Тёмный

SAMUEL MOTI | BOORA | EGEREE MEDIA 

EGEREE MEDIA
Подписаться 241 тыс.
Просмотров 68 тыс.
50% 1

Опубликовано:

 

22 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 176   
@Ads-tl1wj
@Ads-tl1wj 4 месяца назад
❤❤❤ Waa’ee sochii akka feetanitti hiikkadhaa! Faarsaan kun garuu eenyummaa fayyisaa keenyaa Kiristoos akka dansaatti addeessa. Kanaan garaan seexanaa ‘bal’ jedhee gubateera! Saami ammallee dachaa siif haa baay’isu ayyaanasaa! Sagaleen keemmoo akkuma rasaasaafi dhukaasa jabaa keessa namaatii killisa! Jabaadhu Hoolicha faarfadhu! ❤❤❤
@feyisalemessa2201
@feyisalemessa2201 4 месяца назад
Mataa dhiiraa! ol adeemaa hedduu dhabne, ol adeemaa hedduus arganne! Rasaasaa fi nucear Bonb dha Obboleessi kun! faaruun aayyaana waaqarraa argamudha. Kanaaf ammoo ragaan faarsaa kana caale hin jiru. Eebbifami obboleessa! Ammallee guddaa sirraa eegama! seenaa hojjedhu!
@MiresaMitiku-y8f
@MiresaMitiku-y8f День назад
Samiikoo ebbiifamii dachaa
@MasaratShaonkoo
@MasaratShaonkoo 4 месяца назад
Amen Amen Amen Amen Amen 🙏 Ebbefamee waaqayo sin ebbissuu
@dibboraaamanuu5211
@dibboraaamanuu5211 4 месяца назад
Samii koo Bagaa waqaayyoo sii gargaree qaxalee wacaa waqaayyoo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@SannayitGonfa
@SannayitGonfa 2 месяца назад
Bayyen jaladhee uuuffeee bagaa sirbitee goftaf sirbamee natti toleera
@Debelo22
@Debelo22 26 дней назад
Ebifamii hadhooko❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Aster140
@Aster140 4 месяца назад
Wow ebifamii samii ebifamaa yesuus goftaadhaa❤❤❤❤❤
@MartiBekela
@MartiBekela 4 месяца назад
Farfanan baayee namatii tolaa❤❤ garu shubisaa kana utuu hafee garidha muziqan siniti tolan kanuma sirba fakate malee borifu sirefadha warii goftaa hin qabne nutii kofalchisina sagaleen waqayoo kabajamadha Wan taef 🥺🤔😌
@AlemAlem-t7r
@AlemAlem-t7r 6 дней назад
Amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen ❤❤❤❤❤
@alemneshsadesa
@alemneshsadesa 4 месяца назад
Woooow Baga Waaqayyoo si gargaare Saami Eebbiffamii Ayyaanna Qabeessa Namaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
@Dani-mk1qy
@Dani-mk1qy 3 месяца назад
Haa kabajamuu inni haa jajamuu Amèeeeeeeeen Amèeeeeeeeen ❤❤❤❤❤❤🎉🎉 😢😢😢❤❤ ebbifamaa gooftaan baraa keessan haa ebbisuu
@SmilingAquariumFish-uy6cj
@SmilingAquariumFish-uy6cj 4 месяца назад
Uuuuuuffffeeeee akkati garaanko boqate dhuga waaqa waaqayyoo waqarra isin ebbisu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ ammas dacha isinif haa baayyatu
@hawahawa2475
@hawahawa2475 3 месяца назад
Iliiiii Iliiiii Iliiiii Iliiiii ammeen ammeen ammeen waqayyoo barafi jirenyaa kessan haa Ebbisu dachaa dachaa dachaa dachaa dachaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤
@bakilefayisa2531
@bakilefayisa2531 4 месяца назад
Wow samiiyyee ajaibaa ebbifamii qaxalee wayyii ❤❤🎉🎉
@Vethg-gu8jr
@Vethg-gu8jr 4 месяца назад
Wow ebbifamii dhugaa waaqayyoo guddaa ebbifamii ❤❤❤❤
@Deme-y4f
@Deme-y4f 3 месяца назад
Waqayyoo barafi jireenyaa keessan haa ebbisuu ebbifamaa ebbifamaa ijoollee kakuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🥰🥰🥰🥰🥰🥰😍😍😍😍😍🫡🫡🫡🫡🫡👌👌👌👌🫶🫶🫶🫶🫶🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼📚📚📚📚📚📚🥰😍🫡👌🫶🙏🏼❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@galaanafaarfannaa2719
@galaanafaarfannaa2719 4 месяца назад
Ameeeni ameeeni elelele elelele elelele elelele elelele elelele elelele elelele elelele elelele ebifama ebifama ayani waqayoo isinif haa tauu 🎉🎉🎉
@JesusCrist-xv1oq
@JesusCrist-xv1oq 4 месяца назад
namni yoo sirbe oi eebbifamaa?
