Тёмный

Top Ethiopia Drama Afaan Oromoo 😅😅Oromiyaa😅😅 kutaa 7 

Direwood
Подписаться 265 тыс.
Просмотров 180 тыс.
50% 1

Please Subscribe
Akka Itti Buhaartan Abdii Qabna #LikeDramaOromiyaa#Godhuu Akka Hindaganne.
#DIREWOOD# Subscribe godhaa
Comment teeysan Nuuf Laadhaa Bakka Sirreeyfachuu Qabnuus ni sirreeyfanna

Опубликовано:

 

29 авг 2019

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 429   
@SharmarkeAdan
@SharmarkeAdan 4 года назад
Yoo Vedio kanatti Gammaddan Like Share Comment Godhuu hin Dagatinaa Galatoomaa
@SharmarkeAdan
@SharmarkeAdan 4 года назад
Jaalloowwan Keenya Qaqqaalii Chaanaala Kanaaf Haaraya Yoo Taatan #Subscribe Godhaa Vedio Kanatti Akka Buhaartan Abdii Guddaan Isinirraa Qaba #Like #Share #Comment Godhuudhaan Akka Na Cinaa Dhaabbattan Gamanumaan Isin .gafaan wan nuu hordoftaniif Galatoomaa Isiniin Jaalana
@zamiyeehabibtiii2503
@zamiyeehabibtiii2503 4 года назад
Kkkkkkkk faxxee hedduu nati toltaaa itti fufaaaa💗💗💗💟💟💟
@kadamtudiniisillamaainshaa7406
@kadamtudiniisillamaainshaa7406 4 года назад
maaashaaa Allaa Saa Oromiyaa yanni kee bayee garidhaa Dursaa fayyaa Calaa itti fufaa Barnotaa beyyee ofi keessaa qabaa Jabadhaa ♥️♥️♥️💯✅
@SharmarkeAdan
@SharmarkeAdan 4 года назад
wan nuu hordoftaniif Galatoomaa Isiniin Jaalana
@ababooababoo1849
@ababooababoo1849 4 года назад
Kkkkkkkk kolfan garaa na dhukubsitani rabbii 💚💙💜💛🌺🌼🌸💐🌹🌷⚘
@nasraammad.yeburqalij2360
@nasraammad.yeburqalij2360 4 года назад
Masha allaah koflan.nufin jolee tenyaa.qaqaliwan.artistotaa.oromoo.nujabadhaa
@wardawarda1127
@wardawarda1127 4 года назад
Kkkk jabbadha lami wan ko kesatu sharmarke fi mustariya bayeen isin jalladhaa ❤️❤️
@iftuusmaan1096
@iftuusmaan1096 4 года назад
Jajabadhaa heduu takka namaa gamachiftaan halumaa kanan itii fufaa nuraa hin turinaa garuu qaqaliwaan jolee oromoo Qalloo
@oropubghackers5994
@oropubghackers5994 4 года назад
Baayyee isin jaaladha yeroo mara isin hordofuuf qophaa’e jira 😍
@Ikraam259
@Ikraam259 4 года назад
Bayyee gaarridha itti nuf fufa 👍👍👍👌🏻👌🏻👌🏻👌🏻
@khadijamohammad582
@khadijamohammad582 4 года назад
Kkkkkk😍😍😍😘❤❤❤❤❤💘💘 dhugaa keettii oromiyaa koo
@abduhusein9444
@abduhusein9444 4 года назад
Waaw baayyee namatti toltu hundi keessanuu sharmakee koo baayyen si jaaladha jabaadhaa hundi keessanuu
@faxumaabdallaheddoo2833
@faxumaabdallaheddoo2833 4 года назад
Wowow baay'ee namati tollaatan jabadhaa itti fufa
@ayamabelcha4088
@ayamabelcha4088 4 года назад
Www maasha allaah baayyee namati toltu jabaadhaa itti fufaa ❤️❤️❤️
@asiyaabdulqader6297
@asiyaabdulqader6297 4 года назад
KKK bayee namatii toltan jabadha itti fufaa
@madinatarboosh1120
