Тёмный

Sooressa Silaas Maaltu Jibba 

Oromia 24
Подписаться 139 тыс.
Просмотров 13 тыс.
50% 1

Baga Gara Oromia 24 Nagaan Dhuftan
Guyyaa Guyyaan odeeffannoowwan yeroo ammee, xalayyaa fi mudannoo jaalalaa, asoosama, seenaa jireenya kan keessan isinumaaf argachu waan dandeessaniif maatii(Subscribe) keenya ta’a.
Namoonni Xalayyaa Jaalalaa ykn Seenaa Jireenyaa ykn Barreeffama Nama Barsiisu Danda’an Nuuf Ergu Barbaaddan, Erga keessan karaa message kallattin erguudhaan ittiin nu gaha.
+251937386564
Join Us
Telegram: t.me/oromia24
Facebook: / oromia24
#Oromia24 #oromia #Ethiopia

Опубликовано:

 

20 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 151   
@siifaanarsinal4586
@siifaanarsinal4586 2 года назад
Wel came tanee😍💚 akka nannoo kenyatii wolgarraa jedhamaa
@senaaoromo1936
@senaaoromo1936 2 года назад
Nannoo arsii kesatii wali funii akkan wali garaa jedhama bayee bekkamadha🙏
@Shemsiya-r6r
@Shemsiya-r6r 8 месяцев назад
Akka nannoo kennatti wol gara jedhama❤❤❤❤
@kaayyoofjeedheti8570
@kaayyoofjeedheti8570 2 года назад
Wolgaraa jedhamaa nannoo Aristii baratamaadhaa
@abdattuabduriqadiir8773
@abdattuabduriqadiir8773 2 года назад
Gamme jaalatam nama baga naga dhuftanii jecha yadaa garii nufi qodee
@ayaaoo-ob3yt
@ayaaoo-ob3yt 9 месяцев назад
Nannoo kenatii safuu dhaa ❤❤❤❤❤❤❤
@LovelyBubbles-fb8gj
@LovelyBubbles-fb8gj 6 месяцев назад
Walgaraa jedhama🥰🥰🥰❤️❤️❤️
@KiswaneLink-k1h
@KiswaneLink-k1h 28 дней назад
Gaili Akana Adaa Aristii Wolgara jedhama okee
@birkenanesa7854
@birkenanesa7854 2 года назад
Nannoo kenyaattii kun safuu guddaadhaa.🙆🙆
@mdriaj5740
@mdriaj5740 Год назад
❤❤fira keessaa fira baayyee nama gammachisudha fira bayyifachuu dha❤❤❤
@rukayaFayiso
@rukayaFayiso 8 месяцев назад
Wolii garaa jedhamaa abaa kotuu harmee ko Akaasii fudhee❤
@ebbiseoromo3626
@ebbiseoromo3626 2 года назад
Nannoo kenyati wor-gara jedhama obbooleeti ofi kenanii obbooleeti isaa fuudhun nannoo kenyati bayyinaan argama
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
qaliikoo kotuu matii naaf ta'ii
@hiwotimeen6367
@hiwotimeen6367 Год назад
🙏❤️😭😭😭😭😭😭❤️
@dasitakoot5426
@dasitakoot5426 Год назад
kuni akka amatii kiristanatii dhorgadha hagaa hiddaa 7 lakkahii fudhii herosisaa jedhaa akka amatiu musilimatii waalgaraa jedhamaa atii amatii kaam keesaa jirtaa hundumafii jirenyaa ebbifame siinf haa ta'uu
@msanet3856
@msanet3856 2 года назад
Akka Ammatii kirisitanaati dhorkaa natii fakkata garuu waanitii akkana Kuni Ana qoname turee 😊
@urgokebe7331
@urgokebe7331 2 года назад
Rakoo hin qabuu jabadhaa jedhin Gamee koo 🥰🥰🥰🥰💯💯
@HawaHawaa-r7i
@HawaHawaa-r7i 8 месяцев назад
❤❤❤❤
@orosabontuarsii5162
@orosabontuarsii5162 2 года назад
Umrii woliin dheeradha maqan wolgaraa jedhamaa
@jirayesuusjirayesuus8432
@jirayesuusjirayesuus8432 2 года назад
waansaa naaf hin gallee kun taatee dhugatimoo ???maalidha naaf ibsaaa maalooo
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
qaliikoo kotuu matii naaf ta'ii
@ksakks7400
@ksakks7400 2 года назад
Wel came Akkaa Addaa Arsittii wolgaarraa jedhamaa
@likekumaa1038
@likekumaa1038 2 года назад
Bagaa nagaan dhuftee gammee
@tiyyaatube847
@tiyyaatube847 2 года назад
Please maati na ta'i mee nama koo
@IbsituuTube
@IbsituuTube 2 года назад
pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka sanyiikoo!
