Тёмный

SEENAA JIREENYA FAARFATAA AYYANAA MILKII Kutaa 1ffaa with QAROO IFAA 2020 

Ifa Fayina TV Official
Подписаться 94 тыс.
Просмотров 10 тыс.
50% 1

IFA FAYINA TV

Опубликовано:

 

20 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 60   
@beteleshifarra5378
@beteleshifarra5378 2 года назад
Dhiihoo jiraa inn seenna jijjiruu uuffeen yesus eessaa nama fuutaa ati hojiin kee addaa😭😭😢😭❤❤❤❤❤❤❤🖤🖤❤❤❤❤❤❤❤❣❣🤍💔❤❤❤❤💝❤💖💖💕❣uuffeen Ameen Ameen Ameen ebbifamaa dachaan nama wqy faarfata Ayyaanna
@tigisttefera6484
@tigisttefera6484 4 года назад
Uuuuuuuuufffffff Malo na dhiphise dhagahuf uuff waqayyoo isin haa ebbisu ebbifama waqayyoo goftan ayyanna isinf haa dabalu umuri dheradha goftan gaaridha 🙏🙏🙏💓💓💓💓
@wondemamoe5189
@wondemamoe5189 4 года назад
Baayyee nama dhiba...eebbifamaa baayyee warri namoota akkasii nuuf dhiyeessitan.... Faarfataa Ayyaanaa Milkii.....faarfannaa isaa isa lakk. 1ffaa maaloo 'up load'nuuf godhaa...''yommuun taa'ee wawwaadhu'' isa jedhuu. ..''itti hin gayisinaamee'' ....adaraaa...
@hadhaako
@hadhaako 11 месяцев назад
Uuuufffeeeee Yaa hojii gooftaa kanaa dinqiidhaa hojii isaa haa ulfatuu ammayuu nama Waaqayyoo bagaa waaqayyoo nama haraa siin tasisee dhugaa batuu isaa siin godhee❤😢
@wabikumaal2716
@wabikumaal2716 3 года назад
Waqaayyoo seena namaa jijiraa gaalani saafi haatu bagaa jiraatee haraa gesee Ayana milki eebifaami
@itisagadisa9712
@itisagadisa9712 2 года назад
Jabadhuu biyyaa lafaa kanarraa wantii hin darbinee hin jiruu.
@humnikoogooftaayesuuskiris5077
@humnikoogooftaayesuuskiris5077 4 года назад
Uuuuuffffff gooftaan keenyaa waaqa seenaa geddaruudha maqaan isaa haa ebbifamuu!!!!
@tvburqaanagaalubabelaymotiin
@tvburqaanagaalubabelaymotiin 4 года назад
Farfanaa isaa jalqabaa sana maalloo nuuf gadhiissaa Amaalaa koo dandeessee isa jedhuu fi Amma jedhee DIINII koo Qubaa isaa nati raassee ...... Ayyaanaa milkii waaqayyoo baga dhaabee kana irraa si gaa'ee ebbiifaam
@diboramucaiyesuswallaggaa7630
@diboramucaiyesuswallaggaa7630 2 года назад
Ayyiiii hadhokoo baga waqni sii muli'see uuuuuuuf😭😭😍😍😍
@mimmitube9470
@mimmitube9470 4 года назад
Tashomaa baayeen jaaladhaa Waaqayyoo isaa eebbisuu ashutis naagaa naa himmii ayyoo
@buzebekelebuzebekele641
@buzebekelebuzebekele641 4 года назад
Waqaayyoo goftaan sii haa ebbisuu
@ussshuusussu6712
@ussshuusussu6712 4 года назад
😍😘😘😃😃😃😃😘😘 uufeee yesus keenyaa senaa jijiraa jabadha😍😘😘
@TikTok-iv2kf
@TikTok-iv2kf 4 года назад
Uuuuffffee.waqaayyoo.gaalataa.haa.fudhaatuu.dhugaa.ishooo🎤🎤🎤🎤🎧🎧📚📖
@hadhaako
@hadhaako 11 месяцев назад
Ayii rakkinaa isaa argeetu rakkina beeka gooftan haa ulfaatuu inni seenaa nama jijiruu bakka rakkina sana nama basuu😢😥🥺🥺💔
@sadiyasadi2145
@sadiyasadi2145 4 года назад
Ameen Ameen baga goftan koo si jijiree
@tigistibekele2145
@tigistibekele2145 3 года назад
Uuuuuufffeeee waqqayo in seennaa jijjiraa bagaa haaran sigahee namaa waqqayo Far .. Ayyaanna Milkii ebbifamii ammalee darbii farfadhuu 💕💕💕💕💕💕
@dubisatalkiye7712
@dubisatalkiye7712 4 года назад