@madinatarboosh1120 4 года назад
Baye.ee namatti tolaa jabadhaa ijolee Oromoo jabadhaa
@madinatarboosh1120
@madinatarboosh1120 4 года назад
Whwwww anni dhufu bagaa nagayaan dhuftaan Diree Wood
@samirainidamer3393
@samirainidamer3393 4 года назад
Mustariha tiyya Akkan si jaalladhu 😍😍😍😍😘
@sabotuuarsiiasalaa7273
@sabotuuarsiiasalaa7273 4 года назад
Kkkkk wowo bayye namatii tolaa Lammi koo jabadha itti fufaa.. faxee bayyeni jaladha 👌😘
@aichaahmed1103
@aichaahmed1103 4 года назад
Pire jabadha
@faatumaakadeir3976
@faatumaakadeir3976 4 года назад
Wowwww bayy'ee namaa tolaa😃😃😃😃😃😍😍😍😍😍
@faizaabaaleerobee1359
@faizaabaaleerobee1359 4 года назад
Wowow sany ofi bayyee bareeda jabdhaa
@jameelajamal3204
@jameelajamal3204 4 года назад
Baayyee baayyeee namaatti tolaa jabaadha itti fuufaa qomoowwaankoo . Barnoota heeddu ofkeessa qaba. Galaatomaa
@ahmedborana369
@ahmedborana369 4 года назад
Baga nagayaan dhuftan jallatamtootaa fi kabajamtoota diraamaa DIRRE WOOD hundi keessan jabaadhaa 💪💪💪💪💚💛💓💔💕💖💟💞💝💗💘👍👍👍👍👍👌👌👌👌👉👉👉..._____fuulduratti
@user-qe1fv6yw2e
@user-qe1fv6yw2e 4 года назад
Masha Alláha
@raheemaa5438
@raheemaa5438 4 года назад
Oromiyaa bayee namaati Tolaa jabadhaa itti fuffa 💋💋💘💘💘💖
@ateeqateeqz7422
@ateeqateeqz7422 4 года назад
Woww baye'ee nama tola jabadha 😍😍👍😅😅😅
@dinahajoo8884
@dinahajoo8884 4 года назад
wwww mashaa Allah oromiyaa dhugaa keeti.baarumsa baay.ee of keesa qabaa gaalatooma.
@simrutakitiinole7020
@simrutakitiinole7020 4 года назад
😂😂😂😂🤣🤣wow das jatan glt itti nu fufa😍❤️
@ishaaintaalarsii9572
@ishaaintaalarsii9572 4 года назад
Dhugaa heduu nama boharsaa😂😂😂😄😄😄
@ameshukri9929
@ameshukri9929 4 года назад
Masha allah nice 👍🙋‍♀️❤️❤️❤️❤️
@NurTube-gr6yw
@NurTube-gr6yw 4 года назад
Kkkkk hedduu namati toltuu jabadhaa sanyiiwaan koo
@siarkannaanmohammed2292
@siarkannaanmohammed2292 4 года назад
Kkkkkk Aja'ibuma tuniis khanumaa dhiigaa fidee santuu irraa jiraa baar dhugaan khana abbaa dhiigaattii yaa Oromiyaa
@abdiibaalee1769
@abdiibaalee1769 4 года назад
Wwwww Baay'ee tokko Namattii toltana
@ibrahimmusaa6709
@ibrahimmusaa6709 4 года назад
namatii toltanii jabadhaa😍😚😙💕❤❤👍👌
@usershop9391
@usershop9391 4 года назад
Kkkkkk bayee namati tolaa diramaa kesani keessa ni horodofaa garuu diramaa keessani mustariyaa jiradhu dhedhan jabadhu lammii❤️❤️❤️
@eftuushanyijawarmohamad5668
@eftuushanyijawarmohamad5668 4 года назад
Kkkkkkkk faxe huuddii keessaanu heedduu namati toltu jabadhaa
@mdinahqasim1890
@mdinahqasim1890 4 года назад
Kkkkkkkkkkk Woyoo Garaa Koo Faxee Filisii
@hikmaahmed7307
@hikmaahmed7307 4 года назад
Kkkkkkkkk love you guys khesafu mustariha sila isuma qofa dheresitani nuf warabdani gari ture
