Тёмный

Solomon Alemu maliif irraatti dulamee far Alemu mokonon maltu muddatee faarfanna hiika qabne solomon 

SARON ENTERTAINMENT
Подписаться 20 тыс.
Просмотров 72 тыс.
50% 1

Solomon Alemu debbii isaa maliidha Dogogoraa isaaf debbii godhee far Alemu mokonon maltuu muddatee

Опубликовано:

 

7 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 138   
@ganetshelame7196
@ganetshelame7196 Год назад
Ofumaf odeesiti sobdun sole jabadhu atti hin dhagaiin hola namaa hin dhagaiin waqayooo sibiraa jiraa hadjokoo♥️♥️♥️
@MarizaHusain
@MarizaHusain 2 месяца назад
Intalattiidhuma kanayyuu kasasuudha, eenyutu mirga kenneef akkasheen maqaa namaa balleessitu isheenuu budaadha male kan maqaa oladeemaa xureessitu maaltu ishee dhibnaa miidiyaarratti baaste,wasakiin kun
@chaltoa2240
@chaltoa2240 Год назад
Waqaayyoo Abdii Keetii Jaladhuu dogogoraa yoo namii kamii biraa Jiraa amileenii kee sinii Jeqamiini obb// kenyaa salamoo Alaluu jadhuu mucaa goftaa namii waqaayyoo Qorusaa Qabaa Jabadhuu
@Maroon-i7i
@Maroon-i7i 14 дней назад
Waaqayyoo amaayuu Ayyan daagaa qameen siiratii haa.dhagalasuu obbolesaa koo
@user-kw5dc1gm2r
@user-kw5dc1gm2r 5 месяцев назад
Jabaadhu sool yesusinu gaarii godhee hin jenne e biyyi lafaa❤❤❤❤
@husseinalamine76
@husseinalamine76 Год назад
Nuff jiradhu muca kaku jabadhu nana waaqayyii qarmatatu itti bayyata homa miti dhugaa hin darba hin sodatin 🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵odu nama hin fudhati namni gari namaf hin yadu kan gari namaff yafu waqa kofa,dha
@chaltujiraabdin
@chaltujiraabdin Месяц назад
Sool jabadhuu biyyi lafa Abba keenya hin simanne ❤❤❤❤
@siniduadmasu8530
@siniduadmasu8530 Год назад
Faarfataa Salamoon Alamuu waaqayyoo si haa ebbisu.Jabaadhu.Waaqayyoon si duukaa jira, hin sodaatin.
@bonadebela3094
@bonadebela3094 Год назад
Jabadhuu sool Koo namnii waan feet haa jeetu attii waaqayyon biraa hin deebi,in
@HiyootiTube
@HiyootiTube 2 года назад
Nagani waqqayyoo mana kanafi yaa bayatuu Anaadhufuu Susiyee too ❤❤ dhugaa kan bara kessaa jiruu kuni bayee ilfataa inni bichaan hundima kenyaa kara isarati nuu haa qajelfatuu qorumsa biyyaa lafaa kessatti nuu gatin wanti dhagamuu kamuu toluu
@fayaa2
@fayaa2 2 года назад
Sariyeee jabadhuu bareduu koo nama gorifatee walii debisuu rabii nuu yaaa godhuu 😍✅
@ayiintube6026
@ayiintube6026 2 года назад
Ana dhuufuu sariye jaabduu koo Namni keenyaa dogogoraa xiqoo nama irraati Egaa keessatu namota bekkamti qaban irraati jechuudha kanafuu bekkes ta'uu danda'aa osoo yaadiinis jechuu danda'aa namni hin dogogoree hin jiruu
@galanigalani8849
@galanigalani8849 Год назад
Dhugaa gooftaa yesuus hinumaa inaftanii Mucaa kalatii isatiinoo ganaa waan baay'ee isaa Egaa dhugaa isiin waraa odestutuu lafatii hafee malee dhugaa 😢
@yooobsantube7290
@yooobsantube7290 2 года назад
bagaa nagaan dhuftee Sariyyee koo dhugaa ani akkaa yadaa kootii dhali namaa ta.e namni kamuu nii dogogoraa haa ta.u malee halaa kanannii irrattii duluni furmataa ta.a osoo hin tannee namoonnii ittii dhiyatani yadaa isaa gafachuu akkasumaa gorsuu barbachisadhaa jedhee yadaa galatoomii Boonee show irraa
@user-dp6jn3of2f
