Тёмный

Sabontun esat badde malif badde musxafan itti gafatamumma fudhatu qaba 

Orowood
Подписаться 64 тыс.
Просмотров 18 тыс.
50% 1

#orowood #omn #congratulations #funny #obn #prank #love

Опубликовано:

 

7 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 265   
@kuzetube6043
@kuzetube6043 2 месяца назад
Rabbin siiha milkesu Rabbin yadafi murda kee siif haa guutu kan siiti tole fudhii isin siiti herumn demtu atii kan jalate fudhii
@Iftuutube96684
@Iftuutube96684 2 месяца назад
Sababaa ketii mana batee Atuu qotaa isitifii Adadaa isii futaa😢😢😢😢
@user-yk1iv6oh7t
@user-yk1iv6oh7t 2 месяца назад
Egaa ishin wal dhabdani malif adadaa ishi fudhaa jetaa 😢😢😢😢
@Sabbontu609
@Sabbontu609 2 месяца назад
Dhuga musxafaa sabontuu ballesitee maa sobdaa sababaa kee manaa batee osoo sijalachuu batee sillaa gafaa atii kenaa kenitufii botuu hundafuu kanii bekuu rabii rabii bakaa sabontuu jirtuu hamulisuu 😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔
@RozJamal-jd4qi
@RozJamal-jd4qi 2 месяца назад
Saababaa keetii waallaayyii saabontuun kaan baadee😢😢😢😢
@user-di8nh2wo7m
@user-di8nh2wo7m 2 месяца назад
Ati dhalmaa dhabadee adada isi futaa yaa Rabbi
@user-gr1ow2wu1z
@user-gr1ow2wu1z 2 месяца назад
Sababaa ketii mana batee atuu qotaa isitifii Adadaa isii futaa😢😢😢s😢😢😢
@user-qp8gh6rz2x
@user-qp8gh6rz2x 2 месяца назад
Atii saredhaa balagee osoo jabaa namaa qabatee itlaa sanii jaalla hin deetu😅😅😅😅
@hajeradam3751
@hajeradam3751 2 месяца назад
Sabaaba kee mana baate saboontuun
@FawzeiahMohammad
@FawzeiahMohammad Месяц назад
Jabadhu umaa sabotu biradhabadhu obolesaa kenaa 😢😢😢😢😢😢😢duyi iraa fudhadhu hudu nii dabaa imi dhiraa waa hedu bekaa wly
@user-mq2ib6sy3j
@user-mq2ib6sy3j 26 дней назад
Oddu durii kuni bareeda, Wa'ee bataskanafi Taskara malii beekta amma😂😂😂
@HiHi-xe5ws
@HiHi-xe5ws 2 месяца назад
dhuga jeete hati sabontu haqa isini baratee hadha,fii,aba isii rako keesa baftutii siihii,baran dhufee kana mitii waruma achii,keesatu gurguru hinheedu kana malifii musxafa bicharatii murteesitan ya hordoftota keenya maa,waalsobana👍👍👍👍
@user-gj6rc9jt9u
@user-gj6rc9jt9u 2 месяца назад
Waleeyekumusalam warahamatullah wabarakatuh Obboolleeysaa kiyaa rabbii yaada muradaa kee siif haa guutu wallaah waan Atti yaadee oliitti Rabbii sii haa milkeeysuu ❤❤❤❤❤❤❤❤
@safihalhajri2017
@safihalhajri2017 2 месяца назад
Oduu kijibaa namaa dhiisii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉😂congratulations
@zawidaaoromoallhwakiil5834
@zawidaaoromoallhwakiil5834 Месяц назад
Rabbii si ha.ilakesuu❤😢😢😢😢
@oromiyaoromiya7709
@oromiyaoromiya7709 2 месяца назад
Sababaa ketiii eee atii nadhooo biraa dhabdee adadaa ishii futaa gowaa akkaa waan maymaksaa beytuu tabatabdaa diqallaa
@fayerayoutube4900
@fayerayoutube4900 2 месяца назад
Atuu ishee miidhufuu Adada sheeti jalatee jinii 😢
@TuujiiTube-oh8nf
@TuujiiTube-oh8nf Месяц назад
Soba Dhisii gaa Musxafaa Sababa keettii jedhanii 😅
@Tamuu-l1b
@Tamuu-l1b 2 месяца назад
Mustafaa dhugaatti yoo deebine, situ badii qabaa, maaliif prankin daladdaniin maqaa isiitiin silaa akka nama wojjiin nyaatee dhugeetti rifatteefii barbaaduu qabda ture ummaa isii cinaa dhaabbatteetuu jechu, kanas hin goone, haatis prankin hin dalaginaa micayo tiyya dhabee anuu cinqaa keessa jiraa osoo jettuu, isin martinuu irra deddeebaa dalaguuniin kun maali🤔🥹🥹.