@orotube9188
@orotube9188 4 года назад
Hhhh Jabaadha akkanumatti ittii fufaa
@tigistdagagaasiyaakamaal8024
@tigistdagagaasiyaakamaal8024 4 года назад
Wwwwuwww ijole oromoo baay'ee namati tola
@muniraasiraji7671
@muniraasiraji7671 4 года назад
Wwww heduu namaa tolaa jabadhaa 😍😍😍
@ghgggh7590
@ghgggh7590 4 года назад
Hedduu galatomaaa jollee mimioytu akka halawa
@user-hn3jq5vz6m
@user-hn3jq5vz6m 4 года назад
www heduu nammatii tolaa jabadhaa💚💚❤❤❤❤
@murattuuabo2675
@murattuuabo2675 4 года назад
Jafar koo akkatiin sii jalaadhu ❤💚❤ direewood jabaadha isiin hundaa isiin jalaaadha oromoo koo
@fuf7ghyvud6fyf77
@fuf7ghyvud6fyf77 4 года назад
Kkkkkkk bayyye nama tola jabadha
@MuhammadAli-wp5tm
@MuhammadAli-wp5tm 4 года назад
Baayee nutti toltan barumsa gaari nu dabarsitan jabaadha ❤❤❤❤
@user-em1up7jj4g
@user-em1up7jj4g 3 года назад
Wowwww bayye namatii tola itti fufa qomma koo😘😘😘😘
@iftuuobsaa5027
@iftuuobsaa5027 4 года назад
Wawuu mashaallah mashaaallah Hedduu namati tolaa barumsaa hedduu qabaa jabadhaa jajabadhaa hundaa keessaanuu isiin jalannaa nuuf jiradhaa horaa bulaa💝❤💯
@mullinsyousafwwwmasallaa732
@mullinsyousafwwwmasallaa732 4 года назад
nutiisiiakesaniitiituubabanaakanafuuisijaallaanaaduhgaakeesanuuwaliiitiifuufaa♢♧♢}♡♡😘😍😍💟💟💟💖💖
@yaawaaqayyooatiihundaadand9352
@yaawaaqayyooatiihundaadand9352 4 года назад
Wowowowow barumsaa guddaa qaba dhugaa jabaadha lammii koo
@mariyya6639
@mariyya6639 4 года назад
Dhugaa keetii oromiyaa waan garaa koo kessa jiruu dubbate dhugaa rabbi fayya boodan argama wanni kamuu filannon kee bayye natti tolee jira ❤❤❤❤❤
@misslensaorogirl4281
@misslensaorogirl4281 4 года назад
Jabaadha artii afaan oromoo heeddu guddisaa jirtanii nuuf jiraadha
@user-hi4zk3uy2h
@user-hi4zk3uy2h 4 года назад
Baga nagahaan DHUFTTAN hunddi keessan heddu isin jaalanna haluma kanaan itti fuufa heddu Nama boharssa 😍😍😍😍
@tofikhararage8946
@tofikhararage8946 4 года назад
Wwwwwwwwww Heddu Nama Toltan jolle Dirre Dawaa Baga Nagayaan Dhuftan Baromsa Guddaa if keysaa qabaa 🤣🤣🤣🤣
@samirasa9431
@samirasa9431 4 года назад
Kkkkkkkkkkkkkk.WayyooGaraaNaaDhukubbeeKolfaan😂😂😂😂😂😂😂😂
@iteenashdammanaa5802
@iteenashdammanaa5802 4 года назад
kkkkkk wayyoo garaa koo kolfaan dhumnee
@samiirabaaleeroobe5512
@samiirabaaleeroobe5512 4 года назад
Faxee kkkkkkkkkkkkkkkkkkk hedduu namatti toltu hundikeessanuu galatooma garuu diraamaan kun nama hubatee qalbiil daawwateef ergaaguddaa qaba jabaadha❤❤✔👏
@singitanoromiyaa5087
@singitanoromiyaa5087 4 года назад
Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkk oyyoo Faxeen kolfaa naa ajeeste😃😃😃 😃bay.ee namatti toltuu wwwwwooo🌹🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷
