🤎 As wr wb Ahbaabii Fillaah! Darsii Baabaa keenyaa Faadilati Sh Amiin Ibroo (Hafizahullaah) Maryamii fi Seenaa Nabi Iisaa عليهما السلام karaa salphaan qophooyte tana Dhaggeefadhaa eegasii obboleeyyan keessaniifis #Share godhaa. Baarakallaahu fiikum 👏♥
#subscribe #islam #hakimhassen34 #share
15 окт 2024