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
qaliikoo kotuu matii naaf ta'ii🥰
@AbrahamAdaraa
@AbrahamAdaraa 8 месяцев назад
Wal garaa jedhanaa
@madinaa1452
@madinaa1452 2 года назад
Dasi jedha saanyii sodota jedhama warsa wolif isini haa dhisu ❤😍🚶‍♀️
@AbdiiGoofta
@AbdiiGoofta 2 года назад
Madina maatii naaf tahii sanyii
@fatiioro788
@fatiioro788 2 года назад
🥰🥰🥰🥰bayeee bareedaa dhugaa🌹
@adano8572
@adano8572 2 года назад
Wowow matii ebaa ebifamaa bayadhaa bayee namatii tolituu dhugaa
@masiialemeyehu4240
@masiialemeyehu4240 2 года назад
Oboleti kee oboleti dhiga kee wan hin tanef rakko wan umaaa nati hin fakatuuu waqayyo bulti kesan isinif haa ho'isu
@AbrahamAdaraa
@AbrahamAdaraa 8 месяцев назад
Wal garaa jedhamaa nanoo arsiti
@wasanesefu1761
@wasanesefu1761 2 года назад
Walgaaraa jedhaama
@sumsungsumsung2978
@sumsungsumsung2978 2 года назад
Wowowwow jabadhuu gamee namatii tolaa jabadhuu ❤❤❤❤
@IbsituuTube
@IbsituuTube 2 года назад
pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka sanyiikoo!
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
qaliikoo kotuu matii naaf ta'ii
@koketikoketi4463
@koketikoketi4463 2 года назад
Safuudhaa dhugaa kunii akka nannoo kenyatii safuu goftaa koo 😢
@addoyye
@addoyye 2 года назад
Welcome Gamme ❤ Gaa'iil akkas akka Nannoo kenyaati Wal_gara jedhama.
@IbsituuTube
@IbsituuTube 2 года назад
pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka sanyiikoo!
@addoyye
@addoyye 2 года назад
@@IbsituuTube yoo atis naaf goote Na'aam👌
@IbsituuTube
@IbsituuTube 2 года назад
@@addoyye koottukaa
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
qaliikoo kotuu matii naaf ta'ii
@tiyyaatube847
@tiyyaatube847 2 года назад
Atis naaf godhi tolee
@munirajimmaa6985
@munirajimmaa6985 Год назад
Wowow. Wogaraa jedhamaa
@sa3eda114
@sa3eda114 2 года назад
Akaa nanoo keenyati wolgarra jedhamaa
@alibashir3664
@alibashir3664 2 года назад
Waalgara jedhama akka arasitti
@shukriyabitehusseen8932
@shukriyabitehusseen8932 2 года назад
Nanoo kenyatti Waalgara jedhamaa
@fenetabdisa9968
@fenetabdisa9968 2 года назад
gammee koo Anaa dhufuu jennee❤❤❤❤
@kwkw2880
@kwkw2880 2 года назад
Mashaallaah hora bulaa /walgara jedhama)
@workibedada2881
@workibedada2881 2 года назад
Bilbilii kee telegirm iraati naaf bahee garuu yoon sii bareesee senu akkamiin godhaa dhiimaaf sii barbaadaa kalatis naa dide mee furmataa nati himi garmin akkan si qunamuu
@sabontuuarsiilixaa1336
@sabontuuarsiilixaa1336 Год назад
walgaraa jedhamaa
@mkdlawt5463
@mkdlawt5463 2 года назад
Suraa mucaa kanaa lalee kanum isaa nat pakat 🥰😂😂
@kiyyaatasfaye1520
@kiyyaatasfaye1520 2 года назад
😂😂😂
@yaawaaqakosittuubeeka7260
@yaawaaqakosittuubeeka7260 2 года назад
Diingdee moo?? eyye dhugumaa ta'uu in olii isaatuu afaan engilfaa malee in hasoofnee🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@IbsituuTube
@IbsituuTube 2 года назад
pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka sanyiikoo!