@Mestube-f6q
@Mestube-f6q 3 месяца назад
Sami Abba jechootaa qalii ebbifamii mucaa waqayyoo 🎉🎉🎉🎉🎉
@SifandebelaSifandebela
@SifandebelaSifandebela 23 часа назад
Ameeeennn Eebbifamii
@kiisiiTube
@kiisiiTube 4 месяца назад
Saamii ebbifamii ayyaanni sif haa baayyatu ❤
@BoruuWaqo
@BoruuWaqo 4 месяца назад
Ebbiifaamii Dachani 💕 Nama Guddaa 💕 Congratulations 💐
@kanatyhajjat8190
@kanatyhajjat8190 Месяц назад
Ebifamii Ebifamii Ebifamii Ebifamii Ebifamii Ebifamii Ebifamii Ebifamii Ebifamii Ebifamii Ebifamii Ebifamii ❤❤❤❤❤❤
@LemaGerema
@LemaGerema 4 месяца назад
Wawuu baga Waaqayyoo sii gargaare ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@mimitube454
@mimitube454 4 месяца назад
Wwwww Eebbifami Ayyanni siif haa baay'atu ❤❤🎉🎉🎉🎉
@AlamituuAbaba
@AlamituuAbaba 4 месяца назад
Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen ebbifami hadhoo koo waqaayyoo sii haa ebbisuu ebbifami dacha dacha ayaani waqaayyoo siif haa dabalamu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@devadebala4375
@devadebala4375 4 месяца назад
God bless you bro!!!!!
@BiliseAjibachew-vq7td
@BiliseAjibachew-vq7td 4 месяца назад
Eebbifami nama gooftaa
@singermesiiAnbesa
@singermesiiAnbesa 4 месяца назад
Wow ebbifami 🎉🎉🎉❤❤❤❤
@CahszBbbb
@CahszBbbb 3 месяца назад
Wowowowow Ebbifaamaa ❤❤❤❤❤👏👏👏👏👏👏👏🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏
@Astertemesgen12
@Astertemesgen12 4 месяца назад
Sirbammoo faarfannaa dha mucaa biyyakoo😳
@AlamituuAbaba
@AlamituuAbaba 4 месяца назад
Innile farfana farfatee warraa kanatu dansii sirbaa godhee male 😢😢😢😢😢😢 Akka nama sirbuu godhatu 😢😢😢😢
@gexefurii7464
@gexefurii7464 3 месяца назад
Anas kanaa gaafii nattii tahee wantiin.jedhuu😢😢😢😢
@beriberi9308
@beriberi9308 4 месяца назад
Ameeeeeeen Ebifamaa ❤❤
@IbsaTolesa
@IbsaTolesa 4 месяца назад
Wow well come
@BonsaAbebe-dj6nu
@BonsaAbebe-dj6nu 4 месяца назад
Saami baga Waaqayyo si gargaare❤
@Gamani-mi9fj
@Gamani-mi9fj 4 месяца назад
Ayyanichii dachaan siif haa dabalamuu saamii ebbifamii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@kebederegassa4399
@kebederegassa4399 4 месяца назад
Really very good 👍, Ebbifamaa
@Meriimammoo
@Meriimammoo 4 месяца назад
WWOOWW AM AMEN AMEN Eebifamii ❤❤❤❤❤❤❤ 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@ASHETUUSHURAAOFCHAL
@ASHETUUSHURAAOFCHAL 4 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤ bayeen itti gamadee samii ko naf jiradhuu
@Boontuuwalagaa11Boontuu
@Boontuuwalagaa11Boontuu 4 месяца назад
Ebifamii hadhokoo bayee baredaa garuu shubiisaa balesitanii malee😢😢❤❤❤❤
@WerkeAlemu
@WerkeAlemu Месяц назад
Uuufffeee eebifaama koo eebifaami
@GeletaGemechu-m1c
@GeletaGemechu-m1c 4 месяца назад
Amazing song
@gshssysy2473
@gshssysy2473 3 месяца назад
Ebifaamii ❤
@GebyaneshTesema-m6p
@GebyaneshTesema-m6p 3 месяца назад
Ebbifaam waaqayyoo sii haa eebisu farfaannaa kee baayee nama eebisaa dhugaa uulifaadhu!!