@user-dp6jn3of2f 8 месяцев назад
Waqayyoo malee qulquluuni in jiru ati jabadhu namaa kakuu❤❤❤😂🎉
@motulema7465
@motulema7465 Год назад
Waaqayyoon amaayyuu ayyanna Issa sif haa dabaluu oboleessa koo ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️👍👍👍
@user-pe1kd7jo9z
@user-pe1kd7jo9z 8 месяцев назад
Sol jabadhuu bekaan rabbii tokkichaa bichaadhaa jabadhuu attii❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@lidiashiferaw-eg9jm
@lidiashiferaw-eg9jm 6 месяцев назад
Deebii kenun irraa hineegamu, Farfataan Solomon Alemu Farfataa waaqayyoo dibee kaseera, Farfannan hika hinqabne tokko iyyu hinjiru. Oduutu hika hinqabu malee❤
@caltu2855
@caltu2855 Год назад
Namin Kenyaa jechaa hni dhabuu garuu malii godhu udumaa hni dadauu. Waqayyoo gargardhaa yaobolesaa koo waqayyoo sifan atauu
@shibire7870
@shibire7870 Год назад
Singer Solo waaqayyoon ayyaanna sif ha bay'iisuu saruu tenyaa jabbadhuu
@Zareaduna
@Zareaduna 2 месяца назад
Cimii ija jabaadhu wqyo Si wajjin waan jiruuf hin sodaatin ❤❤❤❤❤❤❤
@ArarseGelana
@ArarseGelana 7 месяцев назад
Bagaa jedhee salamon hin soddatinwaqqayyo siwalin jirra oddesitun odduun quftuu❤
@Dani-mk1qy
@Dani-mk1qy 6 месяцев назад
Bagaa jedhee jedhii debiisifi warra gafii kan sii dhiyeesifi qashitii dogoggora tokko irratii inii ilaale duraa ofii haa ilaaluu Solomon mucaa dibatadha bagaa jedhee ittii fufii far keenyaa
@MartaMardasa
@MartaMardasa 2 месяца назад
Warri sirratti Odessa gati baasuu jabadhu qalii ko
@bashatutube
@bashatutube 2 года назад
Saroon baga nagan dhufte Namonii kenyaa yeroo wan garii namaraa soratan malee yero namini dogogoru namini dhabate jechaa tokko yaddan hikatu hin jiruu yoo jedhes nama gorfame debifamu dandahudha sababin saa ijolumaa wan qabuf wan garii ilala wanini guddacha jiru hin qabu barra kenyaa kessa namotaa ilalee jajabanu hubbanu hin qabinu wan xiqofi walirrati girrisu qofaa waqayyoo isaa haeguu
@icellicell2212
@icellicell2212 11 месяцев назад
Waaqaayoo,yaadaa,gaarii,haakeenufii,daafee,haadeebuu,utuu,gotaanii,itii,idheekaaminii,maaloo,dhugaadhaa,baanyee,ufatadhaa,dogogotisaa
@user-gv4ur1kz2f
@user-gv4ur1kz2f 8 месяцев назад
Waqayyoo ayyana isa siif ha dabaluu ammiyyuu ❤️💕
@user-jf4pz4eq9l
@user-jf4pz4eq9l 8 месяцев назад
Faarfataa salamoon alamu warra waa dalguu dhaabee hin caqassini
@galanigalani8849
@galanigalani8849 Год назад
Baddii Asii Solomon Mucaa qaxalee❤❤❤ dhaa dhugaa waree kee hiin odesiin
@MeseretWakjira
@MeseretWakjira 3 месяца назад
Kun jechaa mit bagaa jete gottaa wangeelaa jabadhu haa jedhani kee loolan waqaaa
@SorumaAmbisaAnisa
@SorumaAmbisaAnisa 5 месяцев назад
Waaqayyo Afuura wanta ta'ef Namni hikkaa isaa baru barbaduu Dubbii sagalee waaqayyo 1Qor 2:-9 haa dubbisuudha Hikkaa isaan barbadaan warraa nagaadee wangelaa tantu hikkaa isaa walaalee naf galeera Ani Raajii Soorummaa Hambisaan jedhama. Gashee jechuun (obboo) Jechuudha. Wali irraati kaa'uun haar'a mitti jabadha.
@MegersaTekale
@MegersaTekale 3 месяца назад
Waaqayyo jabeessee si haadhabu
@siniduadmasu8530
@siniduadmasu8530 Год назад
Amantonni ilaalcha akka kanaa qabdan;waaqayyoo laphee araaraa isiniif haa kennu.