Baayyee gaariidha. Bara 1996/7 irraa kaasee faarfannaa isaa beeka garuu hardha isa arge. Namni hin beekne obboleessa koloneel Mangistu H/Mariyam se’a;wal fakkaatu. Seenaa ajaa’ibaa dabarse. Keessummeessaanis namatti tola yoo leenjii xiqqoo fudhate garuu gaariidha.
@hamdanadam8705
@hamdanadam8705 4 года назад
Dhuga bayye garra na nyatte waaqayyo senna nama jijirra galata ha furattu yesus
@ooyiruumedia4133
@ooyiruumedia4133 4 года назад
Bayyen gadee senaa nama kana ergaan dhageefadhe hundumti kenya senaa akkasi qabnaa garuu hin dubbanu malee .
@faarfannootaduriitube6612
@faarfannootaduriitube6612 4 года назад
Faarfanna ayyaana milkii kan barbaaddanii baraf 1994 ....... 2009kan inni faarfaate hundasaaf channel kana subscribe godha
@mazaretemazarete2463
@mazaretemazarete2463 4 года назад
Uuuuuuffff waqayyoo isaa sennaa jijiruuf galani haa ta'u ebbifamaa dachaa maqaa iyesusin qophiin keessaan ergaa guddaa qabaa ebbifamaa TV ifaa fayyinaa
@shittoobaacaa6157
@shittoobaacaa6157 11 месяцев назад
😢😢😢😢😢😢😢😢uuuufffee ishoo ishoo ishoo ishoo ishoo ishoo ishoo ishoo ishoo ishoo ishoo ishoo ishoo ishoo Ayii waqayoo seena nama jijiraaa dhugaa
@atmphone6460
@atmphone6460 4 года назад
Ameen Ameen Ameen waaqayyo sin ebbisu ebbifama
@shumekebedekebede3813
@shumekebedekebede3813 4 года назад
ameeen ulfaadhu waaqayyoo ya isa seena nama jijjirtuu uuuuuuu baayyee nama gaddisisa seenan nama kanaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 waaqayyyo baga seenake jijjire ameeen alleeluyyaa
@laliseteressa2658
@laliseteressa2658 4 года назад
Uuuuufffffffffeeeeee yaa waqayyoo ati atama gaarii dha
@seennaaseennaa3411
@seennaaseennaa3411 4 года назад
gooftaan jireenyaa kee haa Ebisuu dachaadhaan matii gooftaa ❤❤👍👍
@اميرهاليعقوبي-ط1ل
@اميرهاليعقوبي-ط1ل 4 года назад
waqayyoof galanni haa tauu isa seenaa jijjiruuf
@heniberhanu3397
@heniberhanu3397 7 месяцев назад
dhugaa dubbachuuf taanan waggaa 18 dura jechuun yeroo kuta 1ffaa baradhufa , farfanna isaa dhaggeeffachaan guddadhe.baayyeen jaalladhan ture .amma garu maal tayee akka bade hin beeku garu .waaqayyoo barakeef jireenyake ha eebbisu
@lomejibat5211
@lomejibat5211 4 года назад
Uuuuuuuuffffffff Maloooo Akkam Garaa Namaa Raassa Goftaa Saa Galatu Firaa Gaatamaa !!!!
@amazinggoals9005
@amazinggoals9005 4 года назад
Dhugaadha waaqayyo seenaa namaa jijjiira. Anillee gaafa Faar. Ayyaanaan waa'ee aara irratti uffata qorfachuuf waa'ee korraazii gaafanni haasa'e baay'ee natti dhaga'ame. Waaqayyo hiyyuma gadi fagoo keessaas na baaseera. Rakkina hammana hin jedhamne keessaa kan butee nama baasu waaqayyoof galanni haa ta'u obbolootako. Faar. Ayyaana baay'ee galatoomi, waaqayyo daddabalee si haa eebbisu ammallee.
@ganetmucaaiyesusiyesus3909
@ganetmucaaiyesusiyesus3909 4 года назад
Wow ebifamaa dacha dacha waqayyof haa galatu isaa gatamaa jalatu 🙏🙏🙏
@ibidiba4474
@ibidiba4474 4 года назад
Waaqaayoof gaalii haa ta'uu Isaac seenaa namaa jiijjiiruu📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏ebbiiffaama hundii keessaanuu
@lalisegiddisa2415
@lalisegiddisa2415 3 года назад
Ameeeeeen🙏😭
@masaretcity5093
@masaretcity5093 4 года назад
Yaagooftaacimisiinaadhaabiikaa!!!!!!!
