Тёмный

soninaf Adem Foontu fooni _2022 

SONINAF ADEM
Подписаться 90 тыс.
Просмотров 352 тыс.
50% 1

#africamusic #newmusic
#sona_dhugaa_officia
Facebook= / soninaf.adem.7549

Видеоклипы

Опубликовано:

 

19 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 699   
@Rediademtube
@Rediademtube 2 года назад
Shokoksaa qamaleef Arbi hin nahu Hobobsaan baay'ateef Dhala hin nahu Yaanni ilmaa harmee Gube garaa Booree abbaa wabii baafna dura Waa sanyiin jaalalaa Hin maseenu Naaf qabaadhu Obsa danuu................ Love it❤
@motibale
@motibale 2 года назад
SHARE GODHAAFI REDI KEENYAA WAL JABEESAA SANYII KOO.
@mardiyaahuseentube8177
@mardiyaahuseentube8177 Год назад
Woooowwww sanyii koo nuf jiraadhu
@akgull4173
@akgull4173 Год назад
Jabaa sabaa
@SONINAF_ADEM
@SONINAF_ADEM 2 года назад
Sirba jaalalaas akka feenetti sirbuu ni dandeenya .garuu osoo ummanni keenya dhumaa jiru gammachuun sirba jaalalaa na sirbisiisu hin jiru ! ALBUM hojjachaa jira isa keessatti weellee jaalalaa hedduu ni argattu .akka ani hojii hedduu isin biraan gahu na taasisee Jira hamileen keessan! #GALATOOMAA! facebook.com/soninaf.Adem.7549!
@keessan_subscribers_3472
@keessan_subscribers_3472 2 года назад
Dhugaa jette nuuf jabaadhu, Artiistin dhugaan akkana kunoo ❤🙏
@tadaleealiyii
@tadaleealiyii 2 года назад
Eshi sanyi lecaa dhugaa jetee 🇧🇫🇧🇫❤️💚❤️💚❤️
@fatumahusein263
@fatumahusein263 2 года назад
Dhugaa jatte bara 🤔
@milkoamaan6102
@milkoamaan6102 2 года назад
Dhugaa ketii yaa sanyii koo jiradhu rabii billissummaan nuu haa fiduu jajabee mucaa biyaa koo
@udrhz2021
@udrhz2021 2 года назад
Na kotuu qalii keenyaa
@Abdumobilapp
@Abdumobilapp 2 года назад
wow sirboonni baatii kana keessa bayan hedduudha.madaalli kiyyaan kee tokkoffaa irra kaaye jira👌
@soniyaatube7476
@soniyaatube7476 2 года назад
Jettee ree 😏😏😏
@mojamutimedias
@mojamutimedias 2 года назад
Soona keenya ....akkanatti hin hafnu 😭😭 Waan sagalee ummata keef taatef galatoomi🙏
@amankedir7470
@amankedir7470 2 года назад
Yaa Dhiira Urjii Aartii Oromoo maddii isaa karaa baha biiftuu Soniinaaf Adaam! Jabaadhu Sarii kiyyaa !
@sinbonneshawaa3070
@sinbonneshawaa3070 Год назад
Dhugaa waqaa bayyee namattii tooltaa jabbadhuu sanyii gootaa 👍👍👍👍👍🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@haadhaj.j7144
@haadhaj.j7144 2 года назад
Uuuuuuffffff 😭😭😭😭👌sonan kena nuuf jiradhu obsine dadhabnee dhugaa
@biinii__ye__Arsii__lij
@biinii__ye__Arsii__lij 2 года назад
wow akkam namtti tolaa silaa keenya ta,uu baatte nu qoccaata silaa sooniyya mangisti😘😘😘
@gemechuabu1337
@gemechuabu1337 Год назад
Xiyyiitii namaa❤❤❤ Jabaadhu leenca kiyya. Sadarkaa Alii Birraa akka geettu siif hawwa🙏🙏🙏
@kasseamhussein9166
@kasseamhussein9166 Год назад
Foontu fooni dhiigaa dhufe Anuu💗 Jabaadhu qacalee ko💚
@challengetube4007
@challengetube4007 Год назад
Soninaf Adem walhii lubburrahin sii jaaladha hojii Kee baay'ee naa tolaa jabaadhuu koraa Kenya.