@abdulkerimadaba3203
@abdulkerimadaba3203 4 года назад
Faaxee warra piliphissi
@lloveyoumomi5066
@lloveyoumomi5066 4 года назад
Bagaa dhuuftani🙋‍♂️ baayee isiin jalaadha😍😘
@mullinsyousafwwwmasallaa732
@mullinsyousafwwwmasallaa732 4 года назад
wwwmasahaallaa isirhtoluunufijiraa akanamtiitifufaa💔💔💔💔💔💔💔💔💔❤❤❤❤💋❤❤💋💋💋💋💋💔💔💟💟💓💞💝💝💝💔💞💞💞💝💝💗💗
@ameerahmad4244
@ameerahmad4244 4 года назад
0L P)
@injo1239
@injo1239 4 года назад
Bayyee garii jabadhaa
@raadiyasiraajoo7092
@raadiyasiraajoo7092 4 года назад
Kkkkkkkkkk kolfaan nu fixxan kaaa kennaa irratti kkkkk wayi garaa koo
@muheeabdalla5306
@muheeabdalla5306 4 года назад
www baya'ee namati tola jabadha warra diree wood
@taajuumohammed3715
@taajuumohammed3715 4 года назад
Wwwwow bayyee namatii tollaa diraman keysaa
@AhmedMohammed-vf9jf
@AhmedMohammed-vf9jf 4 года назад
Nuuf jiradha ijolee Tenyaa Faxee kolfaan nu fiixee🤣🤣🤣
@abduresa5139
@abduresa5139 4 года назад
Kkkk hamartii onnee kaahe
@HAYAATOROTUBE
@HAYAATOROTUBE 4 года назад
Hhhh maasha alla bayee namatii toltii Gammachu fi diramaan jolle tenyaa
@MucatiisikooMandoo
@MucatiisikooMandoo 4 года назад
Kkkkk waliif isiin haa dhisuuu Oromiyaa fi jamalii😳😳😳
@makkoadam8287
@makkoadam8287 4 года назад
Wooooow ergaa guddaa qaba dhugaa dubbachuuf taanaan baayeee isiin jaalladha.
@saadikmohamed3811
@saadikmohamed3811 4 года назад
Jabaadha garuu saggalleen keessan heduu shiish ja'a
@obsiobsiwahundafurabbijira9297
@obsiobsiwahundafurabbijira9297 4 года назад
Mashalla mashalla bayyee namati tola jabadha lammii koo
@hadhaaoromoo3670
@hadhaaoromoo3670 4 года назад
wan garii iraa barachaa jiraa jabadhaa
@aichaahmed1103
@aichaahmed1103 4 года назад
Pire sheef
@jimmarranqubadha8527
@jimmarranqubadha8527 4 года назад
Nuf jiradhuu jafar kenyaa 😍
@mahammadamiin5340
@mahammadamiin5340 4 года назад
Wwwoooww baye bareda jabadha wajin jirta
@ifrahwaday3045
@ifrahwaday3045 4 года назад
Sharmarke fi mustariya we love you direwood 💟💟👍👍
@raisabobasa1014
@raisabobasa1014 4 года назад
Uuuuuuuuuuuuuuufff bayee na kolifisistanii
@aantukamel7751
@aantukamel7751 4 года назад
Hunddi keessanu daas naa jeetu jabaadha itti fuufa
@duniyaaabaakiiyyaa7009
@duniyaaabaakiiyyaa7009 4 года назад
Aboo ittii nu xumuraa hanagaa dhumaa
@fahmiroobe1698
@fahmiroobe1698 4 года назад
Kkkķkkk koflaan dhumannee akkam yaa dhiiroo ka warra kennaa qopheessee caala kan faaxee nama hin ajaaibu
@siifuuorogirl1086
@siifuuorogirl1086 4 года назад
Wowowowow hedduu namati toltanii jabbadhaa
@evamoha5724
@evamoha5724 4 года назад
Heddu das ja’aa jabadha , garu please sagale tolchaa.....