@fayerayoutube4900
@fayerayoutube4900 2 месяца назад
@@Tamuu-l1b dhugaketii dhugaa umataa rukutamaa kanaa iiiccc
@birhaneelove2299
@birhaneelove2299 2 месяца назад
Dhugaa jeete
@birhaneelove2299
@birhaneelove2299 2 месяца назад
Musxafaa ati nama badaadha yoo sabontuu dhiste dubartii biraa hin fuutu adaddaa ishii maliif fuudhuuf kaata nama yoo dhiste rabii ke hin sodatuu argaa ke atis ishii gubuuf malee wan biraaf mitii tana intala shalee adaddaa ishii irraa hiriyaa fuudhatu yoo atif nasiman wal fuutan rabiin umurii keessan guutu sin hin milkeessin baduuwan
@BoontuuBoonaa
@BoontuuBoonaa 2 месяца назад
Dhugaa dubate harka faya argadhu ATI akanati dhugaa dubate namni .
@Kubraa271
@Kubraa271 2 месяца назад
S, amiiiiiiiiiiin 😭☝️😭🤲😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@CxBaha-lp1ns
@CxBaha-lp1ns 2 месяца назад
Musxafaa akka yaada kiyyaatti dogongora hin qabdu Garuu moo intala isaanii san osoo tayuu baattee silaa bareeda Isii dhiiftee Aadaadaa isii fuudhun xiqqoo namatti dhagahama Osoo dubartima biraa laallattee silaa gaaridha Saboontuu moo yoo hireen waliif isin hin qoodin homaa gochuun hin danda'amu Maraafuu keyrii inshaa Allaah
@user-op9vc1wk1e
@user-op9vc1wk1e 2 месяца назад
As wr wb Muxafaa akkamii Nagadhaa fayyaa keeti jira jirtuuu. Nuti dirqama fudhii jechuu mit.gaaruu jalala akka male nama gaddissaa. Addaa bahuu keessani guyyaa ati kennaa keeti sanii imimmaani dhagalesse akka nama of si jalatee bektuu maata na dhukkubbee ammas rabbii adda isaani hin baasaani wahalayii duhayii isaani godhaa atis sabontuu irraa bareedinaa wali debbaa.
@faizatadessa2920
@faizatadessa2920 2 месяца назад
Musxafa wan lubbuun tee fetee fudhii Subbantuun wahi nural’eyni tatee waan siif tatee summa qofatuu beekha namni sif hin himu . Rabbiin siif haa lafisuu. ❤❤❤❤❤❤❤
@safihalhajri2017
@safihalhajri2017 2 месяца назад
Dhugaa keti sanyii atii qali namaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@fatimahussein482
@fatimahussein482 2 месяца назад
S😢😢😢😢😢😢😢😢
@Hawii1657
@Hawii1657 2 месяца назад
😮komtii dubsuu dhufee musxfaa duraan nama jaba sii seyhaa 😊ama Garuu sii jibee sabntuu dubshee sani gattee enyuu fudhuu heddaa bro 😢
@Oro769
@Oro769 2 месяца назад
Ati Sabboontuu dhiifnan nama miti 😢 0:58
@user-hn8lb8vo7q
@user-hn8lb8vo7q Месяц назад
Yaa oromoo j fi furumatee qaqaba maaloo😢😢😢😢
@UuPp-ys5yi
@UuPp-ys5yi 2 месяца назад
Musaxafaa malif mitaa sabonatuu😢😢😢 jalalii dhibee dhaa why😢😢😢
@user-iw6hq4rn1n
@user-iw6hq4rn1n 2 месяца назад
S❤❤❤❤❤
@astergalgaluu6388
@astergalgaluu6388 2 месяца назад
Amma odduu dhiisii mucayyoo barbaadii fuudhi❤
@user-po3eu1il6o
@user-po3eu1il6o 2 месяца назад
😢😢😢😢😢😢S😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@user-kf1xg5ti3v
@user-kf1xg5ti3v 2 месяца назад
Taa fetee fudhuu mirgaa qabdaa oduu namaa dhisii atii sanyi ❤❤❤garuu nasimaan siif hni tatuu
@Distou-fm4bj
@Distou-fm4bj 2 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-qe7ee6qi2r
@user-qe7ee6qi2r 2 месяца назад
Attii Abarsaa qabdaa sila kan sabontu kabaja baredu qabdu dhifte dhala jala demtuu Sabontu miskina rabbii hiree garii siif haa qodu habibtti kiyya😢
@nasranaga9517