@mannashaatube1410
@mannashaatube1410 2 года назад
Soninaaf jabaa koo music haala yerootin wal fakkaatu nuuf gumachuu keetif thanks for you.😭😭😭😭 Jabaa sabaa Abbatu jabeeffata! Long life bro koo hamtuun sin argin gaarin sin darbin nuuf jiraadhu goota koo Wallaggaa koo Rabbiin isiniif haa birmatu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@zubaida4197
@zubaida4197 Год назад
Lencaa keenyaa jabaadhuu jajabee koo soniyee.qabsaayaa oromoo akkanumatii itti itti.akka adis bahii artistotaa zabanaa waa'eemaa fiqirii qofaa hin baasnii.
@keessan_subscribers_3472
@keessan_subscribers_3472 2 года назад
Waan keessa jiru ibsiteerta ....Rabbii waliin akkanatti hin hafu. Soona- sanyii leenjisoo diiggaa 💔
@nuur6945
@nuur6945 2 года назад
I'm from Bangladesh 🇧🇩 I love Oromoo music and Oromoo girls 👧
@tolchaanrabumaa5792
@tolchaanrabumaa5792 2 года назад
Subscribe naf godhii anis siif godhee jira
@nuur6945
@nuur6945 2 года назад
@@tolchaanrabumaa5792 ani block 🚫 😒 si godhe uttun hin bekin
@tolchaanrabumaa5792
@tolchaanrabumaa5792 2 года назад
@@nuur6945 kkkkkkk akamitii basuu beytuu
@nuur6945
@nuur6945 2 года назад
@@tolchaanrabumaa5792 hin beku atti bekta akka itti Black RU-vid kessa nama basaan?
@biliseeintalaamboo8224
@biliseeintalaamboo8224 Год назад
Oduu😂🙄🤔
@birqemagarsaa3333
@birqemagarsaa3333 Год назад
Woww bayyee Ergaa guddaa qabaa sanyii koo nuf jiradhuu 🥰🥰🥰🥰🥰💖👍👍👍👍👍🥰🙏
@nasirshirkaa6651
@nasirshirkaa6651 2 года назад
Woow woow Artisti Soonii Qaalii Baga Dhufte Leenca Koo Jabaadhu Goota Koo Sanyii Jawwee Kootii Ija Jawwee Laallun Silaalla Artist Soninaaf Adam Ilmaa
@angossamuel
@angossamuel Год назад
...Dhufakeen araade.. dhugaa narraa hin turiin!... Jabaa Oromoo nuuf jiraadhu.
