Тёмный

Rita Show On Fana Tv 

RitaShow On Fana Tv
Подписаться 11 тыс.
Просмотров 20 тыс.
50% 1

Arti.Waaritee Furii Turtii Rita Show Irratti Taasiiftee Daawwadhaa!

Опубликовано:

 

19 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 40   
@atdgo2100
@atdgo2100 3 года назад
Rittaa sanyii leenca! Akka gaarii jirta jabaadhu.
@kennadhaundinuuobsudhafuru904
@kennadhaundinuuobsudhafuru904 3 года назад
Woowowowo galatomii baa'yyee namati tolaa jabadhuu sirbaa kee male ijaan si argee hin beku araa baruu kiyaa baga nagan dhufte
@zamzamabino9098
@zamzamabino9098 3 года назад
Wowwwww ritaa galatoomi bayyee namaa tolaa dhugaa artist teenyaa waaritee Bayyee yadaa gariidhaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️👍💪💪💪💪💪💪❤️❤️❤️❤️❤️
@jemalchannel4313
@jemalchannel4313 3 года назад
Haalli ati gaaffii itti dhiheessitu sirrii miti Seenaa nama tokko jaalqabbii irraa kaatee tartiiban bu'aa ba'ii namni tokko keessaa tare osoo gaafatte gaarii ture. Qophiin namatti hin tolu
@zamzaambintikadiirzamzambi3111
@zamzaambintikadiirzamzambi3111 3 года назад
Kkkkkkkkkkkk galtee masha allah ❤ Waritee furi bayee jaladhaan ❤❤❤
@zamzamabino9098
@zamzamabino9098 3 года назад
Akkam nagaa jirtaa ritaa numaa jirtaa maa badee
@YoomireeShow
@YoomireeShow 3 года назад
Waaaw hedduu galatoomaa Rittaa fi Waaritee
@henokd7826
@henokd7826 3 года назад
baayyee gaariidha garuu ni gabaabbate
@seenaakoo3034
@seenaakoo3034 3 года назад
Woww well come 💚❤️💚
@makkiyaadem794
@makkiyaadem794 3 года назад
Warre bareeduu koo kan sagalee kiilolee ❤❤
@shaallooharoodambalinteres8634
@shaallooharoodambalinteres8634 3 года назад
Jabaadhu isiin Hordaa jirraa Ritaa show jabaadhuu cimii itti fufii ~~ittii fufii cimii
@meeritube4379
@meeritube4379 3 года назад
Wowowow waritee akka haceetiti natii toltii dhugaa jabadhu jedhaan ❤️💪
@Abdusse_Tube
@Abdusse_Tube Год назад
👍👍👍
@jemalchannel4313
@jemalchannel4313 3 года назад
Bu'aa bahii aartii keessatti Artistiin tokko keessaa tare osoo gaafatte baheessaa
@anisaanyijawee556
@anisaanyijawee556 3 года назад
Jabadhuu waan gaari hojataa jirtaa atisi gaalatomii
@mariamatyope2908
@mariamatyope2908 3 года назад
ዋርቴ ሪታ 💋💋❤️♥️♥️በጣም ነዉ ምወዳችሁ
@yaawaaqakosittuubeeka7260
@yaawaaqakosittuubeeka7260 3 года назад
KOttuu koottuun mee dafii kkkkkk Wayyo garaa koo Barumsaa guddaa argatee biyyaa chanaati
@SaraSara-yy9jo
@SaraSara-yy9jo 3 года назад
Jabadhaa oromookoo 💞💞💞💞❤💚❤💘💘👍
@endalekibru8299
@endalekibru8299 3 года назад
sin gammadeen jira,Rittaa fi waaritee,
@zubeyadaarsiirobe8768
@zubeyadaarsiirobe8768 3 года назад
Nu jiradhaa qaliwanaa koo
@fatiakalla3255
