masha Allah Wly Hedduu takka natti toltan Garuu Caaltuu teenya rabbiin Abbaa manaa kee hidhaa siif haa baasu Rabbiin nagayaan wal isin haa garsiisu Garuu gaafa wal agartan @Video part 2 nuuf dalaguu akka hin hirranfanne 🥰🥰🥰🥰🥰🥰 👇 9:54
@Badhasajamal2
@Badhasajamal2 7 месяцев назад
Kotuu matii naf tahii qalii nama hawalgudifnu sanyiito
@Mokilm-op5ek
@Mokilm-op5ek 7 месяцев назад
Maasha Allah tabarakallaah. Baga rabbiin nagaha sii galaachee obboleeti tiyyaa. ❤❤🎉🎉
@user-nw9rg8ov6k
@user-nw9rg8ov6k 7 месяцев назад
Baga Rabiin ngy sii galchee caltu❤❤
@user-ed4nt4zo3g
@user-ed4nt4zo3g 7 месяцев назад
Anu abba irra jalldha🎉🎉🎉❤
@محمدالبراشدي-ك7ي
@محمدالبراشدي-ك7ي 6 месяцев назад
Wswrwb MaasaaAllaaa MaasaaAllaaa MaasaaAllaaa MaasaaAllaaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤AlhamdulilhiYaaRaabii ❤❤❤
@madenaahirpo
@madenaahirpo 7 месяцев назад
bagaa rabbiin sibaassee caltuuyyee
@kadijaa9088
@kadijaa9088 7 месяцев назад
Bagaa rabbii isiin basee obboleewwan koo ❤❤❤❤❤❤❤❤
@Singoitors
@Singoitors 7 месяцев назад
❤❤❤Maatii naaf tahimee
@magalleoromiyaa1416
@magalleoromiyaa1416 7 месяцев назад
Caaltuu koo baguma lubbun jiraatte galte biyya abba kee galte maamiko ❤😢😢
@samerasamera5399
@samerasamera5399 7 месяцев назад
Ayii dhugaa imimman qabachuu dadhabee 😢😢😢😢😢
@huseentube368
@huseentube368 7 месяцев назад
Mashàa Allah obbleeti tenyaa Qaalii Caltuu or Baga Rabbi sii baasee Atiis obboleesaa ko Yasin Oro ykn Abuu- kannus Galatoomii Sanyi koo hayyuu kenyaa ❤❤
@FathimaFathima-s8b
@FathimaFathima-s8b 7 месяцев назад
Amiiiiiiiiiin Amiiiìiiiiiiiiìiiiiin Amiìiìiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiiin yaa rabbiin
@user-ny5rg4cm7z
@user-ny5rg4cm7z 6 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤,jaabadhuu,ya siin,oro❤
@iqlimaamme6870
@iqlimaamme6870 7 месяцев назад
Subahanallah subahanallah abshir
@user-ou1ie8cz6o
@user-ou1ie8cz6o 7 месяцев назад
Way miskiinaa baga rabbi abbaa keetiin wal agartee
@kuliyeejawar8935
@kuliyeejawar8935 7 месяцев назад
Uuuuffffffii wly imimaan qabachuu dadhabee gaaruu Alhamduulilaahi bagaa rabbii SI basee 😢❤❤
@NuraTubers
@NuraTubers 7 месяцев назад
Amazing Records Keep Going Bro
@YNAOROTUBE
@YNAOROTUBE 7 месяцев назад
Thanks 🔥galatoomii
@NuraTubers
@NuraTubers 7 месяцев назад
​@@YNAOROTUBE I am frist viewer ❤🎉
@ObsaaUsseen
@ObsaaUsseen 7 месяцев назад
waawaw❤
@MahraAlbuloshi
@MahraAlbuloshi 7 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@barakqsxsw90
@barakqsxsw90 7 месяцев назад
Ayii caaltuu😂😂😂❤❤❤
@NaasirJamaal
@NaasirJamaal 7 месяцев назад
Caaltu jechun qali oromo haraa ❤❤❤❤❤❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 6 месяцев назад
❤Aswrwb yaasin osoo Caaltuuun Yaada Nageenyaa hin dhageenyee sochii onnee Gaaddisa ofii!!!❤❤Prank geejjibaan Galatoomii Caahaa
@jadidmuktar2876
@jadidmuktar2876 7 месяцев назад
Umataa qalii Mashaalaa 🎉🎉🎉🎉congratulations 🎉🎉
@safiyadubai8001
@safiyadubai8001 7 месяцев назад
Mashala Caaltuu tiyaa bagumaa Rabiin sii basee 😢😢😢 kaani hafelee rabin haa basuuu inshalaa❤
@orotube44
@orotube44 7 месяцев назад
Hundafi galata rabbii caaltu koo baga nagaa qabate hunduu taree arra guyyani arra❤😢
@Singoitors
@Singoitors 7 месяцев назад
Maatii naaf tahimee😮
@KarenaKapor
@KarenaKapor 7 месяцев назад
Waee Abaa kana iratii Ani obsaa hin Qabuu wly imiman Qabachu dadhabee Ani wly Hudafi bagaa Rabiin sih base Caltu tenyaa
@sabontuusabbaa8892
@sabontuusabbaa8892 7 месяцев назад
Wallahii mudanoni tee qalbii namaa cabsitii abshiir hundafuu allhamdullilah kaan ngh galtee
@rihimaahuseni5890
@rihimaahuseni5890 7 месяцев назад
Dhugaa dubachufii kolfiii isii heduu baredaa🎉🎉
@xayibaatube2414
