Тёмный

Rozan kulani hedutaka gara nyatee wly🥹💔🥹 

KULANI TUBE
Подписаться 88 тыс.
Просмотров 19 тыс.
50% 1

Опубликовано:

 

23 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 194   
@SaadaTube-uw6xn
@SaadaTube-uw6xn День назад
Rozan yeroo waa yaadatuu uf qabuu wan hin dadennef bottii malee namafimii atis araraminii wal dukaa maa walaltan yoo tokko kessa dhifama gafatee xeqenamii bekumsaa dhifamnii!
@musttiitaharar
@musttiitaharar День назад
Yaa kuullee oso waliitii araramtaanii heduu na tola akan itti issiin jaladhuu rabii bekaa heduu waliira baredaanii❤
@XayyibaaUmaar
@XayyibaaUmaar День назад
Dhiisi kulanii roozaanille hamenyaa hin qabdu atille hamenyaa isii hin qabdu Aararamaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@izniikaaliqaatiin99
@izniikaaliqaatiin99 День назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Baay,ee Naaf galatoomaa Rabbii jechaan isin jaaladha wal tahaa waliin jiraadhaa
@Ifraah-j3j
@Ifraah-j3j День назад
Rabbi wolitti isin ha ararsu ❤❤❤❤❤❤❤ obbolewwan kiyya ararama roozii fi kuulani ❤️
@MuazAhamd-n2x
@MuazAhamd-n2x День назад
Ajandaa sobaatin hawaasa hin burjaajeesinaa
@IjolleeOromo5
@IjolleeOromo5 День назад
Ajandaa kana nurraa dhiisaa dilii kessa nu hin naqinaa isin waljaalattan walii galtanii hojjattan yoo dhugaa taates Rabbin sodaadha ajandaa akkanaa dhiisa asumatti gabaabsa iso ta rabbii dhuftee ni senoytan lakkisaa dhabaa
@dartu-hj2fv4yn1i
@dartu-hj2fv4yn1i День назад
Dhuga keetii hayatii tiya qalii ati hayuudha beytuudha ira waya tahii kesan fixadhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@ummuurayaan2594
@ummuurayaan2594 День назад
Rabbumaa sii umee sodadhuu dhisii
@Xhjcgj
@Xhjcgj День назад
Kulee tenyaa dhisii kalas ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@JamilaKediro
@JamilaKediro День назад
Obbolewwani tiyyaa akummaa qarati wolti debiaa hasayaa nagayaa hassayaa
@اابب-ع2ج
@اابب-ع2ج День назад
💔💔💔💔💔ilmon midhan onetii 😢😢
@DestuAxmed
@DestuAxmed День назад
Kulani rabi jacha wali dhifama wali godha 😢😢😢😢❤
@MawradiiTaHamzaa
@MawradiiTaHamzaa День назад
Masha Allah tabarkalah ijara hafi baredu to misikina to Amala qabetii to 😢K 💔❤ dhuga ketii walahi gara lafetii to K 💪🐅😢❤
@Caaltuuyusuuf
@Caaltuuyusuuf День назад
Roza akkuma fetee godhatii gowaa atti gaaru masha allh❤❤❤
@Aminahusen-du1bg
@Aminahusen-du1bg День назад
Aboo nuraa dhisaa pirank 😮😮mushekel
@سميرا-ف8ت
@سميرا-ف8ت 17 часов назад
Yaa ukti fillahi Ajandaa akkana ufirra dhisaa kessan wol irra fixadha worra komneti jala demtani mata wol hin dhukkubsina please nurra dhisa
@GootuuShaayyaa
@GootuuShaayyaa 8 часов назад
Kulleee koo bira deemi sabbarsiisi walitti araraamaa isiinis haguma si abdattuf si jaalattuf siyaadatte ❤❤❤❤
@halimaaahamaadwalloo4168
@halimaaahamaadwalloo4168 День назад
