Yaadannoo Sirboota Afaan Oromoo dur kan dhabaman keeysaa kaaseeta tokkoffaa Artisti Abdii Abraahim.
/ @caayaatube3570
Caayaan kankeessani, hojii keenyarratti yaada,komiifi gaafii yoo qabaattan sanduuqni yaadaa keenya banaadha.
dabalataan gara fuula fece bookii keenyaa 'Caayaa Multimedia Production' jedhuun nu qunnamuu ni dandeeysan.
waan nu daawwataniif galatoomaa.
18 сен 2024