@fatiakalla3255 3 года назад
😍😍😍😍😍
@bedhasoabba7361
@bedhasoabba7361 3 года назад
Guddaa galatomi Rita show
@aminaa1745
@aminaa1745 3 года назад
Kkkkkkkkkkkkkkkkkk mashaa Allaah
@wudemegersa8983
@wudemegersa8983 3 года назад
😍😍😍😍👍👍👍👍👍👍👍💖💔💖💖💖
@abbaaoromootube3836
@abbaaoromootube3836 3 года назад
Waritee hedduun jaaladha nuuf jiraadha
@seenaataddasaa6390
@seenaataddasaa6390 3 года назад
Galatomii Ritaa keenya
@chaltujemal4747
@chaltujemal4747 3 года назад
Wel cem
@wsaseesa2314
@wsaseesa2314 3 года назад
Rita atoo maaf sirbaaaa dhistee moo akkami
@fakriabdullaahi9749
@fakriabdullaahi9749 3 года назад
Fayyisaa leellisaa seenaa isaa balleessee qaamota seenaa fii Gootota oromoo keessaa balleessaa
@mekiyasiraj5250
@mekiyasiraj5250 2 года назад
Wwwwwwww
@gadisesoboka4207
@gadisesoboka4207 3 года назад
💪💪💪💪
@gadisesoboka4207
@gadisesoboka4207 3 года назад
Wwwwwwoo ormmiiyaakoo🙏🙏🙏🙏👍👍💪💪💪💪💪💗💗💗💗💗
@aeemirates7387
@aeemirates7387 3 года назад
Warite Jarisa qabidii
@fungemucatiarsi325
@fungemucatiarsi325 3 года назад
Warte sabbbontu biyya kotii💋
@shamsiyaatube5609
@shamsiyaatube5609 2 года назад
Pils RU-vid qabdii ishee
@ansariianas7340
@ansariianas7340 3 года назад
#isin biraa deemanii #haqa jaarraa abba gadaa dimookrasii haqaatii sammuunis #Stoparresting #nodecracy Abiy Ahmad nuralhudatv ijaafi gurraa sagalee ummataa walqixxummaa sabaafi sab lammootaa amannee yaarabbii koo galanniikeetiii #diina tolejedhu #freehamzanural
@ansariianas7340
@ansariianas7340 3 года назад
#gaafa eegan malee gaafa xiiqii Dr jaalalaafidhiifamaaAbiyyii ciqileedha ummataaf Har'as2013gurra dubbii Waraanaaf qaanyiidha to ethioforrum abjuudha kaayyoo hegeereetii gonnii deebi'ee yoo ilaalluu ilaameen marii barnootaa hidda dhiigaa onneekoo waltiikfannaa Omnmedianetwork tokkummaa #biyyaaf biyyeettis hubadhuu lafa itti goranii laalanii leensa show Mallasiizenawii OBN deebitee mariin furmaata karaattis lafattis goal garaanis #Toltuu Saayikolojii ifaa duraafiboodafis biyyaatiif shoora guddaadha agartee gubattuu yaa Mallasiizenawii siyaasni lubbuu dhabe eeyidiiree Zinnash Tayyachow waraanniis icciitidha ummannii deebitee hubadhu.siyaasni lubbuuqaba ODP eeggadhu marii barnootaa hidda dhiigaa nifalmanna #injifannoo freejohar qeerroofiqarree
@tiyyaadaama953
@tiyyaadaama953 3 года назад
😍😍😍😍😍😍
Далее
Rita Show On Fana Tv
26:54
Просмотров 2,3 тыс.
Tirhas film,  Tigrina
1:31:22
Просмотров 8 тыс.
DesYemli Ye Fikru Terki
1:29:10
Просмотров 2,7 тыс.
Muddiin Jamaal Artiistiin Oromoo Of-Tahuu Qaba!
24:54
Просмотров 1,1 тыс.
Rita Show On Fana Tv #Torbee 6ffaa#
24:28
Просмотров 2,2 тыс.