Abshiir habibiti garaa waliif halafanuu garawaliitii jabacuun fiidaa hin qabuu jiiruu gababaduu tanaa ramataa waliif goodhiin bareedaa rabbiif jeechaa ☝️💔💔💔💖👈
@maddawalabumedia
@maddawalabumedia День назад
Kulani talent guddaa qabda jabadhu 🎉🎉🎉🎉danddeetti kee
@Khalsah-z3m
@Khalsah-z3m День назад
Dhugadhaa wlyii ❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢
@apsakuwait3682
@apsakuwait3682 9 часов назад
Yaa oboleewaani Rabbumaa tokkochaa dhabama irraa nuu argamsisee jeedhaa hamtuu akka tassa dubatani bira darbaa dhifamaa woliifi godhaa namnii hundu inuma dogogoraa ega keessani hiriyuma wani jedhamu nama jibisisaa😢😢😢😢😢😢😢
@FaTu-ov2vz
@FaTu-ov2vz День назад
Dhugaa ketii ❤❤❤❤❤❤❤ kulanii rabbiin walitii isiin ha ararsuu
@HalimaDuwd
@HalimaDuwd День назад
As wr wb hayatii heduu sii jalaladhaa sifii Rozaa lee kanafuu dhifama walif godhaa Rabiin dhifamaa isin hagodhuu Rozalee warumaa komatii katii walii isin naqee hudafuu dhisii ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@MardeyaM-z9n
@MardeyaM-z9n День назад
Dhiisii kunali addara walitii ararahama Rozaa ofiitii qabii waana undaa sabarasiisii❤❤❤
@shababmob3705
@shababmob3705 День назад
Dhugaa ketii 😢😢😢R😢😢😢😢😢😢k😢😢😢😢😢😢😢😢
@ashrafmajali7422
@ashrafmajali7422 День назад
Dhugaa keettii😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@rabiask4824
@rabiask4824 День назад
😢❤❤❤❤abshiiri lubuu nuu hunduu jiraanuu hin beeyanuu dhisaa fixadhaa oboleetii anii oboleetii hin qabuu yeroo isiinii arguu isintii gamadaa ❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢
@Tamuu-l1b
@Tamuu-l1b День назад
Maashaallaah maashaallaah 🥰🥰🥰🥰 akkana beektuu wohii ❤❤ woliif dhiisaa rabbuma saniif jecha irra woliif dabraa... Atis yoo afuwan jetteenii fixxan kun xiqqeenyaa mitii.. bas nutuu qalbitu nu cabaaraatii, araaramaa nagaya buusaa please 🥹🥲
@sumeyasaid422
@sumeyasaid422 23 часа назад
Kulaan wali dhisaa bareeduu too❤❤❤❤❤❤
@Imaan64
@Imaan64 День назад
Mashaallh,kulanii,tenya,baredu,nuf,jiradhu,qali,ati,nama,habajati❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Indiyyeandabdii
@Indiyyeandabdii День назад
Ordoftotaa isiitu gafaate male isiin maqaa ke in kafne bar dhisaa
@Maria-kw3gj
@Maria-kw3gj 15 часов назад
Walhii sila akka oboletiti waalii fakkatan maa waalii dhabdan kulan❤❤❤
@HawiHussen-jt7ow
@HawiHussen-jt7ow День назад
Dhigaa qaaba jette kulani dubi isi kana dhisi mee lubiyee atti dhaqi dhifama gafadhuu sanu garan isi amaliyadhaa 😢😢😢
@jamilanazimu8881
@jamilanazimu8881 День назад
Shexaana gidduu kessanii Rabbiiin habasuuu
@Fat-c4x
@Fat-c4x День назад
Rabbii jedhii dhisii Oktiii Duran obollewa isiin se'ee
@Halima-c1v
@Halima-c1v День назад
Rabiin wolitti issn haa debisuu shexani jiduu kessani haa bahuu inshaa allhhaa
@FaxumaaUmar
@FaxumaaUmar День назад