@abbamoggaa
@abbamoggaa Год назад
Qeerroo cimaa koo nuuf jabaadhu nuuf jiraadhu. Dalaga boonsaa.👍👍👍✌️✌️✌️🙏🏽🙏🏽🙏🏽👏👏👏🌹🌹🌹❤️❤️❤️
@SABRIN-ef3vi
@SABRIN-ef3vi 2 года назад
Welcome jabaako ♥️💚♥️
@kookeetiikiyyaa9060
@kookeetiikiyyaa9060 2 года назад
Jabaadhuu jabaa keenyaa nuuf jiraadhuu woggaa kumaa ❤️❤️❤️
@diributuru8417
@diributuru8417 2 года назад
soninaf hacee fakata sagalen ke qaroo ko dabalatanis umata kenyaf sagale ta, u ketif galani ke dachadha❤️❤️👌👌
@aminali6470
@aminali6470 Год назад
Soni ati sagalee saba keetif taate rabbiin ammas umrii dheeraa siif haa Kenny🙏🙏🙏🙏
@oromtitiwbo5078
@oromtitiwbo5078 2 года назад
hojii gaarii baay'ee siin boonna leenca keenya soninaf koo😊😊😊💪🏽💪🏽💪🏽❤️💚❤️
@zamzamnanatii4548
@zamzamnanatii4548 2 года назад
Habibii sonafi leencaa kenyaa nuf jiradhuu dhugaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️👌
@Melbaa_tube
@Melbaa_tube 2 года назад
❤️ Subscribe 💚 naf ❤️ gochun 💚 maati ❤️ naf 💚 tai ❤️ sanyii 💚 koo ❤️💚
@hawaaa2909
@hawaaa2909 2 года назад
urjii kenyaa akatii si jaladhuu anii qalii kenyaa nu jiraadhuu 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😙😙😙😙sirbaa kee hunaduya dhageefadhe hin quufuu 😍
@timdidacome.qaasiim
@timdidacome.qaasiim 2 года назад
Qacallee ilmaa ayyaa jechaa fi sagalleen kellee kilollee onnee kotitti nuf jiraadhu!!❤❤
@fenetjemal8455
@fenetjemal8455 Год назад
Jabaadhu jabaa ilma sabaa dhugaadha gallanni kee bilisummaa haa ta'u
@muktarbeshir4130
@muktarbeshir4130 Год назад
Galatoomi ! Kana caalaa waan baay'ee sirraa eegna jiraadhu baga nuuf dhalatte!
@kasim168
@kasim168 2 года назад
Welcome sanyii koo jabaa koo sanyii dhiraa ❤❤❤❤❤❤
@hamdiasabot2431
@hamdiasabot2431 Год назад
wow baga dhuftee lencaa kenyaa. umrii nuf dheradhuu.
@obsaahuseen3158
@obsaahuseen3158 2 года назад
Foontu fooniif dhiiga dhufe anuu... Qawween tanaa olii hin jirtuu galatoomi jabaa gaafa rakkoo. Tana biras inuma dabarra yoo rabbiin jedhe.
@abdulslamabdulslam5661
@abdulslamabdulslam5661 2 года назад
jabadhuu baqa 😻💘😍😍😅😍💔💪
@jemalabda367
@jemalabda367 2 года назад
Jabaa namaa jabaadhu sirba akka dammatti miawu gumaachite keep it up bro!
@kefaledebebe4585
@kefaledebebe4585 2 года назад
Wow heddu midhaga jaba Kenya nuf bulii
@madinaintalaxiqii5488
@madinaintalaxiqii5488 2 года назад
Baga keenya tate qalii keenya dameendi Rabbi si haa eegu baga nuf dhufte qatalee oromoo 🐅💞💞💞💞🐅🐅😭😭so sweet my dear
@tadaleealiyii
@tadaleealiyii 2 года назад
Wel come sanyi ko 🇧🇫🇧🇫
@ashaahuseen7453
@ashaahuseen7453 Год назад
Wwwwwwwoooo heduu naamaatii tolaa baaga dhaatee sanyii koo ♥ ❤ 💖 😍 💕 💓 ♥ ❤ 💖 😍 💕
@biliseeintalaamboo8224
@biliseeintalaamboo8224 2 года назад
WELCOME soni🧡 Dogongoras mariin furan gaafa rakkoo. wolii galan alaa galan yaa fira koo!❤ jecha ergaa 100 of keessaa qabdu!
@boraamohamed8385
@boraamohamed8385 2 года назад
Booree Abbaa wabii baafna dura (gumaa hacee)jecha ijoo dubbiti galatoomi
@kadirjamel6942
@kadirjamel6942 2 года назад
Soninaf keenya jabaadhu atu foon keenya jiraadhu qaalii nama
@kadirjamel6942
@kadirjamel6942 Год назад
I love you soninaf
@saadasaada1827
@saadasaada1827 2 года назад
Jiradhuu lecaa bagaa naganii dhuftte
@foziyabolli5037
@foziyabolli5037 2 года назад
Hamtuun sin argin qaxalee ilmaa!❤🦁
@chalajafertech426
@chalajafertech426 Год назад
Jabaadhu Sona dhugaa jabaa koo!!!
