Тёмный

Somana Guyyaa 5Akanaa Dabarsinee Alh Wan Hundaafu 🥲🥲🙏🌙 

ummu kanus
Подписаться 119 тыс.
Просмотров 29 тыс.
50% 1

Опубликовано:

 

7 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 189   
@fatiyatube9629
@fatiyatube9629 5 месяцев назад
Jabadhu qali tiyaa ijolen huma tatu aba jaba qaban ❤️😍❤️
@firagosibareentooromiyaa2776
@firagosibareentooromiyaa2776 5 месяцев назад
Ee wly dhuguma banta
@DfY-zh2nu
@DfY-zh2nu 5 месяцев назад
Ana wana ajibe waraa kometiti malifi arabasu malifi ilmo dhifite demete jedhunu isii qofa kaa ilma dhise biiya deme iraa calana kenaa ojole 4 😢 5 😢3 gane biiya bane mana araba hojata jiruu hadha dhalate cala namini ilmo jalatu hin jiruu kayofi boruu rako irati na jala kufini jechafi abati gate demete rabbini yaada murada isiii haa gutefii jedha du'ayii godhafii qoqama qabatinifi
@moomoo6397
@moomoo6397 5 месяцев назад
Maasha Allaah Jaabadaa ABSHIR Raabiin Si Waalin Haa Jiraatuu Amiiin Amiiin Amiiin ☝️☝️☝️👐👐👐👐😍😍😍😍
@ibsashowG7
@ibsashowG7 5 месяцев назад
Welcome umu kunusa qali nama jabadhu yada ke sifi hagutu ishaallaa
@hhi4562
@hhi4562 5 месяцев назад
Hin yadinaa damanii homaa tokoon hin tatuu oboletii tiyaa mee biyaa demaraa dhaqee saa lalaa damanii tee lakofsaa kee naa kenii ❤❤❤❤
@misramohammed9752
@misramohammed9752 5 месяцев назад
jabadhu bareedu teenyaa rabbiin bakka ati deemitu hundati sii biraa hajiratu hamtu sirra haqabu keeyiri maalee heedu takka sii jaalaadha bareedu tiyyaa
@user-mj3ve7ox3j
@user-mj3ve7ox3j 5 месяцев назад
Wly wr wb dhuga keti ummu kanus sitti tole jira masha allh garu jolle te bayye sirra huqatani jolle miti abbanu ijji kessa bute jolle te oso jirtu akkana hin godhin jirun duniya isinu gababdudha❤❤❤❤
@UmmuAmmar-zd6qz
@UmmuAmmar-zd6qz 5 месяцев назад
Abshiri jabane wal jabeesiina sii duwwaa mitti Rabbumatu nuti dabarse Aniis ilmaan Lakkuu durbaa fi dhiraa ji'aa 7n dhisee Abbaa isaaniti keennee deeme malgonaa Rabbumaan Rakkoo kana keessaa nuu haa basuu wallahii gubachaan jiraadha Amma ergaan dhufee ji'aa 5 fixee waggaa haraa Rammadana 12 dhalatanii gubbaacha jiraana namoni bareefama kana argitan du'ayi naa godhaa 😢😢😢
@fayoahmed-ks4ns
@fayoahmed-ks4ns 5 месяцев назад
Yaa mustariya qabenyi qabeenya caalu ilman kana garuu rako si ooftes rabbuma beeka haa tahu ilmanuma san fuute maa hin deemni waan fedhetahus hadhumatu jollef wayyadha abbarra rabbin si qabe ilman keetitti deebi,i me kaa ilmo dhabe adunya rabbin itti kenne laali yaa rabbi adunya tana narra fudhi ilmo naf kenni jedhe kaa booyu waa hanga hin qabu qabeenya gudda kana facafate kam barbada pls ilmanitti deebi,i sammu midhamoota ijolle firra hin godhini ykn sheena zalalam sitti tehe hafa wanni kun
@Yusuraa
@Yusuraa 5 месяцев назад
Walekumasalam WOSSLAAM WOSSLAAM umuu kanusi heduu si jalaadha rabbii jecha
@timajzekeriya2253
@timajzekeriya2253 5 месяцев назад