@IbsituuTube
@IbsituuTube 2 года назад
@@kiyyaatasfaye1520 pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka sanyiikoo!
@mkdlawt5463
@mkdlawt5463 2 года назад
@@IbsituuTube si. Godhee garaa koo🥰🥰
@yaagalabii2824
@yaagalabii2824 2 года назад
Wolii garaa jedhmaa 💖❤💯❤❤
@IbsituuTube
@IbsituuTube 2 года назад
pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka sanyiikoo!
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
qaliikoo kotuu matii naaf ta'ii
@jituuoromiyaa5976
@jituuoromiyaa5976 2 года назад
Rabbiin isinifi haa lafisuu maqan gahila akka nanoo arsitii wolgaraa jedhamaa
@IbsituuTube
@IbsituuTube 2 года назад
pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka sanyiikoo!
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
qaliikoo kotuu matii naaf ta'ii
@hananioromiyaa6598
@hananioromiyaa6598 2 года назад
Waligaraa jedhamaa 💞💞💞👪
@mariyetobe2318
@mariyetobe2318 2 года назад
Asalaamu aleykum warahmatullaahi wabarakaatu. Dursa Horaa bulaa. Maqaan gaa'ela akanaa kuni akka naanoo arsii lixaatti Walgara jedhama
@mulkamgirma4279
@mulkamgirma4279 2 года назад
Wali gar
@fatihajimmasanyiihaacaluu1872
@fatihajimmasanyiihaacaluu1872 2 года назад
Salmatan bakka hin qabuu bukko
@mariyetobe2318
@mariyetobe2318 2 года назад
@@fatihajimmasanyiihaacaluu1872 Harkka hanna barate Quba guddaa ykn abbuuddutu socho'a jedhe oromoon. Arrabba dheeraa akanaa qabattee namatiin hin fiigini Salaamata yoo dheje maaltu bada? Namni musliimaa Salaamata kiyya arge deebisuu danda'a kanaaf maaliif jetta naan jechuu hin dandeettu kana hubadhu. Yaada kee gadi bu'aa kana qabattee hin fiigini namaan waa jechuuf icci kan akka kee kana
@IbsituuTube
@IbsituuTube 2 года назад
pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka sanyiikoo!
@IbsituuTube
@IbsituuTube 2 года назад
@@mulkamgirma4279 pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka sanyiikoo!
@bireedinqaa904
@bireedinqaa904 2 года назад
Wowo namatti Tolaa dhugaa 🥰🥰🥰
@samerasamera6273
@samerasamera6273 2 года назад
Maqaan gilchaa woliigara jedhamaa ❤❤❤❤
@user-ru7fg7gj7u
@user-ru7fg7gj7u 3 месяца назад
Hoo namatii tollaakaa annaantuu annaanitii dhangaaleekaa
@Alam-cf7ku
@Alam-cf7ku 2 года назад
☺️🥰🥰🥰🥰
@hdhhdshud9051
@hdhhdshud9051 2 года назад
Wal gara jedhama
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
wellcome
@michuudhugaa622
@michuudhugaa622 2 года назад
Wel Come Gammee bagaa Nagayyaan dhuftee
@IbsituuTube
@IbsituuTube 2 года назад
pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka sanyiikoo!