@xayibaatube2414 7 месяцев назад
Mashallaaa Mashallaaa Mashallaaa catuu tenyaa qalii Bagaa rabinii nagayanii sii gachee habitii too ♥️ ❤❤❤❤
@baradinjamal3113
@baradinjamal3113 7 месяцев назад
Bag ngy galate
@umujawar8608
@umujawar8608 7 месяцев назад
Alhamdulillah caaltuu teenya Baga rabbii Ngy si galchee
@Zahrah-qe1zt
@Zahrah-qe1zt 7 месяцев назад
Mashaa Allah♥️♥️♥️♥️♥️♥️ mashaa Allah ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️mashaa Allah mashaa Allah
@Nayimalove
@Nayimalove 7 месяцев назад
Miskina uuuuuuuufffff yaa Allah 😢😢😢😢😢😢
@sumayaaarsii3605
@sumayaaarsii3605 7 месяцев назад
Mashaallaallh ❤️ 😅bagaa rabbii sii basee 😢😢
@naasiraliyyi1798
@naasiraliyyi1798 7 месяцев назад
Baga rabbin gara biyya abbaa keetitti si galche oromtiti koo
@raisahusenraisahusen7033
@raisahusenraisahusen7033 7 месяцев назад
Ee miskiin akkas taate caaltuun yaa allah
@حمدههتنتت
@حمدههتنتت 7 месяцев назад
Masha Allah❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@mskh4667
@mskh4667 6 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤guraachaa kan bastee😂😂😂
@hayahoromo7210
@hayahoromo7210 7 месяцев назад
Mashaa Allah baaga nagayan galtee qaalii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@FayizaMahammed-gg8gn
@FayizaMahammed-gg8gn 7 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤bagaa rabbiin sii basee
@lamiabdi9397
@lamiabdi9397 7 месяцев назад
Jabadhu yasin keenya baguma keenya tete abshir❤
@Badhasajamal2
@Badhasajamal2 7 месяцев назад
Kotuu matii naf tahii qalii nama
@temi7632
@temi7632 7 месяцев назад
Assatsgufur maa akkanatii laaltaa intaala ajiinaniidhaa
@mariyetobe2318
@mariyetobe2318 7 месяцев назад
Wa'aleykumusalaam warahmatullaahi wabarakaatu. Rabbiin warra hafes nafayaan haa baasu. Baga rabbi isin baase warri baatan. Yaassiin galatoomi
@memeal9923
@memeal9923 7 месяцев назад
mashallah yasiin lencaa Nama atii biyuma calchifate kesaa jirtaa jabadhu biyaa biraa indemin
@SmirhAlsmirh
@SmirhAlsmirh 7 месяцев назад
Masha Allah
@MohamedAden-sy4oc
@MohamedAden-sy4oc Месяц назад
Uuuuuufffffffffff uuuuuuuffffffffffffff baga rabbi sibaase
@romaawoliyyii6444
@romaawoliyyii6444 7 месяцев назад
Baga rabbii nagayanii sii galchee ❤❤
@MadinaMuhammad-c6f
@MadinaMuhammad-c6f 7 месяцев назад
Dhumaa raa namaa kofalsifatee😂😂😂😂😢😢😢😢 yaa rabbii baga gammadanii Allahmudillah Allahmudillah shukriin kana rabbitii ❤❤❤❤❤ brother kosii naa galee😢😢😢
@Abiirmuhammad
@Abiirmuhammad 7 месяцев назад
Mashaa alhaa heddu bareda ❤❤❤❤❤ yasin kenya ❤❤❤ mustariyan essa badde ustani bar yasin gaafi nuf deebisa hì rabbi keysan sodadhati
@sufiyanqobo9847
@sufiyanqobo9847 7 месяцев назад
Yasiinkenyaa gafifiidebiin caltuu niixiqatee kutaa lamafaa ittii nu asiii
@musabhasen
@musabhasen 7 месяцев назад
Keep going
@tawakaltualalhaa1824
@tawakaltualalhaa1824 7 месяцев назад
baga nagan galtee habibtii
@FathimaFathima-s8b
@FathimaFathima-s8b 7 месяцев назад
As wr wb Mashaallahu mashaallahu mashaallahu ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉❤
@YyIi-ph1gm
@YyIi-ph1gm 7 месяцев назад
Mashaa Allah 😢❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@rahmahahmed9018
@rahmahahmed9018 7 месяцев назад
Ayiiiii 😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤
@AhmadMohammed-o9g
@AhmadMohammed-o9g 7 месяцев назад
Galatoomi yesin keenna
Далее
Doors Harpy Hare (Doors 2 Animation)
00:16
Просмотров 951 тыс.
Jafe tube wareegama jiruu
24:39
Просмотров 13 тыс.
makii oro  ibsisha Azaa gotèe
8:05
Просмотров 1,4 тыс.
LERLAWRI FULL MOVIE EN VE R'U (Release a ni ta!)
9:39
top Oromo wedding For Rozaa #Abii video 2ffa
12:57
Просмотров 58 тыс.
#Salphiina Yassiin Mustariyaan Dhagesee #prank
17:53
Просмотров 35 тыс.