Yaa ummu kanus jirenyi kun nidabra hadha fi abban egaa ilmo dhalani ilmanif jiratan so atis fuldura ilman keti rabbi wajjin barechuf tatafachu jirta if duba hin laliin go forward namonni jacha hin tane sin ju'u hin dhagahin jirenyake atumatu beka, huma hin yadiin rabbiin oltahe niyyate sigute jolletetifi abba mana ketii waliin gamachun jiratu siha godhu habibti tiyya sin jaladha
@user-ss3hi4kj9l
@user-ss3hi4kj9l 5 месяцев назад
Rabuman wly jirenya garidha waliti isni haqabuu insha alla
@lensatofiq7313
@lensatofiq7313 5 месяцев назад
Wa wr wb dhuga keeti habibti yoo siittin tolle jiruu addunya tana jatte addunya ka arra dhabe boru arkatu tanaf jatte ilmaan kee babbarredo kana dhifte bira demte wly jolleen tee hiyyoomte ilman hadha male rakkodha kanafu jiru addunyaf jatte moo mustariya
@suudaa
@suudaa 5 месяцев назад
Maashllah Maashllah Maashllah tabrakallah ijarhafaa dhuga keetii wly ❤❤❤❤❤❤❤❤
@moomoo6397
@moomoo6397 5 месяцев назад
As Wr Wb Maasha Allaah Naagayan Nuf Jhiradu Bikaa Deemtuu Hundati Yaa Qaali Tiyaa Raabin Si Waalin Haa Jiraatuu Amiiin 👐👐👐👐💕💕💕💕💕💕💜💜💜💜💜❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚💚💟💟💟💟💟💟💛💛💛💛💛💛💜💜💜💜💜💜💗💗💗💗💗💗💞💞💞💞💞💞💖💖💖💖💖💖💖💕💕💕💕💕💕💋💋💋💋💋💋💋
@user-ej2wi5ro2j
@user-ej2wi5ro2j 5 месяцев назад
Masha allha ummu kanus sin yade wly
@fatmafatma8202
@fatmafatma8202 5 месяцев назад
Maashaallahu maashaallahu Dhugaa keetii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-gj6rc9jt9u
@user-gj6rc9jt9u 5 месяцев назад
Waleeyekumusalam warahamatullah wabarakatuh maashaallah maashaallah maashaallah maashaallah maashaallah maashaallah qaalii tiyaa rabbii umrii tee haa dheerreysuu wallaah yaada muradaa kee siif haa guutu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@rahmahahmed9018
@rahmahahmed9018 5 месяцев назад
Abshirah qali koo rabbiin siwolin jirah ishaallaah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢
@aishamahmud6471
@aishamahmud6471 5 месяцев назад
Maasha allah tabarkallah abshiir
@ghUguu-io2qg
@ghUguu-io2qg 5 месяцев назад
Abashiruma rabbiin yadaf murada kee siif ha guttu ummu kanus qalii nama❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@user-wd2rp7yd7i
@user-wd2rp7yd7i 5 месяцев назад
Mashaa.allah.masha.allah jabadhuu Rabbiin.sii.haa.gargarruu
@tigisttafesa6638
@tigisttafesa6638 5 месяцев назад
Jabadhu ati namni infatudhaa kayyoo kee situu Beeka namni malif wayye koo hasaa hin jedhin wani ati duraa jirtufi duraa malee egee hin tahin wani yadee saniti milkayi ebaa kasuu gutadhuu lubbuu❤❤❤❤❤
@Naifeeshow
@Naifeeshow 5 месяцев назад
Abshir qaalii nama jabadhuu hundaa kessaa huu nii dabartaa abdii hin kutatiin yomiyyuu garagaaran isumaa
@abdulkaium8945
@abdulkaium8945 5 месяцев назад
Yaa,habibti,tiyaa,namu,akanumati,olmaan,adaan,beyaa, abshrii qalii tiyaa
@Taajuuoromo11
@Taajuuoromo11 5 месяцев назад
Masha allah obsa sifha kenu obastu barbachisa yoo rabbiin fedhe sifi joolleen tetifi abbaa mana keti rabbii yero gabadu kessati waliti isin hafidu
@user-we4np3ue5x
@user-we4np3ue5x 5 месяцев назад
Yada murada sihakutu ❤❤❤❤❤❤
@PakIstan-dg9dk
@PakIstan-dg9dk 5 месяцев назад