@kennaatube5029
@kennaatube5029 2 года назад
Arsii keessa Musilimootaa nannoo keenya biraati sirritii beekamaadha WALGARAA jedhama obboleessi obboleetii kennee abbanis masanuu fuudhu yoo barbadee intalaa haadha mana jalqabara qabu kennee fuudha Warren waan akkasi taasisan harkii caalu warreen gabbaraa hin dandeenyedha amma garuu hin beeku
@Oroomoo11
@Oroomoo11 2 года назад
Amaa hafii walahii bayee namaa salfachisaa Abbaani kiyaa intalaa ofiitiinii hadhaa tiyaa fudhee hatii tiyayasii intalaa Akakayuu kiyatii isaanii laachuu intalumaa ofiitiin fudhaani
@caaliialamayo1209
@caaliialamayo1209 2 года назад
Walgaraa jedhamaa akkaa addaa arsitii
@IbsituuTube
@IbsituuTube 2 года назад
pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka sanyiikoo!
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
qaliikoo kotuu matii naaf ta'ii🥰
@zamzamzamzam9117
@zamzamzamzam9117 Год назад
Waligaraa jedhamaa kaa
@haliab787
@haliab787 2 года назад
Laykii godhaa namni game jalatan hundinu
@tiyyaatube847
@tiyyaatube847 2 года назад
Maatii na ta'i mee Please nama koo
@IbsituuTube
@IbsituuTube 2 года назад
pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka sanyiikoo!
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
qaliikoo kotuu matii naaf ta'ii🥰
@tiyyaatube847
@tiyyaatube847 2 года назад
Atis maati na ta'i Please 😍
@workibedada2881
@workibedada2881 2 года назад
Bilbilee kee naf bahu didee gamee akkamin godhaa
@ormtitiisanyiijawee4992
@ormtitiisanyiijawee4992 2 года назад
Wal jijiraa ykn walgaraa jedhamaa Akaa nanoo kenyatii
@qanniqannitubaab7970
@qanniqannitubaab7970 2 года назад
Wagara jedhama
@Sem.songel321
@Sem.songel321 2 года назад
Akka naannoo arsiitti woggara jedhama
@IbsituuTube
@IbsituuTube 2 года назад
vpls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka sanyiikoo!
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
qaliikoo kotuu matii naaf ta'ii🥰
@wayintasfaye3975
@wayintasfaye3975 2 года назад
Aadaan-keesan-kuni-wanna-hara-miitti-Aadaa-IILLUUTTI-AKKASIITTI-FUDHU-jeerii
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
qaliikoo kotuu matii naaf ta'ii
@tolesheTolosa
@tolesheTolosa 6 месяцев назад
M
@marytafadi746
@marytafadi746 2 года назад
Ga'ili akana woli garaa Jedhamaa
@IbsituuTube
@IbsituuTube 2 года назад
pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka sanyiikoo!
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
qaliikoo kotuu matii naaf ta'ii🥰
@tijiyeintwalij2406
@tijiyeintwalij2406 2 года назад
Safu dhabame baqa wayi gud kkkk
@chaltuchaltu4743
@chaltuchaltu4743 2 года назад
Kirstan yotate hin eyamamu
@anisahnurmala5114
@anisahnurmala5114 2 года назад
Akkaa naannoo keenyaati wal garaa jedhamaa
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
qaliikoo kotuu matii naaf ta'ii
@moriommoriom167
@moriommoriom167 2 года назад
Wagaraa jedhama 🙏
@IbsituuTube
@IbsituuTube 2 года назад
pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka sanyiikoo!
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
qaliikoo kotuu matii naaf ta'ii
@marytafadi746
@marytafadi746 2 года назад
Walgaraa🙏
@IbsituuTube
@IbsituuTube 2 года назад
pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka sanyiikoo!
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
qaliikoo kotuu matii naaf ta'ii
@كاملهتبالا
@كاملهتبالا 2 года назад
Wogaraaa jedhamaa
@IbsituuTube
@IbsituuTube 2 года назад
vpls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka sanyiikoo!
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
qaliikoo kotuu matii naaf ta'ii🥰
@fatiyaatube5941
@fatiyaatube5941 2 года назад
Naannoo Arsii .walgara jedhama
@IbsituuTube
@IbsituuTube 2 года назад
vpls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka sanyiikoo!