Harraa mormaa kee muliftee xiqoo yoo turtee rifeesa kee mulistaa sii haa qajeelchuu rabbiin
@Saadya-rn9rj
@Saadya-rn9rj День назад
Qooyaa,enuutu,dhugaa,duba ta, Woaalee,jira
@kazinamohammed8153
@kazinamohammed8153 День назад
adaraa.akumaa duratii..debiyaa.nagaa.tahaa❤❤❤❤❤
@FiroomtuuShow
@FiroomtuuShow 20 часов назад
Please araaramti nunis nu gammachisaa ijjoollee teenyaa Lives tahuus batu keessa fixadha
@fatyiaahmed3077
@fatyiaahmed3077 День назад
K Ma shallhaa are atilene nagemathisite k ati Rorz ne wejin nathni jirte 😢disi feraa
@BontuuAhimed-xo7qq
@BontuuAhimed-xo7qq 23 часа назад
Rabii jedhii demii ittt arami kani darbee iraa kani dhuftuu Callaa😢😢
@naaniitaaamaan
@naaniitaaamaan День назад
Kullee please atii dhisii hiriyyaa jechun bar wan gudadhaa tokko yoo dogogoree tokko gorsee karati debisuu hin danda'uu rabuma jechuu mee wan hundaa irraa darbii oboleti tiyyaa 😢😢😢
@Good-pd2bv
@Good-pd2bv День назад
Wali dhuftani
@daraartu
@daraartu 7 часов назад
Atu dhifama gafadhu demi 😊
@sofiawlok6612
@sofiawlok6612 День назад
Roozaa yaadaa hedu itii dhagahama kulani atti irraa dhabadhu garu dhifamaa nafi godhi komeetin siarabse ture ok
@GurmeysaFeysal
@GurmeysaFeysal День назад
Isin lachuu warra Akka waliiti 😢
@romatube963
@romatube963 19 часов назад
😂park keesani isiniti bennee ❤k and R❤🎉🎉hoji keessani moo walhii 😢 R❤
@obseeshow9855
@obseeshow9855 День назад
Eyyeen tasgaba'i akkanati dubadhu yeroo maraa dubarti tasgaboftudhu ta'utu tolaa
@ZaharZAHAR-rd7xy
@ZaharZAHAR-rd7xy 18 часов назад
Namni sii qequu hundii jibbaa ketii fi miti akkaa waan hin tanee fidaan midiyaa irraa nuti hin iyinef siif rozaale qeqaa jirraa kessaan waan fetaan woliin jedhaa rozaan gafaa waahee kee kaftee hamenyaa kee hin qabnee yeroo bayyee worrii komenti kulan wol loltaan jedhaan gafataa turan debii debiftee dhifaamaa naa gafadhuu kaa jetuu kana rozaan akkaa waahee kee dubatuun duraa maqa kee kasuu kiyaaf dhifaamaa jechaa jirtii wora komenti lalee dhifaamaa jetee irraa dedebite dhifaamaa birraa Kam barbadaa? Amaa nuraa dhisaa wol birraa demaa achii dhifaamaa wol godhaa ❤❤
@zaruutubi
@zaruutubi День назад
Dhugaa dura sii refadhee ama jabadhuu dhiisif baqaa❤
@ydufufdydyf4719
@ydufufdydyf4719 День назад
Mashaa Allah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤
@izniikaaliqaatiin99
@izniikaaliqaatiin99 День назад
Wal loluu fii wal jibbuun isinirraa hin bareeduu
@muratuumuratuu-5452
@muratuumuratuu-5452 День назад
😢😢😢😢❤❤❤❤rozii heduu garaa lafetidhaa walhii 😢😢😢
@AliyeEbrahim
@AliyeEbrahim День назад
Dhifamaa jetulee dhisi kuulanii isiin kophamatu itti dhagayameeti sii yaadatee wayyee kee kafatee haasooftee naati fakkataa dhugaa baay, ee garaa naa nyaati maati isaa bira hin jiru jeti maati kiyaa biraa jiruu, jaarsi naa biraa jiruu hiriyaa takkaa ufii biraa qabduu mee ilaalafi ykn waan sii wajjiin duraa dabrsitee yaadatetii