@siniduadmasu8530
@siniduadmasu8530 Год назад
Saxaanni faarfataa kana hin danda'u.
@xals-ki7qj
@xals-ki7qj 5 месяцев назад
Bilaan waqayyoo isaa si kessaa akkanaa ta,uu kanaa haa ballessuu
@DerartuNegero-mi1js
@DerartuNegero-mi1js 22 дня назад
Jabadhuu waqyoo garidhaa
@BontuHaile
@BontuHaile 5 месяцев назад
Bagaa jedhee
@MARTIITUBE2
@MARTIITUBE2 2 года назад
Saron koo baga naga dhufitee jajabee koo gorisii ko jabadhu 😍😍✅
@oroomtittisabaa9757
@oroomtittisabaa9757 Год назад
Atti samuketii debi'ii ajooftuu
@nanisanyi6076
@nanisanyi6076 Год назад
Ayii yaa nama kenyaa maalo maalif sababa ykn hamaa wal hirra barbanna dhuguma hijollee waqayyoo yoo tatanee wal gorsuu dha male karaatti nama hambisuu mitti
@BadesaTolesa-qk4zo
@BadesaTolesa-qk4zo Год назад
Omaa mitii biraa hafaamee
@AsterGedefa-vv1nr
@AsterGedefa-vv1nr 4 месяца назад
Kanaa hin dhagenii salamonii kanii waqayoo jedhetuu galamaa gahaa
@sanyishelema
@sanyishelema Год назад
Warrii isa hadheessan warra hafuurii hadheessa itti galeedha.
@WarkeAbate-iv5lc
@WarkeAbate-iv5lc 2 месяца назад
sool jabaadhu goota wangeelaa
@dameabaye5422
@dameabaye5422 Год назад
Baga jedhe .Waan ittiin jedhan dhabaniitu malee kun dogogoraa tahees miti. Namootni kana irratti haasa’aan”fault finders” dha malee namoota waaqayyo miti. Gooftaan isaaniif hadhiisu. Mucaa wallaalaa afuurri waqayyo qaroomsee ergaa qindaa’aa keessan dabarsu irratti ka’uun gaarii miti. Innaafaa fakkatti dubbiin . Innoo ergaa gurguddaa jechoota edduun dubbatee maaliif intinaa fi gasheefaa qofaa dhaga’aan isaan????????? Mucaarra afuura waqeffannaa , abidda afuura qulqulluu fi dibata gooftaatu jira. Ergaa warra dibata Hin qabneerra anaaf intinaa fi gasheefaa isa dibataan jedhametu na eebbifami naan immoo egaa… .Waa’ee Solomooniif gooftaan haebbifamu .Mana waqayyo keessatti maaloo nama dibii nuukaasi Jennee kadhatna yeroo waaqayyo lallabaa ykn farfataa ykn Kan biraa dibee kaasu galateefachaa isa inni nuuf kenne kunuunfanee gudisuurra innaffan guutamnee qucarsuu tu mul’ata. Kun habaarsa namatti fida waan taheef utuu dhiifnee gaariidha. Waqayyoo illee isa dibe Hin dhiisu nuuf elbaan. Solomoniin mucummaa isaa kaaseen jaalladha waqayyo ergaa isaan guddaa najajjabeeseera.
@soresagedefa4137
@soresagedefa4137 11 месяцев назад
Namani keessaa gaafa bahuu akkasuuma dha haaraa miti. Balaagee dha Kuni sif haa dhiisu namani harka waliira qabuu hin jiru abee kan try biyya baleessee . Du'aa nama
@fdassalenytarfaa6286
@fdassalenytarfaa6286 Год назад
Baga jedhe hiika Isa ofiin beektani isin
@galanigalani8849
@galanigalani8849 Год назад
Wareen wayyii namaaf odesitanii dursaa Anii malidhaa ofiin jedhamee dhugaa biriif jetanii maliif dhugaa oskituu maqaa yesuusiin dhugumaa mucaan kunii maal balesee sagalee kutanii itiin namaa daal dalaa oltuu dhugaa uuuuffffff wayyii namaa baraa kanaa dhugaa 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@derejesima4882
@derejesima4882 5 месяцев назад
Warri baga jette jattan dogoggoratti akka nama kakaastan hubadhaa. Isin of eeggadhaa waltajjiin waaqayyoo waltajjii namaa akka hin taane beekkadhaa!!!