@darartuuzauwduu2005
@darartuuzauwduu2005 4 года назад
Uuuuufffffffeeee ammmmeeeeeen goftaan sin a ebbiiisuu ebbiiiffammaa dachaa
@yohaanneskabbade3823
@yohaanneskabbade3823 4 года назад
waaaaaaaaaaaaaaaaawwuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu ayyoo baay'ee sijaalanna nuuf jiraadhu
@samiitube4933
@samiitube4933 3 года назад
𝑺𝒂𝒇𝒇𝒖𝒖𝒖 𝒈𝒂𝒓𝒖𝒎𝒂𝒂 𝒘𝒂𝒒𝒂𝒂𝒚𝒚𝒐𝒐𝒇
@beteleshifarra5378
@beteleshifarra5378 2 года назад
Lakka koos seenan ni jijiraama 💯💯💯❤🖤🤍wow hin ture maale ananis waaqayyo na gargaarra uuuuuuuuuuuu
@iyasusabdinkoyarabii8719
@iyasusabdinkoyarabii8719 4 года назад
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😢😢😭😭😭hin dadesa gofta ko kan obse si eguf
@ganniijesus451
@ganniijesus451 10 месяцев назад
waqaayyoo seenaa nama jijjiraa
@wasmimobile263
@wasmimobile263 4 года назад
😂😂😂😂😂.Haleeluya.........👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏
@mazinbakri9666
@mazinbakri9666 3 года назад
Aminnnnnnnn
@oromoaapps989
@oromoaapps989 4 года назад
Uuuuffee uffeeee ebbbifanama ebbiffama dacha dachadhani namawaaqa wqy bara mama dabarsa dhugadha😭😭😭😭😭
@waaqayyoogariidha7376
@waaqayyoogariidha7376 4 года назад
Wowwwww ufee kaa galta waaqayyoo bagaa siif ta,e
@itisagadisa9712
@itisagadisa9712 3 года назад
Uuuuuuu anii imimaan qabachuun dadhabee
@mezeretmucakakuu6065
@mezeretmucakakuu6065 4 года назад
Ammeeeeeen ebbiffaamaa
@koketyoutube211
@koketyoutube211 4 года назад
Ebifam nama mulata
@astertadesa308
@astertadesa308 4 года назад
Uuuuufffee waqayyoo isinhaa ebbisuu
@lalisegiddisa2415
@lalisegiddisa2415 3 года назад
❤❤❤❤🙇🙏🙏
@obse1975
@obse1975 4 года назад
Uuuuuf ebiffaama dachaa waqaayyoon dabarsadha
@anihinleeyyauucaalaa7989
@anihinleeyyauucaalaa7989 4 года назад
Ayyanisa siif haa daabalamu
@WassupYall000
@WassupYall000 4 года назад
Faarfataa Ayyaanaa Milkii yeroo dheeraa booda si arguu kootti Baay’een gammada! Eebbifami. I have some comment for the person asking the question(interviewer) please don’t interrupt your guest and also don’t ask silly questions. Eebbifamaa!
@mhratmhrat2201
@mhratmhrat2201 3 года назад
Uuuuuuuuuuffffffffffff waqayyoo
@ganniijesus451
@ganniijesus451 10 месяцев назад
😢😢😢😢
@abjuunkoohiikaaqaba6455
@abjuunkoohiikaaqaba6455 3 года назад
😢😢😭😭
@waaqayyoogariidha7376
@waaqayyoogariidha7376 4 года назад
Ebbofamaa
@mimmitube9470
@mimmitube9470 4 года назад
Manaa kessaan kiraayii fudhaadhen turee an obbollessaa keraa canqadha garuu obbollessii kee baahaa nun jedhee 😂😂😂😂😂
@firelovelovemejesus8065
@firelovelovemejesus8065 4 года назад
Uuuuuufffeeee😢😢😢😢😢😢😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭uuuuuuuuuffffffffeeeeeeee😢😢😢😢😢😢😢😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 yesusu kooo situuuuu Senaa jijiraaaaaaa waaqa😢😢😢😢😭😭😭😭😭😭😭😭
Далее
Faar  Ayyaanaa Milkii    Albama 2ffaa 1996
59:24
Просмотров 53 тыс.
Walaloo Ayyaana QILLEE irratti Baalee Gobbaatti
8:32
Просмотров 1,7 тыс.
Dubbii Jabduu Kutaa 2ffaa
1:02:12
Просмотров 24 тыс.
Faarfannaawwaan Afaan Oromoo durii bara 1997
58:28
Просмотров 105 тыс.
" KEESSA KOOTUU FAARSAA... " FAAR AYYAANAA MILKII
25:15