@HawiShife
@HawiShife День назад
dhuga keti
@AsentiJemal
@AsentiJemal 3 часа назад
Kulani kheyrii yadii sharrin Abba eydii
@Makkiqashitioro
@Makkiqashitioro День назад
Wly keessaa fixadhaa maloo isin hiriyyaadhaa worumma kommeettii kaan rozaaf kullaan malif adda fagatan jedhaa isin gafattaa isin araramaa wly
@izniikaaliqaatiin99
@izniikaaliqaatiin99 День назад
Wallaahii baay,een gammadee wallaahii
@zainaba7413
@zainaba7413 Час назад
Rab waalti isn haa ararasuu
@AmeenaQatar
@AmeenaQatar День назад
❤❤❤❤❤❤akkana sirraa fenaa❤❤❤❤
@TamimaTamima-hm3qt
@TamimaTamima-hm3qt День назад
Rabbii isinii haa ararsuu😢😢😢
@ashrafmajali7422
@ashrafmajali7422 День назад
K❤❤❤❤❤❤ R❤❤❤❤❤❤❤
@ShittoMohammed
@ShittoMohammed День назад
❤❤❤❤❤❤ kulanii wallah dhuga jatte hayatii
@GaaniiHShanxii
@GaaniiHShanxii День назад
Kullee dhisii baqaa ❤ araraamaa baqaa kullee ani gizee isini yemani jiritaani sani obboleewwan isini see ok❤ akka rozaa balee tatee gaafa ishee biyyaa galtee saani kulleelee""" jechuuun ani ammalee isini lachaanuu akka waani obboleewwani tatanitii isini laalaa❤❤❤ kanafuu araraamuu❤ qabduu kullee❤ ok ani garuu ijoollee arsiitii❤❤ heddaa isini jalaadhaa ❤
@obsejimmatube1240
@obsejimmatube1240 16 часов назад
Abshrii adraa wolitii debaa kulee
@Hshssh-iw7jf
@Hshssh-iw7jf 18 часов назад
Dhugaa Jetee wlh kulani keysaan fixadhaa 😢😢😢
@Fatima-k3e6i
@Fatima-k3e6i День назад
Raabbiin isin ha ararsuu
@New-vc7ts
@New-vc7ts День назад
Dhuga ketii kulle to habibti
@ZamzamaMahammad
@ZamzamaMahammad День назад
Kulani dhisi Ati isini dhiga dafa qabdi dhabadhu dhisi roza ni dhukuba😢😢😢😢😢 dhabdhu ira
@MhHs-t1o
@MhHs-t1o 15 часов назад
isinii dhifamaa sinii jetee barii walaa dhisaa baqaa
@mariyamaa-m4d
@mariyamaa-m4d День назад
As wr wb ummataa nabii sallalleeyhii alleeyhii wassallamma ❤❤❤❤❤❤❤
@KimiKoo-zj1hz
@KimiKoo-zj1hz 18 часов назад
Ijole raabii waliti isini yaa ararsu
@thhjhhjh8090
@thhjhhjh8090 День назад
Walii jalaa gala dhisaa dubbi tana k❤❤❤❤Z❤❤❤❤
@anuaabadhasoanuaabadhaso2084
@anuaabadhasoanuaabadhaso2084 20 часов назад
Isinin mataa hin qabdanii duraa wolin nyatanii kaa wolii nyatan midiyaa iratii 😢
@kazinamohammed8153
@kazinamohammed8153 День назад
rabbiin.nagaa.isin.hagodhuu❤❤❤❤❤❤❤❤
@NeZa-i3h
@NeZa-i3h День назад
Wani bira wani hojatani dhabadhani kana hojata jirtani woli galatani😢😢😢
@ffaf126
@ffaf126 День назад
Ararmaa walitii walii jajabesaa😢
@belayenshbacha3303
@belayenshbacha3303 День назад
Rozaa irraa gaadii bu i ok kaan bodaa waanta ishee hin dubati
@SabitSabit-h7f
@SabitSabit-h7f День назад
As wr wb walif dhisa rabbin isini hadhisu
@MaashOoroo
@MaashOoroo День назад
Edaa kuulaniin Harargeedhaa ? Harargee eega taate Maalif Afaan hin bal'anneree?