Rabbiin yadaa muraadaa kee sifii haa gutuu qaalii to. Abshirii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢
@jameelajameela7132
@jameelajameela7132 5 месяцев назад
Wl wr wb ngh Aludulalahi nutii qaali teenyaa ishaasllah du. ahi godhafii obolewani koo😢😢😢❤❤❤❤
@BaysaAman
@BaysaAman 5 месяцев назад
Uuufff Garaa ko dadhabee umii kanus Rabiin hajaa tesiifii ha basuu 😢
@madeiaalhousani2294
@madeiaalhousani2294 5 месяцев назад
Alhamduliilah Alhamduliilah Alhamduliilah Alhamduliilah
@memeal9923
@memeal9923 5 месяцев назад
Umuu afnan biraa mademiin ishenis biyaa nayirobi debitee biyaa jirenya baqateee
@user-cl3ow4zz9n
@user-cl3ow4zz9n 5 месяцев назад
Rabbii.waani.yaadee.sii.haa.gutuu.inshaallaah
@suudaa
@suudaa 5 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤abshir rabbiin yaro gababti wlisn hgrsisuu😢😢😢
@kwtkwt8452
@kwtkwt8452 5 месяцев назад
Ws wr wb Abshiir rabbiin yaadaf muraada kee siif haguutu waan ati yaade hunda galmaan rabbiin siif haagayu oduu namaa dhagayin ilmaan teetis rabbiin siif haagudisu ❤️ 😍 ♥️
@RahelTube
@RahelTube 5 месяцев назад
dhugaa keeti habibti guyyaa tokko ni milkoftaa inshalla abishir jajaabadhu
@user-vo9en4of4b
@user-vo9en4of4b 5 месяцев назад
❤❤ ما شاء الله تبارك الله ان شاء الله الله يساعدك ويحفظك
@FatmaFa-lu5qs
@FatmaFa-lu5qs 5 месяцев назад
Abshir hayyati koo rabbiin siif ijollee kee yeroo dhihootti wolitti siin haaqabu
@faxumatube5843
@faxumatube5843 5 месяцев назад
Mashaalhaa mashaalhaa
@Naifeeshow
@Naifeeshow 5 месяцев назад
Abshir qaalii nama jabadhuu hundaa kessaa huu nii dabartaa abdii hin kutatiin yomiyyuu garagaaran isumaa❤
@oromoooromoo1792
@oromoooromoo1792 5 месяцев назад
Umma khaanus yeessiiniifii kaanus faan yom dhufan hamtuu takka si hin mudannee Abshir namuu tahariiba deemeetuma dhufe atiisbiyya namaa ni beytaa hin yaadin Abshir rabbiin isaaniis haa fidu
@user-bo9xm4kk8d
@user-bo9xm4kk8d 5 месяцев назад
Jabadhu qali tiyaa ijolen huma tatu aba jaba qaban ❤❤❤
@kadejaalala1207
@kadejaalala1207 5 месяцев назад
Abshiir qalii nama jechii nama homa nama godhuu jecha namati bakka laatin rabbin yaada muradaa kee sif hagahuu❤❤❤
@MisSumayaa-rm8jo
@MisSumayaa-rm8jo 5 месяцев назад
Jabadhuu atii rabbiin hawwii kee maraa sifaa gutuu
@jainab444-fp7fl
@jainab444-fp7fl 5 месяцев назад
Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@UmmuFaaris1234
@UmmuFaaris1234 5 месяцев назад
Mashalla Mashalla Mashalla Mashalla Mashalla Mashalla Mashalla qali nama jajamaatuu yaa koo
@NASRATUBE-pu3ur
@NASRATUBE-pu3ur 5 месяцев назад
Maashaallah maashaallah maashaallah ❤❤❤❤ mustariyee qalii jabadhuu Rabbii yaa fii muradaa kee siif haa gutuu ishaallah
@kwtstc7657
@kwtstc7657 5 месяцев назад
Mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha ❤❤❤❤mashaallaha mashaallaha mashaallaha ❤❤❤♥❤ ♥ ❤🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
@emantube9748
@emantube9748 5 месяцев назад
Mashalhaa hbbti tiya humaa Yadkin rabii jiraa
@user-ic2rx4yq1l
@user-ic2rx4yq1l 5 месяцев назад