@sabboontuudambidolloo1317
@sabboontuudambidolloo1317 2 года назад
Bagaa nagan dhuftan baredukoo
@senayosef1663
@senayosef1663 Год назад
Maalifi,garuu
@Argeemedia25
@Argeemedia25 Год назад
Oddesituu maal akka gonuu fetaare mana bunatti isaa bartee oddesitaay
@galanigalani8849
@galanigalani8849 Год назад
Dhugaa ketii ebbifaamii ❤
@BirhaneSanbeta
@BirhaneSanbeta 3 месяца назад
Muccaan omaa hin balleesinee maaloo muccaa kanadhisaa waqaayyoo sif jiraa daamuu dhisii biyyii lafaa wanuma argee oderssaa
@twarejtwarej9966
@twarejtwarej9966 Год назад
Nagaan hundumaa keessaanif haa ta'u mee yaa sabaa dogogoraa nama tiqqoo qabne haama midiyyarra demnuu maliffi issaa garrii bayyee hojjete sanii dubachuu dadhabne eergaa gorsaa kessaan gorsii wan ta'us wan hin tanes waliigadii ofuun barbachisaa miti hubana nuf haa kenuu gooftaan har'aa ini wan kan jedhe maliff jedhe hangaa hasofnuu wangariii kallessa hoojjeten dhoksii qawwaa obbolessa kee ykn obboletti kee badhetii hin bassin wangarriidhaf midiyaa fayyadama male wal saxiludhaf ykn walyakkudhaf itti hin fayyadamnu gooftaan muddaa kenyaa bayyee nuf dhoksee nutiis waliff dhoksun dirqama maliff iddoo in dogongorii jiruu bichaa bafnee hangaa hasofnuu ergaa guutuu saa dhageffadhu mal dabarsuu barbade jedhitti
@user-lb4oe7dz7e
@user-lb4oe7dz7e 6 месяцев назад
Bagaa jedhee wan namaa galchuu hin qabuu inii kan waqeesii waqaayo qofa inii kansa yaduu Kee yadii 😮wan midiiyaf gabaftaan dhabdaanii 😮
@Erko-no9fn
@Erko-no9fn 3 месяца назад
Namni kakuu bakka barbaade hingaha garuu nama kakuun irra jiru gufuun dura isaati hin dhabamu hata'u malee gufichi isaa dhabuu hin danda'u
@KeneniTaresa
@KeneniTaresa 9 месяцев назад
Sobduu caalisii.
@KeneniTaresa
@KeneniTaresa 9 месяцев назад
Hadheesituu
@miratmanindra1451
@miratmanindra1451 2 месяца назад
Homa miti kana jechunis jira yesus jabadhu lubbuu❤❤❤
@ayeetuushow
@ayeetuushow 2 года назад
Sari too dhugaa hojiin namaa kenyaa namaa dhibaa akkumaa atuu jetee qulqullun waqaayooon tokkochi warii isaarati komii kassan kun ? Hojiin isaan hoo jechuu barbadetii yoo dogoreesi namaati himaan gorfachuun barbachisaa isiin debii isaanif akkaa kenuu abdii qabaa 😍🙏 wagaa dhibaa nuuf haa jiraata farfataa alamuu namaan heduu jalaadhuu 😍🎉🎉
@AmiinAwwaltube
@AmiinAwwaltube 2 года назад
Saaruu baga nagayaan dhufte
@user-gu9zo4lm2o
@user-gu9zo4lm2o 5 месяцев назад
Bagaa jedhee hadheessiituu wayyii
@martawalga9968
@martawalga9968 Год назад
Olaa iraa hin ofiinaa mee😢😢
@ajmandubai1053
@ajmandubai1053 2 года назад
Sol ko nufi jiradhu qaxalee mucaa kakuu 🙏🏼 💞 💖 💓 ♥ 💕 🙏🏼 💞 💖 💓 ♥ 💕 🙏🏼 💞 💖 💓 ♥ 💕 🙏🏼 💞 💖 💓 ♥ 💕
@yooobsantube7290
@yooobsantube7290 2 года назад
Ajman dubai mati naa ta.i
@janaali-jf4hc
@janaali-jf4hc Год назад
Ebifama
@WaanofiiStidio
@WaanofiiStidio 4 месяца назад
Biyii laafa yesusiifu intoole jiirenya baate dhufnaani du'aan simaate solee jaabadhu naamni naama waaqayyon waanti in jedhaamne in jiiru jechaa in qaabduu taanani yomiiyu naama waaqayyo ta'uu in daandesu jaabadhu
@simbootube4141
@simbootube4141 2 года назад
Sariyyee baga nagani dhufte jabduu koo dhuga dubachuf bari kunni bara dhuma wani ta.ef sexani ilee nama dogogorsifti kanaf nama ta.e kani hin dogogore hin jiruu rabbi haa qajelchuu🥰
@fidgetingfrenzy1579
@fidgetingfrenzy1579 3 дня назад
Bagaa.jedhee.oduu.