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
qaliikoo kotuu matii naaf ta'ii
@بيليسياالعنزي
@بيليسياالعنزي 8 месяцев назад
Safudhaa buchokoo
@abtyalo5674
@abtyalo5674 2 года назад
bayee namatii tolas
@BoontuuwJAl
@BoontuuwJAl 2 года назад
Akaa arsitii wolgaraa jedhamaa garuu odoo matin kesan bekee wolgaraa isinii godhee baredaa jedhaa wolumaa galatii horaa bulaa
@oromiyabiyakoo4287
@oromiyabiyakoo4287 2 года назад
Musilama yoo ta.an sirrii mit seri kun jiran
@IbsituuTube
@IbsituuTube 2 года назад
pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka sanyiikoo!
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
qaliikoo kotuu matii naaf ta'ii🥰
@kiyyaatasfaye1520
@kiyyaatasfaye1520 2 года назад
Welcome gamee 🥰🥰
@IbsituuTube
@IbsituuTube 2 года назад
pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka sanyiikoo!
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
qaliikoo kotuu matii naaf ta'ii
@yaawaaqakosittuubeeka7260
@yaawaaqakosittuubeeka7260 2 года назад
Gabaraa moo waalgaara jeedhaa garuu adda hin beeku anu waal keessaa in ulftaa dhugaa
@IbsituuTube
@IbsituuTube 2 года назад
pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka sanyiikoo!
@halema1017
@halema1017 2 года назад
Namaati tolaa
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
qaliikoo kotuu matii naaf ta'ii
@alimaadam1368
@alimaadam1368 2 года назад
Aadaa oromo nanoo sirkoomandoo kessatti beekamadha ammaa badeera maalee shari'a islamatu dhorgaa kanaf laffaate Wolgaraa jedhama uffiisaa aadaa qofaa woliif kennaani wolgarrii gabaara hin qabu wolii jijjiraa jechudhaa
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
qaliikoo kotuu matii naaf ta'ii
@tiyyaatube847
@tiyyaatube847 2 года назад
Welcome gamme
@IbsituuTube
@IbsituuTube 2 года назад
v
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
qaliikoo kotuu matii naaf ta'ii
@tiyyaatube847
@tiyyaatube847 2 года назад
Tolee atis na ta'i
@fatiyaatube6433
@fatiyaatube6433 2 года назад
Gaili akana walgaraa jedhama yokan jijiraa
@IbsituuTube
@IbsituuTube 2 года назад
pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka sanyiikoo!
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
qaliikoo kotuu matii naaf ta'ii🥰
@abtyalo5674
@abtyalo5674 2 года назад
senan qabaa
@AbdiiGoofta
@AbdiiGoofta 2 года назад
Abty maatii naaf tahii
@Deebiimidea8470
@Deebiimidea8470 2 года назад
Yaa rabii yaa gooftakoo😠😠😀😀😀😀🤔🤔😆😆😆
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
qaliikoo kotuu matii naaf ta'ii
@sjdhhdhd6400
@sjdhhdhd6400 Год назад
❤❤❤❤
@mayradiramaa487
@mayradiramaa487 2 года назад
Walgaraa jedhamaa
Далее
Gooftakoo Lamaan Keenyaafuu Ni Geessa
14:27
Просмотров 19 тыс.
Dubara Akkana Maal Godhugaa
13:15
Просмотров 19 тыс.
Seenaa Gabaabaa Raachuu Tesfaayee
8:47
Просмотров 12 тыс.
Dhiisaa Eessayyuu Hin Deemtu
20:26
Просмотров 47 тыс.
Rabbi Jennaan Maaltu Dadhabamaa
12:28
Просмотров 15 тыс.
Dubartii fi Abidda Ofitti Qabsiifnaan Rakkoodha
18:03
Seenaa Dubartii Fakkeenya Taatu
16:29
Просмотров 27 тыс.
Eenyuyyuu Mallaqa Kiyya Argee Na Jaallata
15:49
Просмотров 13 тыс.
Jaarsa Ergate Erguusaatti Gaabbe
14:22
Просмотров 20 тыс.
Seenaa Dhugaa Baay'ee Nama Gaddisiisu
11:37
Просмотров 66 тыс.