UMUU kanus heedu hin yadahin Rabbi keessa siha basuu qalii teenya 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@hamziyatube
@hamziyatube 5 месяцев назад
Mashaallaha Mashaallaha Mashaallaha Mashaallaha Mashaallaha Mashaallaha Mashaallaha✅✅✅ hedduu nama Tollatuu jabadhaa
@Hayubaarbi-ye6fn
@Hayubaarbi-ye6fn 5 месяцев назад
Rabbiiin waan atii yaddee olitii sif haa tayyuu insha allaah
@wssezsa1635
@wssezsa1635 5 месяцев назад
Abishiir rabbi yadafii muradaa kee sifi haa gutuu❤❤❤❤❤😢😢😢
@MakiyaaJamaal-jv3he
@MakiyaaJamaal-jv3he 5 месяцев назад
Wl wrwb dhugaa ketii walhiyii umuu kanus amshirii Rabii yadaa fi Murad kee sifii haa gutuu😢😢😢 qalii tiyaa 💖♥️💯❤️
@FffFfg-pj4lv
@FffFfg-pj4lv 5 месяцев назад
Wa wb wr Masha allha Masha allha Masha jabaadhuu
@user-po2re2lt1r
@user-po2re2lt1r 5 месяцев назад
Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah 💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
@aishamostefa5947
@aishamostefa5947 5 месяцев назад
Miskina tiyyaa abshiir rabbii yaada muraada sii guutu 😢
@sufiyanAhmed-iy1wp
@sufiyanAhmed-iy1wp 5 месяцев назад
Wl wr wb❤❤mashaa Allaah❤❤❤❤
@ammagaruu6868
@ammagaruu6868 5 месяцев назад
Masha allah ijara hafii ❤🥰 🤰
@rahmahahmed9018
@rahmahahmed9018 5 месяцев назад
mashaaallllaaah taabarakalaah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@abbeeshaalee5511
@abbeeshaalee5511 5 месяцев назад
Mashaa alhaa
@user-jq3eb4jw9i
@user-jq3eb4jw9i 5 месяцев назад
Rabbiin gamachudhan maati ketiti siha galchu jabadhu❤❤
@sofiawlok6612
@sofiawlok6612 5 месяцев назад
Maashaallaah maashaallaah Ambshir hunduu nidaraba qaliye❤❤❤❤❤❤❤
@AnsaarMahadii
@AnsaarMahadii 5 месяцев назад
as wrwb akkami ummu kaanus jirtaa maali video biraatiis nuuf maxxansikhaa ammaa amatti nuuf post godhi hayee qaalii namaa
@user-qb1mx8ri5v
@user-qb1mx8ri5v 5 месяцев назад
Qabenyaa guddo siifi kenee nagaan sii hagalichu garuu mo wlyi qabenyii hin gotuu yoo rabbii sifi gutee mallee
@seenawiili488
@seenawiili488 5 месяцев назад
Umu kanus YAADA qaabitii shaamaranii jabduuko KEESA nama raabi maale namni nama hin bekuu waqaayoo yaadaf muraadake sifaa miilkesuu asuman lik nuu xuqaa maati nuuf taa, a oromo❤🎉
@user-en7wz6rr6w
@user-en7wz6rr6w 5 месяцев назад
Alahamadullih Alahamadullih
@temimaabduragaferahmed9091
@temimaabduragaferahmed9091 5 месяцев назад
Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah 😢😢❤❤❤❤
@romatyt3126
@romatyt3126 5 месяцев назад
Ws wr wb maasha Allah ❤
@user-dg8ms3vv6h
@user-dg8ms3vv6h 5 месяцев назад
Rabbiin Nagaan ilamaankee Waliin Waal Isiin Haa Argisisuu Inshalla
@rozirozi9191
@rozirozi9191 5 месяцев назад
Amshiiri Rabbiin siifi ha lafiisuu qalii tenyaa❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@aslooman902
@aslooman902 5 месяцев назад
atii jaltamtii Me debii sifi qaba Me wanii ijole tesa dhefte demte Malfi me esaa jirtaa am hade gara nama balesa mali kesa aka jirtufi mali maltii aka jirtuu rabibii sii moga ha jirtuu uma tiya 😢😢😢😢😢😢
@Ummuzikra
@Ummuzikra 5 месяцев назад
Hordoftota ummu kaanus rabbif jecha maali naaf taaa pleas
@saraabdu9691