@Sumaya511
@Sumaya511 День назад
Ani ajanda kessa hin beekaa yeroo Yamani kessa jirta sani wali taatani hajiini woliin 😂woli arabsa turtani 100 gafa guuttaa😅😅😅 getani wali dhisa Isaa 2faa Arsi fi baalee isituu adda baasa isin woli baleeti akka arsi hafasoti jetea 🧐🧐🧐
@sofiawlok6612
@sofiawlok6612 День назад
Amasi tanani Roozaa badii biraa hin qabdu wanima isiin wolbira hin dhabamnefi uman komatii sigafayefi yero jaarsii Isii biyyaa gale sani
@rihana-kl6og
@rihana-kl6og День назад
Ati maalii kan miila jala si kufaniif?? dhiifama ho maaliif si gaafatti?? Sittuhinhafnnekaa way ajaaiba
@MakaTubes
@MakaTubes День назад
Wama hunddafu isin istireesa qabdi dhiisi gahe atti san gubban yaada jarsattu itti jira dhiisimee ati
@AyenalemGutaa
@AyenalemGutaa День назад
bareduu too 💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓
@Xayyuu
@Xayyuu 10 часов назад
dhifama woliif godha baqqaa
@MuntahaYasin-x6f
@MuntahaYasin-x6f День назад
Masha allhaa ❤❤
@WayitoAli
@WayitoAli День назад
Dhugaa keeti ❤❤❤
@dastuxahir-hs2qs
@dastuxahir-hs2qs День назад
Alhamdulillaah❤❤ k❤❤r
@SaadaTube-uw6xn
@SaadaTube-uw6xn День назад
Rozanis wan ballesitee hin qabduu namnii wan walin isin bekuf walbira isin dhabnan gafatanii yoo debiftee rakkoo hin qabuu dhifama isin lachuu wal gafadhaa gamma kottii rozan wan ballesitte natti hin fakkatuu!
@lailaseyifuu2038
@lailaseyifuu2038 День назад
Dhugadhaa ❤❤🎉
@WardaMahamed-zc3ih
@WardaMahamed-zc3ih 19 часов назад
Kunuye me takitin yo dune hu wal dhabne sin jete sanu nma osaa😢😢
@LelftuLeliftu
@LelftuLeliftu День назад
Ati dhiisi baqqaa
@takitiinolee
@takitiinolee День назад
Dhugaadha wly 😢😢😢😢😢😢
@zainaba7413
@zainaba7413 Час назад
Wl wr wb akam ngy kuleyee❤❤❤❤❤ waal lolinaa
@AlimaaFixumaa
@AlimaaFixumaa День назад
Uuuuuuusssss jedhii walyiii atii Akaa Rozaa mitii Rozaaan kabajaaa qabdii uuusss atii ufufedhaaa
@محمدالبراشدي-ك7ي
Wswrwb dhugaa Galaatomii ❤❤😭😭😭😭
@EtOp-g2d
@EtOp-g2d День назад
Dhalaani haragee kabaajaa hini qaduu
@oneplus1484
@oneplus1484 День назад
dhiisii baredu
Далее
RNH 883, September 23, 2024 Soora Qalbii
17:54
Просмотров 3,4 тыс.
HIRKOO MARSAA 2 FFAA - KUTAA 8 FFAA
31:23
Просмотров 65 тыс.
Misxirri rozaa tube bahee jiraa 🙄
9:06
Просмотров 12 тыс.
Best Harari Wedding 2024
6:40
Просмотров 822
Gaaffiif Deebii Warraf Abbamana
15:31
Просмотров 8 тыс.