Mul'ata 13:4 Bineensicha isa kanaaf iyyuu aboo kan kenneef bineensa akka jawwee sana waan ta'eef, namoonni isaaf in sagadan; akkasuma immoo bineensa isa kaaniif sagadanii, “Eenyutu akka bineensa kanaa ta'a? Eenyutus bineensicha loluu danda'a?” jedhan.
5 июл 2024