@SamiraSamira-m6e
@SamiraSamira-m6e 4 месяца назад
Ammen ammen ebbifamii❤❤❤❤❤❤
@Isholee.korsaa
@Isholee.korsaa 4 месяца назад
Ameeeen ebifamii dachaa ❤❤❤
@TaboteMelesa
@TaboteMelesa 4 месяца назад
Ebifami dacha ❤❤❤❤❤❤🙏
@AsterMooti-bi7wu
@AsterMooti-bi7wu 4 месяца назад
🎉❤❤❤❤❤❤woowwowowo dasaa namaa jedhaa ebifamii
@letaroba5352
@letaroba5352 3 месяца назад
Eebbifami haadhoo koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@fikadushitaye9395
@fikadushitaye9395 4 месяца назад
Samueli ebifaamii❤❤❤❤❤
@DhangaaMedia-byG
@DhangaaMedia-byG 4 месяца назад
Aboo Ati Faarfadhu Jagna Sagalee Kiilolekoo🥰
@Reem-lt3nr
@Reem-lt3nr 4 месяца назад
ebifaamii dachaa ❤❤❤❤
@MagarsaaGetachoagrsiftutiv
@MagarsaaGetachoagrsiftutiv 4 месяца назад
Ebbifami dacha dacha qali kenya ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤hagaltomun jedha laphe Korra ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@LatuGidi
@LatuGidi 4 месяца назад
Bayyee namatii tolaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Kenaakoo-f2t
@Kenaakoo-f2t 3 месяца назад
Ebbifaamii dachaa dachaa
@Buzeetube2-wb4mg
@Buzeetube2-wb4mg 4 месяца назад
Anaa yeroo hundaa mucaan kuun farsasaa bay'ee natii tolee ittiis ebbifameraa ebifamii mucaa goftaa jiradhuu
@AbdinkoowaqayyookootiiAmeeen
@AbdinkoowaqayyookootiiAmeeen 4 месяца назад
AMEEEN AMEEEN EBIFAMII DACHA❤❤❤❤❤❤
@aregukebede3290
@aregukebede3290 3 месяца назад
Ameenii ameeenii ameeenii ameeenii ameeenii ameeenii ameeenii ameeenii 🎉🎉🎉🎉🎉🎉Elelelelele
@sifani8590
@sifani8590 3 месяца назад
Eeebbifamii 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤
@MikiyasTadele-ro9fn
@MikiyasTadele-ro9fn 4 месяца назад
Maalif sirbiitu obbollewwan koo gooftan sinif ha 😢dhisuu 😮
@mimiuae7836
@mimiuae7836 4 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉wow 😮❤❤❤❤qaxale koo ❤jabadhuu ❤🎉
@badhaseeAbdiisaa-pw5vo
@badhaseeAbdiisaa-pw5vo 4 месяца назад
Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen ❤❤❤❤❤❤❤ Ebbifamii Ebbifamii Ebbifamii Ebbifamii Ebbifamii Ebbifamii qaxaale Koo
@Konjo-tj2wm
@Konjo-tj2wm 2 месяца назад
Ameeen waqayyo haa farfatamu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@yesusgooftadhaaameeeen3656
@yesusgooftadhaaameeeen3656 4 месяца назад
Ameeeeen ameeeeen ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeen ameeeeen Ebifmaaa barafi jirenyaa kesan haa ebisuu gooftaan 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️Elelelelelele elelelelelele elelelelelele elelelelelele elelelelelele elelelelelele elelelelelele elelelelelele elelelelelele elelelelelele ameeeeen
@Obsiineet
@Obsiineet 4 месяца назад
Ebbiifaamii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Kenaakoo-f2t
@Kenaakoo-f2t 3 месяца назад
Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen
@boonibooni4246
@boonibooni4246 4 месяца назад
Ameen amen ameen Ameen Ameen amen ameen Ameen Ameen God bless you ❤❤❤
@HANA-p6m
@HANA-p6m 4 месяца назад
Ebbiifamiii ebbiifamiii ebbifama ebbifama ❤❤❤❤🙌🙌🙌
@EdosaTerfa
@EdosaTerfa 4 месяца назад
Wow baayyee faarfannaa nama eebbisu dha baga gargaaramte sami
@HawwiMandheessaa
@HawwiMandheessaa 4 месяца назад
Ishuu kaa darbii farsii🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤
@warkebekele
@warkebekele 4 месяца назад
Ebbifamii
@singermiretuchenekaofficial
@singermiretuchenekaofficial 4 месяца назад
Eebbifami Bro
@EfaWako
@EfaWako 4 месяца назад
Wwwww❤❤❤❤❤
@MeseretDejene-q9x
@MeseretDejene-q9x 3 месяца назад
Ameeeee ameeeee ameeeee ameeeee ameeeee ameeeee ameeeee ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@LaliseBalayine
@LaliseBalayine 4 месяца назад
Eebbifammii samii qaxalee❤❤
@misirachomedia791
@misirachomedia791 4 месяца назад
Saamii eebbifami jabduu dhiiraa
@melkamuwoldie3010
@melkamuwoldie3010 2 месяца назад
Maqaa Yesuusiin hafuurri sirbaa haa rukkutamu
@SannayitGonfa
@SannayitGonfa 2 месяца назад
Wanif sirbaniif bekudha inni guddan
@GAADDISAADAJANEE
@GAADDISAADAJANEE 2 месяца назад
Far 150 dubbisi,garuu,motives inni ittin sirbu decisive dha!