@hawwii855
@hawwii855 Год назад
Naafi jiraadhu Lencaa koo.❤️❤️🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@saifodetalah3422
@saifodetalah3422 2 года назад
Jabaa sabaa qaxalee koo soniyee nuuf jiraadhu qalii oromokòo💪❤
@ambesagena6406
@ambesagena6406 2 года назад
Qaxalee kiyya jabaadhuu ammaas itti fufi.
@makkiihadara6531
@makkiihadara6531 Год назад
Wwwwwoooo jabadha arsi jabadhu hace ko 😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔
@meesmuhammed7941
@meesmuhammed7941 2 года назад
Nuf jiraadhu sanyii koo ilmaa oroomof qaalii❤❤
@munessashow3920
@munessashow3920 2 года назад
Waan jedhu dhabe Sona koo! Waan akka dammaa mi'aayu sagalee kilolee kanaan dhagayee quufuu dadhabe
@Mama-qw2ms
@Mama-qw2ms 2 года назад
Www baaye gaaridha jabaaadhu waan ofi
@Melbaa_tube
@Melbaa_tube 2 года назад
❤️ Subscribe 💚 naf ❤️ gochun 💚 maati ❤️ naf 💚 tai ❤️ sanyii 💚 koo ❤️💚
@usmankenno3686
@usmankenno3686 2 года назад
Jabadhuu jabaa keenaa sii woliin jiirraa
@jvjv7670
@jvjv7670 2 года назад
Sirba Bay'ee namatti tola dhugaa Jabaadhu
@aliloveeoromooromiyaa6505
@aliloveeoromooromiyaa6505 2 года назад
Soninaaf gotaa shanyii gotaa nuf jiradhuu Habibi❤️
@sirajumarbunti6980
@sirajumarbunti6980 2 года назад
Sanyii dhirra sanyii lenjisoo beka ko nuuf jiradhuu hoga kumaa ♥️💚♥️
@Hail-259
@Hail-259 Год назад
Bakkalchakoo ifa waarii Dhufakeen araade ani.....👍buli; ol-lati!
@halimajamal3119
@halimajamal3119 2 года назад
Sonnaf kenyaa jaabba mucaa ❤❤❤❤❤
@jdhfnennabrrj683
@jdhfnennabrrj683 2 года назад
Jadhalecee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤👍
@sumesumaya5120
@sumesumaya5120 2 года назад
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰jaaba sabaa sonii kenyaa mataa dhiraa xinxaala nama jabadhuu ❤💚❤💚❤💚❤🐅💪💪🐅💪💪💪🐅🐅💪💪💪🐅
@Melbaa_tube
@Melbaa_tube 2 года назад
❤️ Subscribe 💚 naf ❤️ gochun ❤️ maati 💚 naf ❤️ tai ❤️ sanyii 💚 koo ❤️💚❤️
@sisayteka8045
@sisayteka8045 2 года назад
Abbaa Wabii Situ Bakka bu'e akkaan. You made me cry....gadhicha nanaa
@fatimamohammed6666
@fatimamohammed6666 2 года назад
Well come Sona dhugaa
@merrylove2083
@merrylove2083 2 года назад
Soni sanyi hache nu jabadhu 😍💪
@safiyahusen8056
@safiyahusen8056 2 года назад
Leenca keenya baga nuu dhufte,😍
@imanintalaarsii2778
@imanintalaarsii2778 2 года назад
Jabadhu jaba of abba jabefaata 👍
@xahaasaanii1950
@xahaasaanii1950 Год назад
Jabaadhu sona dhugaa si jaalanna
@okejemal4750
@okejemal4750 2 года назад
Sooniyee wel come habibbii 🥰🥰🥰
@sabontuusanyiihacee8795
@sabontuusanyiihacee8795 Год назад
Jabaa Kenyaa nuuf jiraadhuu qalii koo❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚💪💚❤💚❤💚💪💚❤💚❤💚❤💚💪❤💚❤💚❤💚❤💚💪💚❤❤💚💚❤💚❤💚❤💪💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤🇧🇫💪
@fatumasultan1965
@fatumasultan1965 2 года назад
Wow ulfadhuu bro ko😢❤❤
@m-jginnir8627
@m-jginnir8627 Год назад
Sabbonaa kenna heddu sii jalanna nuuf jabadhu.....
