Тёмный

Shamaran Booranaa 

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Подписаться 656 тыс.
Просмотров 68 тыс.
50% 1

Shamaran Booranaa DhRTVO Ayyaanaa Cimdeessaan kan hojjetame

Опубликовано:

 

16 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 64   
@HamiticKushitic
@HamiticKushitic 4 года назад
Wow and Masha Allah we Oromo have a beautiful culture ❤👈
@jamalabdullahi8723
@jamalabdullahi8723 Час назад
Jireennaafi jiruu isaa hawwiifii abdii isaa ummanni tokko aadaa isaatiin ibsata. Ummanni Oromoo bal'aan akkuma bal'inna isaatti aadaa bal'aa qaba, tahullee aadaa isaa gana guddifatee naannoo naannooti gudifatee walbaraan gahee addunyaa biraanilleen gahuu hindandee. Dhaloonni ammaa kuni kanarratti hojachuun barbaachisaan dhaamsa keenna!!
@mestatmesratt2524
@mestatmesratt2524 6 лет назад
Aniin Itaala Amboo saboontuu Intala Borana fii bartuut guuyyaa tokkoo dhuufeen isiin Ilaallaa
@SomoIya-s4h
@SomoIya-s4h 7 дней назад
Yooyaa gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹🌹
@KadijaHassen-pj6vv
@KadijaHassen-pj6vv 6 месяцев назад
Nuu jradaa hangafani tanaa
@misraknagewo7543
@misraknagewo7543 6 лет назад
Nuutii Oromoon bay'ee barenaa oromoo ijaa Ethiopiati
@abdoaltaher9967
@abdoaltaher9967 8 лет назад
wow Oromoon Aadaa hedduu of keessa qaba jabaadha....
@mekke6544
@mekke6544 День назад
"ሪፌንሳ" መታ እንጀዲ'ን።"ደበሳ" መታ ጀዲ'። ሪፌንስ ከቢኔንሳቲ።ከነማ ደበሳ ጀደ'ነማ።ሲገሌ ነሚቾ።
@mulubelay3690
@mulubelay3690 4 года назад
Thank you
@christinetinah7395
@christinetinah7395 6 лет назад
Homaa homuma walitti gurtani argama kessani
@bashkeyhussein3688
@bashkeyhussein3688 6 лет назад
They are very conservative and orderly community.
@abrahambaqanna7554
@abrahambaqanna7554 4 года назад
namatti tola abboo uummaata hangafa galatoma warii ummaata biran geessan kunis oddefannoo borena know of norm up to day safuu isa hanga har'aatti qabatee jirata jabaadha
@didag5976
@didag5976 Год назад
Dansaa aadaa
@abdulazizhussen1191
@abdulazizhussen1191 6 лет назад
Beautiful culture.
@makkeiahmakkeiah5077
@makkeiahmakkeiah5077 6 лет назад
adaa ufii gudisuun gari haa ta.uu garuu qulqulinaa egachuun barbachisaa yaa lamii
@aajk3666
@aajk3666 3 года назад
Good culture.
@abdiinkooyesusi8838
@abdiinkooyesusi8838 6 лет назад
Baay'ee na bashannansiftaan galatomaa,garuu dhugaadha rifeensii isaanii micameema hin bekuu,siriimatii mul'ataa xuriin isaa safuudha
@hafishhafish5121
@hafishhafish5121 6 лет назад
Baaye ,breadu ya'ea breadu , yalamiikoo ,jabadhaa 😘
@faxumasayid6091
@faxumasayid6091 6 лет назад
Kkkkk
@Bekagudda
@Bekagudda 6 лет назад
Ethiopian government fucu,you need to sand this Girl to School School School!!! Don't full my girl !!!
@odoggdon1236
@odoggdon1236 5 лет назад
Brother,, I understand. Best to keep tradition this way. School is nothing but to brainwash you with European colonizers mentality of thiking. Best believe at the end these girls will keep our tradition and give to the next generation. Once the move from inner villages to the city. It will be a big lost. Thank you.
@NoRockinMansLand
@NoRockinMansLand 8 месяцев назад