@saraabdu9691 5 месяцев назад
Wly dhugaadhaa kan kessaa kee rabbiin qofatuu beekaa abshir
@user-sb4sv7ys7f
@user-sb4sv7ys7f 5 месяцев назад
Abshirii ❤❤❤❤❤lubbu tiyaa ❤❤
@oromiyaabiyaatiyaa5776
@oromiyaabiyaatiyaa5776 5 месяцев назад
Humaa hundinuu muertii rabbitii rabbin bilaash fatanaa namatii hiin fiduu fayuumaa sifii matii keetitii hatauu kan hayaa qabuu nii gayaa bikaa yadii rabbin yadaa muraadaa keetis siif haguutuu dumashii tiyaa qalii
@Jamiila275
@Jamiila275 5 месяцев назад
Abshir Rabbiin Yaada Muraad si haa guttu
@kamilaabdalla120
@kamilaabdalla120 5 месяцев назад
Masha allhaa masha allhaa masha allhaa 🥰🥰
@user-fn2kn2io9i
@user-fn2kn2io9i 5 месяцев назад
As wr wb akam ashri qali
@user-nb4so3sy8n
@user-nb4so3sy8n 5 месяцев назад
ماشاء الله تبارك الله ❤❤❤❤❤❤
@saraabdu9691
@saraabdu9691 5 месяцев назад
Rabbiin sihaa milkessuu jabadhuu hojadhuu
@CALTUUABDALAA
@CALTUUABDALAA 5 месяцев назад
Dhugaa ketii Jabadhuu❤❤
@sadasada8015
@sadasada8015 5 месяцев назад
Masha Allah Masha Allah
@Ummuzikra
@Ummuzikra 5 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉 ummu kaanus
@user-qb1mx8ri5v
@user-qb1mx8ri5v 5 месяцев назад
Masha Allah 🌹🌹🌹🌹🌹🌹
@setahh7631
@setahh7631 5 месяцев назад
Maashaa alh tabarakalaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@MFAMILY-zf7wi
@MFAMILY-zf7wi 5 месяцев назад
Dhugaa keetii umma kanusi
@bilqisaamusaa9995
@bilqisaamusaa9995 5 месяцев назад
Mashaa Allah Mashaa
@bbbv1419
@bbbv1419 5 месяцев назад
MaashaAllah tabrikalaah ❤
@user-ir9vq1qr4s
@user-ir9vq1qr4s 5 месяцев назад
Wl wr wb baga nagan dhuftee Mashallah Mashallah ❤❤
@user-tk6fp6lp4j
@user-tk6fp6lp4j 5 месяцев назад
Essaa jitaa sii
@user-gg6kz7io8e
@user-gg6kz7io8e 5 месяцев назад
Masha Allaha❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@NASRATUBE-pu3ur
@NASRATUBE-pu3ur 5 месяцев назад
Dhugaa ketii jireenyii dhufaa matumaa ketii fayyadaa malee namaa jiraa hiin fayaduu sanifuu Atii jachaa namatiif botaa hiin Latiin itumaa dhisii wan sii fii damimaa ketiifii Abbaa manaa ketii qalii waa jiin Walitii isiin haa fiiduu yaroo gababdu kesatii
@JamilaRashid-qd3qf
@JamilaRashid-qd3qf 5 месяцев назад
Wl wr wb abshri qali❤
@FalmataaAbdurahaman
@FalmataaAbdurahaman 5 месяцев назад
😢😢😢Abshi Rabbin sif halafissu 😢
@CALTUUABDALAA
@CALTUUABDALAA 5 месяцев назад
Dhugaa ketii ❤
@aminnaji6681
@aminnaji6681 5 месяцев назад
Umu essaa jirata sibaruu fedha
@AbdulRazak-rr7us
@AbdulRazak-rr7us 5 месяцев назад
Abshirii abibitii 😢😢😢😢
@Bulee_Tube11
@Bulee_Tube11 5 месяцев назад
Masha Allah jabadhu ❤❤
@141Gaadee
@141Gaadee 5 месяцев назад
jabadhu mashaallah
@samirabalcha3879
@samirabalcha3879 5 месяцев назад
Mashaa allah ❤❤❤
Далее
Сказала дочке НЕТ!
00:24
Просмотров 999 тыс.
marqa aadaa walin haa laalu
7:54
Просмотров 9 тыс.
Sagantaa Gaeggeysaa sheikh Mohammad Tofiq 🥲🥲
19:29
'Dharraane' nashiidaa Afaan oromoo
6:21
Просмотров 224 тыс.
Seenaa gabadhu kutaa1 ❤️
10:35
Просмотров 7 тыс.
Yaassiin Dhamsa Qaba 🥹🥹yaa oromo tiiyaa
7:40
Просмотров 24 тыс.