@nasranaga9517 2 месяца назад
Atii garuu badii qabdaa akkam adadda issi eratii jalataa😢😢😢
@user-nt5cs3gp2s
@user-nt5cs3gp2s 2 месяца назад
S😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@jrrj2327
@jrrj2327 2 месяца назад
S😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@Obeeshekaa13
@Obeeshekaa13 2 месяца назад
Garuuu atii badiii keeeee hadhaaa jalachuuu ketuuu badidhaa musaxafaa amalee iraaa debiii😥😥💔🏃
@caaltuuorotube4636
@caaltuuorotube4636 2 месяца назад
Musxafaa namanii dhugaanii walii jallatuu wagaa 2 dhisii wagaa 10 walii egataa😢😢❤
@user-pm8uw9mu1m
@user-pm8uw9mu1m 2 месяца назад
Intaala Haadhaa sabontu dhiistee Oboleetii Haadhaa sabontu fuchuun kee sirii miitti
@hamziyabedaso5033
@hamziyabedaso5033 2 месяца назад
WL.AS.WR.WB dhugaa. Dubachufii.sabaa.ketifi.manaa.batee.xisamuu.isii.tuxee.hamilee.isii.dhoftee.ega.isi.dhifte.malifi.matii.isani.kesaa.qadhimatufi.egaltee.tabiraa.dhabdee.dhalaa.???
@NaaSqw-qu2tt
@NaaSqw-qu2tt 2 месяца назад
Sababaa keetii kunii umndii ok 😢😢😢😢😢😢😢
@yaarabbii3148
@yaarabbii3148 2 месяца назад
Rabbumti sin milkeessi yoo sabonttuu hin fuune
@hayaathussein2001
@hayaathussein2001 2 месяца назад
Abshiir kerimaaf rabbin nagaa haa buusu
@ZarituDaraje-fs5qp
@ZarituDaraje-fs5qp 2 месяца назад
Siin milkahuu tidarinkee sabontuu dhisnanii 😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@Yasen-vo9nn
@Yasen-vo9nn 2 месяца назад
❤❤❤S💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔
@diniyasiqa9207
@diniyasiqa9207 2 месяца назад
hayyee atii yoo isii dhiftee dhalaa biraa hi dhabdee atii nasimaa malee
@Shukrimama
@Shukrimama 2 месяца назад
Yaa musxafaa jzk keyraan
@ayishakadeer1068
@ayishakadeer1068 2 месяца назад
Sii hin ta'in eeyyen tana taalle fuute halkanii guyyaa halaakti akka harree
@Rahamaahamad-gm9wx
@Rahamaahamad-gm9wx 2 месяца назад
S miskkina tiyya😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@eromiyaeromiya3852
@eromiyaeromiya3852 2 месяца назад
😢😢
@naimaarsiibahaa2526
@naimaarsiibahaa2526 2 месяца назад
Yaa obolesaa kiyaa atii sabotuu yoo jibitee homaa rakoo hin jiruu gaaruu hintalaa adadaa jedhamtuu saani dhisii homaa hundafuu dhisii yaa musxafaa keenyaa 😢😢😢😢
@safihalhajri2017
@safihalhajri2017 2 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@hajeradam3751
@hajeradam3751 2 месяца назад
Adaada isii fudhuu qabduu eybiidha musxaafa
@sofiamohammad698
@sofiamohammad698 2 месяца назад
Musxafaa ati rakoo hin qabduu dhisii taa sifi tatuu situ bekaa taa barbadee lalii fudhaa waa bodaa namani jireyii kee si wojii jiratuu heduu jiraa taa sifi rabiin sifi haa kenuu ❤❤❤❤❤my brother amshirii
@user-em6gh1pw8o
@user-em6gh1pw8o 2 месяца назад
Walahii cubuu rabiin sidhisuu
@fatumat7506
@fatumat7506 2 месяца назад
Lakifi comment iraa deefadhaa deema maana haadhaa saabontuu jaajabeessa kijiba kaana🦵🏌️
@user-nn7qm5hi8f
@user-nn7qm5hi8f 2 месяца назад
Eee sababa keetii atii intala duriye jala demeta
@astergalgaluu6388
@astergalgaluu6388 2 месяца назад
Gadhee dhiira bara kanaa😂 Mucattii sijaalattu akamitti dhiista😅😅
@karimaaHuseni
@karimaaHuseni 2 месяца назад
Sababa keeti wlh sima iti gafatama
@RozJamal-jd4qi