@azuuleetube
@azuuleetube Год назад
Baga deebite. Wonti sirba kee adda taasisu, gad fageennaan quuqamu Sabaa kee qabaachuuf, sirbi kee akkaatuma hundaan Aartistoota Oromoorraa adda. Ufii keetti amantee, Akka si'i ta'utti sagaleesita waan ta'eef. Caalatti jabaadhu. Qaanqee Oromootaa.
@muktartube7082
@muktartube7082 2 года назад
Umrii dheera siif Haa kennuu
@Melbaa_tube
@Melbaa_tube 2 года назад
❤️ Subscribe ❤️ naf ❤️ gochun ❤️ maati ❤️ naf ❤️ tai ❤️ sanyii ❤️ koo ❤️❤️
@ayantutulu9087
@ayantutulu9087 2 года назад
Qaxaalee keenya jabaadhuu 🥰❤️
@amitaadisa5331
@amitaadisa5331 2 года назад
Jabadhuu rabii sii ha ha garigaruu
@miitaamiitaa1067
@miitaamiitaa1067 Год назад
leencaa iccitti jabadhu hamtun sihin argiin sanyii koo
@سميرهسميره-ض7و
@سميرهسميره-ض7و 2 года назад
Fontuu fooni dhugaa dhufee anuu......dhugaa narra turri dhugaa kaara buliin💪.....galaatomi sonaa dhugaa ati dhugumma ilmaa sabaatti👌💯❤💚❤
@tememamusa4762
@tememamusa4762 2 года назад
Bor koo jabdhuu jabaa kenyaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🐅🐅🐅💪🏻💪🏻💪🏻
@AbdulKareem-gd7xu
@AbdulKareem-gd7xu 2 года назад
Wewweww bagaa nagahaan dhuftee
@abdushakuurjamaal6033
@abdushakuurjamaal6033 2 года назад
Hedduu namattii taloo jabadhuu lafe
@oromoo7603
@oromoo7603 Год назад
Wawo 😍 baga nagayaan dhufte Soninaaf 🥰😍🤩
@riyadamir9106
@riyadamir9106 2 года назад
Hoji bareeda jajjabee koo ulfaadhu Can't wait to listen to Ur new album loading....
@Melbaa_tube
@Melbaa_tube 2 года назад
❤️ Subscribe 💚 naf ❤️ gochun ❤️ maati 💚 naf ❤️ tai ❤️ sanyii 💚 koo ❤️💚❤️
@godawajjiitube
@godawajjiitube Год назад
Jabaadhu, hojii bareedadha.