@bashbash1741
@bashbash1741 4 года назад
Kkkkk hojii gaariidha barumsaa qabaa sadaani duraa qilleensaa irraati wal lolaa turtaani kkkkk
@hadhaaoromoo3670
@hadhaaoromoo3670 4 года назад
Akanaa laa ijolle tenyaa bagaa nagayaan dhuftan
@foontufoonifnaha6054
@foontufoonifnaha6054 4 года назад
kkkkkkkkkk waani baay'ee baarumsaa qabudha
@mustobintmahmedggy7542
@mustobintmahmedggy7542 4 года назад
Aknumati itti nufi fufa 😍😍😍😍😍
@xamselays5998
@xamselays5998 4 года назад
❤❤❤❤😂😙😚😥
@arabarab3807
@arabarab3807 4 года назад
Wwww heduu das nama jedha jabadha
@foziyyaagalatofoziyyaagala7080
@foziyyaagalatofoziyyaagala7080 4 года назад
Kkkkkkkkkkk faxenii Afanikee bayee namkofchiissa
@mdmuhaammad7659
@mdmuhaammad7659 4 года назад
Bayee.namatii.tolaa.jabadhaa.itii.fufaa.jabadhaa
@ililliisaanyiijawarmuhamma2217
@ililliisaanyiijawarmuhamma2217 4 года назад
wwwwwww jabbadhaa hojii bareedaa hojjata jirttan garru nurraa hin turrinaa
@ayubelias6634
@ayubelias6634 4 года назад
Jabadha sahibota kenya Gudissa Aada fi Arti Oromo
@queensayojibril8179
@queensayojibril8179 4 года назад
Diramaan jollee biyyaa tiyyaa hararaa nattii tahee dhugaa hedduu namaa buharsaa nuuf jiradhaa❤❤❤
@xareetaaqeerroonbareeda1417
@xareetaaqeerroonbareeda1417 4 года назад
Jajjabaadha ijoollee Oromoo Keessatti Jechoonni Faxee filibsii hedduu nama lolchiisaa
@drgy6345
@drgy6345 4 года назад
🖤🖤🖤💟💟👂🤟🤟🤟🤟👂👂👂👈👈❤❤🤞🤞💞💞🤲🤲🤲💔💔💔💟💟💟💕💕♥️♥️♥️
@bonturagasaa2233
@bonturagasaa2233 4 года назад
Hedduu namatii tolaa jabadhaa
@uzeetube1139
@uzeetube1139 4 года назад
bayee namatii tolaa jabadha
@fjfhu3457
@fjfhu3457 4 года назад
Wowow hedu bareda jabadhaa
@seidoyadeta6531
@seidoyadeta6531 4 года назад
hedduu nama gammachiisa wallaahi.nuuf jiraadhaa
@awalnabse525
@awalnabse525 4 года назад
Kkkkkkkkkkkkkkk “ Harka hindhiqati osoo nyaachuu khee hinhubatin “ lol jecha khanaatu naaf tahe # Faaxee Filips
@iftuuarsiiintalaarsiibaaha219
@iftuuarsiiintalaarsiibaaha219 4 года назад
Jaabaadhaa Artiistoota Oroomoo nuuf jiiraadha dhugaan baaruumsa guddaa nuuf taahaa jedheen amana
@zedlovetube4011
@zedlovetube4011 4 года назад
Jabaadha itti fufa ilmaan Øřømôô bareeda
@fjfdhcjug870
@fjfdhcjug870 4 года назад
Mustariha Bakkaa jirtuu judaa kolfaa kkkkkkkkkkkkkkl
@oromo4life275
@oromo4life275 4 года назад
Wooooow direwood wan gaari galatooma
@alfia3344
@alfia3344 4 года назад
Wwwwww mashaalla ijolee oromoo bayyee naama toola jabadha
@sadbashir7263
@sadbashir7263 4 года назад
Sharimarikef faxeen heduu nama tolitaan😘😘😘😘💝💝💝💝💝
@ibsaburraaysa250
@ibsaburraaysa250 4 года назад
Mashalaa dirama tesan edu baredii
Далее
ЭТОТ ПЕНЁК ИЗ PLANTS VS ZOMBIES - ИМБА!
00:48
Kettim gul opkegani😋
00:37
Просмотров 1,3 млн
Diraamaa Afaan Oromoo Qoree Bultii Kutaa 1
20:04
Просмотров 87 тыс.
Jaalallee Kutaa 2 (Oromo Drama 2013 New)
24:35
Просмотров 190 тыс.
Diyaspoora
28:22
Просмотров 226 тыс.
Ethio-Oro Drama QUMAARA Abba dibicho family (2022)
14:25
New Diraamaa Afaan oromoo #Diaspora kijibaa 2022
17:53
AMEERIKAA "New Oromo Comedy"
12:31
Просмотров 338 тыс.
Full Ethiopia Movie Afaan Oromoo Doktar 2019
1:43:43
Просмотров 259 тыс.