@birhanuNegera-eu8op
@birhanuNegera-eu8op 5 месяцев назад
Waanti ijaan hargamuu hundii dhugaa mitti akkmitti Ammana
@ObseeOromiya
@ObseeOromiya 2 года назад
Sariikoo bagaa nagaan dhufte Ebbe fulaake jiruu ilaale sexaani wan hedduu qopheesaa namnii fonii dadhaabadha . Yoo ta'ees kessaan otoo gorsaanii kadhaatanis gargaarani bayee bareeda yeroon nutii kessa jiruu heddu ulfaatadha waqaayyo nuhaa gargaaru Saruukoo waqaayyo sihaa ebbisu
@werkifwerki1014
@werkifwerki1014 Год назад
Waliin dhoftuu wayii duraa dubbii qulquulleefadhu
@lataaraggasa4911
@lataaraggasa4911 Год назад
Dibami amayyu
@user-jt4qo6kk8c
@user-jt4qo6kk8c 10 месяцев назад
Mallodha ini akkasi farfanasa hundaan ergaan naf darberaa
@Qedest1Tube
@Qedest1Tube 2 года назад
Bagaa Nagan dhuftee Lubbuu kooo💔❤ Namni kenyaa durumaa karaa ykn gufuu ittin nama balessuu barbaduu dhugaa dogogoraa moo dogogoraa miti jechun tasummaa hin yaddaan inni Waltajjii iratii bahe dubatef jechaa xinoo afaan maf eguu hangaa isaa kana namni bahee waqayoo hin galatefannee meqatuu jiraa eyyen yeroo tokko sexannii wanumaa bekkaan nama jala dogogorsisaa kanafuu akumaa afaan kenyaatti dhufeef qofaa dubachun garii miti kanafuu ittii dhiyatiin maf akkaas jete jechan sutaa gafachutu isaan iraa jiraa malee asuma bahin malif akkas tahee jechun garii miti. Carraa Waltajjii bahani farfachuu nama meqatuu argachuuf caraa dhabee tahaa jiraa garuu namni nama as bahee dhalotaa fi ummaaa galatefatuu fi gamachisuu yoo dubatuu maqaa Namati basuu malif garuu naf gafii. Dursa gafaachutu iraa mucaa kana miti kan isaa calluu meqatuu dogogoraa jiraaa wan xinooo Guddaa gochuun hamilee nama gad busun mal fayida qabaree kan wan xinnoo kanaf akkas guddaa gonee yoo hamilee fi kessss nama cabsine guyyaa Guddaa ykn kana calluu tahu barbaduu. Akkaa koti dursaa gafachu qabuu akkasumaas dogogoraa isaa yoo tahee dhifamaa gafataa.inoo umri isa xiqenyan sagalee waqayoo tajajiluu egalee dhugaa nama cimaa farfataa bayyee cimaadhaa nama bakkaa guddaa gahu dandahuudhaa kanaf gad busun tasummaa hin barbachisuu. Osumaa dogogores mal rako qaba farfatotaa meqaatu sirbaa dhagefachaa olaan Waltajjii iraa bahu iraa hafin nama cimaa qormatatuu itti bayataa. Obbollesaa kenyaa cidhaa garii sif haa tahuu
@user-gl5px6bt5k
@user-gl5px6bt5k 7 месяцев назад
Maaqa yeesusi mucaa waaqayyorra hidhama
@haniambo
@haniambo 2 года назад
Baga nagaan dhufte saaruuko 🥰 Nama guddinarra jiruu karaa baayye waanti baayyen itti naannofte karaarran balleessuu carraa ballifatti Yoo ta'eeyyo suuta jedhanii gaafachuun qabanii Waan hundumaa keessatti waaqayyo dandeetti Fi araarasaan Isa bukkeen haa dhaabbatu Saaruuko ulfaadhu atis😘👌
@UuuTtt-co1il
@UuuTtt-co1il 2 месяца назад
@Argeemedia25
@Argeemedia25 Год назад
Baga itti cabsee
@martawalga9968
@martawalga9968 Год назад
Waaluumaa qabaa salamon❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢
@derejenegasa959
@derejenegasa959 Год назад
Well come!sol
@boniioro7595
@boniioro7595 2 года назад
Anna dhufuu bagaa nagaa dhufitee
@SusuSasu-mo9ws
@SusuSasu-mo9ws Год назад
😄😄😄😄😄🤣🤣🤣🤣🤣🤣😝😝😝😝
@roseqonjit6446
@roseqonjit6446 Год назад
❤❤❤
@OdaaBeenyaa-jh9nf
@OdaaBeenyaa-jh9nf 8 месяцев назад
Maqa balleesiidhaaf
@AdiAdanch
@AdiAdanch 2 месяца назад
Sol.attii ergaa Kee dabarsuu itumaa fufii Guya tokko waqnii isan hin yadata gafa sana hikan farfana kanaa hin galafii!!!!