@gudetanebi4519
@gudetanebi4519 Год назад
Soninaf smart, go ahead bro you nailed it
@bilaalefrk5525
@bilaalefrk5525 2 года назад
Jabadhuu Biro my brother 💝
@Melbaa_tube
@Melbaa_tube 2 года назад
❤️ Subscribe ❤️ naf ❤️ gochun ❤️ maati ❤️ naf ❤️ tai ❤️ sanyii ❤️ koo ❤️❤️❤️
@aashaaahmed4608
@aashaaahmed4608 2 года назад
Hojii garidha Sona Kenya 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@habibahusen7331
@habibahusen7331 Год назад
habiibii wow 🥰 Jabaa namaa 👌
@oroomiyaakadiir3762
@oroomiyaakadiir3762 Год назад
Sanyii Moti 👌👌👌👌👌
@taajuutube9652
@taajuutube9652 2 года назад
Baga nagayaan dhuftee qomoo koo
@AgewKemant
@AgewKemant 2 года назад
Lenchaa Kegaa ♥️♥️♥️🌳🌳♥️♥️♥️💪🏾💪🏾💪🏾
@ajsead8282
@ajsead8282 Год назад
Jabaadhu sirba qabsotti nuuf basii xiqikenya
@alyaziasaeed4761
@alyaziasaeed4761 Год назад
Nuuf jiradhuu qaalii ilmaa oromo
@aashaaahmed4608
@aashaaahmed4608 2 года назад
Hacaluu hundesa Ataa sagale Ajaaiba qabda heduu si jalaadha ❤❤❤
@abdushekurmuhammed4203
@abdushekurmuhammed4203 2 года назад
Jabaadhu qaxalee koo itti fufi
@fatumahusein263
@fatumahusein263 2 года назад
Bagaa jiratte sonisha kegna qaali oromo ko 😍🙋‍♀️
@smartfamily52
@smartfamily52 2 года назад
Abshiir sanyii keenya jabaa nama
@Melbaa_tube
@Melbaa_tube 2 года назад
❤️ Subscribe 💚 naf ❤️ gochun 💚 maati ❤️ naf 💚 tai ❤️ sanyii 💚 koo ❤️💚
@aliabdoabdo171
@aliabdoabdo171 2 года назад
Waa mashaa Allah qaali namaa nuf jiradhuu
@tolchaanrabumaa5792
@tolchaanrabumaa5792 2 года назад
Jabadhuu qaxalee koo Sonia aadam
@tolchaanrabumaa5792
@tolchaanrabumaa5792 2 года назад
Subscribe naf godhii qalii kiyaa
@Kiyabecka12
@Kiyabecka12 2 года назад
jabaadhu SONA Dhugaa !
@tafadadi
@tafadadi Год назад
What a Melody and Lyrics , unique sound too!!! Video clip itti hojjedhukaa Qaxalee namaa!
@sisayteka8045
@sisayteka8045 2 года назад
This one definitely revolutionized oromo music. Thanks@Jajjabee Siikkoo Mandoo.
@yasinrayashow1141
@yasinrayashow1141 2 года назад
Soninaaf thank you so much jabadhuu si wallin jira
@boonsaasoorii8362
@boonsaasoorii8362 Год назад
Jabaadhu jabaa ilmaa!
Далее
Soninaf Adem Boorataa booree _2021
5:08
Просмотров 1,3 млн
Soninaf Adem Jijjiiramtuu _2021
6:02
Просмотров 1,1 млн
For my passenger princess ❤️ #tiktok #elsarca
00:24
Muktaar Usmaan Sheek - Jette Jette
6:58
Просмотров 3,4 млн
ohroola mhaaloo#independenceday #duet
1:40
Ramme Melka |Nadhagayame| New Oromo Music 2024
18:35
Просмотров 110 тыс.
soninaf Adem dhugaa sabaa _2022
4:22
Просмотров 192 тыс.
Soninaf Adem Wal malee hin qabnu _2020
4:38
Просмотров 132 тыс.
Soninaf Adem Ama ho malte 2022
4:52
Просмотров 32 тыс.
soninaf Adem new nonstop music 2022
30:54
Просмотров 8 тыс.
ARMENCHIK  “Im Siro Heqiat”
3:26
Просмотров 896 тыс.
Amr Diab - Tamally Maak (Ömer Said Remix)
6:43
Просмотров 157 тыс.
Till Lindemann - Übers Meer (Official Video)
3:36
Просмотров 425 тыс.
Farrux Raimov - Yangi boylarim (audio 2024)
3:06
Просмотров 209 тыс.