@RozJamal-jd4qi 2 месяца назад
Atii yoo jaalala saabontuu hin qaabnee maaliif Naasiima Saabontuu hin jaalanee kaan maana irraa Ariittee itii gaara gaaltee Naasiima jaalattee Kaana gochuun kee akkaa saabontuu yokn hadhaa Saabontuu Arsuuf kaana gottee musxaafa atii😢😢
@ZarituDaraje-fs5qp
@ZarituDaraje-fs5qp 2 месяца назад
Dhugaketii 😢😢😢😢😢😢
@birhaneelove2299
@birhaneelove2299 2 месяца назад
Dhugaa jeete
@hawia1507
@hawia1507 2 месяца назад
Nooooo nasimaa ijadhuu
@khadraibrahim425
@khadraibrahim425 2 месяца назад
Dubaa habo isii male niidebide 😮
@sadiasadia3114
@sadiasadia3114 2 месяца назад
😢😢😢😢😢
@ayishakadeer1068
@ayishakadeer1068 2 месяца назад
Situ itti gaafatama ee
@user-ft6br5ms4z
@user-ft6br5ms4z 2 месяца назад
S 😢😢😢😢😢😢😢
@obsitudiriba9300
@obsitudiriba9300 2 месяца назад
Ati xaqataa saree tate ofi argee musxafa ni argita imoo Saboontu miti nutu sirra dalagaa gowaa wahiy egadhu Guyaa ni argita ok 🥺🥺🥺
@user-ix5hj7ui6o
@user-ix5hj7ui6o 2 месяца назад
Musixafaa arigaa kee egaa isii dhifitee taa biraa future adaa isii yoo futii sanuu osoo jarii woli jibani wayee hayota maali bekita jasibaa attii
@FaiizaLove2524
@FaiizaLove2524 Месяц назад
❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢
@MriyamaaMriyama-zv3ds
@MriyamaaMriyama-zv3ds 2 месяца назад
Nasimaa gafii isiin guraa qabadee maan si hin badii in agarataa atii dhalaa biraa hin dhabader isii malee gowwaa
@aminatube3119
@aminatube3119 2 месяца назад
Ati karaa sirri hin jirtuu ati maali jette firaa haadha Sabboontuu biraa maali gotta ree Shammarran biraa dhabbate dhammaa wayya
@user-xc9bm1xc3x
@user-xc9bm1xc3x 2 месяца назад
Ergaa sabontu dhistee malliif fagatee taa birraa hin fudhiin😢😢
@user-qn8ys3js3g
@user-qn8ys3js3g 2 месяца назад
❤❤❤❤❤❤s😢😢😢😢
@jadidmuktar2876
@jadidmuktar2876 2 месяца назад
Sabbontuu 😢😢😢😢Rabbiin sodaadhu😢barbadiii😢😢😢😢isi 😢dhugaamasi jalitii😢😢😢sababasanifibadee😢😢😢
@TanazilaakamaaTanazilaakamaa
@TanazilaakamaaTanazilaakamaa 2 месяца назад
abshir abshir❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢
@user-fz7yv3zd4r
@user-fz7yv3zd4r 2 месяца назад
😢😢😢S😢😢😢S😢😢😢
@hawwiitube
@hawwiitube 2 месяца назад
🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️
@uae12345
@uae12345 2 месяца назад
Ati hundaa dhisi kotuu ani sii heerumaa ❤❤❤
@user-lh7ww7on5y
@user-lh7ww7on5y 2 месяца назад
😂😂😂😂kee kana wayya abbo
@ExcitedColourfulShirt-og8st
@ExcitedColourfulShirt-og8st 2 месяца назад
Hin qafatulee atimoo😮😮😮😮
@darartutasfaye85
@darartutasfaye85 2 месяца назад
😮😅😅😅😅
@user-cl3ow4zz9n
@user-cl3ow4zz9n 2 месяца назад
Mustafa.. wly.sababa.keeti
@radiauae1497
@radiauae1497 2 месяца назад
Musxaafa jallachuu mirgaa qabdaa garuu Akkaa Adaa kannaa Arsitti obbooleettii soddattii Akkaamitti fudhaan silaa
@adamwabee
@adamwabee Месяц назад
🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@nuracercer9524
@nuracercer9524 2 месяца назад
Dhugumaan onnee ishee cabsituu dhugaa rabbii atii rabbii jazaa siif haa kafaluu abaddan namnii onnee namaa cabsee cabuun isaa hafaa hin qabduu faraqaa tettii manarraa batee kuttee😢😢😢😢
@user-th7dp1xr8o
@user-th7dp1xr8o 2 месяца назад
Eeee situ ittiin gaafatamummaa qabaa fidi !!