@HsHahe
@HsHahe Месяц назад
Salmon
@linaatube01
@linaatube01 2 года назад
💯💯💯💯💟💟👍
@GamachuYadata-jk7wk
@GamachuYadata-jk7wk 8 месяцев назад
Kun Sobadha
@WarkeAbate-iv5lc
@WarkeAbate-iv5lc 2 месяца назад
dubbii hin injirin
@Maroon-i7i
@Maroon-i7i 14 дней назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@YeesYees-z1g
@YeesYees-z1g 10 дней назад
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️😭😭😭😭😭
@charaalemu7131
@charaalemu7131 Год назад
Gadhee followers baayifachuuf maqaa namaan hin daldalin, ati hamma Luka tokko Solomon osoo taate
@galanigalani8849
@galanigalani8849 Год назад
Dhugaa ketii ebbifaamii
@Danielcaalaa
@Danielcaalaa 2 месяца назад
Malii jechii kunii
@AshrafKhan-ll9mx
@AshrafKhan-ll9mx 3 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤
@derejesima4882
@derejesima4882 5 месяцев назад
Haata'u malee waltajjiin amantootaa of eeggannoo barbaachisa, waltajji keessa Namoonni meeqa akka jiran beekuun barbaachisaadha.
@oroomtittisabaa9757
@oroomtittisabaa9757 Год назад
Tish akkati itti jibisistui
@meskifiqir6046
@meskifiqir6046 2 года назад
Ana dhufu my love 💓 S koo Dhugaa dubachuf baraa kana kessa wanti dubatama jirufi wanti ta'a jiruu bayee namaa dhibba egaa malif akka jedhee isatu bekka garuu hikaa isaa baruni qaba anilee Jabdu koo heddu galtomi baredu intala abba gadda.
@yooobsantube7290
@yooobsantube7290 2 года назад
mati naa ta.i meksi koo
@user-tx2nv7vz1t
@user-tx2nv7vz1t 8 месяцев назад
Maqaa wal-ballesuun amalaa barra dhummadha walii gorfaachuu wayya😏
@abiro1424
@abiro1424 2 года назад
Farsaafi hintinaani gashefa n esatti wal argaa hin jedhamuu dhugaa waqayyoo siif hadhisuu
@shewetesheti1506
@shewetesheti1506 2 года назад
Galatomi,sarikoo,waaqaayyoo,baayyise,siihaaebbisu, eebbiifami,ijoolle,Fi,hoojettota,waaqayyootu,yoomu,qormsatu,baayata,Garu,nimo'u,male, hin moo'amiin,waaqaayyoo,tiksse,Kenya,📖📖📖⛪⛪⛪✊🤲🤲🤲☝️☝️☝️✊✊📖✊😍😍❤️❤️❤️❤️💗💯💯💗💒🏩
@asharafsadeek232
@asharafsadeek232 2 года назад
Mucaan Kunii Ergaa Bay'ee Gudaate farfanaa isaa Durii Baleese
Далее
Ifa Terefa - BARAKAA (Official Music Video)
5:23
Просмотров 500 тыс.
Сказала дочке НЕТ!
00:24
Просмотров 999 тыс.
Я ЖЕ БЕРЕМЕННА#cat
00:13
Просмотров 231 тыс.
Sirna Cidha Waaqoo Fi saarii
10:01
Просмотров 123 тыс.
Salamoon Alamuu @galoshow5398 "Nu hin komatiina "
30:47
Situ jira |singer solomon alemu|
9:28
Просмотров 8 тыс.