@IyamSoRaya he's saying they aren't being afforded the opportunity to education, not about who are the true Ethiopians. But if you must know, modern Ethiopia it itself a colonial creation stemming from a late 19th century campaign made by Abyssinia. They colonized the Oromo that maintained their original system of governance known as SIRNA GADAA, as well as other ethnic groups like the Gedeo, Wolayta, Ari, etc. The Oromo precede the modern Ethiopian state, we are the cultural blueprint of modern eastern Cushitic people such as the Afar, Rendille, Somali, Burji, etc. The colonization of these people was followed by the enforcing of Amhara cultural hegemony, it's why that is the main form of culture in the media. Lack of media representation stems from the fact that non-Habesha speaking peoples have faced cultural suppression amongst other things since the late 19th century though it's only began a slow reversal since 1991, after the end of monarchist rule and blatant authoritarian rule.
@NoRockinMansLand
@NoRockinMansLand 8 месяцев назад
@@odoggdon1236 that's true but luckily it's being studied more heavily now, Gada studies is now even a course in Bole Hura university for example so our culture will never fade. It's in the hearts and minds of the people
@user-ie7lc2lb5h
@user-ie7lc2lb5h 6 лет назад
addaa bareedaa xurriin baleessee
@waqayobekadha9044
@waqayobekadha9044 6 лет назад
aadaa of kabajun garidha garuu qulqullina kesani hin egati rifensa kesan hin micatani kun ajayba
@galmamiyo5531
@galmamiyo5531 Год назад
like Borena
@mimiMimi-gc9fd
@mimiMimi-gc9fd 5 лет назад
icii.mallii.quluqulinaa.rifensaa.hin.egatanii.mallii.akkanii.abboo.baguma.arssi.taee.abboo.qululqulinaa.hin.qabanii.boran.malliI?
@FatimaFatima-ty2sb
@FatimaFatima-ty2sb 3 года назад
Malifi bakli mataa isanixuriiqaba
@zaariyyaarsiisiikkoofmando6150
Hijijji maali kuniin xuraawan Aada ufii kabajuun gaaridha garuu. Maali xurii hin dhiqatani
@desta9086
@desta9086 4 года назад
mali ati arsi hin bektu warra yartu borana hin harasini isini oromo miti hida sidaamaa ira dhuftani sanifi akasi tata oromo dhadhaa ifira yasa isini qoti gadii gosite
@hawwiihussen4630
@hawwiihussen4630 6 лет назад
Durbaa fakatan bar dubartii male garuu dhifama wolin namati tolaa wanuma hundafuu
@oromiyyaabiyyaakoojituumag481
@oromiyyaabiyyaakoojituumag481 6 лет назад
Www yaa rabbi ani wani akana aragaa hin bekuu ajaibaa mataa quluqule fadhaa jedhani mee silaa.waraduraniti moo kani amatii kkkkk😆😆
@hindiamohammd406
@hindiamohammd406 8 лет назад
sagalee.keessa.midhagasa.akka.gotaa.godhatan
@negeletome9047
@negeletome9047 7 лет назад
Hindia Mohammd www
@abebechbooruujaawwii7251
@abebechbooruujaawwii7251 7 лет назад
bayee bayee nagadisisee dubartooni dabasaa mattaa qulqulinnaa hiqabu uuuuuuff
@christinetinah7395
@christinetinah7395 6 лет назад
Garuu Barrumssa Baratani Sii
@jamalabdullahi8723
@jamalabdullahi8723 Час назад
Ummanni tokko aadaa isaa guddifachhu walbiraan gahuuf median shaara guddaa bahachuu dandaya. Mediaaleen Oromoo kaleessa alagatu nu uggure jennaa, har'a hoo maaltu isin uggure dhagaa ummata kanaa, aadaa isaa, safuu isaa jiruufii jireenna isaa waliin baasuuf? Nama ufiitiif dalaguun ufiif dalagachuu keessattuu warri hiree argatee barate! Yookana hin taanee akkamiin doofummaa keessaa baana? Waan kiyya jedhaa ummataaf ufiif hojatadhaa!! Galatoomaa horaa bulaa!!