@randashi7815
@randashi7815 4 месяца назад
Ammeen ebifamii ❤❤❤🎉🎉
@BurqaITTube.OROMOO
@BurqaITTube.OROMOO 4 месяца назад
baayyee galatoomii Saamii koo
@FiromsaAbdisa-ru7lv
@FiromsaAbdisa-ru7lv 4 месяца назад
Eebbifamaa
@AnaneAsfaw
@AnaneAsfaw 4 месяца назад
Wow shubistota addatti dhuugaaa attii baga wq sii gargaree waqayyo
@GadisaTaye-zu6dw
@GadisaTaye-zu6dw 4 месяца назад
Qaxalee koo eebbifami
@Merii-j5x
@Merii-j5x 4 месяца назад
Ameeeen Ebbiifamaa❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏
@siifan.diroo9515
@siifan.diroo9515 4 месяца назад
bagaa si gargaree adhokoo ameeen
@Sifanbefiqadu
@Sifanbefiqadu 4 месяца назад
Àmeen ebbifamaa ❤❤❤❤
@DegefuNemera
@DegefuNemera 4 месяца назад
Waaaaw Saamikoo
@DasseeGeetahuun
@DasseeGeetahuun 4 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤ guddadhu ammayyuu dabali
@berhanuetichaofficial2464
@berhanuetichaofficial2464 3 месяца назад
Tashaashiloo
@MikiyasTadele-ro9fn
@MikiyasTadele-ro9fn 4 месяца назад
Farfaana waqqayyoo baaleesite gurbaa maali shubisnii kun siirbi nuf gaha farfaana barbaana
@NajatKader
@NajatKader 4 месяца назад
Du’aa boodaa jireenyaa jira mo😊
@BonsituTesfaye
@BonsituTesfaye 4 месяца назад
Eebbifami gaariidha. garuu; warri waaqayyoon hin beekne kana maal jedhanii fudhatu mee sirba jedhani ittiin dance taphatum obboloota koo utuu fooyyessitanii gaariidha. Faarfannaa keessan Ilaalanii akka itti gufatanitti mitii ilaalanii akka ittiin fayyan ta'uu qaba adaraa waaqayyoon sodaadhaa
@Jalto-j4c
@Jalto-j4c 3 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@AbdiDejene-ys6hb
@AbdiDejene-ys6hb 4 месяца назад
Maali waansaa bro ?????? sirbamoo
@MalakJuma-gi3uo
@MalakJuma-gi3uo 4 месяца назад
Wawawoooo bagaa milkooftee
@YosephAlemuOfficial
@YosephAlemuOfficial 4 месяца назад
Eebbifamii 🙏🙏🙏🙏
@SamueelTashaalaa
@SamueelTashaalaa 4 месяца назад
Samii koo❤
@zeritu8501
@zeritu8501 3 месяца назад
Akumaa sinitii toletii sirbitukaa😅😅😅
@SisayGetu-oq2fl
@SisayGetu-oq2fl 4 месяца назад
❤❤❤❤Wawuu
@Ayinalem-ls4fr
@Ayinalem-ls4fr 4 месяца назад
Shubbisni Kan biyya lafati enyutu jedhe halelii ati oduun nama yaduuma mirrii shubbisa ketii biyya lafati hin galini malee yesuus kanaf akka barbaddeti shubbisu dandeessa
@MitkeBogale
@MitkeBogale 4 месяца назад
eebifamaa
@AsterMooti-bi7wu
@AsterMooti-bi7wu 4 месяца назад
Bagaa waqqayyoo sii gargaree
Далее
SAMUEL MOTI: ARAADAN QABA
6:01
Просмотров 119 тыс.
Fake Referee Whistle Moments 😅
00:38
Просмотров 9 млн
aespa 에스파 'Whiplash' MV
03:11
Просмотров 22 млн
Addisu waayimaa Faarsa kadhanaa  @2016
23:51
Просмотров 116 тыс.
KUNUUNSAKEE:Naflet team
4:45
Просмотров 34 тыс.
DAWIT GIRMA (DAVE) NA CAQASAA!
19:12
Просмотров 20 тыс.
SAMUEL MOTI:DHADDACHA JEEQQIIF
7:10
Просмотров 71 тыс.
Fake Referee Whistle Moments 😅
00:38
Просмотров 9 млн