@user-yl5im3dc8x
@user-yl5im3dc8x 2 месяца назад
Atii fiirashii jala debiihi dhala biira fudhii obolleessaako 😢😢😢😢😢😢
@user-pk2it1jt5g
@user-pk2it1jt5g 2 месяца назад
dhugaa ketii ❤❤❤musxfaa❤❤❤❤Masham Masham Masham 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤amiiiin amiiiin amiiiin
@user-yl5im3dc8x
@user-yl5im3dc8x 2 месяца назад
Walewalin dhabu dhala biradhabe ini adada isii jalamalgodha😢😢😢😢😢😢
@Deebiimidea8470
@Deebiimidea8470 Месяц назад
Jalaali wagaa 2 miti 12maa eguu dandaa jalaalichii dhugaa tanan obboletiin kunis sitti hin balesinee yaddaan walii amanisisuu dadhabadintu malee obsuu dadhabdee Jalaal dhugaa of jalaa didee imimmaan dhugaan cophuu gati si kafalichisaa ga'ilaa kee keesaatti
@user-gm9ze9em8m
@user-gm9ze9em8m 2 месяца назад
😢😢😢❤❤❤❤😢😢😢😢😢❤❤❤❤
@Zahra-is5zx
@Zahra-is5zx 2 месяца назад
Yo wa taka tate situ iti gafatama gowaa jalala qabasiti daima tana dhisite gowaa
@safihalhajri2017
@safihalhajri2017 2 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤😢🎉🎉🎉
@ummuammaar123ll
@ummuammaar123ll 2 месяца назад
obbolessa gorsa obbolummaa siif dhaama erga sabbontu dhiifte ta biraa barbaaddadhu malee fira ishee irraa dhaabadhu sanuu ta mana takka waliin taa'an akkamitti mee itti yaade bro osoo ammoon isaanin walii galte tahe Rakkoon qabu garuu akka amma jirtu kuni sirri miti dhiisi sin jedha intallinis nama si waliiin deemu miti ammoon waan si baasu simatu beeka
@qamaruabdii7412
@qamaruabdii7412 2 месяца назад
Dhalaa biraa dhabdee😢
@makiyaabinthabibmakiyaabin2046
@makiyaabinthabibmakiyaabin2046 2 месяца назад
Dhugaa Rabbii situu balesee
@MariamAbu-dj9uw
@MariamAbu-dj9uw 2 месяца назад
Usii jedhii wasakaa gowaa
@ayshahayshah4490
@ayshahayshah4490 2 месяца назад
Erga sabontu dhifate malifi adada fudhufi yadaa ati osoo betee taa biraa futaa malee wanii zarii isanitu hin futuu bekii morakuma isanitifi taa biraa taa burtuka fakkatu wayii fidaa senee nasima micati ibiza sanii fudhaa nuu jetee kolkoloo eeeee
@darartutasfaye85
@darartutasfaye85 2 месяца назад
Atii sabontuu dhisuu mirgaa qabdaa garuu amoo badiim kee firaa ishee fuchuu hin qabduu😟👈
@Hayuti3339
@Hayuti3339 2 месяца назад
Sababa nasima manaa batee ati haraa irrati loltaa azubilaa rabiin nuha basu namaa akkasi
@Zahra-is5zx
@Zahra-is5zx 2 месяца назад
Gana bosa
@aishamohamed5395
@aishamohamed5395 2 месяца назад
S😭😭😭
@islaamnowhiwoote
@islaamnowhiwoote 2 месяца назад
Yoo isii dhiifte nama bira hin fuutu dhalaadhabde
Далее
Life story /Dirama harawa heduu takka namat tolu
11:05
Просмотров 4,3 тыс.
ኮንሰርት በመውሊድ ዋዜማ ጉድ 😱
11:49
Will A Guitar Boat Hold My Weight?
00:20
Просмотров 52 млн
when you have plan B 😂
00:11
Просмотров 24 млн
Men Vs Women Survive The Wilderness For $500,000
31:48
April 25, 2024
2:36
Просмотров 12 тыс.
Ammas Deebi'i Deemii Hojjedhu Deebi'i Naan Jedhe😭
19:09
Will A Guitar Boat Hold My Weight?
00:20
Просмотров 52 млн