@subhanallaahalhamadulillaa1368
Nama kolfisisan uyyi matta hin micaniyu sillaa
@yasinesa7880
@yasinesa7880 6 лет назад
nuf turaa wirtu ada Oromo isiin bonaa
@destahaileodaa6880
@destahaileodaa6880 6 лет назад
Reefensa micaachuu dhisunis Adaaboranatihoo?oroom karaa hundanuu midhagaadha kanafuu achumaan isaan barsiisaa qulqullummaa isanii akka eggatan
@hawaaimamu399
@hawaaimamu399 6 лет назад
Desta Haile kkkkkkkk
@hawaaimamu399
@hawaaimamu399 6 лет назад
Gowwee.durii kkkkkk ofi.saallaa
@qaareejawee6830
@qaareejawee6830 4 года назад
Desta Haile odaa kkkkkkkkk kkkkkkkkkkk wollahi dhuguma jetee maalin kun nama jibisisaa🤣🤣🤣🤣🤣
@jafarblackthor4196
@jafarblackthor4196 8 лет назад
modern clothing is habesha culture
@NoRockinMansLand
@NoRockinMansLand 8 месяцев назад
Nope
@birhanebayisa1753
@birhanebayisa1753 6 лет назад
woweeeweee
@nuradima8027
@nuradima8027 10 лет назад
horaa bulaa deebana
@tghfg2794
@tghfg2794 7 лет назад
Ijarahafaa,Nama.azaansiistuu.wallahi
@hayatmuhamd4382
@hayatmuhamd4382 6 лет назад
Uuuuf yee
@nnsbsbhsbshsbsbss7365
@nnsbsbhsbshsbsbss7365 6 лет назад
wawwww
@hindhokatudhugaani4120
@hindhokatudhugaani4120 6 лет назад
Kkkkk akkasii ee boran wow isniin jeladha.uphaaaa
@hawaibrahim845
@hawaibrahim845 5 лет назад
Kkkkkkkkkkk jabaadha garuu hanqinaa qulqulinaa sireefadha
@makeyamakeya8352
@makeyamakeya8352 5 месяцев назад
😝😝😝😝😛😛😌😌😌😌😌🥺🥺🥺
@subhanallaahalhamadulillaa1368
😃
@nasabukofaleeshashamannen3586
@nasabukofaleeshashamannen3586 6 лет назад
Kkkkkk
@stenaahamadbaleegobaa2189
@stenaahamadbaleegobaa2189 6 лет назад
😏😏😏😏😏
@asiyaaasiyaa4253
@asiyaaasiyaa4253 6 лет назад
kkkkkkk
@mestatmesratt2524
@mestatmesratt2524 6 лет назад
baay.ee bareedaa Oromoo sabaa bareedadha gaaruu ottoo qabeenyii isaa harkaa Diinnootta itt saamammaa jiruu bu.ralee jireenyaa heeduutuu isaan hafaa
@abebechbooruujaawwii7251
@abebechbooruujaawwii7251 7 лет назад
Hangaa video kanna Gadhiftani maa qulqulinnaa egaadha hii jeneni u uuuuuuuff malii barredanii abbo hi jiranuu isiini fixee
@asniimarr5711
@asniimarr5711 6 лет назад
Abebech Booru u jaawwii oromo qulqulu jechan isani ishii osso bekte akkana hin jetu oboleti kan oma hin bekne irrisani jidha kesisani jidha Uuuffff oromoko
@fatimaalarrayed3254
@fatimaalarrayed3254 6 лет назад
Abebech Booru u jaawwii injiran si nada ture mo kan hiranfachu dadhabde😃
@ruyaals2495
@ruyaals2495 6 лет назад
Abebech Booru u jaawwii kkkkkkkkkk maalinuu isiin fiixee jete silaa? Yaa saboontuu aaaadaaaan oromoo bareedaadhaa garuu kuni aadaa ajaai,baatii
@jojom3668
@jojom3668 6 лет назад
Fatima Alarrayed sirbbo
@mashallahtabarakalahnew6834
@mashallahtabarakalahnew6834 6 лет назад
malibo kun mata micatuu
Далее
Nyaata Aadaa Booranaa
17:45
Просмотров 1,9 тыс.
Батя всех бургеров на 7000 ккал!
00:55
Тарковский - гений
00:48
Просмотров 701 тыс.
Seenaa Gooticha Jaarsoo Waaqoo Qooxoo
10:59
Просмотров 4 тыс.
Gubbisa /Name Giving Ceremony
18:53
Просмотров 9 тыс.
GADAMMOJJII PART 2
42:47
Просмотров 23 тыс.
Aadaa Oromoo Booranaa fi Gabraa waliin qabdu
17:38
Просмотров 4,5 тыс.
Seenaa Aartii Booranaa
17:52
Просмотров 15 тыс.
Soraa Sirmoolee Part Two
12:12
Просмотров 14 тыс.